ch
Feedback
HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

前往频道在 Telegram

Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu

显示更多

📈 Telegram 频道 HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. 的分析概览

频道 HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN. (@baacoowwan) 是活跃参与者。目前社区聚集了 20 291 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 3 842,并在 芬兰 地区排名第 247 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 20 291 名订阅者。

根据 28 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -377,过去 24 小时变化为 -13,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 2.61%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.36% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 529 次浏览,首日通常累积 276 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 3。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan .. Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu. Yaada @Dhaloota nuun gahuu dande...”

凭借高频更新(最新数据采集于 29 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

20 291
订阅者
-1324 小时
-727 天
-37730 天
帖子存档
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala
Tapha guyyaa har'aa Ingilaand fi Ispeen gidduutti geggeeffamuu kallattin hordofuuf bakka LIVE jedhu tuqun join godhaa ilaala

#Kana_Beektuu_laata? ***DGU**BB**** 1.Gosti midhaanii dursee beekame atara. 2.Kibba chaayinatti shaayii mi'eessuuf sukkaara osoo hin taane soogidda fayyadama. 3.halluun #Coca_cola magariisa yoo tahu erga keemikaalli itti dabalameen booda gurraacha'a. 4.Jaarman keessatti sareen hundi taargaa(lakkoofsa gabatee) qabdi. 5.Addunyaa irraa biyyi mana poostaa baay'ee qabdu hindiidha. 6.Maallaqni kan tolfamu waraqaa osoo hin taane jirbii fi naayiloonii irraayyu. 7.Waraana addunyaa 2ffaa irratti biyyoota 52tu hirmaate. 8.Rifeensi namaa bona caala waqtii gannaa daddafee guddata. 9.Giriikonni jecha dimookiraasii jedhu waggaa 2500 dura fayyadamuu jalqaban.Ta'uus Biyyoota dimookiraasii dhabuun rakkatan keessaa Giriikiin ishee tokko. 10.Dubartoonni Gibtsii durii uumrii isaanii tokko jedhanii kan lakkoowwatan gaafa heerumanii ka'aniiti. 11.Namoota lootoriin baheef ulfaatinni isaanii sa'aatii 24 keessatti dabala. 12.Dooniin Faardinaand Maajelaan ittiin lafatti naanna'e #Viktooriyaa jedhamti. 13.Addunyaa irraa guyyaatti namoota 259,200tu du'a. 14.Namni makiinaa uffataa uume,uffataa dhabee du'e. 15.Daadhiin wayiinii xiqqeessanii yoo dhugan dhukkuba onnee fi ujummoo dhiigaa ni ittisa. 16.Namoonni hedduun kan du'an naannawaa guyyaa dhaloota isaaniiti. 17.Xiyyaarri Booyingii 787 yeroo jalqabaaf kan balali'uu eegale 7/8/2007 ykn 7/8/07ture. 18.Jechi ingiliffaa #set jedhu hiikaw 463 ol qaba. 19.Mootummoonni Ameerikaa harka namaatti ajjeefaman hundi guyyaa jimaataa ajjeefaman. 20.qorattoonni xiinsammuu akka jedhanitti namni yeroo sobu fuula gara bitaatti naanneessa ykn gara samii ilaala. #kanan_dubbiserraa @baacoowwan

https://t.me/mrgminerbot/app?startapp=ref_DENU5VJV Join my MRG Miner Squad on Telegram! Mine free crypto, unlock TH/s hashrates, and earn together!

Baratoonni qormaata kutaa 12 ffaa dabartan hundii keessan waamichii isinif taasifamee jira university irraa. Kanaaf guyyaa gaafa... Guutu isa dubbisuuf SEE MORE kan jedhu tuqun sana booda maqaa university isin ga'ee barreessa ergaa ergaa ilaala

Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe q
Badhaasa kaardii 400 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanala armaan gadii bakka GET jedhuu tuqee Add kan godhe qofaaf!! 👇👇 10k+ = @Singaphor

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tok
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama. 10k+ = @Singaphor

Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu. Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure. Nama tokkof qarshii 500 jechuudha. Carraa gaari

Seenaa qabadhaa lakkoofsa muraasa qofa nu hafa ni buusna.

Lakkoofsa hafee 6 7 13 18 20 22 24-27 30 32-34 37_39 41-43 51 52 55 57 58 60 61 64 70 72 76 80 86 87 90 92 93 97

Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tok
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama. 10k+ = @Singaphor

Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu. Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure. Nama tokkof qarshii 500 jechuudha. Carraa gaari

#Aaga Dhaga'aa Hospitaala Keeniyaa keessatti argamu tokko keessatti, dubartiin ciniinsuu irra turte takka wanta murteessaa Ab
+2
#Aaga Dhaga'aa Hospitaala Keeniyaa keessatti argamu tokko keessatti, dubartiin ciniinsuu irra turte takka wanta murteessaa Abbaa Manaa (dhiirsa) isheetti himuuf akka barbaaddu ibsuudhaan, gurraan akka itti gadi jedhu gaafatte. Sana booda humnaan gurra isaa ciniinuun midhaa cimaa irraan gahuu isheettu gabaafame😆 Abbaan manaa ishee ajaja ishee hordofuun wanta isheen jettu dhaga'uuf hawwiidhaan fi dhiphinaan eegee ture. Haa ta'u garuu cininnaa tasaa hin eegamne kanaan iyyee, boo'aa akka ture ibsameera. Abbaan manaa dhukkubbiifi gaabbiidhaan boo'aa ture kun, "maaliif gocha kana raawwatte?" jedhee yoo ishee gaafatu, "Halkanoota ulfa kana fiduuf waliin hirmaanne sana keessatti gammachuu mi'aawaa sana akkuma waliin qooddannetti, ammas dhukkubbii sa'aatii ciniinsuu kanaatti natti dhagahamaa jiru kana akka na waliin qooddattu fedheet" jechuun deebii kenniteetti. 😆 Gocha kana akkamitti ilaaltan? Via Fb @baacoowwan

Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha

Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqun add godhi fayyada
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqun add godhi fayyadami. 10k+ = @Singaphor

Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tok
Badhaasa Ethio Telecom qopheesse irratti hirmaadha! 🎉🎉 Namootaa hundaaf kan qophaa'ee internate hin dangeffamnee torban tokkof fayyadamuuf bakka FREE INTERNET jedhu tuqun add kan jedhu tuqa fayyadama. 10k+ = @Singaphor

Badhaasa sa'aatii 3:00 kaasee hangaa 3:15 qofaatti kan turuu. Nama 20 durse bakka get jedhu tuqee add kan jedhuu tuqee ni badhaasnaa. Isinis maal eegduure. Nama tokkof qarshii 500 jechuudha. Carraa gaari

Ayyana kana sababeeffachuun ethiolecom badhasa kardii 100 nama hundaf qopheessani jiruu maarre kanaafis bakka BADHAASA jedhu tuqun sana booda lakkoofsa bilbila keessan itti ergadha

🟢 Sekoondii 30 booda hin bada 🎁 Badhaasa birrii 10,000 nama dursee join godhe 20f qophaa'ee jira ✔️ Ammuma Bakka JOIN jedhu tuquun add kan jedhuu tuqaa badhaasa argadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇