ch
Feedback
Kureeth Institute 🌏

Kureeth Institute 🌏

前往频道在 Telegram

📈 Telegram 频道 Kureeth Institute 🌏 的分析概览

频道 Kureeth Institute 🌏 (@kureeth) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 10 179 名订阅者,在 教育 类别中位列第 19 499,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 3 275

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 10 179 名订阅者。

根据 30 六月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -285,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 0%。内容发布后 24 小时内通常能获得 N/A% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 0 次浏览,首日通常累积 0 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 0

📝 描述与内容策略

尚未提供频道描述。

凭借高频更新(最新数据采集于 01 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

10 179
订阅者
无数据24 小时
-787
-28530
帖子存档
Repost from Hakaan Bakri
Facebook kiyyarratti ergaalee gaggabaaboo Dhaamsa guddaa if keessaa qaban maxxansaa jira. Dhaqaatii Daawwadhaa. https://www.facebook.com/share/r/19MRZscuB7/?mibextid=wwXIfr

Repost from Hakaan Bakri
Warri yeroo dheeraa Telegram kanarratti wal beeynu Hundi Keessanuu TikTok banachuu kiyya quba qabduu Laata? Liinkii armaan ga
Warri yeroo dheeraa Telegram kanarratti wal beeynu Hundi Keessanuu TikTok banachuu kiyya quba qabduu Laata? Liinkii armaan gadii kana dhaqaa Matii ta’aa 🙏 https://www.tiktok.com/@jemalsheikhbakri1?_r=1&_t=ZM-923dIufvAbc

Repost from Hakaan Bakri
https://youtu.be/F5abnUkQBg4?si=aIaRjJ7H77MVokPn Yeroo haasoytu harka kana maaliif akkas goota? Kuni Style Rastafarian bar wa
https://youtu.be/F5abnUkQBg4?si=aIaRjJ7H77MVokPn
Yeroo haasoytu harka kana maaliif akkas goota? Kuni Style Rastafarian bar warreen naan jettan sun akkam nagumaa? 😁
Hundaafuu Vidiyicha liinkii armaan oliitiin daawwadhaa warri hin daawwatin 🙏

Repost from Hakaan Bakri

Repost from Hakaan Bakri
Har'a Sa'aa 8:00 irratt Minber Tv Irratti nu daawwattanii? Yoo nu daawwachuu baattan Youtube Milan Media irratti liinkii arma
Har'a Sa'aa 8:00 irratt Minber Tv Irratti nu daawwattanii? Yoo nu daawwachuu baattan Youtube Milan Media irratti liinkii armaan olii irraa daawwadhaa. #JireenyaKeetittiGammadi

Warreen Riyaada Sheikh Muhammad Zabuur Qar'uu Barbaaddan Liinkii Tanaan Seenaa💯 https://t.me/sheek1Z

Repost from Amar Temam
Dhimma Gub*achuu Masjiida Barattoota Muslimaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee irratti ***** Manneen barnootaa dhiibbaan amantaa bu'uureffate keesa barattoota Muslimaa irratti raawwatamu keessaa tokko akkuma beekamu Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee kana. Barattoonni akka salaanne, salaataafis akka mooraadhaa torban guutuu hin baane godhamuu irraa kaasee hanga sanada amantaa Islaamaa xureessu qopheessuun barattootaaf raabsuutti kan ga'ame mana barnootaa kana keessatti. Doorsisa irraa eegalee qabxii barattootaa ta'e jedhanii gadi buusuufi hanga qabatee barnootaa irraa guutummaan guutuutti hariyatamuutti dhiibbaan qinda'aan Barattoota Muslimaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee kana irratti raawwatamaa ture itti fufeera. Barattoonni rakkoo kana furuuf Masjiidni isaan ijaarsa eegalan (mooraan alatti) akka hin milkoofne, godhamaa rakkoo garaa garaatiif saaxilamaa tureera. Barattoonni qarshii shaatmyiifi saamunaaf maatiin erganiif of irra dabarsanii ijaarsa Masjiida kanaa eegalanii yeroo dheeraaf waliin rakkataa turan. Qorqorroollee namni isaan tumsee irra buusuuf dhabamnaan duwwaatti salaataa barataa turan. Baatii muraasa ana waliin haasofnee waan hafe kana goonee Ijaarsa masjiidichaa xumurra jennee erga walii gallee booda, dokimantarii gabaabaa karaa Spider Media tiin hojjanne. Dhiibbaa mana barnootichaa keessatti barattoota Muslimaa irra ga'uu, qabsoo isaan amma itti jiran, haala Masjiidichaa eegalaa kaasee hanga sadarkaa inni irra jiruu dabalatee qabxiilee baay'ee dokimantaricha keessatti tarressee, hunduu waan humna barattootaatii ol ta'e kana akka tumsuufi ijaarsa masjiidicha akka millkeessu waamichas goone. Haala kanatti osoo jiruu har'a waa biraa dhageenye. Masjiidni kun haalli itti gub*ate ibsa bal'aa barbaada. Hojjattoonni ittisa balaa abiddaas akak hin garas deemanii balicha to'atan hin godhamne. Qaamni nageenyaas dafee akka achi hin qaqqabne ta'eera. Haalli jiru marti xiyyeeffannoo addaa barbaada. Masjiida garuu kanaa ol guddisanii bal'isanii yeroo gabaabaa keessatti ijaaruun waajiba Muslima maraati. © #Amar_Temam https://t.me/amartemam1133

Repost from Amar Temam
Dhimma Gub*achuu Masjiida Barattoota Muslimaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee irratti ***** 👇👇👇
+6
Dhimma Gub*achuu Masjiida Barattoota Muslimaa Mana Barnootaa Bultii Addaa Beddellee irratti ***** 👇👇👇

አስቸኳይ መልዕክት! እባካችሁ  ይህንን መልዕክት ለቤተሰብዎና ጓደኛዎ ያስተላልፉ! ሰሞኑን አንዳንድ ህብረተሰቦች ከማይታወቁ ግለሰቦች ስልክ ጥሪ እየደረሳቸው እንደሆነና ስልክ ቁጥሩም፡፣       Tel: +375602605281        Tel: +37127913091        Tel: +37178565072        Tel: +56322553736        Tel: +37052529259        Tel: +255901130460 ወይም ማንኛውም ቁጥር በ+371,+375,+381የሚጀምሩ እንደሆነ አሳውቀዋል።     እነዚህን ስልክ ቁጥር የሚጠቀሙት ግለሰቦች ሲደውሉ አንዴ ብቻ ከጠራ ብኋላ ይዘጉታል። እርስዎ መልሰው ሲደውሉ የርስዎን Contact List በ 3sec ውስጥ ወደ ራሳቸው ኮፒ በማድረግ እንዲሁ ሞባዬልዎ ላይ ስለ እርስዎ ባንክ ወይም ክሪዴት ካርድ መረጃ በአንዴ በመጥለፍ የማጭበርበር ስራ እየሰሩ ይገኛሉ።ከላይ በተጠቀሱት ስልክ ቁጥር ከተደወለሎት አይመልሱ ፡ወይም መልሰው አይደውሉ።እንዲሁም በማንኛውም ደዋይ #90 or #09 በመስመር እንዲነኩ ከተጠየቁ አይንኩ።ምክንያቱም በቀላሉ ሲማችሁን አክሰስ(በመጠቀም)  በናንተ ስም የፈለጉት ወንጀል በመስራት እራሳቸውን ስለሚሸሽጉ ነው።   ይህንን መልዕክት ለቻላችሁ ሰው ፎርዋርድ በማረግ ህዝባችንን ከዚ መሰል ማጭበርበሮች እንታደግ። ©

Repost from N/a
Ramadan Planner.pdf13.97 MB

Ramadan Planner.pdf13.97 MB

Repost from Hakaan Bakri
ፍትሕ ለዲላ ዩኒቨርሲቲ ሴት ተማሪዎች ! ተገላልጦ መሄድን መብት ነዉ ያለዉ ህግ ተሽፋፍኖ መሄድን ለምን ያኮንነዋል?
ፍትሕ ለዲላ ዩኒቨርሲቲ ሴት ተማሪዎች !
ተገላልጦ መሄድን መብት ነዉ ያለዉ ህግ ተሽፋፍኖ መሄድን ለምን ያኮንነዋል?

Mashaallah Tabarakalah 👌 wallahii program ajaiba dabersine heddu hedu takka bareedadha sheikh keenya Abdurazaq Hassan dhaamsa fi wal yadachisu muimina fayyadu sanin qalbi teenya ibse galatoomi jannaan isinillen hundi keysan galatoomaaa warrii hirmàtan hundi warra irra fayyadamu rabbii nuhaagodhuu inshaallah

record.ogg16.33 MB

Itti Gaafatamummaa
"Technology bilisoomsaa, technology teessan godhadhaa, laqaaqaa harkaa fudhaa" Sheikh Abdurazzaaq Hassan

Warri gaafii qabdan liinkii kanarratti barreeffadhaa @Kureeth1

Itti gaafatamummaa
"Fathul Baarii mujallada Saddeetin dubbisee jira. mana kiyya kitaaba gurguddaatu jira. Yeroo garii sheekkotii gurguddoo tana mana kaayattee raftaan lubbuu tiyyaan ja'a" Sheekh Abdurazzaaq Hassan

Sheikh kenya umrii nuf dheradhuu nuf jiraadhu wallahi Amna kaayyoo dhugaatif wasiyya ajaiba mashaallah Tabarakalah 😍 Sheikh Abdurazaq Hassan

"Amaanaa Rabbii hin ganinaa" @Kureeth1