cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

𝙵𝚄𝚁𝚀𝙰𝙰𝙽 𝙾𝙵𝙵𝙸𝙲𝙸𝙰𝙻

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
7 416
المشتركون
+1924 ساعات
+1417 أيام
+99330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🚨 4-3-3 Pay dorgommii marsaa 2ffaa jalqabeeraa Warra 1ffaa hanga 5ffaatti ba'aniif - Birrii 2,000 Warra 6ffaa hanga 10ffaatiif - Birrii 1500 Warra 11ffaa hanga 20ffaa bahaniif - Birrii 1,000 Warra 21 hanga 40tti ba'aniif - Birrii 750 40ffaa hanga 50ffaatti - Birrii 500 Dorgommiin kun yeroo amma eegale kamisa galgala sa'aatii 12:00 irratti xumurama!! Hundi keessaniif caarraa gaarii 🙌 Jalqabuuf 👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 4-3-3 Pay dorgommii marsaa 2ffaa jalqabeeraa Warra 1ffaa hanga 5ffaatti ba'aniif - Birrii 2,000 Warra 6ffaa hanga 10ffaatiif - Birrii 1500 Warra 11ffaa hanga 20ffaa bahaniif - Birrii 1,000 Warra 21 hanga 40tti ba'aniif - Birrii 750 40ffaa hanga 50ffaatti - Birrii 500 Dorgommiin kun yeroo amma eegale kamisa galgala sa'aatii 12:00 irratti xumurama!! Hundi keessaniif caarraa gaarii 🙌 Jalqabuuf 👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 4-3-3 Pay dorgommii marsaa 2ffaa jalqabeeraa Warra 1ffaa hanga 5ffaatti ba'aniif - Birrii 2,000 Warra 6ffaa hanga 10ffaatiif - Birrii 1500 Warra 11ffaa hanga 20ffaa bahaniif - Birrii 1,000 Warra 21 hanga 40tti ba'aniif - Birrii 750 40ffaa hanga 50ffaatti - Birrii 500 Dorgommiin kun yeroo amma eegale kamisa galgala sa'aatii 12:00 irratti xumurama!! Hundi keessaniif caarraa gaarii 🙌 Jalqabuuf 👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
إظهار الكل...
Jannata Maaliin Argatan?
Warri Jannataa warra Rabbitti amane, Warra shirkii (Rabbitti qindeeysuu) irraa qulqullaawee Rabbi tokkicha qofa gabbaru. Warra Nabiyyii xumuraa Muhammad sallallaahu aleeyhi wasallam dhugoomsee jala deeme. Namni Rabbitti kafare, kan shirkii dalage, kan Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam dhugoomsuu didee karaa biraa hordofe Jannata hin argatu, warra Ibiddaa taha. Warri Jannataa warra Rabbitti amanee dalagaa gaarii dalage. Rabbiin ol tahe akki je’e: ﴿وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ سَنُدْخِلُهُمْ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا﴾ “Warra amanee dalagaa gaarii dalage Jannata jala isii laggeen yaatu Isaan neeyna, Isii kheeysatti waaran hoggayyu” An-Nisaa: 57 Warri Jannataa warra Rabbi sodaatu. Rabbiin ol tahe akki je’e: ﴿لَٰكِنِ الَّذِينَ اتَّقَوْا رَبَّهُمْ لَهُمْ غُرَفٌ مِّن فَوْقِهَا غُرَفٌ مَّبْنِيَّةٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۖ وَعْدَ اللَّهِ ۖ لَا يُخْلِفُ اللَّهُ الْمِيعَادَ﴾ “Garuu warra Rabbii Isaanii sodaataniif Qallaa gubbaa Isiitiin Qallaan jaaramtuu taatetu Isaaniif jira, ni yaati isii jala laggeen. (Sun) Beellama Rabbiiti. Allaah beellama Isaa hin diigu.” Az-Zumar: 20 Warri Jannataa warra obsuu fii warra Rabbirratti irkatani. Rabbiin ol tahe akki je’e: ﴿وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُبَوِّئَنَّهُم مِّنَ الْجَنَّةِ غُرَفًا تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ نِعْمَ أَجْرُ الْعَامِلِينَ  (58) الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ (59)﴾ “Warra amanee ammas kan dalagaa gaarii dalageef dhugumatti Jannata kheeysatti Qallaa Isaaniif qopheeysina, Kan jala isii laggeen yaatu, Isii kheeysatti waaran. Way waa tole! galanni warra dalagatee. Isaan warra Obsee Rabbii Isaanii irratti irkatani” Al-Ankabuut: 58-59 Warri Jannataa warra Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam jala deeme. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e: ‏{كُلُّ أُمَّتِي يَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ، إِلاَّ مَنْ أَبَى ‏"‌‏.‏ قَالُوا يَا رَسُولَ اللَّهِ وَمَنْ يَأْبَى قَالَ ‏"‏ مَنْ أَطَاعَنِي دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ عَصَانِي فَقَدْ أَبَى} “Ummanni kiyya hundi Jannata ni seenan nama dide malee.” Ni ja’aniin: “Eenyu dida Yaa Ergamaa Rabbii?!” Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam: “Namni ee ja’ee na jala deeme Jannata seena, namni na (jala deemuu) dide dhugumatti (Jannata) dide.” Waluma galatti warri Jannataa wanni Jannata argataniin Rabbitti amananii dalagaa gaarii inni itti ajaje dalaguun, hamtuu inni irraa dinniine dhiisuun, Nabiyyii xumuraa Muhammad sallallaahu aleeyhi wasallam jala deemuun, toltuu inni ajaje dalaguun, hamtuu inni irraa dhorge dhiisuudhaan Jannata fakkaataa hin qabne argatan. By: Jaafar Bayaan https://t.me/Rafiiqul_Islaam/556 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/556
إظهار الكل...
Jannata Maaliin Argatan? Warri Jannataa warra Rabbitti amane, Warra shirkii (Rabbitti qindeeysuu) irraa qulqullaawee Rabbi tokkicha qofa gabbaru. Warra Nabiyyii xumuraa Muhammad sallallaahu aleeyhi wasallam dhugoomsee jala deeme. Namni Rabbitti kafare, kan shirkii dalage, kan Nabiyyii sallallaahu aleeyhi wasallam dhugoomsuu didee karaa biraa hordofe Jannata hin argatu, warra Ibiddaa taha. Warri Jannataa warra Rabbitti amanee dalagaa gaarii dalage. Rabbiin ol tahe akki je’e: ﴿وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ سَنُدْخِلُهُمْ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا﴾ “Warra amanee dalagaa gaarii dalage Jannata jala isii laggeen yaatu Isaan neeyna, Isii kheeysatti waaran hoggayyu” An-Nisaa: 57 Warri Jannataa warra Rabbi sodaatu. Rabbiin ol tahe akki je’e: ﴿لَٰكِنِ الَّذِينَ اتَّقَوْا رَبَّهُمْ لَهُمْ غُرَفٌ مِّن فَوْقِهَا غُرَفٌ مَّبْنِيَّةٌ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۖ وَعْدَ اللَّهِ ۖ لَا يُخْلِفُ اللَّهُ الْمِيعَادَ﴾ “Garuu warra Rabbii Isaanii sodaataniif Qallaa gubbaa Isiitiin Qallaan jaaramtuu taatetu Isaaniif jira, ni yaati isii jala laggeen. (Sun) Beellama Rabbiiti. Allaah beellama Isaa hin diigu.” Az-Zumar: 20 Warri Jannataa warra obsuu fii warra Rabbirratti irkatani. Rabbiin ol tahe akki je’e: ﴿وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُبَوِّئَنَّهُم مِّنَ الْجَنَّةِ غُرَفًا تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ نِعْمَ أَجْرُ الْعَامِلِينَ  (58) الَّذِينَ صَبَرُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ (59)﴾ “Warra amanee ammas kan dalagaa gaarii dalageef dhugumatti Jannata kheeysatti Qallaa Isaaniif qopheeysina, Kan jala isii laggeen yaatu, Isii kheeysatti waaran. Way waa tole! galanni warra dalagatee. Isaan warra Obsee Rabbii Isaanii irratti irkatani” Al-Ankabuut: 58-59 Warri Jannataa warra Rasuula sallallaahu aleeyhi wasallam jala deeme. Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam akki je’e: ‏{كُلُّ أُمَّتِي يَدْخُلُونَ الْجَنَّةَ، إِلاَّ مَنْ أَبَى ‏"‌‏.‏ قَالُوا يَا رَسُولَ اللَّهِ وَمَنْ يَأْبَى قَالَ ‏"‏ مَنْ أَطَاعَنِي دَخَلَ الْجَنَّةَ، وَمَنْ عَصَانِي فَقَدْ أَبَى} “Ummanni kiyya hundi Jannata ni seenan nama dide malee.” Ni ja’aniin: “Eenyu dida Yaa Ergamaa Rabbii?!” Rasuulli sallallaahu aleeyhi wasallam: “Namni ee ja’ee na jala deeme Jannata seena, namni na (jala deemuu) dide dhugumatti (Jannata) dide.” Waluma galatti warri Jannataa wanni Jannata argataniin Rabbitti amananii dalagaa gaarii inni itti ajaje dalaguun, hamtuu inni irraa dinniine dhiisuun, Nabiyyii xumuraa Muhammad sallallaahu aleeyhi wasallam jala deemuun, toltuu inni ajaje dalaguun, hamtuu inni irraa dhorge dhiisuudhaan Jannata fakkaataa hin qabne argatan. By: Jaafar Bayaan https://t.me/Rafiiqul_Islaam/556 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/556
إظهار الكل...
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄
GAAFFII HIRMAACHISAA!!
Seenaa Islaamaa Keessatti Namni Yeroo Jalqabaatiif Azaana Godhe Eenyuu?
إظهار الكل...
[A] Sa'ad Bin Мu'aaz (RA)
[B] Umar Bin Al-Khaxxaab (RA)
Abuu Ubeydaa Aamir Bin Al-Jarraah (RA)
[D] Bilaal Bin Rabaah (RA)
𝙰𝚂𝚂𝙰𝙻𝙰𝙰𝙼𝚄 𝙰𝙻𝙰𝚈𝙸𝙺𝚄𝙼 𝚆𝙾𝚁𝙰𝙷𝙼𝙰𝚃𝚄𝙻𝙻𝙰𝙰𝙷𝙸 𝚆𝙾𝙱𝙰𝚁𝙰𝙺𝙰𝙰𝚃𝚄𝙷𝚄𝚄 GAAFFII HIRMAACHISAA!! Seenaa Islaamaa Keessatti Namni Yeroo Jalqabaatiif Azaana Godhe Eenyuu?
إظهار الكل...
[A] Sa'ad Bin Мu'aaz (RA)
[B] Umar Bin Al-Khaxxaab (RA)
Abuu Ubeydaa Aamir Bin Al-Jarraah (RA)
[D] Bilaal Bin Rabaah (RA)
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni akka itti dorgomtan isin dhibe Yoo jiraate. Akkuma fakkii 1 irratti argitan chaanaalii San mara join taasifta. Sanaan booda check isa jedhu cuqaasta. Bonasii waan qabuuf qarshii 500-1000 hojjachuu dandeessu. 100% dhugaa waan taheef osoo carraan kun isin hin darbin hojjadha. Jalqabuuf👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Namoonni akka itti dorgomtan isin dhibe Yoo jiraate. Akkuma fakkii 1 irratti argitan chaanaalii San mara join taasifta. Sanaan booda check isa jedhu cuqaasta. Bonasii waan qabuuf qarshii 500-1000 hojjachuu dandeessu. 100% dhugaa waan taheef osoo carraan kun isin hin darbin hojjadha. Jalqabuuf👇👇 https://t.me/Habesha_433_cashbot?start=r07255829184
إظهار الكل...
Barsiisni Iyyasuus kiristoos maal ture? Xiyyeeffannoon guddaan barsiisa Iyyasuus kiristoos, waa’ee Tokkochummaa Rabbii akka ta’e Qur’aanaa fi macaafa keessattis dubbatamee jira. Mee haa ilaalluu! ” Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga’i, yaa Israa’el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. ” (Wangeela Marqoos 12: 29) Kiristaanonni hedduun, ilaalchota dogoongora irratti hundaa’uudhaan Iyyasuus kiristoos gabbaru. Garuu barsiisni isaa akkas hin turre. Yesuus kiristoos waaqqessuun gati dhabeessa ta’uu dubbatee jira. ” ana waaqessuun isaanii akkasumaan, abboommii namaa akka seera Waaqayyootti barsiisu isa jedhe ba’eessa dubbate” jedhe.” (Maatiwoos 15: 9) Iyyasuus kiristoos gaaffii yahuudotaan gaafatame ennaa deebisu akkana jedheera. Gurguddoota Yihudootaa keessaa tokko, “Yaa barsiisaa gaarii, jireenya bara baraatti galuudhaaf maal godhu?” jedhee isa gaafate. Yesus immoo deebiseefii, “Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru. [Wangeela Luqaas 18:18_19] Namni tokkos gaafa tokko gara yesuus dhufuudhaan, yaa barsiisaa gaarii jannata (jireenya bara baraa) argachuudhaaf maal hojjachuu qaba jedhee gaafate. Innis deebiseefii akkana jedheen; Kunoo, namni tokko gara Yesus dhufee, “Yaa barsiisa! Jireenya bara baraa qabaachuuf hojii gaariin gochuun anaaf ta’u maal inni?” jedheen. Yesus immoo, “Waa’ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe. [Wangeela Maatiwoos 19:16_17] Yesuus kiristoos seera waada moofaa keessa jiru tokkos shaaruudhaaf, akka hin ergamnes dubbateera. Waa’ee kanaa Maatiwoos haala armaan gadii kanaan barreesseera. [Yesus, “Seeraa fi barsiisa raajotaa diiguudhaaf waanan dhufe hin se’inaa, ani isaan raawwachuudhaafan dhufe malee, diiguudhaaf hin dhufne. Ani dhuguman isinitti hima, hamma waaqnii fi lafti badanitti seericha keessaa fidalli xinnaan tokko yookiis gar tokkoon fidalaa odoo fiixaan hin ba’in hin badu].(Wangeela Maatiwoos 5:17_18) Ergamaan anaan booda ergamu, waanuma hunda isiin barsiisa jedhees dubbateera. ” Inni isiniif dubbatu hafuurri qulqulluun, inni abbaan maqaa kootiin ergu garuu, waan hundumaa isin in barsiisa, waanan isinitti hime hundumaas isin in yaadachiisa. “(Yohaannis 14: 26) Kitaabani seera uumama waa’ee dhagna qabachuu ilaalchisee akkana jedha: Ammas kakuun koo inni anaa fi si gidduutti, namoota kee gidduutti, si booddeedhaanis sanyii kee gidduutti eeguun isiniif ta’u, ‘Isin keessaa dhiirri hundinuu dhagna haa qabamu!’ isa jedhuu dha.  Isin gogaa foon keessan haguuge dhagna qabadhaa! Kunis kakuu isa anaa fi isin gidduutti dhaabateef milikkita in ta’a.[Seera uumamaa 17:10-11] ” Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti.” (Yuhaannis 17: 3) Dubbiin kanneen armaan olii fakkaatan, Qur’aana keessattis bakka heddutti dubbatamaniiru. إِنَّ ٱللَّهَ رَبِّى وَرَبُّكُمْ فَٱعْبُدُوهُۗ هَٰذَا صِرَٰطٌ مُّسْتَقِيمٌ Dhugumatti Rabbiin Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan; kanaafuu Isa gabbaraa. Kun karaa qajeelaadha.” [Suuraa  Aal-Imraan 3:51] Karaan qajeela Iyyasuus kiristoos barsiise, karaa Islaamummaa qofa. Daandii tokkochummaa Rabbiiti. Qur’aanni akkana jedha. وَإِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ءَأَنتَ قُلْتَ لِلنَّاسِ ٱتَّخِذُونِى وَأُمِّىَ إِلَٰهَيْنِ مِن دُونِ ٱللَّهِۖ قَالَ سُبْحَٰنَكَ مَا يَكُونُ لِىٓ أَنْ أَقُولَ مَا لَيْسَ لِى بِحَقٍّۚ إِن كُنتُ قُلْتُهُۥ فَقَدْ عَلِمْتَهُۥۚ تَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِى وَلَآ أَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِكَۚ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ Yeroo Rabbiin “Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha kiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?” jedhu [yaadadhu][Inni] ni jedhe: “Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta’u. Yoo ani isa jedheera ta’eef, ati dhugumatti isa barteetta. Waan lubbuu kiyya keessaa ni beekta. Ani waan nafsii kee keessaa hin beeku. … itti fuufa… https://t.me/Rafiiqul_Islaam/551 https://t.me/Rafiiqul_Islaam/551
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.