cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
441
المشتركون
+124 ساعات
+37 أيام
+3030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
➡️Itti fayyadamaa Geemiin kun akka qoosaatti laalamaa ture garuu amma maallaqa kafaluun isaa dhugaa tahuun mirkanaawee jira xumuramuuf guyyaa 4 qofaatu hafe tap tap keesan million geessuun dollara akka arkattan. Hey, @! Welcome to TapSwap! Tap on the coin and see your balance rise. TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here. Got friends, relatives, co-workers? Bring them all into the game. More buddies, more coins.
إظهار الكل...
🥰 2
🤔 Therefore ✔️ Thus ✔️ As a result ✔️ Accordingly ✔️ In consequence ✔️ Hence ✔️ Ergo 🤔 Hurry Up! ✔️ Get a move on! ✔️ Chop-Chop! ✔️ Shake a leg! ✔️ Pick up the pace! ✔️ Speed it up! ✔️ Get cracking! Share ❤️ REFORMGENEREATION ✅ https://t.me/REFORMGENEREATION
إظهار الكل...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

🥰 1
TO BECOME SUCCESSFUL ● BELIEVE – while others are doubting.    ● PLAN – while others are playing.    ● STUDY – while others are sleeping.    ● BEGIN – while others are procrastinating.    ● WORK – while others are wishing.    ● INVEST – while others are wasting. ● LISTEN – while others are talking.    ● PERSIST – while others are quitting.    Share ➕ ❤️ REFORMGENEREATION ✅
إظهار الكل...
🥰 2👍 1
Hujii hojjadhuu namatti qixxaadhu malee,ilmi namaa nagaa bultee yoo jetteen,waan kadhannaaf itti dhufte si sehaa uf eegi. ila Harki hujii bare biyya addaan hi filatuu beeki,biyya keessa jiraatteefi biyyaa baatees,ati isuma sanii uf yaadadhu. Jaaloo Gabrummaan guddoon,gabrummaa harka nama jala qabachuutii hubadhu,hiyyummaan hamtuufi guddoon hiyyummaa sammuutii argi,nama guddaa Aqliifi qalbii qabu kan harka namaa eeggatu taanaan,duruma Aqlii fi qalbiin,sammuufi surriin nagaa hin qabnee xiinxalli. Obbolaa Addunyaa dhiisii Aakirattillee,nama har’a gatii kaffalee qorraafi hoo’a osoo hinjenne balbala Rabbii rukutaa oolee bulutu si hinjifataa beeki,lafa maruu dhiisii lafee qaamaa jabeeffadhu. Namana Biyya lamaanittuu hawwuufii yaaduu dhiisii,hujitti gadi bahii hojjadhu,ka har’a seeqataa si bira darbau hundi isaa,seequu taajjabbiitii ufitti qaanfadhu. Hey Osooo fayyaa guutuu qabdu hirribaafi hifaatoof jecha yoo muduudaa taatee jiraachuu filatte,osoo humnaafi aqlii qabdu,yoo sammuu kadhannaa gonfatte,maatii dhiisii mataa keetuu bulchuu hin dandeettuu dafii uf dhaqqabi. Eeee intala gaarii Aqlii qabdu,tan barumsa qabdu,tan adaba qabdu barbaada jedhaa,ufii adaba biyya lafaa beekuu dhabuun fafaa taajjabi,Gurbaa gaarii ilmii qabu,Aqlii qabu,hayyuu barbaada jechaa,naamusa jireenyaa leenjii hin fudhanne taanaan,qoosaa irra jirtaa uf argi. Yes Gadi dhaabbatan qadhaabatanii,gadi ijjadhuu mataa keetiifi bultii kee kunuunfadhu. ✈✈REFORMGENEREATION https://t.me/REFORMGENEREATION
إظهار الكل...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

🥰 2👍 1
#Xiyyeeffachuu/Focus ~ Yeroo hunda jireenya keessatti guyya guyyaan filannoo adda addaatu nuuf dhihaata. Dhiibbaa keessaafi alaa baay'eeniis nu mudachuu danda'a. #Carraaqqiin imala jireenya keenyaa kan galma ga'uunii danda'u ykn kan kufuunii danda'u, dhiibbaa keessa keenyaa uumamuun tahuun isaa beekkamaadha. ~ Gocha yaadame sana hunda tarkaanfachiisuuf ejjannoo fudhachuu keenya duraas, bu'aa isaa ilaaluu hin qabnu. Bu'aa argachuu qofaaf bololuun carraaqqii keenya bilaash taasisuudha. Imala jireenyaa keessatti kufaatii guddaan kan nu mudachaa ooluuf sababa bu'aa qofa irratti xiyyeeffannuufi. Maaliif seete, Jireenya keessatti jijjiirama irratti xiyyeeffachuu dhiifnee bu'aarratti yoo xiyyeeffanne, jijjiiramni nuti argachuu dandeenyu hin jiru. Garuu yoo bu'aa dhiifnee jijjiirama irratti xiyyeeffanne immoo yeroo gabaabaa keessatti bu'aa argachuu barbaanne san argachuu dandeenya waan taheef, jijjiirama irratti xiyyeeffachuun(focus) godhuun baay'ee gaariidha jedhu beektoonni!!       https://t.me/REFORMGENEREATION
إظهار الكل...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Photo unavailableShow in Telegram
Hey, @! Welcome to TapSwap! Tap on the coin and see your balance rise. TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here. Got friends, relatives, co-workers? Bring them all into the game. More buddies, more coins.
إظهار الكل...
Namni fedhii namootaa guutuuf jecha manaa bahuufi namni kaayyoofi galma ufii bakkaan gahuuf manaa bahu wal-addaa beeki. Jaaloo Namni kaayyoo hin qabne,namni karoora hin qabne, namni galma hin qabne,namni kallattiifi qajeeltoo hin qabne,dhama’aa malee dhama hin qabuu hubadhu. Obbolaa Namni uf dhabe,namni uf dadhabe,nama erkattuu tahee jiraatu yoo argite fagootti ufirraa qabi malee, harka balfaatiin si qabataa beeki. Namana Bultii osoo hin qabaanne waa’ee bultii,qabeenya osoo hin qabaanne waa’ee qabeenyaa,barnoota osoo hin qabaanne waa’ee barnootaa,Aqliin osoo hin guutin waa’ee sammuu hojjattuu himuun sirna mitii hubadhu. Hey Namni waan hin qabne hin kennuu beeki,waan si bira hinjirre,namarraa eeguun sirna mitii,jecha haqaatiifi gocha dhugaa irratti xiyyeeffadhu. Yes All our dreams can come true — if we have the courage to pursue them." —Walt Join. Comment. Share https://t.me/REFORMGENEREATION
إظهار الكل...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

👍 1🥰 1
Irra Jabaa Dhiifamaa Seenaa keessatti Dubbatame !! ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Seenaa bareedduu tana dubbistee SHARE gootu malee bira hin dabrin JZK.. Guyyaa tokko sahaaboonni rasuulaa S.a.w Iddoo takka taa'anii wajjiin haasayuu turan. Osoo wajji haasawaa jiranii, Haasawa keysatti Abuu zarrii fi Bilaal walitti mufatan. Yaroo kana abuu zarri "yaa gurraacha, Ilma gurraachaa" atis anaan mormitaa ja'ee arrabse! Yaroo kana bilaaliis hedduu aare, baay'ee mufatee, Osoo waa takka hin dubbatin masjiida dhaqe. Yaroo masjiida ol seenu rasuula S.a.w agaree, yaa ergamaa rabbii! Waan abuu zarri naan ja'e ati wahii dhageeysee ?! Ja'een. Yaroo kana rasuulliniis S.a.w "maal siin ja'e?" isaan jannaan - yaa gurraacha, ilma gurraachaa ja,eeti na'arrabse Ja'ee itti himnaan, Nabiyyiin S.a.w Hedduu mufatee, fuulli isaa gurraachoome. Bilaal erga xiqqo isaan bira turee booda ka'ee biraa deeme. Eega bilaal deeme booda abuu zarriis masjiida dhufe. Yaroo inni masjiida ol seenu ergamaan S.a.w - Yaa abuu zarri haadha isaatiin isa arrabsitaa ?ati wallaalummaa jaahilummaattu sikeessa jira Akkamitti haadha isaatiin bilaal arrabsita ?! Ja'ee isaan lole. Abuu zarri boohee akkana jedhe Yaa ergamaa rabbi dhiifama naaf godhi Eegasii ni masjida irraa boohaa Bilaal bira dhufee mallaa isaa biyyee irra kaahee akkana jedhe wallaahi Yaa bilaal mallaa kiyya ol hin fudhadhu haga miila keetiin narra ejjattutti ati nama kabajamaadha ani nama salphataadha !! Bilaalis boohee isatti dhiyaatee olqabee mallaa san dhungatee akkana jedheen wallaahi fuula rabbiif sujuuda takka sujuude irra hin ejjadhu eegasii olka'anii wal hammatanii boohan !! Arraan tana gariin keenna garii arrabsa marraa kudhanii ol dhiifama Yaa obboleessa kiyya yookaa obboleettii tiyya hin jedhu Gariin keenna garii madeessa madaa guddoo dhiifama naaf godhi hin jedhu dhiifama jechuu ni saalfata . Daqiiqaa takka yeroo kee irraa osoo hin bahin dura salawaata buusi irra caalaa akhlaaqa rabbii nabiyyii keenna muhammad S A W. Share godhuu hin dagatinaa JZK.. https://t.me/REFORMGENEREATION
إظهار الكل...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

👍 1 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Yaa_Haadha_too #يا_أمي...... 🌺Ji'a sagal guutuu garatti na baattee, 🌺Waggaa lamaaf Dhamgaa qaama keetii na  hoosistee 🌺Akka ani jajjabaadhuuf na sukkuumtee, 🌺Gaafa ani Booyu na waliin boottee, 🌺Gaafa ani gammadus na waliin gammadee, 🌺Yeroo Daa'imummaatti Mana fincaanii naaf taatee, 🌺Bareeduma kee sana anaaf gumaachite...... ○○○○○○○○○○○○ 🍂Galata Kee Rabbummaan jannataan siif haa kafalu... جزاك الله خيرا يا أمي........ #Reform jenaretion
إظهار الكل...
Bara barnootaa 2016 eebba mana barumsaa sadarkaa lammaffaa Itoophiyaa (kutaa 12ffaa) qormaata onlaayinii tartiiba tartiibaan gara waltajjii qormaata onlaayinii. Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa-Tajaajila Madaallii fi Qormaata Barnootaa EAES https://t.me/REFORMGENEREATION
إظهار الكل...