LEARN AFAAN OROMOO
الذهاب إلى القناة على Telegram
We teach Afaan Oromo here 😊 LEARN AFAAN OROMOO ❤️ Group:https://t.me/learn_language19 Le tiyake /asteyayet endewm be dimts memar kefelegu @Afaan_oromo_learn_bot
إظهار المزيد3 154
المشتركون
-324 ساعات
-27 أيام
+3030 أيام
أرشيف المشاركات
3 154
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
3 154
AKKAM JIRTU UUMMATA QASHTII🥰🙏❤❤
OOLMAAN AKKAM?
DAILY CONVERSATION: "...JIRA?" (IS THERE...? / ...አለ?) ❓
📌 (Explanation / ማብራሪያ):
Waan tokko jiraachuu fi jiraachuu dhiisuu isaa gaafachuuf xumura irratti "...jira?" fayyadamna.
~ በአማርኛ አንድ ነገር መኖር አለመኖሩን ለመጠየቅ "...አለ?" እንደምንለው በአፋን ኦሮሞ "...jira?" እንጠቀማለን።
——————————
Fakkeenya / Examples / ምሳሌዎች፦
1️⃣ Bishaan jira? (ቢሻን ጅራ?)
~ Is there water?
~ ውሃ አለ? (Wuha ale?)
2️⃣ Ibsaan jira? (እብሳን ጅራ?)
~ Is there electricity / light?
~ መብራት አለ? (Mebrat ale?)
3️⃣ Nyaanni jira? (ኛኒ ጅራ?)
~ Is there food?
~ ምግብ አለ? (Megeb ale?)
4️⃣ Dhugaatiin jira? (ዱጋቲን ጅራ?)
~ Is there a drink / beverage?
~ መጠጥ / የሚጠጣ አለ? (Metet' / Yemitet'a ale?)
5️⃣ Bunni jira? (ቡን' ጅራ?)
~ Is there coffee?
~ ቡና አለ? (Buna ale?)
6️⃣ Shayiin jira? (ሻዪ ጅራ?)
~ Is there tea?
~ ሻይ አለ? (Shay ale?)
7️⃣ Konkolaataan jira? ኮንኮላታን ጅራ?)
~ Is there transport / a car?
~ መኪና/ትራንስፖርት አለ? (Mekina/transport ale?)
8️⃣ WiFi / Intarneetiin jira? (ዋይፋይ/ኢንተርኔቲን ጅራ?)
~ Is there internet / Wi-Fi?
~ ዋይፋይ / ኢንተርኔት አለ? (WiFi / Internet ale?)
9️⃣ Maallaqni jira? (ማላቅኒ ጅራ?)
~ Is there money?
~ ገንዘብ አለ? (Genzeb ale?)
🔟 Bakki jira? (ባኪ ጅራ?)
~ Is there space / a seat / a place?
~ ቦታ አለ? (Bota ale?)
Akkamitti Deebifama? (How to Answer):
• ✅ Eeyyee, jira.(Yes, there is. / አዎ፣ አለ።)
• ❌ Lakki, hin jiru.(No, there isn't. / አይ፣ የለም።)
——————————
ጥያቄ ካላችሁ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊
If you have any questions, you can ask! 🥰
Don't forget to react and share ❤️
Galatoomaa 🥰
Halkan gaarii! 🥰🥰🥰❤
3 154
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
3 154
#Ji'oota Waggaa(ጅኦታ ዋጋ)🔑ወራት
መስከረም ~~~ Fulbaana (ፉልባና)
ጥቅምት~Onkoloolessa(ኦንኮሎለሣ)
ህዳር ~ Sadaasa(ሳዳሳ)
ታህሳስ ~~~~ Mudde(ሙደ)
ጥር ~~ Amajji(አማጅ)
የካቲት ~Gurandhala(ጉራንዳላ)
መጋቢት ~~Bitootessaa(ብቶተሣ)
ሚያዝያ ~~~~ Ebila(ኤብላ)
ግንቦት ~~~~ Caamsaa(ጫምሣ)
ሰኔ~~ Waxabajjii(ዋጣባጂ)
ሃምሌ ~~~~ Adoolessaa(አዶለሣ)
ነሃሴ ~ Hagayya(ሀጋያ)
Remark:
WAGGAA(ዋጋ)🔑አመት
Ji'oota(ጅኦታ)🔑ወራት
ጥያቄ ካላቹ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊
Don't forgate to react and share
Galatoomaa🥰
3 154
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
3 154
Lakkofsa =Number
tokko=One
lama=Two
sadii=Three
afur=Four
shan=Five
jaha=Six
torba=Seven
saddet=Eight
sagal=Nine
kudhan=Ten
3 154
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
3 154
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
3 154
#There are 7 subject pronouns in Afaan Oromo .Today's lesson 👇👇👇👇
2• Reflexive-adjective
✍️1. Kan koo(ከን ኮ)=የራሴ=mine
✍️ 2. Kan keenyaa(ከን ኬኛ)=የራሳችን=ours
✍️ 3. Kan kee(ከን ኬ) የራስህ/የራስሽ=yours
✍️ 4. Kan keessan(ከን ኬሰ'ን) የራሳችሁ=yours
✍️ 5. Kan isaani(ከን ኢሳኒ) የራሳቸው=theirs
✍️ 6. Kan isaa(ከን ኢሳ)=የራሱ=his
✍️7. Kan ishee(ከን እሼ)=የራሷ=hers
Next possessive adjective pronouns 😊🥰
ጥያቄ ካላቹ መጠየቅ ትችላላችሁ 😊
If you have any questions, you can ask🥰
Don't forgate to react and share
Galatoomaa🥰
3 154
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
3 154
AKKAM JIRTU ?¿😊🥰❤️
እንዴት ናቹህ 😊🥰
✅Hin ta'u(ሂን ተኡ )🙄
~It's not gonna happen 🤦♀
~አይሆንም (Ayhonim)🥺
✅ Nan sobiin 😀
~Don't lie to me 😉
~አትዋሸኝ(atwashegn )😜
✅ Maaliif boossa(ማሊፍ ቦሣ)?🤔
~Why are you crying ?😔
~ለምንድነው የምታለቅሰው /ሽው(lmndnew yemitaleksew/shiw)?😌
✅ Ibsaan nu bira hin jiru ?(ኢብሳን ኑቢራ ሂን ጅሩ)😕
~The power went out here 😒
~መብራት እኛ ጋር የለም (mebrat egna gar yelem )🙃
✅ Gammadeera ibsaan dhufe (ገመዴራ ኢብሳን ዱፈ )😁
~I'm happy ! the power is back on 🥰
~ደስ ብሎኛል መብራት መጣ !(des bilognal)😊
GALATOOMAA🥰❤️❤️
Oromigna be dimtsi memar mitfeligu temezgebu
@Afaan_oromo_learn_bot
Amaariffa sagaleen barachuu warri barbaddaan qofa galma'aa
@Afaan_oromo_learn_bot
