cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

DAANDII MILKAA'INA ™

👉Chaanali kana keessaatti:- ♦️Seenootaa Nama Barsiisaan ♦️Iccitii Namootaa Milkaa'inii ♦️Barnoota Gara garaa JOIN ⚡

إظهار المزيد
فنلندا601لم يتم تحديد اللغةالتعليم14 586
مشاركات الإعلانات
11 117
المشتركون
-924 ساعات
-217 أيام
+30130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🔹Today's Hamster Kombat Daily Combo Jun 22/2024 1. Specials tab ➡️ TOP 10 Global Ranking 2. Legal tab ➡️ Anti money loundering 3. Legal tab ➡️ Licence Indonesia https://t.me/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId7297153085
إظهار الكل...
1
Gooooooooooooolllll 💥💥 Taphaa amma kallattiin darbaa jiru hordofuuf join bakka jettu tuqii👇👇
إظهار الكل...
👍 2
JOIN 🔊
Amezing 💥💥💥
Koottumee Qoraan Naaf Falaxi! •               ☆☆☆☆☆ Namni Booker T. Washington jedhamu, piroofesarii fi piredaantii Yunivarsiitii ture. Gurraacha; jechuun lammii Ameerikaa hidda dhaloota Afrikaa qabudha. Mandara sooressaa fi warra adii keessa utuu adeemu dubartiin tokko isa argite. Akkuma warra gurraacha biraa hojjechiifataa turte isa kanas waamtee kottuu qoraan naa falaximee qarshiin siif kennaa jette. Innis tole jedhee qoraan falaxee manatti guureefii deeme. Booda mucaan ollaa ishee tokko Booker T. Washington ta’uu sa’a bartee dubartii sanatti himte. Dubartittiinis biiroo isaa deemtee dhiifama gaafatte. Akka qaanoftes itti himte. Inni garuu hoomaa hin cinqamin gaafa sana yeroo qaban ture waan ta’eef darbee darbee hojii humnaa hojjechuun qaama koofuu gaariidha jedhee deebiseef. Yeroo biraa dubartiin sun namoota beekamoo fi sooreyyii qindeessite Yuniversiitii sanaaf deggersa guddaa goote. Utuu nu ta’ee akka Booker T. Washington sana Gadi of deebifna laata?  Eenyuu akkan ta’e utuu beektee kana na hin gaafattu turte jennee aariidhaan nama sana ofirraa deebifna ture. Hamma yeroon gahutti gad of deebisuun gaarummaadhaafi. Yeroonuu afaan qaba ni dubbata! Join ❒┃❏ Share ❒┃React ❒┃ Comment     📚📚━━❍✰ ✰❍━━📚📚 @DAANDII_MILKAAYINA @DAANDII_MILKAAYINA    📗📔━━❍✰ ✰❍━━📒📘
إظهار الكل...
👍 2 2🔥 1
Gooooooooooooolllll 💥💥 Taphaa amma kallattiin darbaa jiru hordofuuf join bakka jettu tuqii👇👇
إظهار الكل...
JOIN 🔊
Amezing 💥💥💥
Photo unavailableShow in Telegram
Loogoo Keenyaa haaraa kanaaf rate 10 irra meqaa kennetu?? Ani 10/9
إظهار الكل...
2
👩‍💻Seenaa Ergaa jabaa qabu Abbaa qabeenyaa Beekamaa qabeenya guddaa qabu tokko jira ture. Innis qabeenya gahaa qaba ture. Abbaan qabeenya kun ilma tokko qofa kan qabu ture;garuu ilmi isaa kun jalaa duhe. Mana isaa keessa kan jiraatu haadha manaa isaa fi hojettu (gargaartu)  isaa qofa ture. Guyyaa  biyya biroo imaluuf ture. Innis haadha manaa isaa waliin deemuuf murteesse.Mana qaba. Qabeenya guddaas qaba. Garuu Mana isaa kan keessa kan qabeenya isaa dhaaluu hin jiru Utuu hin deemin dura waan tokko murteesse. Waan inni murteesses akkas ture. "Qabeenya koo kana eenyu akka dhaaluuf maal gochuu qaba? " jedhe. Sana booda suura mucaa isaa kan jalaa duhe sana fuudhee barreffama  dugda suura ilma isaa irratti barreessee;suuraa sanas deebisee keenyaan manaatti fannisee ol kaahee. Maal jedhee barressee laata? Sana booda deemsaaf gara biyyaa birootti kahe! Innis utuu xiyyaraan imala jiruu balaa isa mudateen haadha warraa isaa waliin lubbuun darbe. Sababa qabeenyi isaa namni dhaaluu dhibeef qabeenya abbaa hinqabne kana  akka irraa fudhatamu seera biyya sanaan murtoon tahe. Qaamni seeraa biyya sanaa qabeenya sanatti daangaa gochuuf gara mana namicha kanaa deeme. Manicha sana keessa kan jiru hojjettu Mana sanaa qofa ture. Isheenis manicha keessaa akka baatee deemtu dirqamsiifamte. "Mana kana keessaa hooma tokko akka fuute hin deemne" ittin jedhamus, isheen garuu "waan hundumaa ergan hin fudhannee " jettee boossee. Sana boodaa akka suuraa ilma namichaa sana Kennaniif hiyyama isaan gaafatte. Isaanis suuraan maal nu fayyada ree jedhanii akka isheen fudhattuuf hiyyama Kennaniif. Isheen gammachuun guutamtee #suura_kana_fuutee_utuu_dhudhungattuu barreffama akkas jedhu dugda isaa irratti argite "#namni_suuraa_kana_fudhate_Qabeenya_koo_hundumaa_ha_fudhatu" kan jedhu kana abbaan qabeenya sanaa barresse ture. Sana boodaa barreffama kana warra mana  kana keessaa ishee baasuu dhufanitti agarsiiste. Isaanis afaan isaa qabatanii leeyyoo fi salphina uffatanii deebihanii galan. Qabeenya sanas ni dhaalte jedhama. #Repost Join ❒┃❏ Share ❒┃React ❒┃ Comment     ━━━━❍✰ ✰❍━━━ @DAANDII_MILKAAYINA @DAANDII_MILKAAYINA    ━━━━❍✰ ✰❍━━━
إظهار الكل...
👍 3 2
"Balbala Ati Ofitti Cufte Eenyuyyuu Sirraa hin Banu!" ➱ Jireenya barbaadde jiraachuuf wal'aansoon injifachuu si barbaachisu inni jalqabaa sammuu kee jecha "nan danda'a, humna guutuun qaba" jettee ofii kee moo'achuu danda'uu dha. Humni keessa keetii bahu dhiibbaa gama alaatiin sitti dhufuu malu kamiyyuu injifachuu si dandeessisa. Balbala ati ofitti cufte eenyuyyuu sirraa hin banu. Furtuun isaa harka kee keessa jira. ➘ Haala keessa jirtu jijjiiruu barbaaddaa? ➘ Rakkoo si mudate injifachuu barbaaddaa? Yoos qorichi yookiin falli ati barbaaddu kan biraan akkasumas namni ati eegdu kan biraan tasa hin jiru. ➘ Na amani! Falli yookiin furmaatni isaa siifi si qofa. Ati jechuudha; innumti barreeffama kana dubbisaa jirtu kun suma dha. ➘ Barbaadii of argadhu!           Yeroo Gaarii                Join and share👇 ♡    ㅤ   ⌲            ✉️       ˡᶦᵏᵉ        ˢʰᵃʳᵉ      ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➠ @DAANDII_MILKAAYINA @DAANDII_MILKAAYINA             
إظهار الكل...
4
😁😁😁😁 Guyyaa Guutuus kolfaan dabarsuuf chanaalii kana itti dabalama👇👇
إظهار الكل...
👍 2
JOIN⚡✅
😁😁😁😁Ok
Photo unavailableShow in Telegram
📚📚📚📚📚📚📚 kitaabota gara garaa akka gfedhii keessaniitti argachuu barbaddumoo❓❓ ✉️ Kitaaboota Jireenyaa Argachuuf❓ https://t.me/+Lgj7kxVDynwzZTM0
إظهار الكل...
⭕ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 ⭕
♻️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 ♻️
❇️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 ❇️
💠 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨'𝐢𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 💠
☑️ 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐀𝐥𝐥 ☑️
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.