ODAA Electronics N1
Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna 👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used) Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr @Odaa_Electronics Bilb ✆ +251911430007 📩 @odaaSmart
显示更多📈 Telegram 频道 ODAA Electronics N1 的分析概览
频道 ODAA Electronics N1 (@odaa_electronics) 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 424 名订阅者,在 技术与应用 类别中位列第 11 690,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 201 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 424 名订阅者。
根据 13 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -166,过去 24 小时变化为 -2,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.93%。内容发布后 24 小时内通常能获得 4.04% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 140 次浏览,首日通常累积 421 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0。
- 主题关注点: 内容集中在 storage, odaa, itti, odaatrading.com, battery 等核心主题上。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Dinagdeen Jabaachuuf Wal Barbaaduu Qabna
👉Laptops Haaraa fi Kan Hojjete(Used)
Bilbiloota, Camera fi kkf Gatii Bareedaan argattu 👉 Fifinnee Boolee Gamoo Oromiyaa 1st flr
@Odaa_Electronics
Bilb ✆ +251911430007
📩 @odaaSmart”
凭借高频更新(最新数据采集于 14 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 技术与应用 类别中的关键影响点。
uu
gootummaan oromoodhaa
hardhaami kaleessaa
sirna nama nyaataa
kan morkeentu isaa
gurraachi oromoo
leenci ilma diigaa
minilikiin qabee isatu
horfe kaa
-------------------------------------
-------------------------------------
leenjisoo diigaadhaa
kan onneen sibiilaa
ilma oromoodhaa
goota finiinaa
leenjisoon ni darbee
sanyii facaafatee
qabsootan geggeessa
jedheet nuuf obbayee
kan akka nadhii faaa
biqilaa dhaabbatee
qabasoo galmaan gahuuf
innis tattaafate
osoma ifaajuu
lubbuun saa dhokkatte
-----------------------------------------
-----------------------------------------
ammas itti jiraa
leenci haati deessee
jawaar mohaammad
kan oromiyaan arjoomte
oromoorra darbee kan addunyaa gahuu
kilaashii dhukaasuun
saayinsii ammayyaa
jawaar maaltu gayaa
goota ilma aayyaa
-------------------------------
-------------------------------
kanafaa qaba oromoon
Injiinara jabaa
nu qeequuf dubbataa
warri mataa dabaa
warri bara kalee
diina jala deemuu
kan hardhas buddeenan
sobamee bitamuu
----------------------------------
----------------------------------
nu qeequuf of taii
akka namaatittii
Dinquufaa fudhuu
FKN dhiiraatii
gootummaaf hayyumsa
laali arsii keessaa
seenaa dhugaa jiruu
galmee haqaa keessaa
addunyaa gaafadhu
hundi siif odeessaa
warri oromoo qeexxu
gurraan na dhageessaa
kanaan yoo siif hin galle
keeyyatan barreessaa
------------------------------------
warri of hin beekne
waaee oromoo dhiisaa
oromoon leenca aaduu
yaada riphee ciisaa!!!!
yaadaaf : @dirribaa_wogi
✍@dirribaa_wogi
@dambalii_jaalalaa