ch
Feedback
Murre Tips️

Murre Tips️

前往频道在 Telegram

Entrepreneur | Content Creator CEO & Founder of "Tipulse" 🔗 Explore what I do at the link Below

显示更多
2 600
订阅者
+124 小时
+127
+1230
帖子存档
Another Killer 👀🔥🔥🔥🫡🫡
Another Killer 👀🔥🔥🔥🫡🫡

Hiiqi Duraa!! 😄🫡 Dhaloota Kufee Kuffisu uumaa jirra. Kana Caalaa akka milkooytu abdii qaba. Let's gooooooo 👀🔥🔥🔥
Hiiqi Duraa!! 😄🫡 Dhaloota Kufee Kuffisu uumaa jirra. Kana Caalaa akka milkooytu abdii qaba. Let's gooooooo 👀🔥🔥🔥

Kun Paartii 3ffaa YouTube Automation keenyaati. 🎬📹 Paartii kana keessatti Maloota addaa fayyadamuun Script dabalatee Voice
Kun Paartii 3ffaa YouTube Automation keenyaati. 🎬📹 Paartii kana keessatti Maloota addaa fayyadamuun Script dabalatee Voice over, Transcript fi kkf mara hojjanna. ✍️🎙️📝 Video: https://youtu.be/Md58WCLlVOY?si=0vXptiUtjveXE7aO 🔗 #youtube 📺 #youtubeafaanoromoo 🇪🇹

jiddumaan Video Keessaniis hin daganne 🎥🚫 Ergaan Koorsii Irratti YouTube Automation Bifa haaraan Update godhe 🔄✨, kan duraanii Bilisaan isiniif maxxansaan jira Karaa YouTube 📺🎁, Arra Part 3ffaa isin dhaqqaba!!!!!! 🚀🔥 Na eegaa!!!!!! ⏳👀

Akkam Bultan Trader! 👋 Amma Waa'een "BASIC OF TRADING" Milkaainaan xumuramee jira. ✅ Module 2ffaa waa'ee App And Platform ir
Akkam Bultan Trader! 👋 Amma Waa'een "BASIC OF TRADING" Milkaainaan xumuramee jira. ✅ Module 2ffaa waa'ee App And Platform irrattis Viidiyoon Lamaa fi QUIZ isaas dabalamee jira. Kaaniis UPDATE tahaniiru 🆕 Seenuun Check godhaa. Gaafiis hojjadhaa!! ✅👀 Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ LET'S GOOOOOOOOOOO 🚀🎉 #forex #afaanoromoo

Update!! Amma Waa'een BASIC OF TRADING" Milkaainaan xumuramee jira. Guyyaa arraas Viidiyoon 3 fi Quiz isaa waliin Gara koorsi
Update!! Amma Waa'een BASIC OF TRADING" Milkaainaan xumuramee jira. Guyyaa arraas Viidiyoon 3 fi Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira 🎥📚. Seenuun Check godhaa. Gaafiis hojjadhaa!! ✅👀 Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ LET'S GOOOOOOOOOOO 🚀🎉 #forex #afaanoromoo

Trader 🧑‍💼. Arra of eegaa Deemuun Bareedaadha 🌅. Oduu CPI akka jiru hubachuun Risk fi Reward dhufuuf qophaa'uudha 📊. Hin
Trader 🧑‍💼. Arra of eegaa Deemuun Bareedaadha 🌅. Oduu CPI akka jiru hubachuun Risk fi Reward dhufuuf qophaa'uudha 📊. Hin bololinaa!! ⚠️ Warri Haalataan isiniif hin galin taa'aa daawwadhaa!! 🚫 #trader #cpi #news

🔥🫡🫡🫡
🔥🫡🫡🫡

Doolaara 2 qofaan eegale, amma $14 irra jira. 😂🫡🔥 Beeki kun Live Tradingiidha. Haalumaa kanaan itti fufi. 😎😃 #Barataa
Doolaara 2 qofaan eegale, amma $14 irra jira. 😂🫡🔥 Beeki kun Live Tradingiidha. Haalumaa kanaan itti fufi. 😎😃 #Barataa

Hello Trader 👋 Viidiyoon 5 fi Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira 🎥📚. Seenuun Check godhaa. Gaafiis hojjadh
Hello Trader 👋 Viidiyoon 5 fi Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira 🎥📚. Seenuun Check godhaa. Gaafiis hojjadhaa!! ✅👀 Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Kan itti aanuus haaluma kanaan haga dhumaatti xumurama 🏁. LET'S GOOOOOOOOOOO 🚀🎉 #forex #afaanoromoo

Akkam Jirtan Guys!! 👋 Haaromsi keenya karaa Koorsii gaggeessaa jirru isin gammachiisee jiraa?? 😃 Guyyaa arraas Forex Tradin
Akkam Jirtan Guys!! 👋 Haaromsi keenya karaa Koorsii gaggeessaa jirru isin gammachiisee jiraa?? 😃 Guyyaa arraas Forex Trading Irratti Viidiyoon 5 ni maxxana. 📹 Barattoonni keenya Beeekumsa guddaa fi Bu'aa danuun bahu jannee abdanna. 📈 Stay tuned!! 🔔

Ganna Kana Boqonnaa Keetti Fayyadami, Hojii Online Jalqabi! 🌟 Ganna kana maatii kee harka laaluu dhiiftee, yeroo gabaabaa ke
Ganna Kana Boqonnaa Keetti Fayyadami, Hojii Online Jalqabi! 🌟 Ganna kana maatii kee harka laaluu dhiiftee, yeroo gabaabaa keessatti galii mataa keetii argachuu barbaaddaa? Tipulse barattootaaf carraa gaarii qabatee dhufeera! 🎓 💻 Bilbila ykn Laptop kee qofaan hojjatta 🕒 Yeroo sitti toletti hojjachuu dandeessa, Iddoo sin daangeessu. 📉 Beekumsa dabalataa malee of dandeessa Ammuma gurgurtaa fi hojii online baradhu, hojjedhu, galii mataa keetii argadhu! 💰 👇 Amma liinki armaan gadii cuqaasi, carraa kee mirkaneeffadhu! https://tipulse.com/ #tipulse #afaanoromoo #koorsii

Pi Network gara 0.09 USD gad bu'e. 📉💸 Warra ija qabuuf kun huree guddaadha, ja'een yaada. 😱💔 Ani haga ammaa bituu malee,
Pi Network gara 0.09 USD gad bu'e. 📉💸 Warra ija qabuuf kun huree guddaadha, ja'een yaada. 😱💔 Ani haga ammaa bituu malee, Gurguruuf gurra hin qabu. 🚫💰 Maal jattanii yaaddu? 🤔

Akkam BULTAN!! Viidiyoon 3 Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira. Seenuun Check godhuu dandeessan. Link : ➡️ htt
Akkam BULTAN!! Viidiyoon 3 Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira. Seenuun Check godhuu dandeessan. Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Kan itti aanuus haaluma kanaan haga dhumaatti xumurama. LET"S GOOOOOOOOOOO #forex #afaanoromoo

Maatiiwwan Barattoota Korsii Forex Trading Maraaf. Viidiyoon 5 Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira. Seenuun Ch
Maatiiwwan Barattoota Korsii Forex Trading Maraaf. Viidiyoon 5 Quiz isaa waliin Gara koorsii Forex Dabalamee jira. Seenuun Check godhuu dandeessan. Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Link : ➡️ https://tipulse.com/courses/trading/ Kan itti aanuus haaluma kanaan haga dhumaatti xumurama. #forex #afaanoromoo

Barnoota YouTube Automation Kutaa 2ffaa!! Akkaataa Chaanaalii international tahe itti banatan. Video liinkii armaan gadiin Da
Barnoota YouTube Automation Kutaa 2ffaa!! Akkaataa Chaanaalii international tahe itti banatan. Video liinkii armaan gadiin Daawwattu. 👇👇👇 Video: ➡️ https://youtu.be/xANu7eqAbZM?si=-O8EZijSLnxyBsK3 #youtube #youtubeautomation #afaanoromoo

Akkam Bultan!! 👋 Akkuma YouTube Automation Xumurreen Amma Forex Trading Update godhaa jirra. 📹📈 Viidiyooleeleen Duraanii M
Akkam Bultan!! 👋 Akkuma YouTube Automation Xumurreen Amma Forex Trading Update godhaa jirra. 📹📈 Viidiyooleeleen Duraanii Muraasni ni haqamu, ✂️ Kan biraa dabalataan 60+ viidiyoon ni dabalama. ➕ Sagalee fi quality video dachaa hedduun dabala. 🎧✨ Kitaabni ni qophaawa. 📘 LIVE trading fi akkasumas Backtest dabalamaa jira. 📊🔍 Kan ammaa adduma. ⚡ Stay tuned!! 🔔🚀

Maatiiwwan Pi Jirtuu?? Akka BSCn gabaasetti, Wanti guddaan tokko karaa Pi Browser dhufaa jira. Qophaawaa!! 😀👌
Maatiiwwan Pi Jirtuu?? Akka BSCn gabaasetti, Wanti guddaan tokko karaa Pi Browser dhufaa jira. Qophaawaa!! 😀👌

YouTube Automation Akkamiin jalqabna? Viidiyoon jalqabaa gad dhiifamee jira. Liinkii kanaan Daawwadhaa!! 👇 Video : ➡️ https:
YouTube Automation Akkamiin jalqabna? Viidiyoon jalqabaa gad dhiifamee jira. Liinkii kanaan Daawwadhaa!! 👇 Video : ➡️ https://youtu.be/cyhT-pmFHO4?si=AUiRCR6yDHyNBYR4 #youtube #youtubeautomation #automation #afaanoromoo

Viidiyoo kana ergaan hojjadhee waggaa gahe. 📹 Hanga ammaatti carraan jira. 🚀 Hiree kana itti fayyadamaa!! 👇 Akkaataa Interlink itti hijjatan. 🔗 Video: https://youtu.be/2KJ8lNnuG0k?si=EGGFu8JahgS2Rwq8 🎥 Warra gaafas irraa hanga ammaatti hojjachaa jirtan Cheers! 😁🫡🫡 Amma Peer2Peer fayyadamuun gurguruu dandeessan. 💸🔥 Namoonni verify gootan gatii bareedaan isin irraa nan bita. 👌 1 ITL = $1.5 📉