Chemistry group 33
前往频道在 Telegram
显示更多
未指定国家未指定类别
208
订阅者
+124 小时
-17 天
+230 天
帖子存档
Biology multiple-choice questions related to microorganisms along with their answers
1. Which of the following is a characteristic of prokaryotic cells?
A) Membrane-bound organelles
B) Nucleus
C) Circular DNA
D) Multicellular organization
Answer: C - Circular DNA
2. What is the primary role of bacteria in the nitrogen cycle?
A) Nitrogen fixation
B) Photosynthesis
C) Decomposition
D) Respiration
Answer: A - Nitrogen fixation
3. Which of the following microorganisms is used in the production of yogurt?
A) Saccharomyces cerevisiae
B) Lactobacillus bulgaricus
C) Escherichia coli
D) Streptococcus pneumoniae
Answer: B - Lactobacillus bulgaricus
4. Antibiotics are effective against which type of organism?
A) Viruses
B) Fungi
C) Bacteria
D) All of the above
Answer: C - Bacteria
5. Which structure is found in viruses but not in bacteria?
A) Cell wall
B) RNA or DNA
C) Plasma membrane
D) Ribosomes
Answer: B - RNA or DNA
6. What process do yeast cells primarily undergo to produce energy under anaerobic conditions?
A) Fermentation
B) Aerobic respiration
C) Photosynthesis
D) Chemosynthesis
Answer: A - Fermentation
7. Which of the following diseases is caused by a virus?
A) Tuberculosis
B) Malaria
C) Influenza
D) Fungal infections
Answer: C - Influenza
8. Which microorganism is known for its role in bioremediation?
A) Lactobacillus
B) Pseudomonas
C) Penicillium
D) Saccharomyces
Answer: B - Pseudomonas
9. The Gram stain is used to differentiate bacteria based on what characteristic?
A) Shape
B) Size
C) Cell wall composition
D) Metabolic activity
Answer: C - Cell wall composition
10. Which of the following is a beneficial effect of microorganisms?
A) Causing disease
B) Decomposing organic matter
C) Producing toxins
D) Contaminating food
Answer: B - Decomposing organic matter
@chemistry_group33
የሪሜዲያል መግቢያ ነጥብ ይፋ ሆነ።
ትምህርት ሚኒስቴር በ2018 የትምህርት ዘመን የመንግስት ዩኒቨርሲቲዎችን በተፈጥሮ እና ማህበራዊ ሳይንስ ትምህርት መስኮች ከ49.5% በታች ያስመዘገቡ ነገር ግን ከዚህ በታች የተዘረዘሩትን የሚያሟሉ ተማሪዎች የRemedial ፕሮግራም ተጠቃሚ መሆናቸውን አሳውቋል።
1. በሁሉም አማራጮች (በግል እና በመንግስት ተቋማት) የ Remedial ፕሮግራም ለመከታተል ተማሪዎች እንደተፈተኑት የትምህርት አይነት ብዛት 33% ከመቶ እና ከዚያ የተቆረጠ መሆኑን።
2. ከላይ በተራ ቁጥር 1 የተገለጸው እንደተጠበቀ ሆኖ በመንግስት ተቋማት (ወጪያቸው በመንግስት ተሸፍኖ) የ Remedial ፕሮግራም የሚከታተሉ ተማሪዎች የመቁረጫ ነጥቡን ያሟሉ ብቻ ይሆናሉ።
የመቁረጫ ነጥብ ፦
➡️ የተፈጥሮ እና የማህበራዊ ሳይንስ ወንድ ተማሪዎች 216
➡️ የተፈጥሮ እና የማህበራዊ ሳይንስ ሴት ተማሪዎች 204
➡️ ታዳጊ ክልል እና አርብቶ አደር አካባቢ የተፈጥሮ እና ማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ለሁለቱም ጾታ 198
➡️ የማህበራዊ እና የተፈጥሮ ሳይንስ መስማት ለተሳናቸው ተማሪዎች ለሁለቱም ጾታ 198
➡️ ማህበራዊ እና የተፈጥሮ ሳይንስ ዓይነስውራን ተማሪዎች ለሁለቱም ጾታ
@chemistry_group33
Part 2
7. Entrepreneurship
📌Barumsi kun irra caalaa waa’ee ka’umsa seenaa entrepreneurship, waa’ee karoora Bizinesii(Business plann), Akkasumas waa’ee gabaa fi falaasama isaa kan dubbatudha.
📌Barumsi kun salphaa yoo ta'u 👌, dubbisuuf nuffisiisaa kan hin taanee fi qabxii Kee olkaasuuf baay'ee kan si gargaarudha. Erga barattanii booda hojii uumaa uumaa jedha 😁.
8. Psychology
📌Barumsi kun waa'ee ka'umsa Saayikoloojii, waa'ee memory fi forget (yaadachuu fi irranfachuu), waa'ee eenyummaa, dhibee xiinsammuu fi Tiyoorota adda addaa kan of keessaa qabuudha.
📌 Yuunivarsiitii kamittiyyuu Boqonnaa 8 booda hin barsiisan🤷. Koorsiin kun dubbisuuf nuffisiisaa miti, garuu yoo yaadasaa hin hubanne Koorsii walxaxaa dha.
9. Logic and critical thinking
📌Koorsiin kun waa'ee falaasamaa, yaad-rimee loojikii, waa'ee hiikaa(meaning), waa'ee dogoggoraa( fallacy) ...of keessatti qabata.
📌 freshman irratti koorsii ulfaataa fi bu'aa gadi buusu waan ta'eef barattoonni hedduun hin hojjetan. Moojulichi salphaatti ibsamus resource adda addaa fayyadamuun dirqama. Koorsii onnee nama cabsu😭
10. Mathematics for social science
📌Koorsiin kun Set, linear equation, Matrics fi calculus kan of keessatti hammatuudha. Irra caalaa koorsii highschool'tti baranne yoo ta'us, practice gochuun furtuudha 🔑.
📌Moojulichi bifa gabaabaan kan qophaa'e waan ta'eef dubbisuun nama hin nuffisiisu.
11. History
📌Barumsi kun walumaa galatti waa'ee seenaa Itoophiyaa qofa dubbata. Moojulichi dubbisuuf hawwisiisaa waan hin taaneef resource addaa addaa fayyadamuun barbaachisaadha.
📌Irra deddeebiin dubbisuu fi qormaata Gibbii practice gochuun bu'a qabeessadha👌
12. Geography
📌Barumsi kun akkuma history, Itoophiyaa irratti xiyyeeffachuun waa'ee gaarreen, haroowwanii fi lageen Itoophiyaa, baay'ina ummataa fi kkf of keessatti hammata....
13.Inclusiveness
📌 Barumsi kun irra caalaa namoota hir'ina qaamaa fi sammuu adda addaa qaban hawaasa keessatti hammachuun ykn hirmaachisuun barbaachisaa ta'uu dubbata. Yaad-rimeewwan adda addaa of keessaa qaba. Koorsii psychology wajjin hamma tokko wal fakkaata.
@chemistry_group33
#part 1
Mee waa'ee Koorsiiwwan freshman social science irratti fudhattanii xiqqoo waliin haa ilaallu 🤗
1. Emerging Technology 🧑 💻
📌Barumsi kun irra caalaa waa’ee Teeknooloojii, eessaa akka dhufee fi eessa akka ga'e, waa’ee teknooloojiiwwan ammayyaa, kanneen akka AI, IoT, VR, AR fi kkf ballinaan kan kaasuudha.
📌Mata dureewwan kunneen irra caalaan isaanii koorsii IT high school tti baratte waliin waan wal fakkaataniif, barattoonni hedduun isaanii qabxii bareedaa fidu.
2. Economics 📉📈
📌Barumsi kun yeroo fedhii fi dhiyeessiin wal qixa ta’ee fi yeroo wal hin qixxaanne maaltu akka ta’u, akkasumas waa’ee micro economics fi kkf kan of keessatti hammatuudha.
📌Barumsi kun baayyinaan concept waan ta'eef resource yookiin material adda addaa fayyadamuun baayyee bu'a qabeessa. Haa ta’u malee, barattoonni social high school keessatti waan barataniif qabxii bareedaa galmeessuu danda'u.
3. Anthropology 👴
📌Koorsiin kun waa'ee dhala namaa gadi fageenyaan , aadaa fi kkf irratti kan qoratuudha. barnoonni kun yeroo dorm keessatti dabbaramtullee akka asoosamaatti banattee kan dubbiftuudha.
4. Global trends
📌Barumsi kun waa’ee marii, hariiroo biyya alaa fi kkf kan kaasuudha. moojuuliin isaa bal'aa waan ta'eef resources adda addaa fayyadamuun dirqama.
5. Civics
📌 Koorsiin kun akka civic isa highschool keessattii salphaadha jettee xiqqeessitee hin ilaalin!! Yaad-rimeewwan haaraa adda addaa of keessaa qaba. Resource adda addaa fayyadamuun barbaachisaa dha. barnoota loojikii wajjinis kan wal fakkaatuudha.
6. Communicative English
📌Koorsii salphaa fi nama gammachiisuudha. Garuu yunivarsiitii akka AAU keessatti Bu’aa isaa kan murteessu barsiisaa koorsii kana barsiisudha. Haa ta'u malee final irratti akka gaariitti hojjechuu qabda.
@chemistry_group33
What is the possible value of t in the sequence 100, 98, 94, 86, t, 38, . . . ?
BAGA AYYAANA IRREECHAA KAN BARA 2018 NAGAAN GEESSAN!
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
Ayyaanni kun kan nagaa, galateeffannaa fi waloomaa nuuf haa ta'u.
Irreechi mallattoo ibsituu tokkummaati.⭐️🌿
Ayyaana kanarattiis jaalalaa fi gammachuun guutamnee kan kabajnu nuuf haa ta'u!
Ayyanaa Gaarii!!
@chemistry_group33
Baga Ayyaana Irreechaa bara 2018 nagaan geessan!
እንኳን ለ2018 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
Happy 2018 Irreechaa Holiday
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
