Berhan Ber School
前往频道在 Telegram
"The children are our future.Teach them well and let them lead the way.Show them all the beauty they possess inside"Whitney Houston
显示更多632
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
-330 天
帖子存档
Repost from N/a
23/06/2016 ዓ.ም
ደማቅ ሠናየ የክብር ሽኝት እና የእንኳን ደህና መጣችሁ አቀባበል መርሐ-ግብር ተከናውኗል፤
🎷🌿🥇🎈💐🏆🎖🎤🥂👋🌸🎉🌺👏🥁🤝🍾🎊🌼🎸👍
ሶሻል ኮሚቴ➕አስተዳደር ሠራተኞች➕መምህራን➕መሠረታዊ መምህራን ማህበር➕የአካባቢው ወጣቶች፣ተማሪዎች እና ከወ.ተ.መ.ህ ጋር በመቀናጀት በተቋሙ ውስጣዊና ውጫዊ የትምህርት ዓለም ዑደቶች ላይ ብዙ ዋጋና መስዋአትነት በመክፈል ታሪካዊ አሻራቸውን በታሪክ ማህደር ውስጥ አኑረው ወደ ሌላ የትምህርት ተቋማት ለተዘዋወሩ የሚወደዱና የሚከበሩ የቀድሞ ርዕሳነ መምህራን፣ወደ ምክትል ርዕሰ መምህርነት ደረጃ ከፍ ላለው የሒሳብ ዲፓርትመንት ተጠሪና የሶሻል ኮሚቴ ሰብሳቢ ለነበረው ተወዳጁ ወንድማቸው እና አዲስ ለተመደቡ ርዕሳነ መምህራን፦ አዝናኝና አስተማሪ ሠናየ ሽኝት እና የእንኳን ደህና መጣችሁ መርሃ ግብር በዛሬው ዕለት በደማቅ ድባብ አከናውነዋል።
በመሆኑም ሽኝት የተደረገላቸው አመራሮች በተሠጣቸው ልዩ ቦታና ክብር፣በተደረገላቸው ከፍተኛ አድናቆት፣በቀረበላቸው የከበረ ምስጋና፣በተበረከተላቸው ዕውቅናና ስጦታ ሁሉ እጅግ ተደስተዋል!ተደንቀዋል!ኮርተዋል!ልባዊ ምስጋናቸውንም አቅርበዋል!
በሌላ በኩል የእንኳን ደህና መጣችሁ ደማቅ አቀባበል የተደረገላቸው አዲስ የተመደቡ ርዕሳነ መምህራን በተመሳሳይ እጅግ ተደስተዋል!ተደንቀዋል!ኮርተዋል!ልባዊ ምስጋናቸውንም ማቅረብ ችለዋል።በተጨማሪም የሀገርና የትውልድ አደራ ያለበት የአመራር ቅብብሎሹን መሠረት በማድረግ ብርሃን በርን ለማሳደግ በከፍተኛ የኃላፊነት ስሚት፣ ሙያዊ ሥነ-ምግባርና በቁርጠኝነት እንደሚሰሩ ቃል ገብተዋል።
👁🗨 "#መልካም ሥራ፣በአለማዊም በመንፈሳዊም ህይወት ያስከብራል፤ዋጋ ይከፍላል።#ክፉ ሥራ፣ በአለማዊም በመንፈሳዊውም ህይወት ያዋርዳል፤ዋጋ ያስከፍላል። መልካም እና ክፉ ሥራዎች በምንሄድባቸው ቦታዎች ሁሉ ህያዋን ሆነው ተከትለውን ይሄዳሉ"ስለዚህ በቻልነው መጠን በአስተውህሎት እንራመድ፤ አሻጋሪ፣ ተሻጋሪ፣ረቂቅ፣በሳልና አመክንዮአዊ አስተሳሰቦችንና አመለካከቶችን እናንጸባርቅ፤መልካምና ሰናይ ሥራዎች እንሥራ።አርአያም እንሁን።
Repost from N/a
23/06/2016
Sagantaan Gaggeessaafi Baga Nagaan Dhuftanii Bifa Ho'aafi Hawwataa Ta'een Gaggeeffameera.
🎷🌿🥇🎈💐🏆🎖🎤🥂👋🌸🎉🌺👏🥁🤝🍾🎊🌼🎸👍
Koree Hawaasummaa➕Hojjettootni Deeggarsaa➕Barsiisonni➕Waldaan Bu'uuraa Mana Barumsaa ➕Dargaggoonni Naannoo ➕GMB fi dhimmamtootni barnootaa kanneen biroos waliin qindaa'uun addunyaa barnootaa alaafi keessaa walitti qindeessuun gatiifi aarsaa guddaa kaffaluun ashaaraa seena qabeessa galmee irra kaawwatanii gara manneen barnootaa birootti kan jijjiirraan deeman jaalatamtootaafi kabajamtoota itti gaafatamtoota duraanii,gara itti aanaa mana barumsaatti kan ol guddate itti gaafatamaa muummee Herreegaafi Dura taa'aa Koree Hawaasummaa kan ture obboleessa keenya jaalatamaafi dura bu'oota haaraa ramadamaniif,qophii bashannansiisaafi barsiisaa ta'een sagantaa gaggeessaafi baga nagaan dhuftanii bifa ho'aafi hawwataa ta'een gaggeessineerra.
Hoggantoota gaggeessaan taasifameef bakkaafi kabaja olaanaa isaaniif taasifameef, dinqisiifannaa olaanaa isaaniif kennameef,kabaja olaanaa isaaniif godhameef,kennaafi beekamtii isaaniif gumaachameefiinis baay'ee gammadaniiru!ajaa'ibamaniiru!itti boonaniirus!kabaja obbolummaafi jaalala qabanis ibsataniiru❤
Karaa biraatiinis hoggantoota haaraa mana barumsaatti ramadamaniifis sagantaa simannaa ho'aa isaaniif taasifameefiin haaluma walfakkaatuun baay'ee itti gammadaniiru!ajaa'ibamaniiru!itti boonaniiru!simannaa godhameefiinis galateeffataniiru.
Dabalataanis walharkaa fuudhinsa hoggansaa imaanaa dhalootaa qabu kana bu'uura godhachuun mana barumsaa Birhaan Barri miira itti gaafatamummaa olaanaadhaan, naamusa ogummaan gonfamuuniifi kutannoodhaan akka hojjetan waadaa seenaniiru.
👁🗨"#Hojii_gaariin jireenya biyya lafaafi afuuraa keessattis nama #kabachiisa,gatii namaa kaffalas. #Hojii gadheen/yaraan jireenya biyya lafaa irratti akkasumas jireenya hafuuraa keessatti nama salphisa,gatiis nama baasisa. Hojiin gaariis ta'ee yaraa nuti hojjennu kamiyyuu bakka deemnu hundatti guddaa ta'ee nu hordofee deema." Kanaafuu,gama dandeenyu kamiiniyyuu hubannaadhaan haa tarkaanfannu;yaada ce'umsaafi ijaarsaa,wixinee yaada qajeelaa bocuu haa qabaannu;haa mul'isnus;Hojii qajeelaafi mul'ataa haa hojjannu. Fakkeenyas haa taanu.23/06/2016 ዓ.ም
ደማቅ ሠናየ የክብር ሽኝት እና የእንኳን ደህና መጣችሁ አቀባበል መርሐ-ግብር ተከናውኗል፤
🎷🌿🥇🎈💐🏆🎖🎤🥂👋🌸🎉🌺👏🥁🤝🍾🎊🌼🎸👍
ሶሻል ኮሚቴ➕አስተዳደር ሠራተኞች➕መምህራን➕መሠረታዊ መምህራን ማህበር➕የአካባቢው ወጣቶች እና ከወ.ተ.መ.ህ ጋር በመቀናጀት በተቋሙ ውስጣዊና ውጫዊ የትምህርት ዓለም ዑደቶች ላይ ብዙ ዋጋና መስዋአትነት በመክፈል ታሪካዊ አሻራቸውን በታሪክ ማህደር ውስጥ አኑረው ወደ ሌላ የትምህርት ተቋማት ለተዘዋወሩ የሚወደዱና የሚከበሩ የቀድሞ ርዕሳነ መምህራን፣ወደ ምክትል ርዕሰ መምህርነት ደረጃ ከፍ ላለው የሒሳብ ዲፓርትመንት ተጠሪና የሶሻል ኮሚቴ ሰብሳቢ ለነበረው ተወዳጁ ወንድማቸው እና አዲስ ለተመደቡ ርዕሳነ መምህራን፦ አዝናኝና አስተማሪ ሠናየ ሽኝት እና የእንኳን ደህና መጣችሁ መርሃ ግብር በዛሬው ዕለት በደማቅ ድባብ አከናውነዋል።

👁🗨"#Hojii_gaariin jireenya biyya lafaafi afuuraa keessattis nama #kabachiisa,gatii namaa kaffalas. #Hojii gadheen/yaraan jireenya biyya lafaa irratti akkasumas jireenya hafuuraa keessatti nama salphisa,gatiis nama baasisa. Hojiin gaariis ta'ee yaraa nuti hojjennu kamiyyuu bakka deemnu hundatti guddaa ta'ee nu hordofee deema." Kanaafuu,gama dandeenyu kamiiniyyuu hubannaadhaan haa tarkaanfannu;yaada ce'umsaafi ijaarsaa,wixinee yaada qajeelaa bocuu haa qabaannu;haa mul'isnus;Hojii qajeelaafi mul'ataa haa hojjannu. Fakkeenyas haa taanu.23/06/2016