cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

ORO MAN UNITED ™

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu. 👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid 👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin. 👉Yaada qabdan karaa @Ameks7 gaafachu dandeessu Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group

إظهار المزيد
Ethiopia1 947لم يتم تحديد اللغةالرياضة5 269
مشاركات الإعلانات
11 768
المشتركون
+1324 ساعات
+2067 أيام
+1 19830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Nagaan bulaa maatii oro man united SHERE @oro_man_unitds SHERE @oro_man_unitds Vote me why
إظهار الكل...
👍 2 2
Admin cimaa waggaa kanaa eenyu?Anonymous voting
  • 💥Leo Goat Ronaldo💥
  • ✨️Ke✨️na✨️
  • £iro sol
  • 💥Da💥me💥
  • Impossible Dream 🏅
  • Kiya💥
  • 🥀Why🤖
0 votes
😁 5
Photo unavailableShow in Telegram
Meeson Maawunt yeroo boqonnaa isaa Poortugaal keessatti dabarsaa jira 🥰 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_man_uniteds                      @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
👍 13 3
Photo unavailableShow in Telegram
Kaameroon Mpofuun Riidiingi gadhiisee Maanchistar Yunaayitidiif mallatteesseera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_man_uniteds                      @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Istaatistiksii Matiyaas Delaayit tapha daqiiqaa sagaltama guutuun Jared Branthwaite waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu kana fakkaata! 👆 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_man_uniteds                      @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
🥰 8 3
Photo unavailableShow in Telegram
Gareen dhiirotaa Man Utd hanga haaromsi Carrington xumuramutti bakka shaakala ijoo dubartootaa akka fayyadaman ibsameera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_man_uniteds                      @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
👍 11😁 2 1
Photo unavailableShow in Telegram
Maatiyaas Di Laayit yeroo dhiyootti paawundii miiliyoona 40n Maanchistar Yunaayitiditti ni makama. [ The Sun ] 🥇 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds  𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
🔥 22 6
Photo unavailableShow in Telegram
Bissakaan waan kana dhiisuu dideera 😁 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪ @Oro_man_uniteds  𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
😁 24
Photo unavailableShow in Telegram
Daan Ashwort taphattoota torba gurguruu barbaadu adda baasee jira, walumaa galatti paawundii miiliyoona 200 isaan irraa argachuu barbaada! ✅ Viktor Lindilof ✅ Haarii Maaguweer ✅ Kaasemiiroo ✅ Kiristaan ​​Eriksan ✅ Antoonii ✅ Jaaden Saanchoo ✅ Mason Giriinwuud [Mirror Football] 𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds  𝚜𝚑𝚊𝚛𝚎➪  @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
👍 26👎 4
Photo unavailableShow in Telegram
✅️Tayiler Maalaasiyaa uffannaa Maanchister isa haaraa uffatee mul'ateera! 😊 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲ @Oro_man_uniteds                    @Oro_man_uniteds
إظهار الكل...
👍 34👀 9 7
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.