5 307
Launchpool Exchange Bybit🌐 jalqabameera:
Kana keessatti, cryptocurrency murtaa'oo, jechuunis BBSOL, MNT, ykn USDT🤑 STAKING gochuun $PAWS 🐾Token bilisa argachuu dandeessu.
Karaa salphaan USDT Launchpool keessa galchuun $PAWS token bilisa argachuudha. Karaa kanaan hanga $2,000🤑 Stake gochuu dandeessu.
Pirograammi kun erga xumuramee booda, BBSOL, USDT, ykn MNT isin Stake gootan hundi deebi'a.
Pirograammi kun March 12 hanga March 17 tti ni tura Carraa kana fayyadamuun $PAWS 1,200,000,000🐾 kan kanaaf qophaa'e keessatti hirmaachuu dandeessu.
Hamma stake gootan yoo caala ta'e token dabalataa argattu!
Source ➡️Bybit Website
⚡ @Dero_Crypto ⚡
📱 YT CHANNEL 📱
🔗 💬 🚫
ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉᶰᵗ ᵁᶰᵐᵘᵗᵉ
12 مارس 2025, 09:21
