ar
Feedback
BUBBEE MEDIA

BUBBEE MEDIA

الذهاب إلى القناة على Telegram
8 190
المشتركون
+224 ساعات
+297 أيام
+1130 أيام

جاري تحميل البيانات...

القنوات المماثلة
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
يوليو '26
يوليو '26
+59
في 1 قنوات
يونيو '26
+91
في 2 قنوات
Get PRO
مايو '26
+106
في 2 قنوات
Get PRO
أبريل '26
+98
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+177
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+230
في 2 قنوات
Get PRO
يناير '26
+225
في 1 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+341
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+1 039
في 7 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+783
في 9 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+645
في 5 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+310
في 1 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+262
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+268
في 1 قنوات
Get PRO
مايو '25
+495
في 1 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+609
في 2 قنوات
Get PRO
مارس '25
+696
في 1 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+431
في 3 قنوات
Get PRO
يناير '25
+1 063
في 1 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+1 239
في 2 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+251
في 0 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
24 يوليو+2
23 يوليو+3
22 يوليو+24
21 يوليو+1
20 يوليو+1
19 يوليو+3
18 يوليو+2
17 يوليو0
16 يوليو0
15 يوليو+3
14 يوليو0
13 يوليو0
12 يوليو+2
11 يوليو0
10 يوليو+1
09 يوليو+3
08 يوليو+1
07 يوليو+2
06 يوليو0
05 يوليو+2
04 يوليو+1
03 يوليو+1
02 يوليو+5
01 يوليو+2
منشورات القناة
ODUU AMMEE Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo X
ODUU AMMEE Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera. Qabxii keessan ilaallachuuf Liinkii armaan gadii fayyadamaa Liinkii :- oromia.ministry.et BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

2
KANA BEEKTUU? ✍Kaameeraan addunyaa kanaa inni jalqabaa "KODAK" jedhama. ✍kaameraan kuni Suuraa tokko kaasuuf sa'aatii 8 itti
KANA BEEKTUU? ✍Kaameeraan addunyaa kanaa inni jalqabaa "KODAK" jedhama. ✍kaameraan kuni Suuraa tokko kaasuuf sa'aatii 8 itti fudhata. 😄 BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA
3 435
3
Yunivarsiitiiwwan Barattoota Qormaataa Marsaa 3ffaa Fudhatan Simachaa Oolan. Yunivarsiitiiwwan guyyaa har'aa barattoota qorma+4
Yunivarsiitiiwwan Barattoota Qormaataa Marsaa 3ffaa Fudhatan Simachaa Oolan. Yunivarsiitiiwwan guyyaa har'aa barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 damee barnoota Saayinsii Uumamaa Marsaa 3ffaa Waraqaan qoraman nagaafi tasgabbiin simachaa oolaniiru. Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa waraqaan qoraman hunduu Yunivarsiitiiwwan naannawa isaaniitti argamanitti waan fudhataniif haala ramaddii kennameen hunduu yeroo kennameef keessatti wiirtuu qormaataa/ Yunivarsiitii itti ramadaman/ galaniiru. Haaluma kanaan guyyaa boruu, Waxabajjii 30/2018 haala waliigalaa qormaatichaa irratti ibsi (orientation)n kan kennamuuf yoo ta'u, qormaatni isaanii immoo, Guyyaa Roobii Adoolessa 01/2018 Ganama kan jalqaban ta'uun beekameera. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 275
4
DINQISIISOO Ijoollen afran(4) suuraa irratti muul'atan kuni biyya chaayinatti bara 2006 haadha isaani Tan chaoyun jedhamtu ir
DINQISIISOO Ijoollen afran(4) suuraa irratti muul'atan kuni biyya chaayinatti bara 2006 haadha isaani Tan chaoyun jedhamtu irraa dhalatan. Maqaan isaanis 1. Jiang Yunlong 2. Jiang Yunxiao 3. Jiang Yunhan 4. Jiang Yunlin jedhamu Haadhi fi abbaan, hawaasni naannoo akkasumas mana barumsatti immoo barsiisonni yeroo hunda ijoollee kana adda baasuuf baayyee rakkatu turan. Kanarraa kahuudhan haadhi ijoollee kana rifeensa isaani irratti 1 2 3 4 jechuun bifa suuraa irratti muul'atu kanatti sirreessufiidhan ittin adda baasaa turan. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
4 474
5
YUUNIVARSIITII BULEE HORAA Godiina gujii lixaa Magaala bulee horaatti argama. Bara 2001 hundeeffame. Branch 3 qaba ✍Bule Hora
YUUNIVARSIITII BULEE HORAA Godiina gujii lixaa Magaala bulee horaatti argama. Bara 2001 hundeeffame. Branch 3 qaba ✍Bule Hora (Main Campus) ✍Adola Campus ✍Gerba Branch(for Weekend student only) Nyaata Kaaffee Ciree ✍Roobii fi jimaata daabboo tokko fi shaayii. ✍Kibxata fi Dilbata Daabboo, qincee fi shaayii. ✍Wiixata, kamisa fi sanbata duraa Daabboo, ruuzii fi shaayii. ✍Laaqana fi Irbaata: buddeenaa fi ittoo(ittoon ni jijjiirama). Nyaanni Foonii torbanitti guyyaa lama(kibxata fi sanbata duraa laaqana irratti). Lounge Nyaata = 90-150 Buna = 25 Shayii= 15 Haala qilleensaa bareedaadha, yeroo Aduun bahu ni hoo'a garuu yeroo baayyee bokkaan jira. Department ✍ Dental medicine fi ✍International Marketing hin qabu ✍Uffanni fi kopheen baayyee rakasa. ✍WiFin gibbii bakka Library fi bakka Laboratory barattoota Informatics qofa jira malee, bakka hundaa hin jiru. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
4 267
6
ARSI UNIVERSITY Average Pass Rate for All Regular Students Av = 94.14% BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
ARSI UNIVERSITY Average Pass Rate for All Regular Students Av = 94.14% BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 568
7
YUUNIVARSIITII MAQALEE Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaletti argama. Finfinnee irraa 780KM fagaata. College 6 qaba ✍Main Campus
YUUNIVARSIITII MAQALEE Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaletti argama. Finfinnee irraa 780KM fagaata. College 6 qaba ✍Main Campus ✍Adi haki Campus ✍Ayder Campus ✍Calamino Campus ✍MIT Campus ✍Meles Campus Nyaata Kaaffee Ganama Firfirii, Mokoronii fi ruuzii daabboo fi shayiidhan ( kibxata daabboo lamaaf shayii) Guyyaa fi galgala Buddeena ittoodhan (Gosni ittoo ni jijjiirama) kamisa laaqanni paastaa , jimaata galgala dinnichaan Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2 Lounge Nyaanni= 60-120 Buna =10-15 Qishira=10 Shayii =10 Haala Qilleensaa ✍Guyyaa bayyee hoo'a ✍ Halkan ni qorra Department ✍Afaan oromoo hin jiru ✍ Gibbiidhan alatti nyaatas tahe uffanni gatiin isaa qaalidha. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
4 558
8
KANA BEEKTUU ? Adduunyaa kanarraa dhukkubbii Cimaan Osoo lubbuun jiranii Ibiddaan gubatanii du'uudha. Inni lammaffaan dhukkub
KANA BEEKTUU ? Adduunyaa kanarraa dhukkubbii Cimaan Osoo lubbuun jiranii Ibiddaan gubatanii du'uudha. Inni lammaffaan dhukkubbii yeroo da’umsaati. Dubartiif kabaja 🙏 BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 561
9
YUUNIVARSIITII WALLAGGAA Godiina Wallagga lixaa Magaala Naqamteetti argama. Finfinnee irraa 316-330KM fagaata. Branch 3 qaba
YUUNIVARSIITII WALLAGGAA Godiina Wallagga lixaa Magaala Naqamteetti argama. Finfinnee irraa 316-330KM fagaata. Branch 3 qaba (main Campus faana jechuudha) ✍Main Campus ✍Gimbi Campus ✍shambu Campus Nyaata Kaaffee Ganama Firfirii, ruuzii fi qincee daabboo fi shayiidhan Guyyaa fi galgala Buddeena ittoodhan (sambata xiqqaa laaqana irratti ruuzii fi daabboo nekemte Campus qofatti) Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2 Lounge Nyaata = 70_80 Buna = 10-15 Shayii =10 ⚠️ Kuni lounge tti qofa Mooraan alatti hunduu ni dabala Haala Qilleensaa ✍ Bona guyyaa xiqqoo hoo'a qaba. ✍ Arfaasaa xiqqoo ni qorra ✍ waqtii birraa qilleensa mijataa qaba. Department ✍Software engineering ✍Radiology ✍Governance fi ✍petroleum engineering hin qabu. Kanarraa kan hafe department hedduu ni qaba. ✍ Iddoo heddutti barattoonni afaan oromoon ni kessummeeffama) ✍Dammaa, bunaa fi dhadhaan fa'an gatii bareedan argamu. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 877
10
YUUNIVARSIITII WALLAGGAA Godiina Wallagga lixaa Magaala Naqamteetti argama. Finfinnee irraa 316-330KM fagaata. Branch 3 qaba
YUUNIVARSIITII WALLAGGAA Godiina Wallagga lixaa Magaala Naqamteetti argama. Finfinnee irraa 316-330KM fagaata. Branch 3 qaba (main Campus faana jechuudha) ✍Main Campus ✍Gimbi Campus ✍shambu Campus Nyaata Kaaffee Ganama Firfirii, ruuzii fi qincee daabboo fi shayiidhan Guyyaa fi galgala Buddeena ittoodhan (sambata xiqqaa laaqana irratti ruuzii fi daabboo nekemte Campus qofatti) Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2 Lounge Nyaata = 70_80 Buna = 10-15 Shayii =10 ⚠️ Kuni lounge tti qofa Mooraan alatti hunduu ni dabala Haala Qilleensaa ✍ Bona guyyaa xiqqoo hoo'a qaba. ✍ Arfaasaa xiqqoo ni qorra ✍ waqtii birraa qilleensa mijataa qaba. Department ✍Software engineering ✍Radiology ✍Governance fi ✍petroleum engineering hin qabu. Kanarraa kan hafe department hedduu ni qaba. ✍ Iddoo heddutti barattoonni afaan oromoon ni kessummeeffama) ✍Dammaa, bunaa fi dhadhaan fa'an gatii bareedan argamu. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
1
11
DINQISIISOO Maallaqa harkatti qabachuun lakkaa'uun dhiphinaa fi dhukkubbii hir'isuu akka danda'u meeqan keessantu beeka? BUBB
DINQISIISOO Maallaqa harkatti qabachuun lakkaa'uun dhiphinaa fi dhukkubbii hir'isuu akka danda'u meeqan keessantu beeka? BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 456
12
YUUNIVARSIITII AMBOO Goodina Shawaa lixaa Seensa Magaala Amboo irratti argama. Finfinnee irraa 114KM fagaata. Branch 4 qaba (
YUUNIVARSIITII AMBOO Goodina Shawaa lixaa Seensa Magaala Amboo irratti argama. Finfinnee irraa 114KM fagaata. Branch 4 qaba (main Campus faana jechuudha) ✍Main Campus ✍ Hachalu Hundessa Campus ✍ Mamo Mazamir Campus ✍ Waliso Campus ( Main Campus irraa 64KM fagaata) Nyaata Kaaffee Ganama Firfirii(fatfatoo) ,ruuzii ykn qincee daabboo fi shayiidhan. Guyyaa fi Galgala Buddeena ittoodhan(Gosni ittoo ni jijjiirama) Nyaanni Foonii(Therefore)Torbanitti guyyaa 2 Lounge fi kaaffee dhuunfaa Nyaata=90 Buna=20 Shayii=10 Haala Qilleensaa ✍ Waliso Campus ji'a muddee ni bubbisa ✍ Main Campus giddugaleessa guyyaa xiqqoo ni hoo'a Department ✍Software engineering ✍Business Management hin qabu ✍ Iddoo bashannanaa Haroon wancii goodinichatti argama. Hanqina ✍Nyaatni qulqullina hin qabu ✍ Hachalu Hundessa Campus tti rakkoo bishaanii darbee darbee ni mudata. Boru Yun. Kam maxxansinu? BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 934
13
YUUNIVARSIITII JIMMAA Godiina Jimmaa argama. Finfinnee irraa 350 fagaata. Branch 5 qaba (main Campus faana jechuudha) ✍ Main
YUUNIVARSIITII JIMMAA Godiina Jimmaa argama. Finfinnee irraa 350 fagaata. Branch 5 qaba (main Campus faana jechuudha) ✍ Main Campus ✍ College of Business and Economics(BECO) ✍ College Agriculture and veterinary medicine(JUCAVM) ✍Jimma Institute of technology ✍ Agaro Campus Nyaata Kaaffee Nyaanni Foonii(Therefore) Torbanitti guyyaa 2 Kanarraa kan hafe homaa hin jedhu. Lounge fi kaaffee dhuunfaa Nyaata = 100 Buna = 15 Shayii = 10 Haala Qilleensaa Campus hundattuu guyyaa guyyaa xiqqoo ni hoo'a kanarraa kan hafe bareeda. Department ✍Marketing ✍Political science hin qabu Iddoo bashannanaa ✍ Booyyee park ✍ Masaraa Abbaa jifaar ✍Buna ,Damma, Avocado, Mango fi muuziin gatiin bareedan argamu. ✍ Akka hanqinatti kaaffeen doormii irra xiqqoo fagoodha. Warri dhiirota rifeensa guddisuu hin danda'an. Barattoota kutaa 12ffaatif share gochuu hin dagatinaa. Boru waa'ee Yun. Kamii Isiniif Maxxansinu? Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
4 124
14
YUUNIVARSIITII MADDA WALAABUU Godiina Baaleeetti Argama. Finfinnee irraa 429KM Fagaatee argama. Branch 3 qaba(Main Campus faa
YUUNIVARSIITII MADDA WALAABUU Godiina Baaleeetti Argama. Finfinnee irraa 429KM Fagaatee argama. Branch 3 qaba(Main Campus faana jechuudha) ✍Main Campus ✍ Goba Campus ✍ shashamane Campus Nyaata Kaaffee Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2(Dilbataa fi kamisa) Kanarraa kan hafe homaa hin jedhu. Lounge fi kaaffee dhuunfaa Nyaata = 100 Buna = 20 Shayii =15 Haala Qilleensaa Goba Campus xiqqoo ni qorraa Kanarraa kan hafe badda daree fi giddugaleessa. Department ✍Software engineering ✍Public Administration fa'aa hin jiru ✍Kophee fi Uffata boondan naannawa sanatti gatii salphaadhan ni argama. ✍ Rakkoon isaa Barattoota dafee hin waamu, dhumarratti immoo dafee baasa(bara kana fooyyesseera fakkaata) Boru galgala Odeeffannoo Yuunivarsiitii Kamii akka isiniif Maxxansinu Comment jalatti nuuf barreessaa akkasumas barattoota kutaa 12ffaatif share gochuu hin dagatinaa BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA
4 323
15
YUUNIVARSIITII ARSII Godiina Arsii bahaa Seensa Magaala Asallaa irratti argama. Finfinnee irraa 150KM fagaata. Branch 4 qaba(
YUUNIVARSIITII ARSII Godiina Arsii bahaa Seensa Magaala Asallaa irratti argama. Finfinnee irraa 150KM fagaata. Branch 4 qaba(main Campus faana jechuudha) ✍Dinsho Campus(Main Campus ✍ Ardu Campus ✍ Bokoji Campus ✍ Health Campus Nyaata Kaaffee Ganama Ruuzii, Mokoronii,ykn Firfirii(fatfatoo) Dabboo fi shayiidhan Guyyaa Buddeena ittoodhan( Gosni ittoo ni jijjiirama) Galgala Buddeena ittoodhan ( Gosni ittoo ni jijjiirama) Nyaanni Foonii(Therefore) Torbanitti guyyaa 2 Lounge fi kaaffee dhuunfaa Nyaanni = 70-100(baayyeen isaa 70) Buna = 20 Shayii= 10 Haala Qilleensaa Campus Bokoji ni qorra Kanarraa kan hafe mijataadha. Department Journalism Political science Business Management(pure Management jalatti kennama) Public Administration hin qabu International Trade akkasumas Gadaa Afaan Oromootin ni Barsiisa. Kan itti aanu boru galgala waa'ee yuunivarsiitii Kamii isiif maxxansinu? BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA
4 104
16
YUUNIVARSIITII WALQIXXEE ✍Goodina Guraagetti argama. ✍Finfinnee irraa Timaaman 174KM fagaatee argama. Branch 3 qaba 1. Gubrye+1
YUUNIVARSIITII WALQIXXEE ✍Goodina Guraagetti argama. ✍Finfinnee irraa Timaaman 174KM fagaatee argama. Branch 3 qaba 1. Gubrye(Main Campus) 2. Wolkite Campus 3. Butajira Campus Nyaata Kaaffee ✍Wiixata, Kibxata, Kamisa fi Sambata Xiqqaa ganama Daabboo fi ruuzii Shayiidhan. ✍Roobii, Jimaata fi Dilbata ganama immoo Firfirii fi daabboo shayiidhan. Guyyaa · Biddeenaa ittoodhan(gosni ittoo ni jijjiirama) Galgala · Biddeena ittoodhan(gosni isaa ni jijjiirama) Nyaanni Foonii(Therefore) Torbanitti guyyaa tokko Lounge fi kaaffee dhuunfaa Nyaata = 75-120 Buna = 20 Shayii = 10 Bishaan 2L = 50 Haala Qilleensaa Walumagalatti giddugaleessa. Gaaridha. Department Department hedduu ni qaba garuu bebbekkamoo keessaa:- ✍ journalism ✍ political science hin qabu ✍Avokaadoo, Maangoo , koochoo fi Uffata gatii madalawaan ni jira. ✍Space gahatu jira ✍Rakkoo bishaanii darbee darbee. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
4 046
17
YUUNIVARSIITII ASOOSAA Bara 2011 hundeeffame. Nannoo Beenishaangul gumuz magaala Asoosatti Argama. Finfinnee irraa 660KM Faga+1
YUUNIVARSIITII ASOOSAA Bara 2011 hundeeffame. Nannoo Beenishaangul gumuz magaala Asoosatti Argama. Finfinnee irraa 660KM Fagaatee argama. Branch 3 qaba 1. Main Campus 2. Mendi Campus 3. Gilgel Beles Campus Akkasumas College 7 fi School of Law qaba. Department LSCM hin qabu. Haala Nyaataa Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 1-2ti. Baajata moorichaa irratti hundaa'ee jijjirama. Ganama :Firfirii ykn Ruuzii daabboo fi shayiidhan Guyyaa fi galgala immoo buddeena ittoo gosa garaagaraatin Nyaata Lounge Nyaata=100 Buna = 20 Shayii=15 Haala Qilleensaa Fulbaana-Sadaasaa akasumas waxabajjii irraa eegale roobatu jira Muddee- caamsaa hoo'i dabalaa deema. Walumagatti bayyee mijataa miti. Network saffisa hin qabu. Yeroo itti Aanu Odeeffannoo Mooraa Kamii Isiniif maxxansinu? Baratoonni kutaa 12ffaa fuula duratti Yuunivarsiitii yeroo filatan waan isaan fayyaduuf Share godhaafii. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 863
18
GARGAARTOTA(ADMINISTRATORS) BUBBEE MEDIA HUNDAAF Administrators Bubbee Media hundi keessanuu waan isin barbaadnuf karaa liink
GARGAARTOTA(ADMINISTRATORS) BUBBEE MEDIA HUNDAAF Administrators Bubbee Media hundi keessanuu waan isin barbaadnuf karaa liinkii Armaan gadii join gochuun hanga galgala sa'aatii 2:00tti walga'aa Akkuma join gootanii Seentaniin Gaaffiileen Muraasni maxxanfamanii waan jiraniif namoota duursanii deebisan 3 f galgala sa'aatii 3:30 irratti badhaasa kaardii kan badhaasnu taha. Namni Admin Tahee hanga guyyaa 3tti group kana Join hin goone, Admin irra kaafama Join gochuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @bubbeeAdministrators BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
3 568
19
YUUNIVARSIITII HARAMAYA Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'+1
YUUNIVARSIITII HARAMAYA Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'aa 12-14ti Gatiin gejjibaa ( Taataa 2400 , Bus 3200 baabura hanga dirre dawaatti 1500)             Branch 4 qaba 1. Main Campus 2. Gandje HIT 3. Station 4. Hara campus         Haala Nyaataa Nyaanni Foonii(Therefore) torbeetti guyyaa lama (sambata xiqqaa guyyaa fi kibxata galgala) Cireen ruuzii, firfirii(fatfatoo) fi qincee dabboo tokkoo fi shayii wajjiin.           Nyaata Dabalataaf lounge tti gurguramu      Nyannii =90-130       Buna = 15       Shayii =15       Haala qilleensaa Ji'oota sadaasaa - Amajjii gara dhuma xiqqoo ni qorra , kanarraa kan hafe mijataadha.      Department achitti kennamu Logistics and Supply chain management(LSCM) irraa kan hafe Department hedduun ni jiru. Barataa Waggaa 1ffaa hundaaf Module bilisaan kenna. Odeeffannoo dabalataa comment jalaa dubbisaa. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
4 485
20
YUUNIVARSIITII HARAMAYA Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'+1
YUUNIVARSIITII HARAMAYA Bara 1934 hundeeffame. Godiina Harargee Bahaatti argama. Finfinnee irraa 510KM kan fagaata. Imala sa'aa 12-14ti Gatiin gejjibaa ( Taataa 2400 , Bus 3200 baabura hanga dirre dawaatti 1500) Branch 4 qaba 1. Main Campus 2. Gandje HIT 3. Station 4. Hara campus Haala Nyaataa Nyaanni Foonii(Therefore) torbeetti guyyaa lama (sambata xiqqaa guyyaa fi kibxata galgala) Cireen ruuzii, firfirii(fatfatoo) fi qincee dabboo tokkoo fi shayii wajjiin. Nyaata Dabalataaf lounge tti gurguramu Nyannii =90-130 Buna = 15 Shayii =15 Haala qilleensaa Ji'oota sadaasaa - Amajjii gara dhuma xiqqoo ni qorra , kanarraa kan hafe mijataadha. Department achitti kennamu Logistics and Supply chain management(LSCM) irraa kan hafe Department hedduun ni jiru. Barataa Waggaa 1ffaa hundaaf Module bilisaan kenna. Odeeffannoo dabalataa comment jalaa dubbisaa. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA
1