cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ORO ISPOORTII

༆Chanaala kana #join godhi. Chanaali kana irratti oduuwaan ispoortii garagaraa ni argattaa. ➮ Premier league England ➮ Laligaa Ispeen ➮ Bundisliigaa Jarmanii ➮ SeriA Italy ➮ Tapha kallattiin ➮Oduu jijjiiraa fi k,k,f ni argattu. CEO @Xenvy_kk

إظهار المزيد
Ethiopia8 772لم يتم تحديد اللغةالرياضة18 983
مشاركات الإعلانات
1 306
المشتركون
+1824 ساعات
+187 أيام
+78230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Maatiyas Deeliit ganna kana Baayer Muniik gadhiisu akka barbaadu kilabichatti himeera. [Greeme Bailey] 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Taphattoota Koopaa Ameerikaa 2024 irratti goolii baayye galchan. 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Biraazil fi Kolombiyaan Kibxata waliin ni morkatu. 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Repost from N/a
Galmee channel!! ✅Warreen channel keessan galmeessuu barbaaddan hundaaf channel keessan subscribe 0 yoo qabaatees subscribe 1000 yoo qabaatees galmeessaa!! ✅Channel keessan yeroo hunda promotion isiniif goonee yeroo gabaabaa keessatti subscribe hanga isin barbaaddan isiniif geessina ✅Galmeessuuf @Abduu_king dubbisaa🙏🙏 ✅Galmeen qarshii 500 qofa hanga subscribe 10k 50k 100k 200k fi Sanaa ol isiniif geessina nu dubbisaa ✅✅ የቻናል ምዝገባ!! ✅ቻናላችሁን መመዝገብ ለምትፈልጉ ቻናላችሁ 0 ሰብስክራይብ ወይም 1000 ተመዝጋቢ ካለው ይመዝገቡ!! ✅ምንጊዜም ቻናላችሁን እናስተዋውቃችኋለን እና የፈለጋችሁትን ያህል ተመዝጋቢዎች በአጭር ጊዜ ውስጥ እናገኛችኋለን። ✅ለመመዝገብ @Abduu_king አንብብ🙏🙏 ✅ምዝገባ ለመመዝገብ 500 ብር ብቻ ነው። 10k 50k 100k 200k እና ተጨማሪ ያግኙን ✅✅
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Maanchister Yunaayitid taphataa sarara gidduu PSG Maanu'el Ugaartee fudhachuuf marii eegaleera.      𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🌎 Taphoota Koopaa Ameerikaa har'a taphataman! Halkan sa'aatii 09:00 | 🇦🇷 Arjentiinaa fi Peeruu 🇵🇪 Halkan sa'aatii 09:00 | 🇨🇦 Kanaadaa fi Chiilii 🇨🇱                     𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🌎 Taphoota Koopaa Ameerikaa barii kana taphataman.    Kolombiyaan 3-0Koostaa Riikaa ⚽ Luwiis Diyaaz 31' (P) . ⚽ Daavinsan Saancheez 59'. ⚽ Kordoobaa 62'.       Paaraaguway 1-4 Biraazil ⚽ Aldertee 48' ⚽⚽ Vinicius 35', 45+5'.                              ⚽ Saaviyoo 43'.                              ⚽ Paakuweetta 65' (P) . 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Biyyoota Waancaa Awworoppa Nyaachuuf carraa qaban #OPTA 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🇪🇺Sagantaa taphoota injifatanii darbuu Waanca Awurooppaa. 💠Sanbata 👉 Xaaliyaanii Vs Siwiizarlaand (1:00) 👉 Jarman Vs Deenmaark (4:00)  💠Dilbata  👉 Ispeen Vs Joorjiyaa (1:00)   👉 Ingilaandi Vs Slovaakiyaa(4:00)   💠Wiixata 👉 Poorchugaal Vs Islooveeniya(1:00) 👉 Faransaay Vs Beeljiyeem (4:00)   💠Kibxata 👉 Rumaaniyaa Vs Nezerlaand (1:00)  👉 Oostiriyaan Vs Turkii (4:00) waliin ni taphatu. 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
𝗗𝗘𝗔𝗟 𝗗𝗢𝗡𝗘: Aston Viilaan Ian Maatsen paawondii miliyoona 35'nin Cheelsii irraa mallatteesifatan. 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oroispoortii99
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.