ch
Feedback
Galaa Dhalootaa

Galaa Dhalootaa

前往频道在 Telegram

Walaloowwaan, barumsa macaafa qulqulluu, barumsa xiinsammuu,seenaawwaan barsiisoo garaagaraa kan qabatee dhiyaatedha. Yaada qabdan karaa kana nu qunnama👇👇 https://t.me/Sami_tesfaye

显示更多
1 160
订阅者
无数据24 小时
+17 天
+130 天
帖子存档
#Gaarummaa Ijoolummaa# ~ Deemsa ijoolumma Imala yaadoo malee! Yeroo hameenyi hin jire Gaarummaan mana dhale! ~~ haaloo yeroo hin qabanne Araaraf arifannu! Yeroo gaddi hin jire gammachudhan jirannu! ~ Yeroo anummaa malee Afaani walif lannu! Jireenyi baras hafe Amma akkami jirannuu? ~ Yeroosantu yeroodha Anis kanafan farse! Amma yeroon yaadadhu hhh bara gaariin dabarsee! Ijoolummaa😘😘😘 Waloo tokkummaa join gochuun maatii taa'a! https://t.me/Lammikof

Repost from Waloo Tokkummaa
You Tube kana seeninu subscribe share gochuun maatii taa'aa! https://youtu.be/Lm-ZhZ8zdns?si=PUoUQSGICsih7qPA

Repost from Kanenus Tech
USSD Code Ethio telecom hunduuma hojii isaanii waliin 👇👇 *999# for ethio gebeta services *127# to use telebirr services *810# to use credit service *994# for contact center service *804# to check balance *805# to recharge balance *806# to transfer balance *807# for call me back request *822# to use CRBT *21# to enable call Divert #21# to disable call divert *111# to see your number *868# for device related service *922# for Yimulu service (For Distributors Only) Channel keenya JOIN gochuun tola A/Oromoon odeeffennoo tekinooloojii hordofaa. 👇👇👇👇 ╔══════════╗ ♨️ ♦️ @kanenus_tech  ♨️ ♨️ ♦️ @kanenus_tech  ♨️ ♨️ ♦️ @kanenus_tech  ♨️ ╚══════════╝

App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu ✅️🙏
+6
App Tokko Malee Setting salphaa kana qofa sirreessuudhaan qarshii Tokko osoo hin baasin interneetii fayyadamuu dandeessu ✅️🙏 ♻️ Hiriyyoota keessaniif share godhaa Ofii koof check godheen isiniif maxxanse Warreen siniif hojjette nuuf hojjeteera jedha @galaa_dhalootaa

Repost from Waloo Tokkummaa
Kolfi,kolfa,kolfinuu!! Bu'aawwan kolfi qabu ✓ waan nama miidhu tokko hin qabu,garuu waa bayyeef nama fayyadaa. ✓ utuu warra Kennu hin iyyoomsin, warra fudhaatus duroomsa. ✓ yeroo muraasaf ta'a, garuu yeroo tokko tokko bara baraan yaadatama. ✓ kolfa duroomanif hin argatan, iyyoomaniifis hin dhaban. ✓ mana keessatti gammachu uuma, bakka hojiitti fedhii hojii dabala,mallatto hiriyyummaa gaariiti ykn iriyaa gaarii namaf hora. ✓ warra dadhabeef boqonna,warra abdi kuteefimmoo ifaa guyyaati. Warra gaddef ifa biftuuti,daawwa uumama miiraa jeeqamee fayyisuudha. ✓ garuu bitamuu,liqeeffatamuu, ykn hatamuu hin danda'u, hamma kennamutti waan gaarii tahunsa wan hin beekamneef. ✓ warra kennuf hoomaa hin qabne caalaa kan kolfa barbaadu hin jiruu. ✓ yoo namoonni waantota ayyaana dhaloota kiristoosiif barbaachisan sitti gurguran kolfu dadhaban, ati kolfakee xiqqoo isaanif kenni! # kolfikee carraa gaarii baata. Jireenyaa namoota ati agartee hunda ibsa. Fuula isaanii jijjiira. Kolfikee akka biiftuu duumeessa cirtee dachee ibsituuti. Keessumaa yeroo namootni Gaddafi muddama keessa Jiran kolfikee abdii isaanitti hora. Gammachuun biyya lafarra jiraachuu isaanitti agarsiisa. @ kolfi, kolfa, kolfinuu. # maati, firoota, hiriyootni koo biyya keessaf alaa jirtan hundinuu Baga geessan

short.mp4187.42 MB

Coming soon! ❤️

Good morning!! May today bring you the joys of yesterday’s hopes!” Ganama kee akkamitti jalqabda? Qulqullinni guyyaa keenyaa haaloota guyyaa sana nu mudatan hammam akka dandamanne irratti hundaʼa. Guyyaa keenyaan walitti hidhamuudhaan sammuu keenya deebisnee kaasaa, tasgabbii fi yaada gaggaarii ishee keessatti uumaa dandeettii qaamaa fi sammuu keenya guddisuun waan layyoo miti. Namoonni baay'een guyyaa isaanii qunnamtii elektirooniksiitiin jalqabu. Jeequmsi addunyaa sammuu jeequmsa, osoo ati guyyaa kee hin jalqabin sammuu kee jeequudha. Jeequmsa addunyaa kanaan sammuun kee jeeqamnaan ni mufatta, ni gaddita, gammachuu hin argattu kuniis hariiroo namoota biroo wajjin qabdu irratti dhiibbaa qaba. Guyyaa kee galateeffachuun jalqabi, jireenya guyyaa biraatiif galateeffadhu. Kadhannaa fi xiinxaluudhaan sammuu kee tasgabbeessi. Deeminsa kee uumama waliin wal qunnamaa karoora guyyaa keetiif uumi. Guyyaan kee caalaatti bu’aa qabeessaa godhi                ☆☆☆☆☆ sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​           🔺ᴊᴏɪɴ🔺 Nu hordofaa 🔻 @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa

Wantoota 7 har'a ofitti himi! *** 1.Ani qaaliidha. 2.Haala har'aa keessaa boru nan baha. 3.Ani miidhagaa/miidhagduu dha. 4.Jaalatamuun naaf mala. 5.Nagaafi gammachuun barbaada. 6.Ani dandeettii gahaa nan qaba. 7.Isa hundumaa qabu Waaqas qaba. ☆☆☆☆☆ sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​           🔺ᴊᴏɪɴ🔺 Nu hordofaa 🔻 @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa @galaa_dhalootaa

Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 × 0 +10 =❔

📢 Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+👉@tamisha11
📢 Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+👉@tamisha11

Theology malif baratama? Theology barachuu ni barbaaddumoo?? © 𝑶𝒈-𝑾𝒂𝒂𝒒𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 (𝑻𝒉𝒆𝒐𝒍𝒐𝒈𝒚) © 𝑲𝒊𝒕𝒂𝒂𝒃𝒊𝒍�
Theology malif baratama? Theology barachuu ni barbaaddumoo?? © 𝑶𝒈-𝑾𝒂𝒂𝒒𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 (𝑻𝒉𝒆𝒐𝒍𝒐𝒈𝒚) © 𝑲𝒊𝒕𝒂𝒂𝒃𝒊𝒍𝒆𝒆 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂𝒂𝒇 𝒏𝒖 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒂𝒏 𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒐𝒓𝒔𝒂 𝒌𝒆𝒏𝒏𝒖𝒖 © 𝑺𝒊𝒓𝒏𝒂 𝑨𝒅𝒅𝒖𝒏𝒚𝒂𝒂 𝑯𝒂𝒂𝒓𝒂𝒂 𝒇𝒊 𝑰𝒍𝒍𝒖𝒖𝒎𝒊𝒏𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊 666 (𝑵𝒆𝒘 𝑾𝒐𝒓𝒍𝒅 𝑶𝒓𝒅𝒆𝒓 𝒂𝒅 𝑰𝒍𝒍𝒖𝒎𝒊𝒏𝒂𝒕𝒊 666) © 𝑻𝒆𝒌𝒏𝒐𝒐𝒍𝒐𝒐𝒋𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒎𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂 © 𝑪𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒏𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂 𝒃𝒊𝒚𝒚𝒂 𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 (𝒔𝒄𝒉𝒐𝒍𝒂𝒓𝒔𝒉𝒊𝒑) 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂 𝒈𝒖𝒖𝒕𝒂𝒏 𝒇𝒊 𝒌𝒌𝒇 kana hunda baruuf channel keenya join taasisaa👇🏻

📢 Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+👉@tamisha11
📢 Waan addaa agartanii hin beekne arguu barbaaddumooo❓❓❓ Waver 2k+👉@tamisha11

Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 × 0 +10 =❔

Meeshaa mana nama miidhagsu kan irratti nyaata fayyadaman kana agartanii beektu laata❓👇🏻

🎁Channeli Kanarra Meeshalee Mana Keessa Gatti Gaddi Bu'aadhan Argattu Maaloo Seenaa Waan Fedhaa Keessaani Bittadha💵

Surprise guddaa nama kamiirraa illee argatannii hin beekne siniif fidne dhufne jira. 🎁🎁🎁 Ammuma fudhadhaa❕👇🏻
Surprise guddaa nama kamiirraa illee argatannii hin beekne siniif fidne dhufne jira. 🎁🎁🎁 Ammuma fudhadhaa❕👇🏻

Daqiiqaa 15 booda ni haqama❗️ Gaaffii kaardii qarshii 200 ti ariifadha 10 + 10 × 0 +10 =❔