ch
Feedback
ODAA Electronics N1

ODAA Electronics N1

前往频道在 Telegram

Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

显示更多

📈 Telegram 频道 ODAA Electronics N1 的分析概览

频道 ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 422 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 694,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 201

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 422 名订阅者。

根据 14 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -158,过去 24 小时变化为 -4,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.60%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.04% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 105 次浏览,首日通常累积 421 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0
  • 主题关注点: 内容集中在 storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

凭借高频更新(最新数据采集于 15 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 422
订阅者
-424 小时
-437
-15830
帖子存档
haalota shanan oromummaan ittiin argaman beekuu qabdu; #1ffaa_ilma_gudeedaa :- ilma gudeedaa jechuun oromummaa dhiigaan argata. Ilma ofiin godhatanii dha. #2ffaa_ilma_guddifachaa :- yeroo maatiin dhala dhaban ykn osoo qabaniis gargaarsaaf daa'ima fudhatanii guddisan dha. Oromoon nama guddifachaan fudhate akka ilma gudeedaati lakkaa'a. #3ffaa_ilma_moggaasaa :- Nama saba biraa keessaa dhufe, mirgi isaa eegamee gosaa fi gadaan erga kennameefi maqaan moggaafamee booda oromummaa argata. #4ffaa_ilma_boojuu :- yeroo waraanaa diina keessaa booji'aman "isiniitti gala" jedhanii oromoo gaafachuun haala itti oromummaa argatanii dha. #5ffaa_ilma_mixii :- ilma mixii dhala namaa lafaa argamee dha. Oromoon daa'ima gatame ykn haadhaa fi abbaa dhabe oromoo ta'uu baatus mixii fi biyyee irraa hargufee fudhatee akka ilma isaatti akka oromooti guddisa. Haalota shanan oromummaan ittiin argaman kana erga hubatanii booda oromummaa namarraa mulqaa deemtanu dhaabuu qabdu. Maaliif jennaan abbatu ofii beeka waan ta'ef. @dambalii_jaalalaa

haalota shanan oromummaan ittiin argaman beekuu qabdu; # 1ffaa_ilma_gudeedaa :- ilma gudeedaa jechuun oromummaa dhiigaan argata. Ilma ofiin godhatanii dha. # 2ffaa_ilma_guddifachaa :- yeroo maatiin dhala dhaban ykn osoo qabaniis gargaarsaaf daa'ima fudhatanii guddisan dha. Oromoon nama guddifachaan fudhate akka ilma gudeedaati lakkaa'a. # 3ffaa_ilma_moggaasaa :- Nama saba biraa keessaa dhufe, mirgi isaa eegamee gosaa fi gadaan erga kennameefi maqaan moggaafamee booda oromummaa argata. # 4ffaa_ilma_boojuu :- yeroo waraanaa diina keessaa booji'aman "isiniitti gala" jedhanii oromoo gaafachuun haala itti oromummaa argatanii dha. # 5ffaa_ilma_mixii :- ilma mixii dhala namaa lafaa argamee dha. Oromoon daa'ima gatame ykn haadhaa fi abbaa dhabe oromoo ta'uu baatus mixii fi biyyee irraa hargufee fudhatee akka ilma isaatti akka oromooti guddisa. Haalota shanan oromummaan ittiin argaman kana erga hubatanii booda oromummaa namarraa mulqaa deemtanu dhaabuu qabdu. Maaliif jennaan abbatu ofii beeka waan ta'ef. @dambalii_jaalalaa

Maal barbaadu mee nuti himaa

Maal barbaadu mee nuti himaa

1:-Channel youtube Qabdu? 2:-Youtube Irrati hoo Maalqa Hojechuf Yaadanitu? 3:- Channel Create Gotani Subscribe Fi View Issin Rakkisaa Jiraa Maare Faali Rakkoo Subscribe Fi View Kuno Argamee Jiraa Youtuber Biyya Keenyaa Dogogoroota 10 Hojatun Subscribe Fi View Argacha Hin Jiru 1:- Dogogoroonii 10 Kun Maalidha? 2:- Dogogoroota Kan Irraa Akkamin Of Baraaru Dandenyaa? Video Issin Barsisuu fi Itti Fayyadmtani Dogogoroora keessan jalaa baatan Yaada @obsii28 Video Kan Gaafa Dawwatan Subscribe Gochuu Hin Dagatinaa https://youtu.be/ZgpLKjdVWZY

Telegramota namota bebekamoo fi dhabbataa join gochun oddefannoo dhugaa argaadhaa

Maal barbaadu mee nuti himaa

Konsartii Biifolee Artist Caalaa Bultemee Galmaa Barkumeti Fuulbaana 10/2012 1:- Melbaa Entertainment Fi Danny Studio? 2:- Konsartii Jalqabaa Dhunfaa 3:- Oddefannoo Caalaa Bultumee 4:- Finfinnee Keessati Artistota Oromo Irraa midhaa Gaa'a jiru? 5:- Oddefaannoo Konsartichaan Wal qabatan Kan dhagahuu qabdan Subscribe Gochu Hin Dagatinaa https://youtu.be/IdGNLgMhjag

Maal barbaadu mee nuti himaa

💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋 🧕🧕🧕🧕🧕👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️👩‍⚕️ Group chikoonni oromoo chat groupf banatanii waan ajaa’ibaa keessatti haasa’aan join gochuu barbaaddu??🤔 Chikoota mana barumsaa kamii barbaaddu! Group isinitti tolee join gochuun waan fedha keessanii gutaadha 🙏🙏🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇