cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

KENNAA DHaloota qubeetif

Oduuf odeeffannoo adda addaa bakka garagaraatii Tulluun maal jetti jennee iyyaafannee isiniin geenya Khurfaawa ispoortii, bashannanaa, barnootaa, wanti hin jirre hin jirtuu qofa

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
202
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
+230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Guyyaa Juma'aa kalaandariin cufaa ta'uu qaba > Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል ~~~ Waamicha Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል!! Itoophiyaatti guyyaan juma'aa guyyaa boqonnaa akka ta'u; akkasuma salaanni juma'aa bu'uuraa fi qaama amantichaa keessaa tokko waan ta'eef, guyyaa kanatti dhaabbileen mootummaa fi manneen barnootaa akka cufamuu fi lakkoofsi Hijraa sirna kalaandarii biyyattii keessatti akka hammatamuuf Ustaaz Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል waamicha dhiheessaniiru!!❤️🥰🙏
إظهار الكل...
Amadiin abdii walalloo akkan namatii toltuu
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Mandhee Bariisaa‼️ Gaazexaan Bariisaa bara 1971 dhimmoota addaddaa dameelee aadaa, dinagdee, fayyaafi kkf qabattee bahaa turte. Keessumaa gargaarsa ‘Kolleejjiin Qotisa Alamayaa' duraanii Yunivarsitiin Haramaayaa ammaa qonnaan bultoota deeggaraa tureera. Kanas Gaazexaan Bariisaa dubbistoota biraan kan geesse yoo ta'u, innis irranatti dhiyaateera.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Nahaash mahammad haraayaa 2024
إظهار الكل...
Kuxba shek Abdunasir qobbo jimata wa,ee tobaa qod_(new).mp36.08 MB
Gorsaa mii'aaw kan obsaan dheefadha
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.