ar
Feedback
Dureewwan M/B A.Ancaar

Dureewwan M/B A.Ancaar

الذهاب إلى القناة على Telegram

Official

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم113 576
264
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-27 أيام
+430 أيام
أرشيف المشاركات
Dureewwan manneen barnootaa barsiisota keessan Warren qabaniifi hin qabne addaan baasaa,Warren hin qabne akka baafatan taasisaa

Share 'File National ID Final 8.02.2018.xlsx'

Manneen barnootaa keenya ammas NID ilaalladhaa ,warri hinqabne ,iskeelii mindaa hojjatamaa jiru irratti rakkoon akka hin dhufne,iskeeliin mindaa hin hojjatamu jechuudha.

Share '4_6024055124312205183.xlsx'

Kanneen NID baafatanii ergan

Guyyaa 3_13_2017 m/b Gooba Waldoow BSTD u5 29+30=59 u6>35+37=72 W|g39+42=81 Kut1 um7 31+37=68 Kut1>69+52=121 kut2>47+47=94 kut3>10+12=22 kut4>3+2=5 kut5>0+0=0 1_5>141+125=266 Mahammad Heydar.

Manneen barnootaa kaardii kutaa 6ffaafi8ffaan guyyaa boruu fudhadhaa

Duubdeebii galmee.docx0.22 KB

Akkam jirtuu ? Ragaa kana hanga guyyaa 19/12/2017 sa'atii 4:00 irrattii guutuun akka ergitan.Warreen Ragaa isaanii guutani hin ergine Finfinnee deemuun akka sirreessitan cimsine isin beeksifna.

Hojiilee armaan gadii keessaa kan hojjatani fi kan biraas yoo jiraate itti dabaluun nuuf ergaa. Marsaa sadaffaa isin gaafachaa jirra. 1.Bu'uura Barnoota ga'essota barsiisuu. 2. Barattoota kutaa 9-12 tiif titiriyaalii kennuu 3. Teessoo barataa haaraa hojjatame 4. Teessoo moofaa suuphame. 5.Daree barnootaa suuphame. 6. Mana jireenya bsootaa haaraa hoojatame fi kan suuphame . 7. Bu'uura Boruu ijaarame 8.Barullee barattoota harka qalleyyiif sassaabame 9.Dallaa mb haaraa ykn kan suuphame Meetiraan . 10. Gosaa fi baay'ina biqiltuu dhaabame .

Kallattii Leenjii TaRL.PDF9.82 KB

New Doc 07-16-2025 11.24.54 - Page 1
New Doc 07-16-2025 11.24.54 - Page 1

Dureewwan keenya hundaaf bakka jirtanitti akkam jirtu jechaa ragaa barattoota shamarran sadarkaa ''top 10'' keessa jiran warri nuuf hin ergiin daftanii maqaa fi qabxii galmeessan averejii waliin akka ergitan irra deebiidhaan isin yaadachiifna. Nagaa wajjiin

Akkam oltan jechaa Qormaanni sem.2ffaa barakanaa kallattii godinni gaafa guyyaa 16/10/2017/ akka eegalu kallatti kaa'ee Waan jiruuf isinis kana hubachuun maneen barnootaaf akka dabarsitan isin beeksifna

1749823066264.pdf3.10 MB

manneen barnootaa keenya kutaa 6ffaafi 8ffaa qabdan hundaaf 1.qabiyyeen barnootaa xumuramuu akka qabu 2.moodeeliin kutaa 6fi8 kennamee aakka xumuramuufi qaacceessa qabxii modeelaa hojjattanii akka galchitan 3.gaafilee shaakallii modeelaa isiniif ergame barattoota akka shaakachiiftan 4.dogoggora maqaafi saalaa akkasumas suuraa yoo jiraate hatattamaan adda baastanii guyyaa lama keessatti akka nuuf ergitan jechaa,asumaan barattoota keessan qormaataaf akka qopheessitan .galatoomaa

Dureewwan manneen barnootaa keenya gaafilee shaakalaamoodeelaa kana barattoota mana baruumsaa keessanii shaakalchiisuun qormaataaf akka qopheesitan.2.qabiyyee barnootaa xumuruu qabdu.3.barattoota ammumaan qormaataaf akka qopheessitan.4.gosa barnootaa gahuumsi barattootaa gadibu'aa ta'e adda baasuun ammumaan irratti hojjachuu qabdu.