Islammumman Jiru Tiyyaa
إظهار المزيد
210
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-930 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
GORSA IMAAM IBNUL.QAYYIM AL.JOOWZII..IRRAA==============================
🖊.....Waa afur qaama nama laaffiftee akka dafanii dullooman nama gooti...
1.haasawa hedduu
2.hirriba hedduu
3.nyaata hedduu
4.quunnamtii saalaa daangaa tare.
🖊...waa afuur qaama nama diydee akka dhukkubaaf saaxilaman nama gooti
1.yaaddawuu
2.gadduu
3.beela
4.gurzaa (qaaxiraa) heddummeessu
🖊....Waa afur qaama goggossite bareeduma namarraa fuuti
1.kijiba
2.falmii hin taane falmuu
3.gaafii hin taane gaafatuu beekumsaan maletti
4.haqa dabuu heddummeessuu
🖊....Waa afur qaama keessatti bareedumaafii nuura idaati
1.sodaa rabbii
2.beellama guutuu
3.arjummaa
4.kabaja
🖊....waa afur sababa rizqii namaa fiduu
taati
1.halkan yeroo namni rafe san salaatuu
2.yeroo bariisaa araarama rabbii kadha chuu
3.yeroo hunda sada qaa kennachuu
4.ganamaa fii galgala
🖊..Waa afur sababa rizqii namarraa dhorguu taha
1.ganama rafuu
2. Salaata laaffisuu
3.ceem.uu hifachuu
4.nama ganuu
https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId726374964
Rabbii nuhaa baraaru Aaaaamiiiin jzk mullaah
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️ ➡️ #SHARE GODHAA!
┗━━━━━━━━━━━━━┛
JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
❂✪ @ija_milkii
Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Ibnu Mas’uud Irra Odeffamee (R.A) Ergaman Rabbii (S.A.W) Akkana Jedhan ‘’ Gosti Lamaa Ibiddarrahi Hin Agarree Gana Dhuftii Jedhan Ergaman Rabbii (S.A.W) 1.Ummata Wahii Jira Wajjiin Kan Taatee Ulee Eegee Horii Fakkattuu Ka Ilma Nama Ittiin Tuman 2. Dubartii Waan Isii Hin Sattarree Uffatuudhaana.Isin Sun ‘’Kaasiyaatuun Aariyaatuun’’ Dabduu Ykn Dabsitu Kan Taatee Kan Mataan Isaanii Akkaa Dalluu Gaalaattii Ol Kaastuu Fi Jallistuudhaa Warrii Kunniin Jannata Seenuu Mitii Hafuura Jannata Hin Arganii….
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
BASHANNANA HALAAL
#AS WR WB cufti ummanni muslima
#Jala_bulti_iidul _adahaatin baga rabin isiin gahee jechaa saganta bashaanna halaal tan dargaggoota mag/ Baddeessa fi Nb islamic walin tahuun bifa addaatin tan qophooyte #guyyaa iida 3ffaa ykn salaasa sa'aa 7:30 Irraa eegalee galmaa guddaa Magaalaa Baddeessa keessatti wan qophooytuf koottaa halaalin bashannana isiniin jenaa
🌿 Eid Mubark
Baga idul adhaan isin gahe.
Kan baranaa kan bara hedduu nu haa godhu.
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa
****
عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم
لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري
Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase.
Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu:
1. Hajjii gochuu,
2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu,
3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu,
4. Sooma sunnaa soomuu,
5. Uduhiyyaa qaluu,
6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu.
https://t.me/voice_of_humanity1
Hoggaa Biiftuun guyyaa Khamisaa gad seente, Hoggaa Halkan Jimaataa Jalqabamte, Habiibii (Jaalallee) keetirratti Salawaata Buusi.
الهم الصل وسلم على سيدنا محمد ❣
@lencho0906
Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa
****
عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم
لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري
Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase.
Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu:
1. Hajjii gochuu,
2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu,
3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu,
4. Sooma sunnaa soomuu,
5. Uduhiyyaa qaluu,
6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu.
@lencho0906
“﴿وَما أَرسَلنا مِن قَبلِكَ مِن رَسولٍ إِلّا نوحي إِلَيهِ أَنَّهُ لا إِلهَ إِلّا أَنا فَاعبُدونِ﴾
“(Yaa Ergamaa kiyya Muhamma)ﷺ(siin duratti ergamaa tokkollee hin ergine yoo gama isaa haqaan gabbaramaan Ana Allaah tokkicha malee hin jiruu Ana qofa gabbaraa jechuun gama isaa beeysisa goonu malee” Al-Anbiyaa: 25
﴿وَمَن يَبتَغِ غَيرَ الإِسلامِ دينًا فَلَن يُقبَلَ مِنهُ﴾
“Nama Islaamummaa malee amantii biraa amantii godhachuuf barbaade Rabbiin isarraa hin qeebalu” Aal-Imraan: 75
Ammas Rabbiin ol taha akki je’e:
﴿إِنَّ الدّينَ عِندَ اللَّهِ الإِسلامُ﴾
“Amantiin Allaah biratti qeebalamtu Islaaminna qofa.” Aal-Imraan:19
(164) رُّسُلًا مُّبَشِّرِينَ وَمُنذِرِينَ لِئَلَّا يَكُونَ لِلنَّاسِ عَلَى اللَّهِ حُجَّةٌ بَعْدَ الرُّسُلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَزِيزًا حَكِيمًا (165)
Ergamtoota gammachiisoo fii dinninnoo haala tahaniin ergine akka ilmaan namaatiif nurratti ragaan falmii isaaniif hin argamneef eega Ergamtoota ergine. Allaah injifataadha, ogeeysa waan hunda bakka isiin maltu kaayu” An-Nisaa: 163-165
Kanaaf ilma namaatif uzrin tokkollen hin jiru
#﴿إِنَّ الدّينَ عِندَ اللَّهِ الإِسلامُ﴾
#وَمَن
#يَبتَغِ
#غَيرَ
#الإِسلامِ
Join &share
💙💚💛💙💜💚💛💛
اختر خطة مختلفة
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.