URJII BARII MEDIA
Urjii Barii Miidiyaa Miidiyaa Ifaa Biyyaa Dirree beekumsaa fi odeeffannoon guutee #join gochuun ittii dabalamuu hin dagatiinaa. @Urjii_biyyaa https://t.me/Urjii_biyyaa
إظهار المزيد- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
جاري تحميل البيانات...
I preach, Teach, Guide, Advise, Motivate, and Coach! You can contact me at @DrAlemayehuHotessa Click to join
https://t.me/+V1glBwIbvAZ9NF_2Afrikaa Kibbaa filannoo gaggeeffachuuf dhiyaatteeti. Waggoonni dimokiraasii 30 keessa darbite maal fakkaatu? Sirni Appartaayidii warra gur’aacha hacuucaa ture erga burkutaa’een booda jijjiirama akkamiitu dhufe? Gaazexeessituun BBC Noomsaa Maaseekoo waan yaadattu duuba deebitee kaasteetti.
Sanada sobaatiin akkaawontii Baankii Daldala Itoophiyaa Gamtaa Afrikaatii maallaqa baasuuf yaaluu isaaniitiin kan shakkaman Luba Balaay Mokonnoniifi shakkamtoota biroo lama irratti guyyaa himata banuu 15 mana-murtiitiin hayyamamuu abokaatoon isaanii Obbo Tuulii Baayisaa BBCtti himaniiru.