cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Mammaksaa Bacoo fi Taphootaa oromoo❤️

Aadaa ofii fi enyumaa ofi yadachuun of_kabajuu fi of_kabachisuudhaa.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدJavanese616الفوضى والترفيه12 997
مشاركات الإعلانات
1 725
المشتركون
-124 ساعات
+17 أيام
+16130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
#Sooressi Chaayinaa Jaakmaan akkas jedhe "muuzii fi qarshii yoo Jaldeessa fuuldura kaa'atte Jaldeessi muuzii filata sababni isaas Jaldeessi qarshiin muuzii baay'ee bitachuu akka danda'u waan hin beekneef" jedhe. #Dhugaa dubbachuuf yoo namootaaf HOJII fi BIZINASII MATAASAANII dhiheessite Hojii miindaa hojjachuu filatu sababni isaas namoonni baay'een BUSINESS'n tokko miindaa caala QARSHII argachuu akka danda'an waan hin beekneef. #Sababni hiyyeessi hiyyeessa ta'uuf tokko hiyyeessi carraa hojii abbootii qabeenyaa beekamtii kennuuf leenji'uu dhabuu isaati. #Yeroo baay'ee mana barumsaa keessatti dabarsu waan ta'eef mana barumsaa keessatti wanti baratan ofiif hojjechuu dhiisanii miindaa argachuuf hojjechuudha. #YAADNI KEE MAALI? 👉Jaak-Maa Kanaan dubiserraa Maddi:Fb 👉https://t.me/mammaksaaoromoo
إظهار الكل...
Baga gammaddan Namoota Passpoort barbaadaniif #E-Passport “Bara dhufu Fulbaana irraa eegalee VIP fi namoota paaspoortiin isaanii manatti akka dhufuuf barbaadaniif tajaajila manaa manaa kennuu nijalqabna. Namni tajaajila kana barbaadu ragaa barbaachisu hunda erga guuteen booda kaffaltii barbaachisu raawwachuun paaspoortiin manatti geeffaamaaf” jedhan. Immigireeshinii: 'Bara haaraa dhufutti tajaajila paaspoortii manaa manatti kennuu jalqabuuf' Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa Itoophiyaa, kanaan dura tajaajilawwan akka paaspoortii, viizaa, heeyyama jireenyaa, ragaalee bu’uuraa lammiilee fi kaan maamiltootaaf kennuurratti komatamaa ture, bara dhufaatti tajaajila paaspoortii mana manatti kennuu akka eegalu beeksiise. Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa Itoophiyaa maamiltoota hedduu keessumeessuus yeroo garaa garaatti haala kenniinsa tajaajilasaa irratti komiin ka'aa ture. Komii hawaasni dhaabbaticharratti qabu furuufi tajaaajila inni kennu fooyyessuuf Rifoormiin taasifaaame amma waggaa tokkotti dhihaateera. Qaama riifoormii kanaa kan turee fi tajaajila dhaabbatichi kennu irratti kanneen madda komii uuman jedhaman hojjettoonni dhaabbatichaa fi faddaaltonni hariiroo waliin qaban namoota 244 ta’an irratti tarkaanfiin fudhatamees ture. Tajaajilichi hojiiwwan waggaa tokko raawwate kana keessatti hojjete ilaalchisuun Finfinneetti midiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanarratti kan argaman hojii gaaggeessituu Olaantuun Tajaajila Immigireeshinii fi Lammumma Aadde Salaamaawit Daawit, Rifoormii erga eegalamee waggaa tokko guutaa jiru Kanaan rakkoolee amma dura turan fooyyessuu dubbatan. Kana keessaas sababa hanqina maxxansa Paaspoortiitiin waggaa tokkoo fi ji’oota shanii oliif osoo hin kennamin dhaabbatee kan ture paaspoortii kennuun xiyyeeffannaa addaatiin kan hojjetame akka ta’e himan. “Paaspoortii kennuu irratti kuufamatu ture. Kana furuuf jecha waggaa kana keessa waraqaa Paaspoortii miliyoona 1.5 biyya alaatti maxxansiifamee seene keessaa Paaspoortiin miliyoona 1.1 ta’u ragaan itti guutamee maamilootaf kennameera” jedhan. Dandeettiin Paaspoortii irratti ragaa maamilootaa maxxansuu guyyaatti kuma lama ture gara guyyaatti kuma14tti guddachuus himan. Gama biraatiin ammoo bara dhumaa jiru kanatti lammiilee biyya alaa kuma 800 caalaniif viizaan seensaa fi bahiinsaa akka kennamee fi kanneen kuma 34 ta’aniif ammoo heeyyama jireenyaa yeroo fi dhaabbii kennuus himan. “Lammiilee biyyoota alaa kuma 18 ta’an kanneen viizaa sobaa, heeyyama jireenyaa sobaa fayyadamuun biyya keessa turan adda baasuun tarkaanfiin fudhatameera” jedhan. Tajaajilichi bara bajataa kanatti galii Birii biliyoona 14.7 walitti qabuus ibseera. Bara 2017 dhufu kanatti tajaajila E-passport kennuu akka jalqabu kan himame yoo ta’u paaspoortiin kuni ofeeggannoo fi teeknolojii ammayyaatiin kan hojjetame waan ta’eef ragaalee sobaa kana dura fakkeeffamanii hojjetaman kan hambisu akka ta’es himan. “E-Passport bara haaraa dhufu kanarraa kennuu nijaalqabna. Amma diizaayiniin isaa hojjetamee xumurameera. Paaspoortiiwwna kuni keessa isaatti ‘Microchips’ kan awwaalame waan ta’uuf ragaa gadi fagoo qabata. Fakkeessanii hojjechuunis hin danda’amu” jedhan. Dhorkiiwwaan kan ilaaleenis namootni dhuunfaa baraa 1986 irraa eegaluun dhorkiin irra ture dhaabbilee dhimmi isaa ilaalu waliin hojjechuun namoota kuma 10 ta’an dhorkii jalaa baasuunis ibsameera. Tajaajilichi dameewwaan amma qabu 12 dabalatee bara itti aanu dhaqabummaa isaa dabaluuf kutaalee biyyattii garagaraatti dameesaa gara 26tti akka guddisus himameera. Kana malees Tajaajila kenna paaspoortii guutumaan karaa dijitaalaa qofa gochuuf akka hojjetaa jiruu fi tajaajila manaa manaa kennuu jalqabuuf akka jirus himame. “Bara dhufu Fulbaana irraa eegalee VIP fi namoota paaspoortiin isaanii manatti akka dhufuuf barbaadaniif tajaajila manaa manaa kennuu nijalqabna. Namni tajaajila kana barbaadu ragaa barbaachisu hunda erga guuteen booda kaffaltii barbaachisu raawwachuun paaspoortiin manatti geeffaamaaf” jedhan. Madda: BBC News Afaan Oromoo Credit. Teeknooloojii Waataa @mammaksaaoromoo
إظهار الكل...
🥰 2
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
🔥5M coin al tokkoti argadhaa❗️❗️ Dollartti degarati baafadhaa ammuma coin hojjettan hunda👇
إظهار الكل...
🎯Hamster combat🎯
🎯Daily combo🎯
💥5 Million Code💥
💥Get Now💥
Photo unavailableShow in Telegram
💙Get 100K Followers on tiktok in 10 minutes♨️♨️👇
إظهار الكل...
♨️Get Now♨️
🔰Tiktok Followers🔰
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
🔥5M coin al tokkoti argadhaa❗️❗️ Dollartti degarati baafadhaa ammuma coin hojjettan hunda👇
إظهار الكل...
🎯Hamster combat🎯
🎯Daily combo🎯
💥5 Million Code💥
💥Get Now💥
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
🎯ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል የ 100 ብር ካርድ የሚያስሸልም gift 💥Get Now💥 👇👇👇
إظهار الكل...
🎯Get Now🎯
🔔100 Kard🔔
📣Withdraw📣
✅Telegram akkuma Tik Tok waan addaa qabatee dhufee jira🤩 ⭐️ Telegram stars 👉 Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. 👉 Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan maammiloni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. 👉 Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. 👉   Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=5704012030 https://t.me/major/start?startapp=5704012030 @mammaksaaoromoo
إظهار الكل...
Major

Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!

1
Repost from N/a
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.