cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mana Barumsa Arbooyyee Sad.2ffaa አርቦዬ ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት Arboye Secondary School

📖 Education Never Ends 📖

إظهار المزيد
فنلندا3 652لم يتم تحديد اللغةالتعليم107 228
مشاركات الإعلانات
237
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+27 أيام
+530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#Beeksisa_Hatattamaa! ------  --------- Galmeen Barattoota Kutaa 12ffaa Bara 2016 Qormaata Biyyoolessaa Fudhatanii Xumuramuuf Guyyaa 8 Qofa Kan Hafe Ta'uu Beeksisuu Ilaala. --------------------- BBO- Guraandhala 19/2016 Barattootni kutaa 12ffaa bara 2016 qormaata biyyoolessaa fudhatan 'Sarvarii' irratti 'online'n galmeen eegalamuun ni beekama. Haata'u malee, hanga ammaatti barattootni galmaa'an lakkoofsi isaanii baay'ee xiqqaa ta'uun isaa sodaachisaa ta'aa dhufeera. Sababni isaas guyyaan galmee xumuramuuf guyyaa 8 qofa kan hafe yoo ta'u, 'Sarvarii'n galmeen irratti gaggeeffamu guyyaa xumura galmee san ni cufama. Sarvariin galmeen irratti gaggeeffamu kun guyyaa sanatti akka cufamu duraan dursamee waan sirreeffameef(adjust) waan ta'eef guyyaa xumuraa booda galmee hin fudhatu. Kanaafuu, #Guyyoota_Sanbataafi_Dilbataa dabalatee galmeen barattoota kutaa 12ffaa barattoota irratti rakkoo otuu hin uumin akka xumuramu dhaamsa dabarsaa, barattootni keenya waggaa 12f barnoota isaanii irratti ifaajaa har'a gahan #carraan_isaanii_akka_jala_hin_gufanne #hatattamaan_galmaa'anii_akka_xumuran haa ta'u. #Carraa_Barattoota_Keenyaa_Irratti_Murteessuu_Qaamni_Danda'u; 1- Hogganaa Mana Barnootaa, 2- Gumii Tiraansiformeeshiinii Barnootaa Aanaafi Gandaa 3- Hogganaa Waajjira Barnootaa Aanaa, 4- Bulchaa Bulchiinsa Aanaafi Ganda Manni Barnootaa keessatti argamu, 5- Gamtaa Maatiifi Barsiisaa hundaa'ol #murteessaafi_itti_gaafatamummaa_kan_qabdan ta'uu #isin_beeksifna. #Hubachiisa:- #Maatiin_Barattootaafi #Barattootnis dhimma kana hordofuun dhiibbaa akka uumtan gamanumaa isin beeksifna. ---  BBO --- #Share godhaa! #Qaama_dhimmi_ilaallatu_hunda_bira_haa_gahu!      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
إظهار الكل...
Biiroo Barnoota Oromiyaa

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

👍 1
✅ "Names and Formulas of Chemical Elements!" 🔺 Common salt = NaCl 🔺Baking soda = NaHCO₃ 🔺 Washing soda = Na₂CO₃ 10H₂O 🔺Caustic Soda = NaOH 🔺Suhaga = Na₂B₄O₇ 10H₂O 🔺 Alum = K₂SO₄ Al₂(SO₄)₃ 24H₂O 🔺Red medicine = KMnO₄ 🔺 Caustic Potash = KOH 🔺Saltpeter = KNO₃ 🔺Bleaching powder = Ca(OCl)Cl 🔺 lime water = Ca(OH)₂ 🔺Gypsum = CaSO₄ 2H₂O 🔺 Plaster of Paris = CaSO₄ ½H₂O 🔺Chalk = CaCO₃ 🔺Limestone = CaCO₃ 🔺 Marble = CaCO₃ 🔺Nausadar = NH4Cl 🔺Laughing gas = N₂O 🔺 Litharge = PbO 🔺 Galena = PbS 🔺Red vermilion = Pb₃O₄ 🔺White lead = 2PbCO₃ Pb(OH)₂ 🔺 Salt acid = HCl 🔺Shore's acid = HNO₃ 🔺Amalraj = HNO₃ + HCl (1 : 3) 🔺Dry ice = CO₂ 🔺Green Case = FeSO₄ 7H₂O 🔺 Horn Silver = AgCl 🔺 Heavy water = D₂O 🔺Producer gas = CO + N₂ 🔺Marsh gas = CH₄ 🔺Vinegar = CH₃COOH 🔺Gemaxine = C₆H₆Cl₆ 🔺Blue Case = CuSO₄ 5H₂O 🔺alcohol = C₂H₅OH 🔺 Mand = C₆H₁₀O₅ 🔺Grape juice = C₆H₁₂O₆ 🔺sugar = C₁₂H₂₂O₁₁ 🔺 Urea = NH₂CONH₂ 🔺 Benzene = C₆H₆ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:➜ 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/mohammedjeylan
إظهار الكل...
📢Mohammed Jeylan Ahmed

📚 ✍️ʙᴀɢᴀ ɢᴀʀᴀ ᴄʜᴀᴀʏɴᴀʟɪ ᴋᴀɴᴀ ɴᴀɢᴀʏᴀᴀɴ ᴅʜᴜғᴛᴀɴ! 👉Barruuwwaan Barsiisoo. 👉Ergawwaan Hayyoota. 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa 👉 Seenaa Gootota 👉 Oduuwwan 💌Info;

https://t.me/+su2hMKfgTkJlM2Nk

𝐁𝐄𝐄𝐊𝐊𝐔𝐌𝐒𝐀 𝐖𝐀𝐋𝐈𝐈𝐆𝐀𝐋𝐀𝐀 🔗⭕️NAMOOTA MIIDIYAALEE HAWAASAA GURGUDDAA ADDUNYAA KANAAF GUMAACHAN MAAQAA ISAANII WALIIN.🌐 𝟷. 𝐺𝑜𝑜𝑔𝑙𝑒— 𝙻𝚊𝚛𝚛𝚢 𝙿𝚊𝚐𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝚂𝚎𝚛𝚐𝚎𝚢 𝙱𝚛𝚒𝚗 𝟸. 𝙵𝚊𝚌𝚎𝚋𝚘𝚘𝚔— 𝙼𝚊𝚛𝚔 𝚉𝚞𝚌𝚔𝚎𝚛𝚋𝚎𝚛𝚐 𝟹. 𝚈𝚊𝚑𝚘𝚘— 𝙳𝚊𝚟𝚒𝚍 𝙵𝚒𝚕𝚘 𝚊𝚗𝚍 𝙹𝚎𝚛𝚛𝚢 𝚈𝚊𝚗𝚐 𝟺. 𝚃𝚠𝚒𝚝𝚝𝚎𝚛— 𝙹𝚊𝚌𝚔 𝙳𝚘𝚛𝚜𝚎𝚢 𝚊𝚗𝚍 𝙳𝚒𝚌𝚔 𝙲𝚘𝚜𝚝𝚘𝚕𝚘 𝟻. 𝙸𝚗𝚝𝚎𝚛𝚗𝚎𝚝— 𝚃𝚒𝚖 𝙱𝚎𝚛𝚗𝚎𝚛𝚜 𝙻𝚎𝚎 𝟼. 𝙻𝚒𝚗𝚔𝚎𝚍𝙸𝚗— 𝚁𝚎𝚒𝚍 𝙷𝚘𝚏𝚏𝚖𝚊𝚗, 𝙰𝚕𝚕𝚎𝚗 𝙱𝚕𝚞𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝙺𝚘𝚘𝚗𝚜𝚝𝚊𝚗𝚝𝚒𝚗 𝙶𝚞𝚎𝚛𝚒𝚌𝚔𝚎 𝟽. 𝙴𝚖𝚊𝚒𝚕— 𝚂𝚑𝚒𝚟𝚊 𝙰𝚢𝚢𝚊𝚍𝚞𝚛𝚊𝚒 𝟾. 𝙶𝚝𝚊𝚕𝚔— 𝚁𝚒𝚌𝚑𝚊𝚛𝚍 𝚆𝚊𝚑 𝚔𝚊𝚗 𝟿. 𝚆𝚑𝚊𝚝𝚜 𝚞𝚙— 𝙻𝚊𝚞𝚛𝚎𝚕 𝙺𝚒𝚛𝚝𝚣 𝟷𝟶. 𝙷𝚘𝚝𝚖𝚊𝚒𝚕— 𝚂𝚊𝚋𝚎𝚎𝚛 𝙱𝚑𝚊𝚝𝚒𝚊 𝟷𝟷. 𝚆𝚒𝚔𝚒𝚙𝚎𝚍𝚒𝚊— 𝙹𝚒𝚖𝚖𝚢 𝚆𝚊𝚕𝚎𝚜 𝟷𝟸. 𝚈𝚘𝚞 𝚝𝚞𝚋𝚎— 𝚂𝚝𝚎𝚟𝚎 𝙲𝚑𝚎𝚗, 𝙲𝚑𝚊𝚍 𝙷𝚞𝚛𝚕𝚎𝚢 𝚊𝚗𝚍 𝙹𝚊𝚠𝚎𝚍𝙺𝚊𝚛𝚒𝚖 𝟷𝟹. 𝚁𝚎𝚍𝚒𝚏𝚏— 𝙰𝚓𝚒𝚝 𝙱𝚊𝚕𝚊𝚔𝚛𝚒𝚜𝚑𝚗𝚊𝚗 𝟷𝟺. 𝙽𝚒𝚖𝚋𝚞𝚣𝚣— 𝙼𝚊𝚛𝚝𝚒𝚗 𝚂𝚖𝚒𝚗𝚔 𝚊𝚗𝚍 𝙴𝚟𝚎𝚛𝚝 𝙹𝚊𝚊𝚙 𝙻𝚞𝚐𝚝 𝟷𝟻. 𝙼𝚢𝚜𝚙𝚊𝚌𝚎— 𝙲𝚑𝚛𝚒𝚜 𝙳𝚎𝚠𝚘𝚕𝚏𝚎 𝚊𝚗𝚍 𝚃𝚘𝚖 𝙰𝚗𝚍𝚎𝚛𝚜𝚘𝚗 𝟷𝟼. 𝙸𝚋𝚒𝚋𝚘— 𝙰𝚜𝚑𝚒𝚜𝚑 𝙺𝚊𝚜𝚑𝚢𝚊𝚙 𝟷𝟽. 𝙾𝙻𝚇— 𝙰𝚕𝚎𝚌 𝙾𝚡𝚎𝚗𝚏𝚘𝚛𝚍 𝚊𝚗𝚍 𝙵𝚊𝚋𝚛𝚒𝚌𝚎 𝙶𝚛𝚒𝚗𝚍𝚊 𝟷𝟾. 𝚂𝚔𝚢𝚙𝚎— 𝙽𝚒𝚔𝚕𝚊𝚜 𝚉𝚎𝚗𝚗𝚜𝚝𝚛𝚘𝚖,𝙹𝚊𝚗𝚞𝚜𝙵𝚛𝚒𝚒𝚜 𝚊𝚗𝚍 𝚁𝚎𝚒𝚍 𝙷𝚘𝚏𝚏𝚖𝚊𝚗 𝟷𝟿. 𝙾𝚙𝚎𝚛𝚊— 𝙹𝚘𝚗 𝚂𝚝𝚎𝚙𝚑𝚎𝚗𝚜𝚘𝚗 𝚟𝚘𝚗 𝚃𝚎𝚝𝚣𝚌𝚑𝚗𝚎𝚛 𝚊𝚗𝚍 𝙶𝚎𝚒𝚛 𝚕𝚟𝚊𝚛𝚜𝚘𝚢 𝟸𝟶. 𝙼𝚘𝚣𝚒𝚕𝚕𝚊 𝙵𝚒𝚛𝚎𝚏𝚘𝚡— 𝙳𝚊𝚟𝚎 𝙷𝚢𝚊𝚝𝚝 𝚊𝚗𝚍 𝙱𝚕𝚊𝚔𝚎 𝚁𝚘𝚜𝚜 𝟸𝟷.𝚃𝚎𝚕𝚎𝚐𝚛𝚊𝚖-𝚠𝚊𝚜 𝚜𝚝𝚊𝚛𝚝𝚎𝚍 𝚒𝚗 𝟸𝟶𝟷𝟹 𝚋𝚢 𝚝𝚑𝚎 𝚋𝚛𝚘𝚝𝚑𝚎𝚛𝚜 𝙽𝚒𝚔𝚘𝚕𝚊𝚒 𝚊𝚗𝚍 𝙿𝚊𝚟𝚎𝚕 𝙳𝚞𝚛𝚘𝚟. https://t.me/mohammedjeylan
إظهار الكل...
📢Mohammed Jeylan Ahmed

📚 ✍️ʙᴀɢᴀ ɢᴀʀᴀ ᴄʜᴀᴀʏɴᴀʟɪ ᴋᴀɴᴀ ɴᴀɢᴀʏᴀᴀɴ ᴅʜᴜғᴛᴀɴ! 👉Barruuwwaan Barsiisoo. 👉Ergawwaan Hayyoota. 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa 👉 Seenaa Gootota 👉 Oduuwwan 💌Info;

https://t.me/+su2hMKfgTkJlM2Nk

Repost from N/a
Qormaanni xumuraa kutaa 12ffaa gosa barnoota #jaha qofaan kennama. Ministeerri Barnootaa haala qormaata kutaa 12ffaa ilaachisee waajjiraalee barnootaa hundaaf xalayaa ergeera. Haaromsi kaarikulamii barnoota  kan sadarkaa lammaffaa bara 2016 irraa eegalee hojiitti seenun kan yaadatamuudha. Kaarikulami haaraa Kana bu’uura godhachuun adeemsi baruu fi barsiisuu sadarkaa 2ffaa keessatti gosa barnoota addaan baafamee kennamaa jira. Kanumaan walqabatee, bara 2016 qormaata ba’iinsaa kutaa 12ffaa irratti gosa barnootaa kennaman ministeerri barnoota waajjiraaleef ifa godheera. Haaluma kanaan damee saayinsii lamaaniinu gosa barnoota #jaha qormaataaf akka kennaman jedhameera. 👉Saayinsii uumamaa Ingiliffaa, Herrega, Baayoloojii, Fiiziksii, Keemistirii fi Aptituudii dha. 👉Saayinsii hawaasaa Ingiliffa, Herrega, Seenaa(History), Ekonomiksii , Ji’ograafii fi Aptitudii dha. Qabiyyee qormaataa:- 1. Qormaatni Ekonomiksii bara 2016tti Kutaa 12ffaa irraa qofa yoo ta’u gosti barnootaa biroo kutaa 9ffaa-11ffaa kaarikulamii duraatiin, kutaa 12ffaan ammoo kaarikulamii haaraa of kessatti qabata jedhameera. 2. Bu'aan Qormaata Aptituudii akkuma dura tureen kan qabamu ta'uu ta'a. Haala kenniinsa qormaata ilaalchisee barattoonni, maatiin, barsiisonnii fi hawaasni barnoota ammuma irraa beekani qophii akka godhan itti himamuu qaba jedhameera. #Grade12NationalExam ከዚህ ቀደም በ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ላይ ሲሰጡ ከነበሩ የትምህርት አይነቶች መካከል ሥነ ምግባርና የሥነ ዜጋ ትምህርት (Civics and Ethical Education) በዘንድሮው ዓመት 2016 ዓ/ም #አይሰጥም። የሥነምግባር እና ሥነ ዜጋ ትምህርት (Civics and Ethical Education) ፈተና ያልተካተተው በሁለቱም የተፈጥሮ ሳይንስ እንዲሁም የማህበራዊ ሳይንስ የትምህርት ዘርፎች ነው። ይህ ፈተና ለምን በብሄራዊ ፈተናው ላይ እንዳልተካከተተ / እንዳይካተት ውሳኔ እንደተለለፈ ትምህርት ሚኒስቴር የሰጠው ዝርዝር ማብራሪያ የለም። በሌላ በኩል ፤ ባለፉት ዓመታት ለማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ሳይሰጥ የቆየው #የኢኮኖሚክስ ትምህርት በዚህ ዓመት 2016 ፈተና ላይ ተካቷል። በዘንድሮ የ12ኛ ክፍል ፈተና የተፈጥሮ ሳይንስ እንዲሁም የማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች እኩል ስድስት ትምህርቶችን ይወስዳሉ። የተፈጥሮ ሳይንስ ፤ እንግሊዝኛ፣ ሒሳብ ፣ ፊዚክስ ፣ ኬሚስትሪ፣ ባዮሎጂ፣ ሶኮላስቲክ አፕቲቲውድ ቴስት ፈተና ሲወስዱ የማህበራዊ ሳይንስ ደግሞ እንግሊዝኛ፣ ሒሳብ፣ ታሪክ ፣ ጂኦግራፊ ፣ ኢኮኖሚክስ እና ስኮላስቲክ አፕቲቲውድ ፈተና የሚወስዱ ይሆናል። በዚሁ ዝርዝር መሰረት ከሁለቱም ዘርፎች የሥነ ዜጋና ሥነምግባር (Civics and Ethical Education) ትምህርት የወጣ ሲሆን የማህበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ፈተና ላይ ባለፉት ዓመታት ሳይሰጥ የቀረው ኢኮኖሚክስ ተካቷል። ፈተናው የሚሰጥበት ትክክለኛውና ቁርጥ ያለው ቀን ባይታወቅም እንደ ከዚህ ቀደሞቹ ዓመታት ተማሪዎችን ወደ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት (#ዩኒቨርሲቲዎች) በማስገባት እንደሚሰጥ ይጠበቃል። https://t.me/jebdu04
إظهار الكل...
👍 1
#BEEKSISA 12/06/2016 Hoggansa Barnootaa , Barsiisota , Maatii Barattoofi Barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa Oromiyaa hundaaf. Akkam Jirtan? #Qormmaata_Kutaa_6ffaafi_8ffaa_bara_barnootaa_2016_kennamu ilaalchisee gamanummaa qophiin akka taasiftan isin beeksifna. #A- Bara Barnootaa 2016 akka Naannoo Oromiyaatti, #Barattootni_kutaa_6ffaa; Dhiirri - 386,703, Dubartiin - 345,540, waliigala barattootni kutaa 6ffaa 732,243 yeroo duraatiif qoruumsa Naannoo ni fudhatu. Biiroon Barnoota Oromiyaa hir'ina dhiyeessii kitaabaafi muuxannoo dhabuu barattootni qormaatichaarratti qaban yaada keessa galchuu, bara kanaaf akka shaakalaaf(ka'umsaaf) ta'u bara duraa kanaaf qofa Qoruumsi Naannoo Kutaa 6ffaa Gosa Barnoota Shan qofa akka ta’uufi qabiyyeen isaas kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'u ta’uu isin beeksisina . #Gosa_Barnootaa_Qormaatn_Kutaa_6ffaa_keessaa_qophaa'u; 1.Afaan Dhalootaa 2. Afaan Ingilizii 3.Herrega 4.Saayinsii Naannoo 5. (Barnoota Gadaafi Safuu ) #Yeroon_Qoruumsaa immoo,  #Caamsaa 26-30/2016 ta’a. #B- Barattoota #Kutaa_8ffaa_Bara_Barnootaa 2016 Qormaata Naannoo Fudhatan Ilaalchisee; Barattootni Qormaata Fudhatan - Dhiirri  347,313 - Dubartiin  323,963 Waliigala  barattooni 671,276 qoruumsa naannoo bara 2016 ni fudhatu jedhamee eegama. Qoruumsi kutaa 8ffaatis qabiyeen isaa kan kutaa 8ffaa keessaa qofa kan qophaa'u yoo ta'u , #Yeroon_qorumsaa  #Waxabajjii 3-7/2016 ta’a . #Gosa_Barnootaa_Qorumsi Kutaa_8ffaa keessaa_qophaa'us; 1.Afaan Dhalootaa 2.Afaan Lammaffaa 3.Afaan Ingilizii 4.Herrega 5.Saayinsii Hawaasaa 6.Saayinsii Waliigalaa 7.Barnoota gosoota  hunda galaa (Gadaa fi Lammummaa ) ta'uu gamanumaa isin beeksifna. Maatiin, Barsiistoniifi hoggansi barnootaa kana beektanii barattoota keenya akka qopheessitan dursinee isin hu bachiisaa, barattootnis haaluma kanaan qoohii akka gootan Isin hubachiifna. Biiroo Barnootaa Oromiyaa. Guraandhala 12/2016 FINFINNEE
#Share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
إظهار الكل...
Biiroo Barnoota Oromiyaa

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

👍 3 1
Gurraandhala 8/2016 Arsii Jajuu Arbooyyee ⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟⍟ Godina Arsii Aanaa Jajuuttii Leenjiin Barsiistotaa, Mata duree "Idaa irraa gara Horataa fi Qulqullina Barnootaa "jedhu irratti guyyoota 5f itti fufiinsan fudhatamaa ture Iddoo Bulchaan Aanaa Jajuu Obbo Reedwaan Jamaal fi Waajjira Paartii Badhaadhinna Aanaa Jajuutti Itti Gaafatamtuu  Ijaarsaa   Aadde Zamzam Tashoomaa  Argamanitti  ibsa ijjannoo Abbaa qabxii shanii(5) kaa'achuun leenjichi goolabameraa
إظهار الكل...
👍 5