cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Nuti Eenyu?

Of ta'uun ofiif ta'u dursa kan of ta'etu ofiif ta'a. ✍️asirraa kanneen argattu 👉Walaloo 👉Jechoota garaagaraa 👉Gors mimmiidhagoo 👉Seenaafi K.K.F.Argattu

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
1 225
المشتركون
+324 ساعات
+87 أيام
+8430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

hin dagadhu Nama yeroo rakkoo Nabira dhaabbatee Nama gaafa rakkoo darbatee Nagatee akkan rakkadhuuf sababa kan ta'ee Tasa hin dagadhu yoomillee yoo ta'ee ♡   ❍ㅤ   ⎙       ⌲ ˡᶦᵏᵉ  ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ  ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
5
إظهار الكل...
walaloo guutuu isaa yeroo dhihoottii

gaafa milkaa'uu jalqabde wantoota kanneen hin dagatin. 🌹🥀🍁 A. Ka’umsaa Fi Bakka irraa kaate. B. Aarsa namoonni biroo asiin sigahuuf kafalan. C. As gahuudhaaf xaarii ykn ifaajee dabarsite. D. Galata galfachuu. E. Wanti argatte hundi gatiin Kan itti kafalame ta’uu. F. Eenyummaan kee waan Ati qabdu caala guddaa Akka ta’e. G. Namoota Haqa sirraa qabaniif, Haqa isaanii kafaluu. H. Bakki Ati jirtu, wanti Qabduu Fi Atis harka Rabbii Jiraachuu. ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
6👍 3
If you want to change for the better, work on yourself quietly. Growth is usually quiet. You don’t have to explain yourself to anyone. Let them wonder what’s going on. It’s not their business anyway. The Almighty knows and that’s enough. ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
👍 3 2
@Cabakoo_hawwita 👍👍👍👍👍👍👍 ati guutuu taatee dhalattee ani hin taane hirruu namaa ofii keetiif gaarii barbaadaa anaaf hin hawwin waan hamaa anas natti tola akkuma kee osoon waan gaarii argadheetii wanti hundumtuu naaf guutee osoon gammadee jiraadheetii goojjoo rakkinaa jigsee diigee waan hunda harkatti galfadhee anis dhugaadha nan barbaada rakkoo mara osoon injifadhee akka waan ani argachuun jireenya keerraa hirrisuu akka waan an guddachuun guuddina kee gad_deebisuu akka waan ani dhabuun sadarkaa kee dabaluu akka waan an okkoluun caba kan kee siif yaaluu ati Caba koo hawwita teessee kufaatii koo eegda yeroo maraa akka ani galma hin geenyeef daandii kootti guurta danqaraa kankee dagattee kiyya afarsitaa shiraan na gaadda daba footee waa'ee koo tumtee bulleessitaa gaarummaa koo hamaa gootee mufannaan kee na hanqisee namummaa koo hin hirrisuu jirma yoo narratti guurtees kaayyoo koorra nan hambisuu ilaalcha ke dogoggora sanaan ani daandii koorraa hin maquu kaayyoo kee dabaa baadhee galma dhugaa sana hin dhaquu haada ati footeen of gaaguree hamilee kiyyasan hin fannisuu abdii dhabee garaa koo muree galma kaayyoo hin hanqisuu Gufuu ati keesseen Rukutamus mogoleen kan koo hin laaffatuu adeemsa jalqabe sana dhiisee abadan yoomuu hin dhaabbatu akka inni na waraanuuf jecha bar Qoree ati na jala keessee tasa gonkumaa hin sodaadhu irran darbaa beeki hurreessee waan barbaadde yo gootellee nan dhaabdu kaayyoo koorraa hanga lubbuun kan koo jiruu milkeessuudhaaf nan jooraa kanaaf atis waa'ee kiyya dhiisii itti yaadi waa'ee mataa keetii anis bar uumama biraa mitii Hubadhu namuma akka ketii ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
👏 5 2👍 1🥰 1
usmaan bin affaan gaafa wareegame umriin isaa meeqa?Anonymous voting
  • A.75
  • B.80
  • C.78
  • D.82
0 votes
5👏 2🥰 1
@Haa_galatooman haa galatooman jarri of ibsanii osoo hin qoratin nuti waa'ee isaanii sadarkaa isaanii warri gad_buusanii kabajaa isaanii ofiif balleessanii osoo nuti miinee gaabbi keessa-n gallee osoo gaarii yaadnuu jarri warri haalee 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
👍 2 1👏 1😍 1
@Amanamaa_Ta'i
Namoota yeroo gaarii waliin dabarsite hundaaf amanamaa ta’i Miirri gadaantummaa fi galata dhabuu yoomuu hin dagatamu. 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
👍 4 2🥰 1👏 1
Obboleewwan kiyya qaqqaalii channel youtube kiyya kana seenaa subscribe godhaa nu jabeessaa https://youtube.com/shorts/kmT7tomRkgE?si=4AcxiYahEAdbf408
إظهار الكل...

8🔥 2
💧amantaa koo💧 anaaf amantaan koo amantaa guddinaa diinii diinii caaluu daandii qaroominaa Uummati saalphataan jarri himmaan kufee hin beeku ormi kun Eessaa akka dhufee yaada boodatti hafaan Wallaalaan dhufanii faaruun dagamanii bar diinii dhiisanii warra akkanaatiif jiruun hin mijatin duniyaatti qananiin isaan hin mudatin 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
إظهار الكل...
👍 5 5🥰 1👏 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.