Crypto Highlights
الذهاب إلى القناة على Telegram
💡 Crypto Highlights is a channel dedicated to delivering simplified, easy-to-digest updates, news, and insights from the crypto world — helping you stay informed without the noise. Admin : @Bman923 🔰ʙᴜʏ ᴀᴅs: https://telega.io/c/crypto123788
إظهار المزيد5 401
المشتركون
-824 ساعات
-827 أيام
-30030 أيام
أرشيف المشاركات
5 395
Baayyistanii Paws 🐾 gatii gaariidhaan list taha jettanii hin abdatiinaa
[Yaada dhuunfaati]
5 395
Repost from Crypto Highlights
Gatii Paws ittiin list tahu tilmaamaa
Nama argateef Kaardii Bilbilaa abbaa 15 guutaaf 😆😂
5 395
➡️Distribution kanaan dura ByBit irratti ergame jijjiiramni ni jiraata.
💱Irra deebiin distribute gochuun yeroo dhiyootti warra latest eligible ta'aniif irratti hundaa'uun Distribute ta'a.
✔️ Fayyadamtoonni EEU (Biyyoota EU) ineligible ta'anii itti fufu (akkuma beektan biyyoonni EU sababa dambiiwwan MICA'tiin tarree biyyoota ⛔️Restricted list keessa jiru)
5 395
Paws'n kaleessa Bybit irra galaa ture deebi'e badeera dogoggorri baay'een waan tureef fakkata
5 395
BYBIT Message Isaan ergan gaaafannan kana booda Onchain😭
Warri hin fudhanne Bor onchainitti withdraw goona
5 395
Repost from Bybit Announcements
🚨 PAWS Airdrop Update 🚨
PAWS has been successfully airdropped to 749,952 users, you can check your UTA account! 🐾
If you are eligible for claim and have not received them via Bybit, please check with the PAWS community on how you can alternatively claim them on-chain.
5 395
Booru sa'aatii 8:00 irratti bilchaata
Akka gaariitti bilchaata jettanii yaadduu?
5 395
Gatii Paws ittiin list tahu tilmaamaa
Nama argateef Kaardii Bilbilaa abbaa 15 guutaaf 😆
5 395
Blum yeroo inni itti list ta,u dhiyaachaa jira akkuma beekanu spring ( march ,april ,may ) keessa akka list ta,u nu beeksisanii turani kanaafuu blum ji,a tokkoofi torbee lama isa dhufaa jiru keessa list ta,a
Blum point fi memepoint meeqa sassaabdaniittu ?
5 395
Namoonni hanga ammaa CEX keessan irra isiniif hin galle sababoota tokko tokko jiru isaanis⬇️
1. Incorrect UID (UID dogoggoraa)❌:
Yoo UID dogoggoraa fayyadamtan ta'e paws deposit keessan failed taha.
2. Restricted region (Biyya dhowwamaa ykn ineligible)🌐:
Nuti kana keessaa hin qabnu biyyi keenya ristrict miti😄
3. Technical delay (rakkoo teeknikaa)🖥:
Al tokko tokko sababa kanaaf token isiniif galuu turuu danda'a kanaaf obsaan eegaa
📣Yoo CEX keessan irratti claim hin goone On-Chain claim gootu
5 395
Namoonni 💰ByBit/Bitget💰 irra isiniif gale jiraa?
Anaaf ByBit irra galeera garuu Bitget irra hin seenne
💎So hamma inni isiniif galutti obsaan eegaa
