Abrelo
前往频道在 Telegram
Get daily crypto updates! Join our free channel now! 🌐 Our Official Website ✅ 4kilo.net 🆔 Admin :- @Mr_Abrelo
显示更多3 086
订阅者
-524 小时
-287 天
-10030 天
帖子存档
3 085
⚽ 🔥⚽ Iskootlaand 🇸🇨 vs Biraaziil 🇧🇷 ⚽🔥
🌍 Tapha Addunyaa irratti wal'aansoo cimaa! ⚡
👀 Gooleewwan, line-up guutuu, istaatistiksii fi odeeffannoo yeroo dhugaa keessatti hordofi.
📲 Boom irratti kallattiidhaan daawwadhaa!
⬇️ Boom buufadhaa: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.boom.livefootball
🚀 Iskootlaand vs Biraaziil – yeroo ammaatti Boom irratti qofa!
3 085
Tapha liigota gurguddoo addunyaa irra jiran hunda (800+ Leagues) qabxii isaanii fi liigii keessan kallattiidhaan (Live) hordofuu feetu? Appiin Boom: Live Football Scores jedhamu kun waan hundumaa ifa fi saffisa guddaadhaan isiniif dhiyeessa!
Saffisa malee: Qabxii taphaa second tokkon isin biraan gaha.
Taphoota gurguddoo afaan 8 ol gabaasa (AI Recaps).
Size Baay'ee Xiqqaa: MB muraasa qofaan bilbila keessan irratti hojjeta!
Bufachuuf: DOWNLOAD
BIG UPDATE IS COMING SOON! 🔥
3 085
Namoonni hedduun amma Bitcoin gurguranii altcoins bituuf deemaa jiru
Bitcoin dhuma irratti $82K cabsee ol baheera, garuu altcoins ammatti hin kaane — kunis rakkoo miti. Seenaa market crypto keessatti yeroo baay’ee altseason jalqabuun dura akkuma kana ture 📊
Investoroonni market sirriitti hordofan keessaa tokko tokko BTC isaanii keessaa muraasa baafanii altcoins amanamoo irratti galchuun yeroo gaarii ta’uu danda’a jedhu.
Garuu namoonni hedduun waan tokko hin yaadan 💭
BTC gurguruun altcoins bituun dura tax (capital gains tax) guddaa kaffalchiisa — yeroo baay’ee profit keessaa 25-30% irraa hir’isa 🔻
Garuu maal ta’a yoo BTC kee gurguruu osoo hin barbaachisin altcoins keessa seenuu dandeesse? Fakkeenyaaf, WhiteBIT Institutional irratti “Crypto Borrow” jechuun BTC kee akka collateral godhattee stablecoin liqeeffachuu dandeessa — tax event osoo hin uumamin ✅
Akkaataa isaa:
🔹 BTC kee collateral goota
🔹 Stablecoin liqeeffatta
🔹 Sanaanis ETH ykn altcoin barbaadde keessa seenta
🔹 BTC kee portfolio keessatti hafa, ol ka’uus itti fufa
Yoo altcoin sun akka eegametti ka’e, karaa lamaaniin profit argatta Dabalataanis WhiteBIT keessatti:
✔️ On/Off-Ramp fiat
✔️ Crypto Lending hanga 17.71% APY
✔️ VIP Trading fees gadi aanaa qabu
📌 Crypto Borrow yaaluuf yoo barbaadde, setup irratti gargaaramuu dandeessa.
⚠️ Hubachiisa: Kun gorsa investment miti. Murtii kamiyyuu gochuun dura qorannoo mataa keetii godhi.
#Bitcoin
#BTC
#Altcoins
#Crypto
#BTCPriceAnalysis
#BitcoinPricePrediction
3 085
🚨 GOLD SIGNAL
Pair: XAUUSD
Type: SELL
Entry: 5108
TP1: 5104
TP2: 5100
SL: 5116
📉 Bias: Bearish
Consistency builds trust.
3 085
GOLD | MARKET GUESS
5118 now
Price: 5118
Sell below 5115
Buy above 5125
Await breakout.
#XAUUSD
3 085
✨ Create stunning photos in seconds.
With Photik, anyone can edit photos like a professional — no experience needed.
🚀 Fast • Lightweight • Powerful
Only 21.9 MB, but packed with powerful editing tools designed for creators, influencers, and everyday users.
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.photik.ai.photo.studio
3 085
Photik – Edit Like a Pro
Create stunning photos in seconds with a fast and lightweight editor.
Only 21.9 MB and 100% free features. 📸
3 085
Tamsaastuun (livestreamer) tokko biyya China keessatti, akka gabaasni ibsutti, yeroo live tamsaasaa turte rakkoo tasaa mudateen hordoftoota gara 140,000 ta’an dhabde.
Yeroo sana isheen beauty filter fayyadamaa turte. Garuu filterichi tasaa hojii dhaabe. Namoonni live ishii irratti argaman fuula ishee isa dhugaa, filter malee, kallattiin yeroo sanuma argan.
Viidiyoo fi suuraan yeroo sana waraabaman immoo saffisaan miidiyaa hawaasaa irratti faca’an. Dhimmi kun yeroo gabaabaa keessatti viral ta’ee marii guddaa uume — kun dhugumaan raajii dha 💔🔥
3 085
⚠️ Eyeglasses miti… Camera dha! 👓📸
Ray‑Ban Meta Wayfarer uffate yoo argitan…
👉 Osoo hin beekin video isin warabuu danda’a! 😱
Eeyyee, kun eyeglasses fakkaata malee, smart gadget dha:
• Camera dhoksaati: Suuraa fi viidiyoo osoo isin hin beekin fudhachuu danda’a. 📸
• Microphone qaba: Sagalee naannoo kees record gochuu danda’a. 🎙️
• Connectivity: Viidiyoo fi suuraa smart phone kee waliin link gochuu danda’a. 🌐
• AR fi Smart Features: Map, notifications fi info dabalataa agarsiisuu danda’a. 🕶️
👉 Kanaaf, of eeggannoo gochuun barbaachisaa dha. Namni uffatee si warabuu danda’a of eeggadhu! 😎
3 085
VLC Media Player fayyadamuun chaanaalota TV addunyaa hedduu kallattiin ilaaluun akka danda’amu ni beektuu?
Fakkeenyaaf: National Geographic, BBC, MTV, Fox News, ABC, NBC akkasumas chaanaalota ispoortii fi daa’immanii hedduu kallattiin daawwachuun ni danda’ama.
Akkamitti gochuun danda’ama?
⚫ Jalqaba VLC Media Player banuu
⚫ Menu gubbaa jiru keessaa Media filadhu
⚫ Ergasii Stream irratti cuqaasi
⚫ Itti aansuun Network filadhu
⚫ Iddoo “Please enter a network URL” jedhu keessatti link kana paste godhi:
https://iptv-org.github.io/iptv/index.m3u
⚫ Sana booda Stream → Next → Next → Stream cuqaasuun xumuri
⚫ Dhuma irratti, gadiitti mallattoo Toggle Playlist jedhu cuqaasuun chaanaalota hunda tarreeffaman ni argita
👉 Kan si gammachiise filachuun daawwachuu ni dandeessa.
Kuni karaa salphaa chaanaalota addunyaa hedduu toora interneetii irratti kallattiin ilaaluuf gargaaru dha.
3 085
Osoo ibsaan hin jiraatin, addunyaan keenya har’aa akkana hin fakkaatu ture.
Humni ibsaa kalaqa jalqabaa keessaa isa guddaa yoo ta’u, teknooloojiin saffisaan akka guddatu godheera.
Galata guddaa: Alessandro Volta, Michael Faraday, Thomas Edison, Nikola Tesla — sammuu isaanii addunyaa ifaan guutan.
FYI: Wantoota kana hunda hojiirra oolchuuf, seerri elektirikii ammallee bu’uura keenya dha.
#Technology #Innovation #Electricity
3 085
Appiin Google Photos waan haaraa argateera.
Googlen appii isaa hunda keessatti amaloota Gemini AI walitti makuuf jira.
Isaan keessaa tokko Google Photos yoo ta'u, kunis AI adda addaatiin haaromfamee jira.
Filannoo Ask jedhamu kan bilbila keessan irratti suuraa kamiyyuu salphaatti barbaaduu dandeessu ni argattu.
Gemini'n kan hojjetu, amalli kun suuraawwan keessan maqaa, gosa ykn guyyaa dhalootaatiin akka barbaaddan isin dandeessisa.
Filannoon biraa Create yoo ta'u, suuraa keessan gara viidiyoo ykn animation jijjiiruuf isin dandeessisa.
Appilikeeshinii Google Photos keessan update godhaa ilaalaa.
@abrelo_tech
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
