cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Waldaa misooma Oromiya

https://t.me/Ambo_Students_Group_New_2016

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالتعليم98 455
مشاركات الإعلانات
473
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+117 أيام
+9630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
👍 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2 2🥰 1
Channel W
Group W
Channel A
Group A
sticker.webp0.16 KB
👍 3 2
Photo unavailableShow in Telegram
👍 4 1🔥 1
Oromo
Tigre
Amhara
Tokko Filadhu Darbi
12 Amala Namoota D Dhugaan beekumsa Qabanii. 1. Hammam akka qaroo ta'an hin dubbatan. Sammuu isaanii guddisuu irratti bobba'anii jiraatu. 2. Waan hojjetan qoratanii yaaluun caalaatti baratu. 3. Ofii isaanii waan tokko adda baasuuf yaalu. Wantoota adda baasuuf yaalii fi mala rakkoo furuu baay’ee fayyadamu. 4. Yeroo hunda beekumsa adamsaa jiraatu. Waan duraan beekan osoo hin taane waan beekuu barbaadan irratti xiyyeeffatu. 5. Waan beekaniin hin dhaadatan. Inumaayyuu beekumsa isaanii hojii irra oolchu. 6. Tuqaawwan walitti hidhu. Wantoota wal hin fakkaanne gidduutti walitti dhufeenya barbaadu, dirree fi gosa barumsaa hunda keessatti ni dubbisu. 7. Fedhii baruu guddaa waan qabaniif gaaffii ciccimoo hedduu gaafatu. 8. Muuxannoo isaanii irraa mudaa hin qaban. 9. Hibboo adda addaa hiikuu barbaadu. 10. Kufaatii irratti rakkoo hin qaban. 11. Hayyuu of fakkeessuuf hin yaalan. 12. Yeroo hunda jechoota gurguddaa hin fayyadaman. Jechoota sirrii ta’an fayyadamu, yeroo barbaachisaa ta’etti guddaas ta’e salphaa garuu ifaafi salphaa ta’uu irratti xiyyeeffatu. 📲 Share godhaa! ━━━━━━━━━━━ 🖋️. https://t.me/Ambo_Ifa_Boru_New_2016 🖌️
إظهار الكل...
👍 4🥰 1
Gaaffii Sammuu🤔 8. Yeroo hunda halluu dhaabbataa ta'e qaba garuu dheerina dhaabbataa hin qabu. Yeroo aduu ni argama garuu yeroo roobaa hin argamu. hin nyaatu hin dhugus, miidhaas hin qabu. Wanti kun maal ta'uu danda'a?
إظهار الكل...
👍 3🥰 1
🇦. Duumessa
🇧. Samii
🇨. Gaaddidduu
🇩. Fixeensa
🇪. Deebii hin qabu
Gaaffii Sammuu🤔 8. Yeroo hunda halluu dhaabbataa ta'e qaba garuu dheerina dhaabbataa hin qabu. Yeroo aduu ni argama garuu yeroo roobaa hin argamu. hin nyaatu hin dhugus, miidhaas hin qabu. Wanti kun maal ta'uu danda'a?
إظهار الكل...
10.   Boru Roobiis Kamisas miti. Kaleessi Jimaatas Sanbatas miti. Har'i Kamisas Dilbatas Wiixatas miti. Guyyaan har'aa maali? 🇦.  Kibxata 🇧.  Roobii 🇨.  Jimaata 🇩.  Sanbata 🇪. Deebiin hin kennamne
إظهار الكل...
1🥰 1
Kibxata
Roobii
Jimaata
Sanbata
You don’t respect ____. 👍. herself ❤️. Yourself 👏. Ourselves 🙏. Myself React to right ✅ answer 👇
إظهار الكل...
4👍 2🥰 1🙏 1
10. Boru Roobiis Kamisas miti. Kaleessi Jimaatas Sanbatas miti. Har'i Kamisas Dilbatas Wiixatas miti. Guyyaan har'aa maali? 🇦. Kibxata 🇧. Roobii 🇨. Jimaata 🇩. Sanbata 🇪. Deebiin hin kennamne
إظهار الكل...
3👍 2🥰 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.