cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

@Eyu Teshe/Qamadii

Channel (Chaanali Kanaan) 👉For Life coach 👉For Life with Direction (Jireenya kallatti qabuuf) 👉For Professional Quotes (Dubbi hayyotaaf) 👉For Motivational speeches (Barsiisa kaka'umsa sammuf) 👉For Business opportunity (Carra Bizinasaf)

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
950
المشتركون
+124 ساعات
+157 أيام
+4230 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Akkam jirtu Nagaan Rabbii siniif haa baayyatu🙏🙏🙏 #Dhaamsa/Ergaa Galatasaa kunoo 2016 darbee Bara haara simachuuf ji'oonni murteesso 2 qofti hafaniiru. Ji'oota 2n kana keessatti Barattotaa Fi Barsiisootaf akkasumas gosoota hojii garaagaraaf yeroo boqonnadha. #Gaaffi Yeroo boqonnaakee 1.Eessatti dabarsuuf karoorsite? 2.Maalin darsuuf yaadde? 3.Waan haara si fayyadu jireenyakee keessatti simachuuf,shaakaluf then ittin milkaa'uf hagam qophiidha? 4.Hojii Amma hojjattu biratti maddi galii dabalataa sin barbaachisu? Maal yaadde? 5.Barnoota idileen Abbaa/haadha Degree, Masters,PHD , professor tahuu dandessa... Leenji ijaarsa dhuunfaa (personal development training) Addunyaan ittiin fagaacha jirtuunihoo hangam ofirratti hojjachu dandeettikee (SKILL) guddisuun dorgomaa tahaa jirta? ..kkf Gaaffi hin dhumne hedduun immoo keessakee akka jiru Nan amana Kanaaf Ganna Keenya LEENJI IJAARSA DHUUNFAA (PERSONAL DEVELOPMENT TRAINING) Fi Carrawwan BUSINESS garaagaraa mana keenya tahuun haafayyadamuun ofirratti haa hojjannu. Carra nu bira jiruu fayyadamuun gaaffiwwan armaan olii Fi isa keessa keessan jiruuf namoonni deebi barbaaddan Fi KUTANNOO qabdaniif. 👇👇👇👇 @Eyunit @Eyunit 👆👆👆 Gaafachuun odeeffanno guutu fudhachuun Gara gochaatti seena. OLMAA GAARI 🙏
إظهار الكل...
👍 3
Photo unavailableShow in Telegram
Leenjiisaa Kabbadaa Gadaa
إظهار الكل...
👍 1
Dream and Reason🎯
إظهار الكل...
oro reason and dream 1.ogg2.07 MB
Namoota Leenji Audio dhan na gaafattaniif kunooo
إظهار الكل...
Hojii Hojjettuuf #Jaalala Addaa Qabaadhu! #Kabaji! #Ogummaa Keetiif Iddoo Guddaa Kenni! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❍ Namoota 3tu turan isaanis shaklaa yookiin meeshaa suphee irraa hojjetaman qopheessanii gurguru turan. Namni tokko dhufeetu isa jalqabaa sanaan "Maal hojjettaa jirta?" jedhee gaafate, Innis "wanta ani hojjetaa jiru hin argituuree kunoo jireenya koo moo'achuufan suphee kana qabadhee dhaabadha" ittiin jedhe. Isa 2ffaa biras deemee gaafannaan akkas ittiin jedhe "Suphee kana gurguruufan as dhaabadhee jira" ittiin jedhee deebiseef, Isa 3ffaa Gaafannaan akkas ittiin jedhe " Ogummaa fi Dandeettii Koon Supheewwan Bifa Mimmiidhagoo akkasii kanneen Qopheessee maammiltoota koof Gabaa irra oolchaan jira"  Ittiin jedhe. #Hubadhu ~ ❍ Obboloota koo jarri 3'n kun ogummaan isaan qabatanii jiran meeshaa wal fakkaatadha. Garuu akkaatan hojii isaanii itti ibsatan garaagarummaa qaba. Kana irrattis ilaalchi isaan hojii isaaniif qaban hubachuun nama hin rakkisu. Isa 1ffaa irratti kan hubannu, jireenya koo moo'achuufan shaklaa kana qopheessaa jira gaafa jedhu, hojii isaa kana jireenyaan dirqamamee malee ogummaa isaa jaallatee hojjetaa akka hin jirre hubanna. Kana jechuun namni kun utuu maallaqa argatee hojicha kana akka hin hojjenne ibsa jechuudha. Isa 2ffaa irratti immoo "Shaklaa kana gurguruufan as dhaabadhee jira" gaafa jedhu miirri homaa kan itti hin dhaga'amne, yoon jedhu hojii isaa jaallatees jibbes sanuma itti hin qorrus ittis hin ho'u jechuudha. Inni 3ffaan garuu "Ogummaa fi dandeettii koon shaklaawwan mimmiidhagoo akkasii qopheesseen gabaaf dhiyeessa" inni kun hojii isaas, haala jaallatamaa fi filatamaa ta'een ibseetu jira. Ogummaan isaa kun hagam akka ta'ee fi eessan akka isa ga'uu danda'u xumuree beeka jechuudha. Obboloota koo har'a anii fi isin hojii keenyaf ilaalcha akkamii qabnaa? Jaallannee moo miira tuffiitin hojjetaa jirra? Kana ofii keessan gaafadhaa! ❍ Jireenya keenya keessatti wanta Hojjetaa jirru tokko irratti ilaalcha gaarii qabaachuun nu irra jiraata. Sababni isaayyuu sababa garaa garaa irraa kan ka'e harka namootaa fi karaa irratti kan kufan hedduutu jira. ❍ Kanaaf jireenya keenya keessatti iddoo jirruu fi Wanta of harkaa qabnutti akka waan guddaa of harkaa qabnuutti of ilaallee hojii keenyan boonutu nu irra jiraata. @Eyu2023 @Eyu2023
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Bakki Oolmaa keetii Murteessaa dha. Guyyaa tokko kanniisaa fi tisiisatu buna wal waamee wajjin haasa'uu jalqaban. ⁃ Utuma haasa'a hoo'aa keessa jiranuu tisiisni kanniisan "Ani kan na dhibee na dhiisuu dide dhalli namaa anaan maaf na jibba? Maalif akkan isaanitti dhiyaadhu hin fedhan? ⁃ Sin akka biraatti si jaallatu maalif akka keetti na hin kunuunsan? Nyaata isaanii irra yoon bu'e na ari'u. Yoon dhugaatii isaanii irra bu'es akkasuma. Wantan ani xuqe hin sooratan, hin dhugani, ittuu ni gatu. Na ajjeesu dhaaf na dhabamsiisu dhaaf qoricha baay'ee fayyadamu. ⁃ Kan kee garuu faallaa kooti. Icciitiin isaa maali dha mee natti himi" jetteen. ➥ Kanniisnis haasa'a ishee hunda isaa gurra itti kennitee erga dhaggeeffattee booda gaaffii gabaabaa tisiisa sana gaafatte. ❓"Yaa Tisiisa nana mee OOLMAAN KEE EESSA DHA?" Jetteen jedhama. ✧ Ati hoo obbolee oolmaan kee eessa dha? Amma iddoon ati jirtu kunii fi hojiin ati hojjechaa jirtu kun si madaalaa?
إظهار الكل...
🥰 3
የህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት የሴቶች ካውከስ አባላት በ ”Emotional Intelligence” የስልጠና መርሃ ግብር የተሳተፉ ሰልጣኞች በስልጠናው ከፍተኛ ደስታቸውን ገልጸዋል። ስልጠናውም ትክክለኛ ለውጥ የሚያመጣ መሆኑን ገልጸው ይህም ስልጠና በግል እና በሙያዊ እድገታቸው ላይ ከፍተኛ አስተዋጽኦ እንዳለውም ጭምር ገልጸዋል። *** The House of people Representatives women caucus members' trainees stated that “Emotional Intelligence” training program expressed a high level of satisfaction. Moreover, they described the experience as truly transformative indicating that the training had a profound and impactful effect on their personal and professional development.
إظهار الكل...
👍 1
የህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት የሴቶች ካውከስ አባላት በ ”Emotional Intelligence” የስልጠና መርሃ ግብር የተሳተፉ ሰልጣኞች በስልጠናው ከፍተኛ ደስታቸውን ገልጸዋል። ስልጠናውም ትክክለኛ ለውጥ የሚያመጣ መሆኑን ገልጸው ይህም ስልጠና በግል እና በሙያዊ እድገታቸው ላይ ከፍተኛ አስተዋጽኦ እንዳለውም ጭምር ገልጸዋል። *** The House of people Representatives women caucus members' trainees stated that “Emotional Intelligence” training program expressed a high level of satisfaction. Moreover, they described the experience as truly transformative indicating that the training had a profound and impactful effect on their personal and professional development.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
✨💥The biggest task in the morning is to try to keep my headspace from being invaded by the outside world.” 🤝You know that feeling when you wake up in the morning and you’re excited for the day? That’s one of my main goals in life.” 🌞When everything seems to be going against you, remember that the airplane takes off against the wind, not with it.” Wake up 🎊🎊💐💐
إظهار الكل...
👍 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.