cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

LAALOO MIIDIYAA

LMN_Oduu - Afaan oromoo @LAALOO_MIIDIYAA irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Oromiyaa, Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koottaa! Argachuuf👉 @LAALOO_MIIDIYAA

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
961
المشتركون
+4924 ساعات
+1687 أيام
+55030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
🛄 BAGA NAGAAN GARA TELEBIRR GIFT NAGAAN DHUFTAN Bootii Telebirr gift fayyadamuudhan yemmuu miseensa taatan qarshii 1000 badhaafamtu. 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 100 argattu! Namoonni affeertaan 25 yeroo gahan, qarshii 3500 baasii gochuu dandeessu. Kabajamoo maamila keenyaa Liinkin affeerraa keessanii ⬇️ https://t.me/Telebirrgift_bot?start=r06642681644
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Amantii kam irra jaallattaa Filadhu
إظهار الكل...
☪️ 🕋 muslim ☪️ 🕌🕋
☦Orthodox ☦
✝Catholic ✝
🕉Hindustan 🕉
☸Buddhism ☸️
All are one
➕️ add your channel
Repost from ABDII SABAA™
Arra galgala sa'aa 3 irraa eegallee jirra Gaaffii badhaasaa tu jira. Kanaaf iddoon gaaffii channel @ABDII_SABHAA Irra waan ta'eef Namni tokko hin hafinaa Linkii kana seenaa 👇👇👇👇👇👇 @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA
إظهار الكل...
🏙Kana beektuu laata?🏙
إظهار الكل...
Eeyyee ✅️
Maali❓️
Lakki 🍥
Nin beeka
Hin beeku
Maalinnii ?
Photo unavailableShow in Telegram
Ammuma baruu yoo barbaadde Seeni kaneen Armaan gadii 👇👇👇👇👇👇👇
إظهار الكل...
✅Ammuma baruuf✅
😂😂Kolfaaf😂😂
😂Kee baruuf😂
🤔Kan namaa baruuf🤔
😂😂Ajaa'iba 😂😂
✍Walaloof✍
👍Join gochuuf👍
Channel keessan
Add your channel
Photo unavailableShow in Telegram
Abbaan Taayitichi daandiiwwan qilleensaa dhuunfaa tajaajila imaltootaa fi fe’umsaa akka laatan eeyyame Abbaan Taayitaa Siiviil Aviyeeshinii Itoophiyaa dhaabbilee geejjiba qilleensaa dhuunfaa [kan biyya keessaa] tajaajila balalii imaltootaa fi fe’umsaa (kaargoo) idilee akka kennan hayyama kennuu beeksise. Abbaan taayitichi ibsa Jimaata darbe baaseen hayyamni kun dhaabbilee kanaan dura tajaajila balalii chaartara qofa kennaa turan tajaajila isaanii babal’isuun balalii imaltootaa fi fe’umsaa akka eegalan taasisa. Tarkaanfiin kunis guddina damee aviyeeshinii biyyattii guddisuu, invastimantii dhuunfaa dabaluudhaan tajaajila amanamaa ta’e mirkaneessuuf kan kaayyeffate ta’uu abbaan taayitichi eereera. Kana malees, bakkeewwan hawwata turistii ta’an akka daawwataman haala mijeessuun guddina turizimii biyyattii irratti akka gumaachu ibsameera. LM
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu: Waliigalteen #Itoophiyaa fi #Somaalilaand gidduutti raawwatamu haleellaa garee #Huutii ni dhaaba jedhame Waliigalteen handaara galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduutti taasifame haleellaa Galaana Diimaarratti gareen finciltoota Huutii gaggeessaa jiran ni dhaaba jechuun Pireezidaantiin Somaalilaand Musee Bihii Abdii dubbatan. Itoophiyaa fi Somaaliilaand waliigaltee handaara galaanaa jalqaba Amajjii keessaa mallatteessuun ni yaadatama. Haa ta’u malee, gochaan kuni mootummaa Somaaliyaa naasiseera. Waliigalteen kuni “tokkummaa Somaaliyaa danqa “ jechuun pireezidaantiin Somaaliyaa dheekkamee ture. Waligalteen kuni tattaaffii addunyaan nageenya geejjiba Galoo Galaana Edaniifi Galaana Dimaarraa tasgabeessuuf taasisuuf bu’aa akka qabu Pireezidaantiin Somaaliilaand Muse Bihiii Abdii Faaynaanshiyaala Taaymisitti himaniiru. Itoophiyaan Somaaliilaandiif beekamtii kan kennitu yoo ta’e humna waraana bishaanirraafi dooniiwwan daldalaa mataashee kan ijaarrattu yoo ta’u Bihii Abdii dubbataniiru. LM
إظهار الكل...
👍 1
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 1𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 1𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @MNoromo
إظهار الكل...
Jechoota Furtuu
Jechoota Hayyootaa
Oduu ispoortii
Jechoota beektotaa
Wolaloowwan Mimmiidhagoo
Jechoota Mimmiidhagoo
Milkaa'ina jireenyaa
Daandii milkaa'inaa
Gorsa jireenyaa
Kitaaba baratootaa
Mala qo'annoo
Seenaa goototaa
Amharic channel
Afaan oromoo channeli
English channel
Arabic channel
Indian language
Afrikaans language
Photo unavailableShow in Telegram
Komishinichi boqonnaa marii #Finfinneetti eegaluuf ta'uu ibse Magaalaa Finfinneetti boqonnaan ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu guyyaa Roobii Caamsaa 21, 2016 ALI irraa eegalee akka adeemsifamu, akkasumas bakka bu’oonni 2500 ol kan irratti hirmaatan ta’uu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Komishinara Itti-aanuu Komishinichaa Hirut G/Sillaasee ibsa har’a laataniin, akka magaalaaa Finfinneetti marii biyyaalessaaf boqonnaan ajandaa walitti qabu Caamsaa 21 - 27 guyyoota torbaaf itti fufiinsaan kan adeemsifamu ta'uu ibsaniiru. Ajandaa walitti qabuu kanarrattis wantooni gurguddoon sadi kan raawwataman ta'uu Komishinar Hirut eeraniiru. Isaanis hirmaattooni saganticha irratti argaman yaaadota marii fi irra dubbiif ta'an ni dhiyeessuu, ajandaawwan walitti qabaman kan waloo taasisuun ni gurmeessuu, xumurarrattis qaamoleen yaa'ii marii biyyaalessaa irratti hirmaatan kan filataman ta'uu eeraniiru. LM
إظهار الكل...
1🥰 1
Haleellaa Israa’el kaampii baqattoota Raafaa irratti raawwateen yoo xiqqaate lammiileen Falasxiin 35 ajjeefaman Loltoonni Israa’el kaampii dunkaana baqattootaa naannoo nageenya Rafah keessatti argamu irratti boombii darbachuun yoo xiqqaate lammiileen Falasxiin 35 ajjeefamaniiru. Namoonni miidhaman irra caalaan isaanii dubartootaa fi daa'imman ta'uu ibsameera. Waldaan Ji'a Diimaa Falasxiin akka gabaasetti namoonni dunkaana keessa turan hedduun ''lubbuun gubataniiru''. Haleellaa naannoo Tal al-Sultaan keessatti raawwatameen alatti, haleellaa boombii humnoota Israa’el bakka baqattootaa Falasxiinota buqqa’an Jabaliaa, Nusraat fi Gaazaa keessatti argaman irratti sa’aatii 24 darban keessatti raawwataniin yoo xiqqaate namoonni 160 ajjeefamaniiru. Dubbi himaan Pirezidaantii Falasxiin Mahmuud Abbaas haleellaa Israa’el Tala Sulxaan irratti raawwatte “ajjeechaa daangaa qaxxaamuraa” jechuun balaaleffatan jechuun dhaabbati oduu Waafaa gabaaseera. Nabil Abu Rudineh "yakka ummata Falasxiin irratti raawwatamu hatattamaan dhaabuuf gidduu seenuun hatattamaa barbaachisaadha. "Ajjeechaa suukaneessaan" kun murtii ifa ta'e Mana Murtii Haqaa Idil-addunyaa dabalatee sirna idil-addunyaa irratti qormaata ta'ee itti fufee jira" jechuun ibsaniiru. Manni Murtii Haqaa Idil-addunyaa Israa’el haleellaa waraanaa Raafaa keessatti raawwachaa turte akka xumurtuu fi ummata Falasxiin eegumsa akka gootu ajaje. Abu Ruudineh yakka Israa’el raawwatteef bulchiinsa Pirezidaantii Ameerikaa Joo Baayiden komachuun, Waashingitan “Israa’el ajjeechaa fi duguuggaa sanyii Gaazaa keessatti raawwachaa jirtu akka dhaabdu dirqisiisuu qabdi” jechuun gaafataniiru. @LAALOO_MIIDIYAA
إظهار الكل...