Crypto Highlights
الذهاب إلى القناة على Telegram
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
إظهار المزيد6 280
المشتركون
-324 ساعات
-277 أيام
-14630 أيام
أرشيف المشاركات
6 276
paws call-auction
Buy $0.002
Sell $0.005
Namoonni sell and buy gatii Isaan ittin gochaa jiranidha.
6 276
Namoonni Solana CEX irraa bitachuu barbaaddan gatiin isaa baayyee guddaadha waan ta'eef application Cwallet dhaan karaa salphaa USDT qabdan irratti erguun bitadhaa.
[DOWNLOAD APP]
6 276
6 276
Biyyoota paws Airdrop hin arganne ykn ineligible ta,an
👇
• Austria
• Belgium
• Bulgaria
• Croatia
• Cyprus
• Czechia (Czech Republic)
• Denmark
• Estonia
• Finland
• France
• Germany
• Greece
• Hungary
• Ireland
• Italy
• Latvia
• Lithuania
• Luxembourg
• Malta
• Netherlands
• Poland
• Portugal
• Romania
• Slovakia
• Slovenia
• Spain
• Sweden
warri paws hojjettan Yeroof biyyoota kanaan vpn hin dayyadamiinaa
6 276
📌Sababni Paws Bybit irraa badeef info tokko tokko akka jirutti, namoonni jalqaba Bitget irratti withdraw ajajanii booddee deebi'anii immoo Bitget irraa haqanii gara ByBit tti jijjiiraniif paws token exchange lamaan isaa irratti Bitget fi ByBit irratti sababa galeef isa sirreessuuf akkas godhan ta'uu dandaha.
6 276
Baayyistanii Paws 🐾 gatii gaariidhaan list taha jettanii hin abdatiinaa
[Yaada dhuunfaati]
6 276
Repost from Crypto Highlights
Gatii Paws ittiin list tahu tilmaamaa
Nama argateef Kaardii Bilbilaa abbaa 15 guutaaf 😆😂
6 276
➡️Distribution kanaan dura ByBit irratti ergame jijjiiramni ni jiraata.
💱Irra deebiin distribute gochuun yeroo dhiyootti warra latest eligible ta'aniif irratti hundaa'uun Distribute ta'a.
✔️ Fayyadamtoonni EEU (Biyyoota EU) ineligible ta'anii itti fufu (akkuma beektan biyyoonni EU sababa dambiiwwan MICA'tiin tarree biyyoota ⛔️Restricted list keessa jiru)
6 276
Paws'n kaleessa Bybit irra galaa ture deebi'e badeera dogoggorri baay'een waan tureef fakkata
6 276
BYBIT Message Isaan ergan gaaafannan kana booda Onchain😭
Warri hin fudhanne Bor onchainitti withdraw goona
6 276
Repost from Bybit Announcements
🚨 PAWS Airdrop Update 🚨
PAWS has been successfully airdropped to 749,952 users, you can check your UTA account! 🐾
If you are eligible for claim and have not received them via Bybit, please check with the PAWS community on how you can alternatively claim them on-chain.
6 276
Booru sa'aatii 8:00 irratti bilchaata
Akka gaariitti bilchaata jettanii yaadduu?
6 276
Gatii Paws ittiin list tahu tilmaamaa
Nama argateef Kaardii Bilbilaa abbaa 15 guutaaf 😆
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
