cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Harmee official channel

Join gochuun na hordofa ❤️

إظهار المزيد
فنلندا3 686لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
199
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
-630 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

FURTUU MILKAA'INAA #ILAALCHA/ATTITUDE Barsiisaa yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf qabatee dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture. Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa! A-1        I-9             Q-17      Y-25 B-2       J-10           R-18       Z-26 C-3        K-11          S-19 D-4        L-12          T-20 E-5        M-13         U-21 F-6        N-14         V-22 G-7        O-15         W-23 H-8        P-16          X-24 Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee. ❶. HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu: H+A+R+D+W+O+R+K 8+1+18+4+23+15+18+11=98% ❷. KNOWLEDGE - Beekumsa: K+N+O+W+L+E+D+G+E 11+14+15+23+125+4+7+5=96% ❸. LOVE - Jaalala: L+O+V+E 12+15+22+5=54% ❹. LUCK - Carraa L+U+C+K 12+21+3+11=47% Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru. Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu. ❺. MONEY - M+O+N+E+Y 13+15+14+5+25=72% qarshiis miti ➏. LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree? L+E+A+D+E+R+S+H+I+P 12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti! ➐. ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree A+T+T+I+T+U+D+E 1+20+20+9+20+21+4+5=100%👏👏👍 Furtuun milkaa'inaa 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse. Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha! Ilaalcha jeechuun akkataa sammuun keenya wanta tokko itti hubatu jechuudha. ➥ Ilaalchi jireenya dhala namaaf murteessaadha. Ilaalcha ati qabdutu si jiraachisa yookiin immoo si ajjeesa.  Ilaalchi gaariin hundee milkaa'inaati. qabsoo jireecha jireenya injifaachuuf ilaalcha gaarii qabaachuun murteessaa dha ilaalchi gaariin firii garii namaaf laata ilaalcha gaarii qabaadhu! Ilaalchi gaariin mataa ofii irraa eegala. namni ofii isaaf ilaalcha gaarii hin qabane namaafis ilaalcha gaarii qabaachuu hin danad'u. akkasumas, namonni ilaalcha gaarii isaaf hin qabaatani. kanaafu ilaalcha garii qabaachuun wanta hunda dursa. "Kabaja eenyummaa keenyaa yop nuti dabarsinee kennine malee namoonni nu dura fudhachuu hin danda'an " Mahaatama Gaandii ofii kee kabaji Namni kabajamuufis ta'e kabajuuf ulagaan barbaachisu namummaa qofa. garaagarummaan keenya inni guddaan garaagarummaa ilaalchaati. ✓ Yaadni keenya haala keenya geggeessa Yoo waan tokko hojjechuu nan danda'a jettee yaadde, sana booda ni dandeessa. Yoo hin danda'u jettee yaadde, sana booda hin dandeessu. Karaa kamiinuu ilaalchi kee bu'aa kee irratti dhiibbaa waan qabuuf sirrii dha ✓. Ilaalchi kee calaqqee sammuuti. Calaqqee ifaa bakka negetiivii hin fayyadamiin. "Hin danda'u" jechuu mannaa "nan danda'a" jechuu qabda. Achiis, yeroo foddaan kee qulqulluu taʼu, dhumarratti addunyaan kun wantoota gaarii taʼaniin akka guutamte hubachuu dandeessa. ✓. Yaadni gaariin milkaa'ina hawwata Bu’uuraan nuti maagneetii namaati. Waan gaariifi bu'aa gaarii yoo yaadne milkaa'inni itti aanee jiraata. Waan yaadnu taana. ✓. Mul'achuun ogummaa ijoollummaa irraa barannudha. Dubbistoonni fiilmii sammuu sammuu isaanii keessatti akka uumaan jajjabeeffamu, boqonnaa tokkoon tokkoon isaanii gara galma dhumaa galmaan gahuu barbaadanitti harkisa. ✓. Waan fedhe hojjedhu Waan barbaadde argachuuf waan barbaachisu hunda gochuuf fedhii qabaachuu kana. Kanaafuu waadaa kana ofiif gali. Change your Attitude Change your life Dubisii Sii fayaadaa akkasumaas Hiriyoota keetif share godhi Galatomaa🙏🙏🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇🖕🖕🖕🖕👇 Harmee Official Channel
إظهار الكل...
Yuunivarsitii Hawaasaatti Dhibeen bifa weeraraatiin ka'e barattoota hedduu irraan miidhaa ga'aa jiraachuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase. Akka gabaasaan keenya mooricha irraa nuuf ibsetti "Dhukkubbiin kun jalqaba dhaqna gubaa, dhukkubbii garaa gidduu galeessa, mataa namatti ulfeessuu fi miira dadhabbiin kan nama jalqabu yoo ta'u, yeroo muraasa booda garaa kaasaa fi mataa dhukkubbii fi mataa gubaa hamaa ta'e qaba. Barattoonni hedduun dhukkbusatanii mana yaalaa yeroo deeman, dhobeen kun Ameebaa ykn ammoo baakteriyaa Akka ta'etu itti himama. Kana jechuun ammoo haalli nyaataafi dhigaatii marichaa qulqullina dhabuu agarsiisa. Yeroo ammaa barattoonni baay'een dhibeen kanaan qabamuun qormaata kutaa barnootaa irraa hafaa kan jiran ta'uus maddeen keenya kun nuuf ibseera. Qaamni dhimma ilaallatu barattoota kanaaf furmaata waraawaa akka kennitan kabajaan isin gaafanna. Harmee Official Channel
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Tilmaamuun Badhafamaa
إظهار الكل...
Kara Comment irraatti Tilmaamu Dandeessuu
إظهار الكل...
Harka fuunee akkam jirtu Jalatootaa keenyaa Tapha Premiligii Ingilaandii Torbe 30 Morkii Cimaa Manchester City VS Arsenal wojjiin dilbaataa sa'attii 12:30 irraa egaluun ni geggeefamaa. Kanaafuu Tilmaamuun Badhaafama. Dursee kan Tilmaame fi Tilmaama sirri kan Tilamaamee Badhaasa kardii abba 25 ni taha.
إظهار الكل...
Akkam jirtu Hordoftoota keenyaa kabajamoo challenge Bareedaa tokko qabaadhee isiinif dhufaa jira.iniis maali jechuun keessaan waan hin ollee. Daqiqaa 30 booda ComingSoon challenge
إظهار الكل...
Ifxaara Guddaa daandii irraa Magaalaa Gudditii Biyya keenyaa Finfinnee kanaa fakkaataa mashaalah jetaan malee hin darbina
إظهار الكل...