TULLUU MISIRAACHOO
إظهار المزيد
320
المشتركون
+224 ساعات
+117 أيام
+7130 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
#Luq 1:70" #GAFAA FAAYYIIN NUF KAASEERAA"
#B saa Lubaa #IIYAASI
Ayyaana Dhalootaa Q/#YOHAANNIS CUUPHAA.
M K Tulluu Misrachoo Q/Gabri'eel Leemanii tti!
Ayyaana Gaarii!🙏
https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Baruumsaa wangeelaa30 10 2016 .aac26.47 MB
B/#Dilbbatatti #Falgaa #Hiwot Tulluu #Misrachoo Qulqulluu #Gabri'eel Leemanii❤️
#Ayyaana Dhalootaa #Qulqulluu #Yohaannis Cuuphaa!
Ayyaana Gaarii Isnif haa ta'u! Ijjoollee #Qulquliichaa.
👇🙏👇
https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Baga Dhaloota Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaatti isiin Gahee Ayyaana Gaarii!!!
M K Tulluu Misrachoo Qulqulluu Gabri'eel Leemanii
Guyyaa #Gaaamchuu!
#Waggaan nuyaa Gahuu Ameen!.
https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
❤ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Akka Q.Luqaas Seenessetti)
❗️Silaa osoo seenaan kun kitaaba qabsuura qulqullootaa tokko irratti barreeffameera ta'e duulaa fi arrabsoo meeqatu irratti ka'a ture laata❓Seenaan kun garuu osoo itti hin dabaliin, osoo hin hir'isiin kallattumaan kitaaba qulqulluu irraa fudhatame!
Missiraachoo Ergamaa (Luq. 1:5-25 Fi Luq 1:26-57 xumure
Ayyaana Garii!!!
https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Repost from MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ
👏Baga Geessan👏
+Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaa+
#Seensa
➭Yohaannis jechuun gammachuu jechuudha. Galmee qulqullootaa manni kiristaanaa keenya fudhattu keessatti maqaa Yohaannis kanaan kan waamaman qulqulloota 38tu jira. Isaan keessaa tokko Yohaannis Cuuphaadha. Yohaannis cuuphaan inni karaa Gooftaa qulqulleessaa ture raajaa kakuu moofaa isa dhumaa fi kan kakuu haaraa isa jalqabaati. Qulqulluun kun qulqulloota keessaa wanti adda isa godhu Gooftaan harka isaatti cuuphamuu isaatiinidha. Kana waan ta'eef kiristaana tokkoof waa'ee qulqulluu kanaa waan bu'uuraa beekuun dirqama isaa fi akkasuma eebba guddaa kan qabudhas! Waxabajjii 30 guyyaa dhaloota isaatu yaadatamee oola!
Guutuu isaa link gadii 👇 "INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa dubbisaa!
✍️ @soteriamedia✍️
https://telegra.ph/Qulqulluu-Yohaannis-Isa-Cuuphaa-07-06
Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaa
#Seensa ➭Yohaannis jechuun gammachuu jechuudha. Galmee qulqullootaa manni kiristaanaa keenya fudhattu keessatti maqaa Yohaannis kanaan kan waamaman qulqulloota 38tu jira. Isaan keessaa tokko Yohaannis Cuuphaadha. Yohaannis cuuphaan inni karaa Gooftaa qulqulleessaa ture raajaa kakuu moofaa isa dhumaa fi kan kakuu haaraa isa jalqabaati. Qulqulluun kun qulqulloota keessaa wanti adda isa godhu Gooftaan harka isaatti cuuphamuu isaatiinidha. Kana waan ta'eef kiristaana tokkoof waa'ee qulqulluu kanaa waan bu'uuraa…
❤ 2
#Baafataa #Gitsaawwe Afaan Oromootti!
#Kan nuf hikaan #WAAQAYYOO isaan haa Eebisuu! 🙏
#Walif qodaa(#sher)!!!
👇⛪👆
https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Baafata AO gitsaawwe.pdf53.44 MB
#Barumsa #M/K #Baratootaa kutaa #12 ttif #Gorsaa latamee.
#B saa Dr Saamuu'eel
#B saa Muulunaa
#B saa Nr Giddachoo
#B saa F/taa Inddalaa ttin
#M/K Tulluu Misrachoo Qulqulluu Gabri'eel Leemanii tti.
#Obbolootaa keessanif #Sher godhaa!! 👇⛪👇
https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
Dr Saamuu'eeliin.aac27.99 MB
bsa mulleedha.aac19.19 MB
gaddichoo.aac10.28 MB
Indaalaadha.aac14.14 MB
👍 1❤ 1
Fak16:3
"#HOJII KEE #HUNDUMAA #WAAQAYYOTTI KENNADHU,WANTI ATI YAADDUS #FIIXAAN SIIF IN BA'A"
#Baratootaa kutaa #12Jirtaa Hundii keessanii Qooruumsaa Biyyoolessaa Maddalli Gaarii Isinif haa ta'u Isinini jetti Qulquuleettin Manaa Kiristaanaa Harmeeni keenya!!!
#Qooruumsaa Garri!!!🙏
#Obbolootaa #keessanif #qodaa #SHER
❤️👉 ⛪ 👈❤️ https://t.me/Tulluu_Misiraachoo_Qul_Gabriiel
❤ 1
اختر خطة مختلفة
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.