Afoola Oromoo
前往频道在 Telegram
Oromummaaf! Kaayyon keenya: Asoosama Haaraa Asirratti maxxansuu fii Afoola Oromoo guddisuudha. Yaadafii gaaffii qabdan ammoo karaa # @asoosamaa_bot & @Seinae nu biraan gahaa!
显示更多芬兰1 812未指定类别
4 714
订阅者
无数据24 小时
无数据7 天
无数据30 天
帖子存档
4 714
Durbi, haadha, obboleettidha, adaadaa, haadhawarraa, intala, hiriyaadha. Durbaaf kabajatu mala! Durboonni yeroo heedduu jajjabina barbaadu durboota naannoo kee jiran jajjabeessi. Hiriyaa yookan kadhima kee yoo taate guyyaa guyyaan jaalalaafii kabaja isheef qabdu ibsiif. Yeroo baay'ee yaada biyya jijjiiru kan qabu dubartoota haata'u malee jajjabina/ motivation ishee barbaachisu kana waan hin arganneef tuffatteema dhiiftee of keessatti ajjeefti.
https://t.me/asoosamas
https://t.me/asoosamas
https://t.me/asoosamas
4 714
እንኳን ወደ #Safaricom ኢትዮጵያ አገልግሎት በሰላም መጡ ‼️
Safaricom ኢትዮጵያ ውስጥ የሚጀምረውን አገልግሎት ለማስተዋወቅ እና የህዝብ ተደራሽነቱን ለማስፋት ያዘጋጀው #3ሺ ብር የሚያሸልም በጣም ቀላል ውድድር አዘጋጅቷል ።
በሽልማቱ ተሳታፊ ለመሆን ይህን ሊንክ ተጭነው ቡታችን ይቀላቀሉ👇
https://t.me/EthioSafaricombot?start=r0154684825
✅ የተሸላሚዎችን ዝርዝር ለማየት ቻናላችን ይቀላቀሉ 👇👇
https://t.me/joinchat/2By2B4WVqeUzNmI0
ይህ የእርስዎ መጋበዣ መልዕክት ነው #SHARE ወይም #FORWARD በማድረግ ውድድሩን ይቀላቀሉ ።መልካም እድል 🎁
🌐 Safaricom Ethiopia™
4 714
AMALOOTA MILKAA'INA NAMA GONFACHIISAN
1. Kutannoo (desire )
2. Kutannoo (commitment ) " Nama sona gaarii qabu tahuuf ifaaji malee milkaa'ina qofa gonfachuuf hin ifaajin" ALBERT ANISTAAYINII
3. ITTI GAAFATAMUMMAA. Dirqamni ykn Ittigaafatamummaan dharraa irraa madde, gammachuu namaa kenna.
4. JABAATANII HOJJECHUU
Akkuma jabaattee hojjechaa deemteen carraan waan gaarii argachuu kees dabalaa deema.
5. SABRII. Sabriin ida'ama sonaawwanii, amantii fi sansakaati.
6. AMANTII GAARII QABAACHUU
7. KAN FUDHATTE CAALAA KENNUU AMALEEFFADHU.
"Namaaf mindeeffamtee hojjetta taanaan waan guddaa argamsiisuuf hojjedhu malee ga'ee sirraa eegamu qofa bahuuf hin hojjettin" Kiim Haabaardii
8. HUMNA KUTANNOO
9. GA'UMSA YKN HOJII OFIITTI BOONUU
10. NAMOOTA BIROO IRRAA BARACHUIF DHARRAA QABAADHU. Namni si gorsu ykn si barsiisu of eeggannoon filadhu.
http//:t.me/asoosamas
4 714
🔧GUFUULEE〰 MILKAA'INAA❗❕🚮🚷🔂
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii🚼
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu🕢🌘
7. Hanqina maallaqaa💰
8. Ittigaafatamummaa maatii👪
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu🎯
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu👤
12. Humna ofii ol yaaduu 💪💆
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu🏃
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu🔤🔢
15. Sabrii dhabuu
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu 📐✂
http//:t.me/asoosamas
4 714
🔧GUFUULEE〰 MILKAA'INAA❗❕🚮🚷🔂
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii🚼
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu🕢🌘
7. Hanqina maallaqaa💰
8. Ittigaafatamummaa maatii👪
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu🎯
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu👤
12. Humna ofii ol yaaduu 💪💆
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu🏃
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu🔤🔢
15. Sabrii dhabuu
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu 📐✂
http//:t.me/asoosamas
4 714
🔧GUFUULEE〰 MILKAA'INAA❗❕🚮🚷🔂
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii🚼
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu🕢🌘
7. Hanqina maallaqaa💰
8. Ittigaafatamummaa maatii👪
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu🎯
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu👤
12. Humna ofii ol yaaduu 💪💆
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu🏃
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu🔤🔢
15. Sabrii dhabuu
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu 📐✂
#sheerii fi invaayitii gochuu hin dagatina.
http//:t.me/asoosamas
4 714
Micciirraa
Gumee harkaa kan ta'e micciirran gosa lamatu jira. Micciirraa baaqqeefii micciirraa jirma lamaa. Akkuma Odaa micciirran illee hundeen isaa tokkodha. Micciirran ibsituu Oromummaati mallattoo eenyummaati. Harka mirgaa irratti gidhachuun eenyummaa keenyan haa boonnu. Seenaa dhugaa nama ta'e tokko muudate:
👉 Finfinnee keessatti Oromoofii saba biraa adda baasanii beekun ulfaatadha. Garuu, guyyaa tokko mana DS TV tti osoo kubbaa miilaa ilaalaa jiranii mucaan tokko mucaa isa tokkotti dhiyaatee afaanuma Oromootin "waa fayyadami sin affeera!" Jedheen. Mucichis nahee " "akkamiin afaan Oromootin na dubbisuu dandeesse?" Jedhee gaafateen innis deebisee " Micciirratu harkakee irra jiraam" jedheen.
Egaa akkasitti ibsituu eenyummaa keenyaa erga ta'ee hundumti keenya Micciirraa haa kaawwannu.
Akka yaada dhuunfatti ammoo: namni tokko gaafa hiriyaa isaa kaadhimmatu qubeellatti dabalee "Micciirraa" isa jirma lamaa bituufin qabamuu ishee haa ibsu .
Inni hiriyaa hin qabne ka jirma tokkoo(single) haa kaawwatu.
🌷🌹🌷
4 714
Qubee dachaa
Qubeen lama walitti cimdaa'ee akka qubee tokkootti sagalee uumuf kan fayyadu qubee dachaa jedhama. Afaan Oromoo keessatti qubee dachaa Afaan biraa irraa liqeeffatame lamaan dabalatee walii galatti qubee dachaa 7tu jiru. Isaanis:
CH
DH
NY
PH
SH
TS fii
ZH dha.
Warreen liqii TS fii ZH dha. Akkasumas ammoo qubeen dachaa Afaan Oromoo keessatti qofa argamu illee nii jira. Innis;
" DH" yogguu ta'u, namni afaan Oromoo hin beeknefii hiddi isaa kuush hin taane salphaatti waamuu hin danda'u nii rakkisaan. "Daa" jechuun waamu.
Jechoonni "DH" of keessaa qaban murasni; Dhagaa, dheengadda, dhimma, dhoobe, dhiichise, dhuma, dhadhaa fii k.k.f. godinaalee oromiyaa tokko tokko iddoo murtaa'ettis qubee "DH" kana fayyadamuu irra kara "a" tti butuun fayyadamuutu salphataaf. Fakkeenyaf horroo guduruu wallaggaa, shawaa kibba lixaa, harargee iddoo mirtaa'e tokko tokkoofii naannolee muraasni illee akkasuma bakka "DH" "a" buusun fayyadamu. Yogguu kana; nagaadhaa jechuuf, nagaa'aa, dhadhaa jechuuf, a'aa, kudhan jechuuf ku'an fii k.k.k fayyadamu. Oromiyaan bal'oodhaa loqodni illee gosa heeddutu jira yeroo dhiyootti loqoda godinaalee harargee lamaanifii giddu gala Oromiyaa wal bira qabnee qabannee dhiyaanna. Horaa bulaa!
https://t.me/asoosamas
4 714
Waa xiqqoo wal irraa haa barru!
Yeroo baay'ee namoota qubeelee sirnaan eeganii akkaataa barraa'uu qabutti dheeressun,gabaabsuu, jabeessuu fii laaffisuun katabuu(barreessu)n yogguu rakkisu argina. Garuu, jecha sirnaan barreessuf wanti barbaachisu inni guddaan sammuu keessatti jechi tokko iddoo itti laafufii jabaatu akkasumas dheeratuufii gabaabbatu xiinxaluudha. Jabinniif laafinni jecha tokkoo afaan keenya keessatti (arraba) irratti yogguu waamnu beeksisa. Dheerinniif gabaabinni isaas akkasuma yogguu dubbannu dafee adda cutuufii dheeratee turuu isaan murtaa'a.
Jechi jabaan dubbifamaa lama walfakkaataa bakka jabaatu sanatti lama taasisanii barreessudhaan ibsama. Jechi laafan ammoo faal'aa jecha jabaati.
Jechi Dheeran qubee dubbachiiftuu irratti hundaa'a. Gaafa jecha dheeraa barreessuu barbaadne qubee dubbachiiftuu walfakkaataa bakka dheeratu sanatti lama taasifnee barreessina. Jechi gabaaban ammoo faal'aa jecha dheerati qubee dubbachiiftuu gosa tokko baaqqee kan qabatudha.
Jechoonni Afaan Oromoo warreen armaan oliitin Alatti illee jechoota Hudhaafii Irrabuta jedhaman nii jiru.
Jecha hudhaa jechuun yogguu jecha kanneen waamnu qoonqoo keessatti kan nama qaban( hudhan ) yoo ta'an qubeelee kanneen barreessuf mallattoo hudhaa (') fayyadamna. Fakkeenyaf: re'ee, dil'uu, mi'a, sa'a fi k.k.f
Jechoota irrabuta
Jechoonni irra buta jedhaman ammoo jechoota dubbifamaa gosa adda addaa lama wal bukkeetti qabatudha. Jechi kun hagam jabaa yoo ta'e illee qubee dubbifamaa walfakkaatu tokkoo ol hin qabatu. Fkn: farda, ilkaan, harma, Arba fii kanneen kana fakkaatanidha.
Waliin barachuun keenya itti fufa yaadafii gaaffii qabdan karaa keessaa nu biraan ga'aa!
Galatoomaa!
https://t.me/asoosamas
4 714
Tapha Addaa
Qubeelee yogguu gadi galagalan walii isaanii fakkaatan fakkeenyaf: qubee U xiqqaan(u)n gaafa gadi gala galu qubee N xiqqaa( n) uuma. Faal'an isaas akkasuma. n yoo gadi galagalchinee ilaalles u arganna. Qo'annoo kana waraqaa irratti(bilbila kaassatti) gaggalagalchitanii ilaalun mirkaneeffadhaa. Akkasumas qubeelen akkasii kun qubee Afaan Oromoo 26n keessaa yoo xiqqaate 3tu jiru, lamaan hafan namni dursee karaa,
# @asoosamaa_bot barreesse nii badhaafama.
Carraa keessan yaalaa nama dursee deebii isaa erge 2 kaardii moobayilaa badhaafna.
Irratti hirmaadhaa!
Taphni keenya itti fufa!
https://t.me/asoosamas
4 714
Walaloon barreessa
Ija fii qalbii naaf ergisaa
Mataduree isaa
Dhuma irraa dubbisaa
Ittuma naaf himaa
Ani nan gumguma *2
Wal bukkee teenyee konkolaataa keessa
Nagaa walgaafannee, eessaa dhufte ati eessa?
Hundeen uumamakee bakki argamaa;
Guyyaan waliin jenne natti yaadatama
Gaafa bunes carraan bakka tokko geenyee;
Isa fuula duraaf mari'anne teenyee
Turtii yeroo dheeran baay'ee wal jaallannaan;
Akka adda hin baane waliif galle imaanaa*2
Ittuma naaf himaa
Ani nan gumguma*2
Kaleessa dagattee gattee imaanaa nyaattee
Har'a naan gad cabsitee
Ofii keef ol baatee
Anaan rakashiiftee
Ofiin qaalessite
Qaalii of gochuunis bari dansaa dhuma
Anaaf lammii gaddisiisun kee garuu sirrumaa?
Silaa qaala'uunis Ana irraa bareeda akka mi'aa kootti
Kuma irra of kaa'un kee maali yaa zayitii?
Hagas of tuulun kun maalikaa adaraa
Mi'aa bar sin caala anatu sukkaara.*2
Iyyannoo Sukkaaraa
https://t.me/asoosamas
4 714
ANAA FI QAANAA 📡📺
Kutaa 6ffaa
" Mataa waanan rukutameef beekan ture" 😇 ittiin jedhe anis. "Amma waan baay'ee miidhamteef hospitaala dhuunfaa deemuu qabda" naan jedhan. Taatoti fiilmii hangi sun isaan natti lallabaa 🎷 oolan kanumaafi jedheen sagalee guddaadhaan iyyuu kajeele. Yoon iyyee ammoo tokko shaneen natti duudanii lubbuu na keessaa baasuu jedheen sodaadhe. Isaan bakka ani jirutti na dhiisanii fiilmii isaaniitti kikissaa deebi'an. An foon koo dhiiga dhaabsisuu deemeen onnee of dhiigse. Isa baqaqe suphisiisuuf mana yaalaa deemeen caalaatti akka suphee burkutaa'e 😅
Akka na fiddanitti kottaa ana fudhadhaa jedheen warra na madeessee yaalaaf bakka yaalli hinjirre na geesse waammadhe. Isaanii yaa tolu dhufanii na fudhatan.
Maal jechuu barbaadeenii beektuu, ijjoolleen barumsa dhiiftee, Tv Qaanaa jettee qaranna'aa jirti. Kanaafuu jeequmsa karaa warra ollaa nama irra ga'u of irraa maqsuuf, baay'ina uummataa hir'isuuf gaarii ta'us, dhaloota quucarsuuf, Afaan Oromoo haguugee aartii keenya ukkaamsuuf, ogeessota fayyaa hoji dagachiisuun teesisuu irratti ammoo dhiibbaa waan qabuuf Tvn Qaanaa galata dhabee, galata haa argatu. Hhhhhhhh silaa bara kana dhibba keessaa dhibba galateeffachaa, dhibba keessaa dhibba galateeffachuu dhiisuu hin dandeenyu.
Harar (2016)
Xumurameera.
https://t.me/asoosamas
4 714
ANAA FI QAANAA 📡📺
Kutaa 6ffaa
" Mataa waanan rukutameef beekan ture" 😇 ittiin jedhe anis. "Amma waan baay'ee miidhamteef hospitaala dhuunfaa deemuu qabda" naan jedhan. Taatoti fiilmii hangi sun isaan natti lallabaa 🎷 oolan kanumaafi jedheen sagalee guddaadhaan iyyuu kajeele. Yoon iyyee ammoo tokko shaneen natti duudanii lubbuu na keessaa baasuu jedheen sodaadhe. Isaan bakka ani jirutti na dhiisanii fiilmii isaaniitti kikissaa deebi'an. An foon koo dhiiga dhaabsisuu deemeen onnee of dhiigse. Isa baqaqe suphisiisuuf mana yaalaa deemeen caalaatti akka suphee burkutaa'e 😅
Akka na fiddanitti kottaa ana fudhadhaa jedheen warra na madeessee yaalaaf bakka yaalli hinjirre na geesse waammadhe. Isaanii yaa tolu dhufanii na fudhatan.
Maal jechuu barbaadeenii beektuu, ijjoolleen barumsa dhiiftee, Tv Qaanaa jettee qaranna'aa jirti. Kanaafuu jeequmsa karaa warra ollaa nama irra ga'u of irraa maqsuuf, baay'ina uummataa hir'isuuf gaarii ta'us, dhaloota quucarsuuf, Afaan Oromoo haguugee aartii keenya ukkaamsuuf, ogeessota fayyaa hoji dagachiisuun teesisuu irratti ammoo dhiibbaa waan qabuuf Tvn Qaanaa galata dhabee, galata haa argatu. Hhhhhhhh silaa bara kana dhibba keessaa dhibba galateeffachaa, dhibba keessaa dhibba galateeffachuu dhiisuu hin dandeenyu.
Harar (2016)
Xumurameera.
https://t.me/asoosamas
4 714
ANAA FI QAANAA
KUTAA 5ffaa
An nan aada; qaamni na butute jira firakoo "maaloo dafi na furiin " ittiin jedhe. Isheenis "maal aadda Chaandiraanuu cidha Zaaraa irratti akka sana reebamee homaa hin taanee. Kana waan guddaa gootee akka deessuu hin ciniinfatin" naam jette. Oso ishe kanas ka'ee kabalee natti tola ture. Ana nama du'uuf dewmu fiilmii Hindii naaf seenisiti.
Anis aareen hiriyaa kootiin "Maalidha hospitaala jettanii, Bollywood na fiddanimoo akkamii waansaa" jedh. Narsoti kan biraa girrisanii yeroo dhufan " dhiifama obbolesso ati al tokko gad ba'i" ittiin jette hiriyaa kiyyaan. Dhiira tokkoof durba sadii ta'anii na marsan. Ani ammaa sagalee harkifamaan " maaloo du'uufan jedha natti dafaani" jedhen"cal jedhi humna kee ilaaltee nama hin loltuu? ati Kuuziidhaa (taatoo Fiilmii kan biraati) kan aka argite nama hundumaa duukaa wal loltu?" naan jedhe narsichi inni dhiiraa. "yoo akka isaatti nama ofirraa qolachuu hin dandeessu ta'e afaan kee qabachuu dha" jedhee itti dabaluun natti dute. Anis fala biraa hinqabu waanan taheef "tole"n jedhe. Haasaan isaanii kun garu ' anti pain' ta'uu hin hafu jedheen yaade. Inni dhiiraa sun itti dabalun " mee akka dheengaddaa Chaandraan itti ciise sanatti ciibsaa" jedhe. Shamarran lamaan asiif achi ana qabanii na ciibsan.
Ishee ittiin nama dhaggeefatan sana laphee koorra kaa'uf uffata narraa soqole " Ispoortii nii hojjettaa" naan jedhe. " eeyyen" jedhen. "sister chest isaa kan chaandiraa hin fakkaatuu?" jedhe " yes of course, harki isaa garuu kam Omaariin fakkaata; qal'aadha" ittin jette.
Waan isaan haasa'an fiilmii ta'uu isaa nan shakke. Maqaa dhukkubadha se'een yaadda'ee sababnisaa ogeessi fayyaa tokko akkamiin dhukkubsataa dhiisee waa'ee fiilmii dhiphataree?
Waantisaan maqaa wawwaaman kun.maqaa dhukkuba ta'uu hin ooltu jedheen waanan shakkeef "akkas nama godhaa innii?" jedheen gaafadhe. "Maaltu?" naan jedhe. "Chaandiraa fi Omaan dhukkubbiin jedhamu" yoon jedhuun , inno dhiiraa "oo ati baayee miidhamtee jirta jechu dha. TV Qaana wallaalaan isaa sirriitti dhibamtee jirta. Isa dhiigni kee dhangal'aa jiru caala dhukkubin kee hamaan isaa kana" jedhee kolfa dheeraa kolfe.
itti fufa....
https://t.me/asoosamas
