ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

QUBEE TUTORIAL 🎓

QUBEE TUTORIAL 🎓

الذهاب إلى القناة على Telegram

✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial. . .

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام QUBEE TUTORIAL 🎓

تُعد قناة QUBEE TUTORIAL 🎓 (@qubeetutorial) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 13 767 مشتركاً، محتلاً المرتبة 14 857 في فئة التعليم والمرتبة 355 في منطقة فنلندا.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 13 767 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 29 أكتوبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 308، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 4، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 19.87‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 5.83‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 2 736 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 803 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 21.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“✅Barnoota kutaa 9-12 qulqullina qabu nu biraa ni argattu Information guutuuf: website keenya https://qubeetutorial.courses ilaaluu ni dandeessu. Youtube: https://www.youtube.com/@QUBEER-lg8wy #Qubeetutorial #Qubeetutrial. . .”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 30 أكتوبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

13 767
المشتركون
+424 ساعات
+587 أيام
+30830 أيام
أرشيف المشاركات
👆👆👆👆👆👆👆 ‼️📚it is updated nottii baayoloojii boqonaa shanii guutuu kan qabateedha

Guutuusaa yeroo dhiyootti... Hanga sanii kana fayyadamaa

📚Grade 12 biology Unit 5 📌PPT -- Short note ❇️New curriculum Join qubee tutorial 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/QUBEETUTORIAL

Viidiyoo 📽 yoo hojjadhee xumure gadi isinii lakkisa

📚GRADE 10 BIOLOGY UNIT 4 📍PPT -Short note ❇️New Curriculum join qubee tutorial 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 https://t.me/QUBEETUTORIAL

Galmeen barattoota kanaa Gurraandhala 19/6/2016 irraa kaasee karaa Onlaayinii eegalamuun isaa ni yaadatama. Haata’u malee, hanga ammaatti barattootni galmaa’an lakkoofsi isaanii baay’ee xiqqaa ta’uun isaa sodaachisaa ta’aa dhufeera.Sababni isaas guyyaan galmee xumuramuuf guyyaa 8 qofa kan hafe yoo ta’u, ‘Sarvarii’n galmeen irratti gaggeeffamu guyyaa xumura galmee san ni cufama. Sarvariin galmeen irratti gaggeeffamu kun guyyaa sanatti akka cufamu duraan dursamee waan sirreeffameef(adjust) waan ta’eef guyyaa xumuraa booda galmee hin fudhatu. Kanaafuu, Guyyoota Sanbataafi Dilbata dabalatee galmeen barattoota kutaa 12ffaa barattoota irratti rakkoo osuu hin uumin akka xumuramu dhaamsa dabarsaa, barattootni keenya 12ffaa dhaamaatiin keessan sababaa galmaa’uu dhabuu keessaniif akka lafatti hin banne gamanumaan isiniif dhaamna. Qaamni dhimmi kallattiin ilaallatu. 1- Hogganaa Mana Barnootaa, 2- Gumii Tiraansiformeeshiinii Barnootaa Aanaafi Gandaa 3- Hogganaa Waajjira Barnootaa Aanaa, 4- Bulchaa Bulchiinsa Aanaafi Ganda Manni Barnootaa keessatti argamu, 5- Gamtaa Maatiifi Barsiisaa hundaa’ol murteessaafi itti gaafatamummaa kan qabdan ta’uu isin beeksifna.

warri kutaa kudhanii na offolchaa🙏🏾 .har'aaf isin biraan gahuu hin danda'u

📌Grade 12 Biology Unit 4 📝short note 🎓new curriculum 📎Join Qubee tutorial

🖋Grade 12 unit 4 ppt 👇

+1
📚GRADE 12 BIOLOGY UNIT 3 📌PHOTOSYNTHESIS https://t.me/QUBEETUTORIAL 👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽 JOIN QUBEE TUTORIAL

🖋Grade 12 unit 3 ppt

Akkam jirtu hundi keessanuu Rakkoo xiqqoon na muudatee waan tureef akkasuman barnootaan 'biizii' waan ta'eef isinirraa bade. Yoo rabbi jedhe sanbata dhufurraa walitti deebina Warra kutaa 12tiif boqonnaa shan 'part 4 fi 5' Warra kudhaniitiif unit 4 qabadhee nan dhufa Nagaan turaa!

✅Parts of the brain

✅central nervous system 📌3D ANIMATION

+1
✅knee jerk reflex

✅Reflex action