ch
Feedback
ODAA Electronics N1

ODAA Electronics N1

前往频道在 Telegram

Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

显示更多

📈 Telegram 频道 ODAA Electronics N1 的分析概览

频道 ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 456 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 665,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 191

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 456 名订阅者。

根据 09 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -164,过去 24 小时变化为 -2,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 7.12%。内容发布后 24 小时内通常能获得 2.66% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 745 次浏览,首日通常累积 278 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0
  • 主题关注点: 内容集中在 storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart

凭借高频更新(最新数据采集于 10 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。

10 456
订阅者
-224 小时
-167
-16430
帖子存档
⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜ Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

BEEKSISA KANATTI AANEE KAN DHUFU DHAGGEFFADHA WALII DABARSAA

photo content
+3

Gatii Gad bu'aa, Mi'a Qulqulluu fi Amansiisaa Qabannee Finfinnee Boolee jirra! muraasni isaanii Armaan gaditti tarreeffameera Mirkaneeffadhaa 📲 0911-430-007📱 0944228344📞 1) LAAPTOOPPII Toshiba portage Core i7 (Haaraa Dubai) Kuusaa 500GB RAM 4GB Bal'ina fuula isaa inch 14.1 Baay'ina Hanga fedhe Gatii qr 10,900 2)Hp core i5 New Probook 650 G3 (6th gen) Screen 15.6inch Hdd 1TB RAM 8GB....16,600 3)Hp core i7 New Probook 640 G1 (4th gen) Screen 14.inch Hdd 500GB RAM 4GB....12,700 4) Hp core i5 New Elitebook 840 G3 (6th gen) Screen 14.5inch Hdd 1TB RAM 8GB....14,300 5) Hp core i5 New Elitebook 840 G3 (6th gen) Screen 14.5inch Hdd 500GB RAM 8GB....14,300 6) Hp Core i5 5th gen 14inch (New) HDD 1TB RAM 8GB, with keyboard light... 13,000br 7) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 1T 8GB... 12,700 8) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 500GB by 8GB 11,900 9) Hp Elitbook core i5 4th gen 14inch 500GB by 4GB 11,600 10) Hp Probook core i5 4th gen 14inch 500GB by 4GB...10,800 11) Hp Probook core i5 4th gen 14inch 1TB by 8GB...11,700 12) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 500GB by 8GB...12,700 13) Hp Probook core i5 4th gen 15.6inch 1T 8GB...13200br 14) Hp Probook core i7 4th gen 15.6inch 1T ....14,800 15) Dell (Used), Core Dual 2 core RAM 2GB, Hdd 180GB screen 14 inch battery 1hr Price.....5700 16) Dell 95% New Core i5 Generation 7th slim Screen 15.6inch, Hdd 1000GB Ram 8GB Price 14,000birr 17) Dell Intel inside (Brand New) 13.7inch Radius(360° Kan ofirra Naanna'u) FULL TOUCH Ram 4GB Hdd 500GB....11,500br 18) Lenovo (from Dubai ), Model Think pad, Core i5 RAM 4GB, Hdd 500GB, screen 14.5inch Price 9,700birr 3 ) Hp Notebook core i5 8th gen (New) Screen 15.6inch Hdd 1000GB RAM 8GB...... 21,300 📳 PHONES 📳 Model (2019) A2core--4,199 A10s(storage 32GB by ram 2GB)...6,100 M10s (Storage 32GB by Ram 2)... 6,300 M20(32GB By 3GB)--7400 A20s(32GB/64 by 3GB)...7800/ 8000 A30s(64GB by 4GB)...9,400 A50s(64GB /128GB by 4GB)--11400/12500 A70(128GB by 6GB)....14500 Note 8 (64GB by 6GB)...13,400 📱 0911430007 📲 0917716557

😥woggaa shaniif obboleessa kootiinan gudeedame😰 Seenaa dhugaa finfinnee keessatti ta'e daawwadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/UqBfgGk_Wlo

⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜⚜ Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan █▓▒►JOIN ►▒▓█ godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

HP EliteBook 840 G3 - SPECIFICATION CPU. Intel Core i7-6600U 2.81GHz GPU. Intel HD Graphics 520 Display. 14.0”, Full HD (1920
HP EliteBook 840 G3 - SPECIFICATION CPU. Intel Core i7-6600U 2.81GHz GPU. Intel HD Graphics 520 Display. 14.0”, Full HD (1920 x 1080), HDD. 1000GB or 1T RAM. 1x 8GB DDR4. M.2 Slot. 1x 2280 (M key) OS. Window 10 pro. Battery. 46Wh, Li-ion, 3-cell. Price 16500birr 0911430007 FINFINNEE Boolee Gamoo Oromiyaa Darbii 1ffaa S-05

Hp Pavilion Brand NEW core i7 8th gen TOUCHSCREEN 15.6inch Hdd 1TB Ram 8GB Gatiin 24,800 0911430007 Http://t.me/QubeeElectron
+1
Hp Pavilion Brand NEW core i7 8th gen TOUCHSCREEN 15.6inch Hdd 1TB Ram 8GB Gatiin 24,800 0911430007 Http://t.me/QubeeElectronics

photo content

Samsung Galaxy A9 98% New from USA Storage 128GB Ram 6GB Camera 24Mp front and back 4 camera type on back Only 1pcs Price 13,
Samsung Galaxy A9 98% New from USA Storage 128GB Ram 6GB Camera 24Mp front and back 4 camera type on back Only 1pcs Price 13,600 0911430007 @QubeeElectronics

Gatii Gad Bu'aatii Nubiraa Argattu Laptops HP Toshiba Dell, Lenovo.... 👉Brand New, 👉Refurbished and 👉Slightly Used) Smartp
Gatii Gad Bu'aatii Nubiraa Argattu Laptops HP Toshiba Dell, Lenovo.... 👉Brand New, 👉Refurbished and 👉Slightly Used) Smartphone Original 2019 and previous products of the following brands 📳 👉Samsung 📳 👉iphone 📳 👉Huawei ⛳Argama👉 FINFINNEE Boolee Gamoo Oromiya 1st floor No S-05 📳 Bilb 0911-430-007 / 0917716557 Tlgrm chan 👉@OdaaElectronics Facebook Page 👉https://www.facebook.com/OdaaSmart/

photo content
+1

photo content
+1

Dubbii warra sadii , akka saditti fixan. 1, Dubbii warra Gowwaa, Sossobaan fixan. 2, Dubbii warra Hayyuu, dhugaa itti himaa fixan. 3, Dubbii warra Luynaa, sodaachisuun fixan... ● WAA SADI SITTI HIN FAKKAATIN.. ~Dubbachuun beekkumsa, ~Obsuun wallaalummaa, ~Nama kabajuun sodaa .......Sitti hin fakkaatin. ● WAA SADII HIN SEEHIN ~Nama beektu hunda fira kee, ~Nama si lolu hunda diina kee, ~Nama badii irra si dhorku hunda hammaataa....Hin see'in. ● WAA SADII HIN HAWWIN................. ~Bokokni quufaa miti, ~Abaarsi eebbaa miti ~Summiin qorichaa miti.. hin hawwin. ● WAA SADII JETTEE HIN TILMAAMIN. ~Nama kolfu hunda gammadaa, ~Nama dureessa hunda arjaa, ~Nama dhabaa hunda doqna.. jettee hin~ tilmaamin. ● MANGUDDOON WAA SADII JAALATU ~Oduu:-haasawa gaggaarii ~Aduu:-caama ganamaa ~Adii:-dubbii dhugaa...... jaallatu. ● WAA SADII WAA SADIIF JAALLADHU... ~Aadaan kee eenyummaa keetii jaalladhu. ~Afaan kee mallattoo keetii jaalladhu. ~Sabni kee dhiiga keetii jaalladhu. ● WAA SADII HUBATTU MALEE HIN SEENIN ~Dubbii keessa hin beekne, ~Bishaan gad-fageenya isaa hin beekne, ~Imala daandii isaa hin beekne Hubattu malee hin seenin Maddi : Waan Dubifneraa! Fb Gadaa

😥woggaa shaniif obboleessa kootiinan gudeedame😰 Seenaa dhugaa finfinnee keessatti ta'e daawwadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/UqBfgGk_Wlo

Reebicha,hidhaa,Ajjeechaa ilmaan Oromoo Nurraa dhaabaa dhiisaa.

photo content

photo content

"Baraaf Barataa" ~ walaloo ajaayibaa rakkoofi doorsisa akkasumas cunqursaa barattoota keenya university baratan irra gahaa ture ibsu daawwadhaa. Bira hin darbinaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/dib6SD0WPG4