cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Nuurazzamaan_Mohammed

facebook.com/nurazamaan.muhammad? Yaada dabalataaf lakk 0937045189 Walaloon waa mara

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
847
المشتركون
-224 ساعات
-87 أيام
+3430 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Kutaa 5ffaa kutaalee darban armaan olii argattu👆HARARGITTII Naaf kottu Harargittiitoo Shamarree baha Biiftuu Kokkoflaan buhaarsitee Tan Onnee nama jiiftuu Kan Harargittii fedhee Ni milkaawe waa tolee Gootittiidha ni beektu Gaaf Calanqoof Aanolee Onnee hin salafattuu Tuullaa qabdi duraanuu Jaalaltitee hammaattee Najjabaate gubaanuu Galeetiin rafuu dhabe Miidhagduu Harar laalee Boojituu qaamaaf qalbii Gootittii Bakar Waaree Jaalalaafi gammachuun Martuu biraa argamaa Kurfoo too caaltuu maraa Cayaa Qeerroof dardaraa Giiftii Ituuf Humbannaa Miidhagduu Afran Qalloo Obsituu tiyya qaalii Keessisii Dirree bal'oo Mi'ooftu too waan ofii Caaltuu Fandishaaf Aalaa An if dadhabee kufnaan Ishee fidaa na yaalaa Giiftii too Qobboo gubbaa Miidhagduu Dirreef Hirnaa Tetteenyeetu haasawaa Kot-seenaa walii himnaa https://t.me/Oro_daldalaonline join gochuun hordofaa
إظهار الكل...
@Oro_online business

Hi welcome guys I advertise and work airdrop crypto Addunyaa technology dhaan fagaattee jirtu keessatti waliin fagaannee duuka dhibnus irraa fagaannee duubatti hafuun qabnu

👍 3
Hordoftuu Aadaaf safuu Golgattuu qaama guutuu Moodelummaaf Soqolattee Aadaa ormaa faanan buutuu Qaama qaalii Rakafsiiftee Alan keessu qullaa gattee Aadaa ,Safuuf Amantii-ishee Ni beekti hundaa bartee Hin fakkaannee fafakkeessuuf Wal biran keessu martee Akka Haadharraa dhaaltetti Mummullisti amma bartee Moodeleesseen ammayyoomsaaf Jelan kaattu orma laaltee Nan tolchaaf hin balleessitu Hubattuudha of madaaltee Naaf moodelli ishee kana Eegduuf beektuu Aadaaf safuu Moodelummaan qullaa yaa'uu Taanaan innoo nuttaa hafuu  Kee baafadhu jedhee ormi Fidee kansaa sitti maree Kee dagadhu siin jechuudhaam Bar hubadhu sitti malee Yoon hubanne bor hubatta Gaafas gaabbiin guggubatta @Nuurazzaman ✍️ ✍️ ✍️ 
إظهار الكل...
5
Odeeffannoo dabalataaf liinkiin kunooti seenaa dubbisaa hubadhaa eegalaa Addunyaa nuti har'a keessa jirru Addunyaa teknooloojiin fagaatteedha kanaaf Addunyaa technology dhaan fagaattee jirtu keessatti waliin fagaannee duuka dhibnus irraa fagaannee duubatti hafuun qabnu join gochuu dandeessu https://t.me/Oro_daldalaonline
إظهار الكل...
@Oro_online business

Hi welcome guys I advertise and work airdrop crypto Addunyaa technology dhaan fagaattee jirtu keessatti waliin fagaannee duuka dhibnus irraa fagaannee duubatti hafuun qabnu

Geemiiwwan screen/fuula bilbila keessanii tap tap gochuu qofaan akkasuma hiriyoota keessan affeeruudhaan isiniif kaffalan kana sadan an dhugummaa isaa kanan itti amanu saatii boqonnaa keessaniitti tap tap xuxxuquun coin 🪙 saantima funaannachuun gara Usd doolar gara maallaqa feetaniitti geddarachuu dandeessu👇 1,https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_5970834386 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift 👇 2,https://t.me/haMster_kombat_bot/start?startapp=kentId5970834386 👇 3, https://t.me/theYescoin_bot/Yescoin?startapp=6eJNKS dhugaa dubbachuuf anis dur beeksisa akkas jedhu gaafan argu soba jedheen bira kuta ammas hundi dhugaa ta'uu baatus hundi soba akka hin taane ji'oota muraasa dura karaa telegraamiitiin coin kana hojjedhee jijjiirradhees dhugummaa isaa mirkaneeffadheera Odeeffannoo guutuu waa'ee daldala online geemiiwwan taphachuun isiniif kaffalu argachuuf liinkii kanaan seenaa Chanale kiyyaa keessatti wantoota haqummaan isaanii mirkanaa'een ala hin maxxansinu dursa hojjennee hubannee malee Odeeffannoo guutuu argachuuf garee kanatti makamuun gordofaa👇👇https://t.me/Oro_daldalaonline
إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Geemiiwwan screen/fuula bilbila keessanii tap tap gochuu qofaan akkasuma hiriyoota keessan affeeruudhaan isiniif kaffalan kana sadan an dhugummaa isaa kanan itti amanu saatii boqonnaa keessaniitti tap tap xuxxuquun coin 🪙 saantima funaannachuun gara Usd doolar gara maallaqa feetaniitti geddarachuu dandeessu 1https://t.me/haMster_kombat_bot/start?startapp=kentId5970834386 dhugaa dubbachuuf anis dur beeksisa akkas jedhu gaafan argu soba jedheen bira kuta ammas hundi dhugaa ta'uu baatus hundi soba akka hin taane ji'oota muraasa dura karaa telegraamiitiin coin kana hojjedhee jijjiirradhees dhugummaa isaa mirkaneeffadheera Odeeffannoo guutuu waa'ee daldala online geemiiwwan taphachuun isiniif kaffalu argachuuf liinkii kanaan seenaa Chanale kiyyaa keessatti wantoota haqummaan isaanii mirkanaa'een ala hin maxxansinu dursa hojjennee hubannee
إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Lafaafii lafee malee Tasan jiraatu namnii Dhibee koof dhukkubsatta Kan koo kan keeti cabnii Kan woca gabaa keessaa Beektu addat-sagalee koo Akkan duubattin kufneef Na eegdu dagalee koo Kan fuularraa hubattuu Utuun himin aarii koo Worqiif birriin gabaarraa Sin bitu argee qaalii koo Sin jaalladha sin yaada❤ Natti dhibdus dhiheenyaa Ibsituu jiruu lafaa Guuttuu hir'uu jireenyaa Si'ii taa'u yoon dhufe Kan na teessiftu ol-kaatee Jechan dhabe lafarraa Ibsuuf bar an ol-maakee Kan natti hin dallanne Laaltee dubbiif aarii koo Umurii naaf dheeradhuu Sin jaalladha gaarii koo @Dhandhama_Walaloo ✍️✍️
إظهار الكل...
Baacoo " Namichatu gaaftokko ganama haadha manaa isaatiin,"Har'a lafa maasii xaafii dhaqnee,waliin haramaa buqqisaa oolla!"jennaan,"Tole!Garuu hojii xiqqoon of harkaa fixee dhufaa,hangasitti ati dhaqi!"jetteen;Namichis,"Hin turin! ACHUMATTI WAL AGARRA"jedhee sokke. - Utuu adeemaa jiruu,dubartii ollaa isaatii qofaashii,mana jirtu argee itti gore.Abbaan manaashee,eessa akka jiru erga qoratee booda,akka ishee jaalatu itti himee amansiifate;Tole jetteef!Lamaanuus,sireerra akkuma ga'aniin abbaan manaashii bakka dhaquuf ture dhiisee waan deebi'eef,alaa balbala rukute.Isheenis,namichaan,"Ariitidhaan siree jala dhokadhu!"jettee balbala banuu dhaqxe.Namichis dafee siree jala seene. - Abbaan manaas,akkuma seeneen gabaa deemtee,waan tokko,tokko bittee akka deebitu ajaje;Akkuma isheen baateenimmoo,dubartii bakka hojii dhaquuf,balbala duraan darbitu tokko argee,gad itti ba'ee haasofsiise. Yeroo dheerarraa kaasee akka ishii jaalatu itti himee,harkisee,manatti ol galfate. ' Akkuma siree gubbaa ga'anin,haati manaasaa,namicha siree jala dhoksitee kan deemte waan beektuuf,sardamtee waan argatte karaarraa bittee daftee gara manaa deebite. Dhuftees balbala rurrukunnaan,abbaan manaa dubartii isa bira jirtu sanaan,"Dafii siree jala dhokadhu!" jedhee haadha manaarraa banuu dhaqe. Isheen kun siree jala yoo seentu,abbaan manaashee,waan hunda hordofaa gatii tureef,mormashee qabee,''Ati maalfunaannachuuf as dhufte?lafti aramaa asii"jennaan,isheenimmoo abbaamanaashee ta'uu bartee,naasuu dhaan,''Ati ganama achumatti wal agarra,naan hin jennee?"jetteen. "Daandiin hattuu yeroo hunda hin toltu!" jedhu!
إظهار الكل...
6👍 2
Ilaaltuu miti ilaalcha Ilaalcha kee sirreessi ilaaltuu kee miti ilaaltuu kee utuu ta'e namoonni ija jallisan maaliif mataan deemta miila ol garagalchitee jedhanii namoota ilaalanitti kolfu kanaafu ilaaltuu ijji isheen fuularraa dabdus dhiistus homaa yoo ijji ija fuularra jiru duubaan gola sammuu keessaa jiru hin sirranne Isa sirreessuuf ilaalchota ilaaltu mara of taatee qofa utuu hin taane nama biraa ta'ii ilaalchota kee laali ilaalchonni kee ati nama biraa taatee ilaala jirtu sun yoo nama fayyaduu dhiisee si fayyadellee nama hin miidhin nama miinaan sis ni miidha sababnisaa atis nama kaa @Nuurazzamaan_Mohammed
إظهار الكل...
1
Dubbachuuf akka dhabee Yoo Arrabni cancalamu Daandiin kaayyoofii hawwii Yoo dhabaan danqaramu Abdii qaqqabuuf kaachuutti Gufattee luka cabdu Abdiinis kaatee dhufuuf Mudhuktee dhuka dhabdu Gaafa kan eegdu hafee Kanatin eegin dhufu Gaafa Tu'oon Abdiikee Bubbee gaddaatiin kufu Afaan miti gaafa akkasii ? Onneetu Afaan baaftee Imimmaaniin haasofti Ijjis Imimmaan yaaftee Garuun Raftun raatofti Imimmaan Afaan Onneeti Kan keessattiin ibsattu Tulluu gaddaaf gadadoo Raaftee ittiin jikfattu Dhandhama_Walaloo
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
MAALTA'INNA BORIIN KOO ====================== Gaafa akkaaf bakka dhabdu Akka ta'e taasisuuf Gaaf Abdiin eegdee dhabdu Utuu waa si naasisuu Gaafa akkamiin akkam akka Gootu sirkaa wal dha'uu Gaafa utuman aarin Dhiibbaan dhiigaa ol ka'uu Kan na fayyisaaf dhugdu Gaafanni dhibee fiduu Utuuti yaaltee laaltuu Gaafanni dide diduu Gubataa utuu siiloftuu Utuuti diddee seeqxuu Gaafanni boodaan dhufu Kan ati duraan eegduu Gaaf-Rakkoof gadadoodhaan Hawwiin kee Abootamtuu Dabdee Cabdee Miilli kee Galmarraa gad oofamtuu Kan an hadhootti nyaadhe Jira kunoo Qoriin koo Kan har'a akkas ta'ee Maalta'inna Boriin koo Utuun fiiguu qaqqabuuf Galma halkaniin ba'ee Maal ta'inna Boriin koo Kan Ammaan akkas ta'ee Akka Baraa malee silaa Jiruun akka Garaan taatuu Jiraachiisaan utuu jiruu Keessi jiraataa maaf kannaatuu
إظهار الكل...
6