ch
Feedback
IFA DHALOOTAA MINISTIRII

IFA DHALOOTAA MINISTIRII

前往频道在 Telegram

√Addaam bakka mijataa jannata keessa utuu jiraatuu seexanaan mo'ame;Yesuus garuu bakka mijataa hin taane,lafa onaa keessatti seexana moo'ate.eeyyee yoomiyyuu Yesuus hundumaa in caala! √Barumsaawwan gaggabaaboon chaanali kanaan ni kennamu,itti fayyadamaa!

显示更多
2 838
订阅者
+424 小时
+187
+2430
帖子存档
🔸Chanalii akka Oromiyaatti waantota beekamoofi baratamuu qaban seenaa Oromoo walitti qabee kan dabarsaa jiru kana join godhachuun hordofaa. ⏩Waanta nama fayyadu qofa hojjenna. ⬇️⬇️⬇️

Chanalii akka Afirikaa 😂fi Itoophiyaatti tapha kubba dabarsu kana qabdaa? Yoo hin qabaanne ammuma join godhadhuu, Carraa jiran illee itti fayyadamii. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

🙅Channel tg namoota baay'ee hir'isaa jira... Namoonni Channel 20k ol Wave Haaraatti Dabalachuu feetan karaa amansiisaa ta'een... ✅Waliin waliif guddaanna. 👉 @Dani0l1 dubbisaa.

Jireenya kee keesaatti waan guddaa milkaassuuf, yeroo hundumaa qophaa'aa ta'i. Join godhadhaa 👇 https://t.me/Dani27255

Lafeen koo ati kukkutte Yesus akka si jaalatu sitti himu ===================================== Kun Nicky Cruz dha. Waggoota 80 har'aa dura biyya USA miila tokkoon kan dhaabaa ture isaa fi garee inni hogganadhudha. Qindeessaa, gurmeesaa fi gaggeessaa garee maafiyaa magaala New York ture. Hatuun, saamuun, daddabarsa qoricha sammuu nama adoochuun Nicky Cruz galmee himatamtoota yakkaa Ameerikaa keessatti sadarkaa jalqabaa irra ture. Inni nama polisiin hin dandeenye akkaan rakkisaadha. Isaa fi garee isaa qabuuf humni komaandoo Ameerikaa meeqa bobba'us qabanii hidhuun inuma dadhabame. Osoo akkasittiin jiruu Hafurri Waaqayyoo gara tajaajilaa David Wilkerson dhaquun "Ka'i. Gara magaala New York deemi. Dhaqi misraachoo wangeelaa mandarattiitti himi." jedheen. Dr. David Wilkerson tajaajiilaa baadiyyaa keessaa waan turaniif "Yaa gooftaa, ani akkamittiin baadiyyaa kana keessaa deemee gara magaala ijaarsa gurguddaa, magaala akkaan walxaxaa fi ammayyaa'aa kanatti beekee lallaba? Nama akka koo kana eenyutu dhaga'a?" jechuun Waaqayyoon gaafate. Ta'us dubbichi Waaqayyoo biraa waan muraameef "Egaa humni Hafuura koo si wajjiin ni ta'a, dubbii koo isa qullaa'aa yoo dubbattu ani dhalootan oolchuuf murteesse nan qaba" sagaleen jedhu itti himame. innis in dhaqe. Hafuura Qulqulluun hoogganamee mandara Time Square, magaala New York dhaqe. Wangeela lallabuu eegale. Guyyoota baay'eef itti fufuun misraachoo wangeelaa hime. Guyyaa tokko garuu waanti keessummaa ta'e tokko uumame. Dr. David osoo wangeela lallabuu Nicky Cruz fi jamaan isaa achiitti argaman. Lallabichis, "Yaada garaa keessanii geeddaradhaa, Yesus Kiristoositti amanuun dhiifamuu cubbuu argadhaa. Yoos ni fayyitu." isa jedhu ture. Lallabni kun gurra Nicky Cruz seene. Hogganaan maafiyaa Ameerikaa raasu kun Dr. David Wilkerson kabale. Lafatti kuffise. "Lammaffaa dubbii akka kanaa mandara Kana Keessatti yoo lallabde qaama kee adda adda kukkuteen lafatti darbadha" jedheen. Deebiin Dr. David garuu laphee nama cabsa. Innis "Atillee akkuma jettu qaama koo kukkuttee lafatti daddarbachuu dandeessa ta'a. Waanta tokko garuu beeki. Lafeen koo ati caccabsitee darbattu hunduu Yesus akka si jaalatu sitti himu" jedheen. Geggeessaan maafiyaa sun achitti isa dhiisee deeme. Jechi kun garuu Nicky Cruz geggeessaa garee maafiyaa sanaa boqonnaa dhoowwate. Deemus, dhaabbatus, rafus jechi kun akka sagalee kiraaraa gurra isaa irraa itti dhaga'ama. Innis waanta tokko murteesse. Garee maafiyaa isaa hunduu akka qophaa'aanii fi guyyaa konfiransiin qophaa'u irratti akka hirmaatan, hojii wangeelaa hunda akka dhaabsisanii fi Dr. David Wilkerson immoo akka ajjeesan murteesse. Guyyaan sun ni ga'e. Hunduu bibittaannaa'ee amantoota gidduu taa'e. Dubbiin faallaa ta'e. Humni hafuura gooftichaa laficha to'ate. Sagaleen Waaqayyoo laphee jabaataa Nicky Cruz cabse. Wanti waltajjii irraa dubbatamu hunduu qalbii isaa fudhachaa adeeman. Yeroo namoota fayyinaaf gara waltajjiitti waaman Nicky Cruz akka daa'imaatti imimman roobsaa gooftaa Yesusiif jilbeenfate. Wangeelatti amane. Warri isa wajjiin turan hundinuu Yesus Kiristoositti amanan. Kan humni komaandoo Ameerikaa jilbeenfachiisuu dadhabe jaalalli Yesus ni jilbeenfachiise. Ni barate, ni cuuphame. Hojjetaa wangeelaa ta'ee guutummaa biyya lafaa irra naanna'uun fayyisuu Yesus Kiristoos dhugaa ba'e. Sababii kanaan magaalli New York nagaa argatte. Yakki guutummaatti ni dhabame. Manni hidhaa ni cufame. Amantootni waa'ee isaaf Waaqayyoon galateeffatan. Wangeelli yoo dhugaan lallabame kunoo akkasitti nama jijjiira. Madda: The Cross and the Switchblade by Pastor Dr. David Wilkerson https://www.facebook.com/share/1E5W1iT6PG/ follow yoo gootan ibsa Macaafa Qulqulluu fi barumsa gaggabaaboo ni argattu! t.me//Youth4Christ1

Namoonni hundi akka hojjechuu barbaadan beeka... Namoonni #active taatanii online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join https://t.me/Dani27255

Namoonni bizinessa adda addaa hojjettan kan ittiin beeksifachuu yookiin irratti hojjechuu dandeessa, Giruuppii telegiraami yookiin chanalii telegiraamii qabannee isiniif dhufnee jirraa namoonni barbaaddan #Discount guddaadhaan bitachuu dandeessuu. Karaa username koo kanaa na quunnamaa 👉 @Dani0l1

Beeksisa fi waantota barbaaddan hundaaf @Dani0l1 Waliin haasa'uu ni dandeessa. Afaan: Oromoo English Amharic... Afaan dandeessaniin naaf barreessaa.

Chanalii akka Afirikaa 😂fi Itoophiyaatti tapha kubba dabarsu kana qabdaa? Yoo hin qabaanne ammuma join godhadhuu, Carraa jiran illee itti fayyadamii. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Chanalii akka Afirikaa 😂fi Itoophiyaatti tapha kubba dabarsu kana qabdaa? Yoo hin qabaanne ammuma join godhadhuu, Carraa jiran illee itti fayyadamii. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Namoonni hundi akka hojjechuu barbaadan beeka... Namoonni #active taatanii online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join https://t.me/Dani27255

Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join https://t.me/Dani27255

Hag. 2 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁶ ''Ani Waaqayyo gooftaan maccaa, ammas immoo yeroo gabaabaatti bantiiwwan waaqaa, lafa, galaana, lafa gogaas nan sochoosa; ⁷ saba lafa irraa hundumaa nan sochoosa, badhaadhummaan saba lafa irraa hundinuu as in fidama; ani mana kana ulfinaan nan guuta; kana ana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate. … ⁹ 'Ulfinni mana isa ammaa kanaa ulfina mana isa durii irra in caala; ani iddoo kanatti nagaa nan kenna' jedha Waaqayyo gooftaan maccaa, jedhiitii itti himi!'' jedhe; kana Waaqayyo gooftaa maccaatu dubbate. t.me//Ifa_Dhalootaa

Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join https://t.me/Dani27255

Namoota online kanarraa ooltanii bultaniif garuu hojii kan barbaaddan, data keessan fayyadamtanii mana keessan teessanii na waliin hojjechuu barbaaddaniif 👇 join https://t.me/Dani27255

Phawwuloos jireenya isaa gara dhumaa keessa yeroo baay'ee mana hidhaa keessa ture. • Xalayoota Isaa: Kakuu Haaraa keessaa xalayoota 13 (tokko tokko 14 jedhu) kan barreesse isa. Xalayoonni kun (Efesoon, Filiphisiiyus, Qolosaayis, Filimoonaa) "Xalayoota Mana Hidhaa" jedhamu. • Qorumsa Dhumaa: Phawwuloos gara Roomaatti geeffamee waggaa lamaaf Achii keessaatti wangeela lallabeera mana hidhaas tureerraa,mana hidhaa ergaa boodaa wangeela lallabe. , lammata qabamee mana hidhaa dukkanaawaa jedhamutti galfame. • Xumura Qabsoo: Du'aaf yeroo dhiyaatetti Ximotewosiif akkas jedhee barreesse:👇 "Qabsoo gaarii qabsaa'eera, fiigicha koo xumureera, amantii koo eegeera. Amma immoo gonfoon qajeelummaa naaf ka'ameera" (2 Ximotewos 4:7-8). • #Wareegamummaa: Akka seenaan galmeessutti, Phawwuloos bara mootii Roomaa isa gara-jabeessa Neeroo keessa, Roomaa keessatti mataa isaa qalamuun wareegame. Sababiin isaa fannifamuu dhiiseef, lammummaa Roomaa waan qabuuf akka kabajaatti goraadeen ajjeefame. Goolaba: Jireenyi Phawwuloos diina tajaajilaa gochuu, laafaa jabeessuu fi nama amantii keessatti gadi fageenya qabu gochuuf humna Waaqayyo qabu ragaa baha. Seenaan isaa har'as namoota miliyoonaan lakkaawaman gara amantiitti deebisaa jira.             SHARE              t.me//Ifa_Dhalootaa