cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

MAMMAAKSA AFAAN OROMO

👉 MAMMAKSA 👉JECHAMA 👉HIBBO FI K.K.F Nuqunnamuuf 👉@Kaalid_M

إظهار المزيد
فنلندا3 407لم يتم تحديد اللغةLinguistics9 076
مشاركات الإعلانات
371
المشتركون
+324 ساعات
+117 أيام
+2530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#Qoraasuma_sammuu_kitabarraa.  ┏━━━💞━━━━━━━━┓ Milkaa‟inni jireenya kufaatii hin qabne keessa jiraachuu miti. • Kufaatiin namoota hedduuf madda jireenya gadadoo akkuma ta‟e namoota muraasaaf immoo ka‟umsa milkaa‟inaati. • Kufaatiif warri harka laatan akka iddoo kufanitti akkuma hafan, gariin immoo iddoo kufanii jabaatanii ka‟u. ●Inumaayyuu warri isa duraa caala, jabaa ta‟anii ka‟an muraasni jireenya bareedaafi ajaa‟ibsiisaa jiraatu. Namni iddoo kufee abdiidhaan ka‟e ni milkaa‟a. ● Maarree milkaa‟uun jireenya kufaatii hin qabne keessa gulufuu osoo hin taane, iddoo kufanii ka‟anii galma gahuudha.
إظهار الكل...
1
♻️ SHARE ♻️ Hin-aariin ~~obsi malee 📥 Hin-abaariin ~~gorsii malee 📥 Hin-boo'iin ~~Kolfi malee 📥 Hin-jajariin ~~Hubadhu malee 📥 Hin-amaniin ~~Jaaladhu malee 📥 Hin-jaalatiin ~~Qorattu malee 📥 Hin-jibbiin ~~Sababa malee 📥 Hin-barreessiin ~~Beekumsa malee 📥 Hin-odeessiin ~~Agartu malee 📥 Hin-sodaatiin ~~Dubbadhu malee 📥 Hin-yaadiin ~~Akka malee ♻️ SHARE ♻️ godhi 𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐟 𝐈𝐧𝐧𝐢𝐬 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐮... ♻️ORO Media
إظهار الكل...
👍 2 1🥰 1
Gaaffii Sammuu🤔 1. Caaltuun haadha Magarsaati. Magarsaan immoo abbaa Galaaneeti. Galaaneen immoo haadha Abdiisaati. Abdiisaan immoo obboleessa Boontuu yoo ta'e Magarsaan Boontuuf maal ta'a? 🇦.  Abaabilee 🇧.  Akaakilee 🇨.  Akaakayyuu 🇩.  Eessuma 🇪.  Wasiila Deebii Isaa comment godhaa 🙏🙏🙏
إظهار الكل...
👍 1 1👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa kaalid. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r03256114660 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa kaalidtin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
إظهار الكل...
Gaaffii Hirmaachisaa °°°°°°°°°° °°°°°°°°°°°°°°° 👉Hibboo 👈 1.Soba dhugaa fakkaatu? 👉Deebii comment godhaa
إظهار الكل...
🥰 3
Maqaa fi ilmoolee Bineensotaa """"""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""" ❶ Harree     ➠  bukurii ❷ Qamalee ➠  canoo ❸ farda        ➠  ciloo(darmi) ❹ Bofa        ➠  qoqalaa ❺ xadde     ➠  xubii ❻ Buutii      ➠  lootii ❼ weenni    ➠  wullee ❽ Hoolaa   ➠  bukkuula ❾ Aduree   ➠  bashoo ❿ Re'ee      ➠  maqasha ⓫ Lukkuu  ➠  hucoo ⓬ sa'a       ➠  wati ⓭ Huummoo  ➠  cuucii ⓮ Saree           ➠  buchila ⓯ Gadamsa    ➠  gudalaa ⓰ Hantuta       ➠  ajjoo ⓱ kannisa       ➠  barrisaa ⓲ Raacha        ➠  callee ⓳ Sololiyaa     ➠  cuucii ⓴ Jawwee       ➠  lootii ➊ Bosonuu      ➠  simboo ➋ Sardiidoo     ➠  xulubaa ➌ Roobii           ➠  heegira ➍ illeetii           ➠  buchilaa ➎ Guchi           ➠  ruboo ➏ Qocaa          ➠  cuucii ➐ Sattawaa    ➠  bochoola ➑ Qerransa    ➠  linchii ➒ Leenca       ➠  kubalee 40 Gafarsa    ➠ serro ❶ Arba           ➠ dhoblee ❷ Gaala        ➠ nyarqoo ❸ Simbirroo ➠ cuucii ❹ Jalddeessa  ➠ cakkee ❺ Booyyee       ➠ qoqalee ❻ Gogarii          ➠  cuucii ©Afaan Oromoo haa guddisnu Erga dubbistee Hiriyoota keetiif #share godhi #🔗SHARE #🔗SHARE
إظهار الكل...
2🥰 1
"Na nyaattu na nyaadhu malee, bishaan ol hin yaa'u,'' jette _ waraabessaan.Anonymous voting
  • Sareen
  • Kurupheen
  • Harreen
  • Jeedallu
0 votes
1
Kบтαα 41 ƒƒαα °°°°°°°°°°°°°°°° ‌ □》Albeen lafeef abdatan tiruurratti cabdi. □》Dhiisuuf kaloo jabbilee, haleeluuf loon warra soddaa, jedhe namichi. □》Himata wallaalteetu, hayyicha komatte. …………………………………………… ……………………………………………
إظهار الكل...
🥰 2
Loqoda °°°°°°°°°°°°°° Loqoda Booranaatii fi Hiika isaa 1, Diirama------------Ganama subhii 2, Dhahattuu--------Cinaa/Bukkee 3, xuyyuura----------Xiyyaara 4, Hobba'e------------Dhumate 5, Beessee----------Horii/ Maallaqa 6, Dira-----------------Magaalaa 7, Sablatte----------Deesse 8,Laanumaan-------Suuta Suutaan 9, Qiliixamsuu-------Gammachuu 10, Okokkaan--------Killee 11, Daraamuu-------Biidoo 12, Qarxaasii---------Feestaalii 13, Dedhuu------------Irraanfachuu 14, Gaarii--------------Konkolaataa 15, Miyyuu------------Guutuu 16,Sagalee------------Nyaata 17, Buurkii--------------Daakuu warshaa 18, Cehuu--------------Fiiguu 19, Iyyoo-----------------Lakki 20, Maachuu---------- Ofitti fudhachuu/Barachuu 21, Arroo-----------------Uu Uu Uu... 22, Qaawwuu-----------Kijibuu 23, Simuu----------------Bilbila 24, Qan'oo----------------Busaa 25, Donfofa--------------Qufaa 26, Kan dhibaa---------Kan biraa 27, Munaada----Mooraa Beeyladoonni Keessatti gurguraman. …………………………………………… .........................................
إظهار الكل...
👍 2🔥 1🥰 1
"Anaatu farda se"ee _____ okaa haame" jedhe namtichi.Anonymous voting
  • Sangaatti
  • Gaangeetti
  • Harretti
  • Hoolatti
0 votes
1