cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oromo - Positive

We give you the best positive quote and life advice's every single day. Stay with us and benefit alot.

إظهار المزيد
فنلندا384لم يتم تحديد اللغةالأعمال5 408
مشاركات الإعلانات
14 017
المشتركون
+5524 ساعات
+2697 أيام
+1 11730 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama Kakaasan: ❏ Gaaffileen jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.  ⁃ Ani eenyu ? ⁃ Maalifan Uumame? ⁃ Ergamni koo maali? ⁃ Karoorri koo maali? ⁃ Mul'anni koo maali? ⁃ Kaayyoon koo maali? √ Eessaan dhufe? √ Eessan Jira? √ Eessan Deema? √ Har'a maalin hojjedhe? √ Maal hojjechuun qaba? √ Wanta haaraan hojjedhu maaltu jira? ❏ Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi! √ Your Future is on your hand! √ Success is behind you! 🔑Join🔑   @Oromo_Positive  ♻️share
إظهار الكل...
👍 39 3
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
إظهار الكل...
2👍 1👏 1
AMALOOTA NAMOOTA GUDDAA YAADANII A. Walitti fufiinsaan baratu. » Waan beekanitti yeroo kamiyyuu quufoo miti. Bakka haaraa daawwatu, kitaaba haaraa dubbisu, nama haaraan wal baru, dandeettii haaraa gabbifatu. Isaan umurii isaanii guutuu barattoota. B. Qalbii guutuun dhaggeeffatu. » Namootni guddaa yaadan akka waan baay'ee hin beekne of beeku. Kanaaf yaadaa fi hubannaa isaanii cimsuuf namoota hubannaa isaanirra qaban ni gaafatu. Kan hin beekne baruuf sirriitti dhaggeeffatu. Isaan dhaggeeffattoota gaariidha. C. Waa bal'isanii ilaalu. ✪ "Wantootni baay'een daangaa agartuu keenyaa qofa keessa waan seenaniif nutti hin mul'atani. Nutti mul'achuuf daangaa sammuu (yaada) keenyaa keessa seenuu qabu." (David Thoreau) ✪ Namni yeroo hedduu jalqabatti kan argu addunyaa ofii isaati. Eenyummaan kee maal akka ati argituufi akkaataa ati itti yaaddu murteessa.  Namootni guddaa yaadan, addunyaa ofii isaaniin alatti addunyaa biraan akka jiru beeku. Kanaaf addunyaa ofii isaanii keessaa bahuun addunyaa namoota biraas ija isaaniin ilaaluuf carraaqu. Akkaataa namni tokko ilaalu beekuuf, dursa akkaataa namni sun itti yaadu beekuun barbaachisaadha. » Dhaggeeffataa gaarii ta'uun asitti nama gargaara. D. Guutummaatti jiraatu (live completely) » "Gatiin jireenyaa dheerina guyyootaa keessa osoo hin taane akkaataa itti fayyadama guyyoota sanaa keessa jira. Namni tokko waggaa dheeraa jiraatee jireenya xiqqoo jiraachuu danda'a." (Michel Montaigne) » Dhugaan jiru jireenyakee akka feete gochuu dandeessa. Garuu si'a tokkoo ol jiraachuu hin dandeessu. Namootni guddaa yaadan jireenya isaanii guutummaatti jiraatu. Isaan muuxannoo isaanii guddifachuun addunyaa isaanii bal'ifatu. Kanaaf yeroo baay'ee namoota sammuu dhiphaa caalaa milkaa'u. 🔑Join🔑   @Oromo_Positive  ♻️share
إظهار الكل...
👍 16
#Sammuun Akka Iddoo #Biqiltuuti 🪴| ❍ Mul'ata kee namoota Ijaarama sammuu guddataa/#GrowthMindset fi qajeelaa qabaniif qoodi malee namoota sammuu Ego fi ijaarama sammuu dhaabbataa/#FixedMindset qabaniif hin qoodin! » Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraan miidhagaa, namatti kan tolu ija godhachuuf kan daraaru ta'a. Garuu yoo tuffatte margi hin barbaachifnee fi qoraattiin bakka isaa biqiluu danda'a. » Yaadni kee akka  sanyii ati facaaftu ti. Yaada gaarii yoo facaafte bu’aa gaarii argatta. Garuu yaada gadhee yoo facaafte, waan hamaa qofa haammatta. Filannoon kan keeti. » Gammachuun waan ari’amu yookiin horachuu danda’an miti. » Milkaa’inni dhugaa, qabeenya yookiin aangoo kuufachuu osoo hin taane, jireenya hiika qabu kan ofis, namoota biroos fayyadu jiraachuudha. » Of beekuun guddina dhuunfaa fi jijjiirama dhuunfaaf furtuudha. Yaada, miiraa fi amala keenya caalaatti yommuu hubannu, jireenya keenya irratti jijjiirama gaarii gochuu jalqabuu dandeenya. https://t.me/sooratasammuuargaachuuf
إظهار الكل...
👍 23
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
إظهار الكل...
👍 4
Dandeettii kee beeki! ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 🖊Dhugaa kana osoo hin fudhatiin eessayyuu deemuuf hin yaalin! yeroo hunda dhugaan dhugaa waan ta'eef. Yoo jireenyi sitti ulfaate, yoo qormaanni sitti baay'ate, yoo namoonni si jibban, yoo yeroo baay'ee kufaatin si muudate, yoo waan barbaadde galmaan gahuu dadhabde , yoo nama biratti fudhatama dhabde, haala keessa jirtu keessatti yoo sitti toluu dide, yoo of jibbite jireenya fayya qabeessa jiraachuu yoo dadhabde, hiree kee murteessuu yoo dadhabde. Yoo akka rakkinaatti of ilaalte, namoota miliyoonaan lakkaa'aman kan si caalaa dachaa hedduu rakkachaa jiran yoo yaadachuudha baatte,jireenyi kee yoo si jibbisiise , Al tokko nyaachuun yoo sitti ulfaate, yoo namoonni naannoo kee jiran jireenya sii olii jiraatan , Kanaaf sababni akka nama gadi aanaa fi gatii hin qabneetti of ilaaltuf hin jiru. Ati nama waan taateef Uumaan loogii hin godhu, nama waan hin taaneef immoo miidhaan nuhi irra hin geenye. Hundi keenya eenyummaa fi bakka gahuuf yaadamneef uumamne. Kana jijjiiruuf humna hin qabnu. 👉Eeyyee! Goota koo..! Nageenya ofii keetiif cimina kee beeki. Ulfina uumaa keetiif mudaa kee hin lakkaa'in. Akka namaatti bifa Waaqayyootiin uumamuu caalaa kabajni akkanaa jiraachuu danda’a? Gariin dheerina hidhii isaanii akka sababaatti of jibbuu, gariin dheerina ykn dheerina dhabuu kaasu, gariin maatii itti dhalatan ykn hawaasa keessatti guddatan qeequ. Garuu wanti isaan irraanfatan tokko komachuu fi balleessaa barbaaduun dhugaa jiru gonkumaa hin jijjiiru. Namni ulfina qaama isaa keessa seene qaama isaa irratti fuulaa fi bifa uumaan kennetti qaana'uu hin danda'u. Qaamni dheerina ykn bal’ina jaalalaa safaru hin jiru.Namni dhiira ta'uusaa daangessu hin jiru, eenyummaan dhiirummaa inni guddaan , jaalala, ofitti amanamummaa fi eegumsa dha. Namni eenyummaa durba ta'uu bocaa fi bifaan kan daangessu hin jiru , eenyummaan dubarummaa gara laafina, ogummaadha, jaalala... 👉Eeyyee! Bifa alaatiin of xiqqeessuun sirrii miti. Hanga of kabajuu dandeenyutti namni kamiinuu kabajamuu hin dandeenyu. Tokkoon tokkoon keenya hanga ofii keenyaaf bakka kenninutti namni bakka nuuf kennuu hin danda'u. Waan abbaan qabeenyaa sirnaan hin qabanne eenyutu barbaada? "namni tokkollee hin jiru". Namni nu caalaa ofitti dhihaatu hin jiru, Namni tokko jireenyi kallattii hundaan osoo isa dhiibaa jiruu deebisee of dhiibuun akkamitti dhiphina ofitti qaba? Akkamitti ofitti gara jabeessa ta’ee diina ofii ta’uu danda’a? Namoota fuulduratti of salphisuu, yeroo hunda isaan gadi ta’uu fi kabaja isaaniif akka hin malle agarsiisuudhaan, ofii keetii malee namni siif dhimmamu akka hin jirre yaadadhu. Namni hundi ofiif jiraata, kanaaf ati yoomiyyuu nama hiyyeessa, waa'ee hin baafne kan ofiif jiraachuun itti ulfaatu, kan of tuffachuudhaan nama gammachiisuuf yaalu ta'ee of xiqqeessu hin ta'in. Kabaja kee eegi, jireenya kee akka siif mijatutti jiraadhu.Eenyuyyuu ofii kee irra siif hin caalu! Galatooma! 👀 Stay Tuned! @Oromo_Positive 🔑Join🔑 @Oromo_Positive ♻️share
إظهار الكل...
👍 11 4
Namoonni baay'een akka fedha isaanii keessatti qofa akka jiraattu barbaadu. Gaafa ati akka fedha keetti jiraachuu eegaltu garuu, dhagaa hedduu sitti darbatu. Jechaan si madeessu, jibbaan sirraa dheessu. Atillee "namni akkuma koo naaf ta'a" jettee itti of kennite taanaan dogoggora eegalte jechuudha. Atis nama keessatti of ittisuun, namni daangaa ofii fedhe keessatti si tiksuunis seera miti. Si qofatu akka ofiif ta'uu qabu ta'uu danda'a. Namni yeroo hunda waan ofii fedhu qofa akka isaaf mijatutti sirraa eega. Waan sirraa eegu dhabnaan gatee si biraa sokka. Maqaa biraa sitti moggaasa. Ilaalcha ofii qabu sirratti biqilcha. Kanaafi kan ati humna si utubu, ofitti amanamummaa sibaatuf humna ofta'uu sirra jiru daran cimsuun kan si barbaachisuuf! Kanaaf ati hunda dursitee akka ofiif ta'uu qabdu ta'uun kan si barbaachisuuf. Gaafa sana kan si dhiiseef jeeqamuun, kan si darbate sin madeessun, jechiif ilaalchi sin raasun hin jiru.Gaafa humna kana ofirratti moosifte immoo of kee qofa miti, uumaamaan waliigaltee, jaalalan dhangaashee sooratta. Boqonnaan sammuus achi keessaa argatta. Daangaa ofii sararatte keessatti addunyaa kee bocatta. Hunda haalaaf karoora ittiin raawwattu cimsitee beekta. Dhufee darbaan amala namaa si hin yaaddessu. Akka dhufetti keessummeessita, akka deemetti gaggeessita. Isa nagaa kee goolutti ulaa miira kee cufatta. Akka namaa miti, akka ofiif ta'uu qabdu taata.Ati qofti ilaalcha xiqqaa ofummaa kee irratti biqilchite buqqisii, humna ofitti amanamummaa kee cimsadhu! Bashaasha ta'i; guddaa dhiphinaan sitti dhufe, seeqa xiqqoon gaggeessi. Maaf dhiphatta? Eenyumtuu bakka kee bu'ee daqiiqaa takkaaf jireenya kee hin jiraatu. 👀 Stay Tuned! @Oromo_Positive 🔑Join🔑 @Oromo_Positive ♻️share
إظهار الكل...
4👍 2
#Kunis_nidarba! ------------------- Namicha #hiyyeessa tokkotu baay'ee rakkachuu irraan kan ka'e #gasoodhaan lafa qotee midhaan facaafata. #Imaltoonni wayii itti dhufanii "Maali namichoo akkamitti akkasitti dadhabdee lafa kana #gasoodhan qottee facaafta, sitti hin ulfaatuu?" jedhaniin. Namichis "#kunis_nidarba" jedheen. Kana caalaa deebii biraa itti hindeebifne. Imaltootni sunis deebii namichaa ajaa'ibsiifatanii bira kutanii imala isaanii itti fufan. Waggaa muraasa booda #namichi lafa gasoon qotaa ture sun sooromee #qabeenya horatee #jireenya gaarii jiraachuu jalqabe. Guyyaa biraa tokko #imaltonni sun ammas osoo karaa deemanii aduun itti dhiinan mana namicha wayii nu bulchaa jedhanii #kadhatanii buluuf ol galan. Taa'anii buna #dhugaa haasawanii yoo wal qoratan namichi abbaa qabeenyaa mana isaa buufatan kun isa waggoota muraasa dura #hiyyeessa gasoodhaan lafa qotu sana ture. Jarri sunis akkamitti haala kanaan jijjiramee sooromuun isaa baay'ee isaan dinqisiisee, akkamitti akkasitti sooromte jedhanii yoo isa gaafatan "Kunis hindarba" ittiin jedhe namichi sooressichi sun. Isaanis achi bulanii #daandii imala ofii itti fufan. Yeroo dheeraa booda imaltoonni sun daandii sanarra deebi'anii otoo galuuf jiranii #Siidaa (Awwaala) nama tokkoo arganii itti goranii yoo maqaa ilaalan namicha #sooressa mana isaa bulaniidha. #Maqaa isaa jalatti jecha "#KUNIS_NIDARBA" jedhutu barreeffamee jira. lmaltoonni sun jecha kana gaafa argan isa inni gaafa gasoodhan lafa qotuu san yaadatanii baay'ee ajaa'bsifatanii du'uu isaatti immoo gaddanii "ayii!" jechaa imala isaanii itti fufan. Ammas yeroo murtaa'en booda imaltootni sun yoo daandii sanarra dhufan #Siidaan sun kaafamee daandii asphaaltii ta'ee jira. Ammas taateen sunis darbuu hubatan. ------------------------------- #Maal_jechuuf.  Wanti hindarbine akka hinjirre seenaa namicha kanarraa nihubatna. Kanaaf #imalli hundumtuu nidarba. Rakkinis ta’e quufni; beekumsis ta’e wallaallummaan; argachuus ta’e dhabuun; hiyyumnis ta’e sooromni, tuffachuus ta’e tuffatamuun nidarba. Wanti hunduu yeroo muraasa booda nidarba. Beekumsi, qabeenyi, guddinni, aangoo, maqaa, bifti, humnifi olaantummaa dhaabbataan dhala namaaf kenname hinjiru. Inni waan hundaan guutuufi dhaabbatee hafuu #Waaqayyo qofa. Yeroo siif laatametti gaarii yaadi; wanta gaariis godhii darbi. Booda carraan kun akka dhibu beeki. #Namni haalli hunduu bitaafi dukkana sitti fakkaatu immoo #abdii hinkutin. Akkuma argachuun darbu dhabuunis nidarba. Har’a jechuun boru miti.  Dhukkubnis ta'e qorumsi har'aas nidarba. #Obsa yoo qabaatteefi gara Waaqayyoo yoo ilaalte Waaqayyo #biiftuu haaraa siif baasa. Yaa firakoo koo inni ati amma keessa jirtu rakkina osoo hintaane daandii #jireenyaa dirqama ati keessa darbuu qabduudha. Inni bo’e akka boo’etti, inni kolfes akka kolfeetti hinhafu. Sababni isaas haalli amma keessa jirtu #KUNIS_NIDARBA. Kanaaf deemsa kee hin dhaabin fuulduratti Via Lalisa Fekadu fuula barruu
إظهار الكل...
👍 22
👍 4
yaadadhu: *Akka wanti kaleessa darbe deddeebi'ee sin jeeqneef, waa'ee isa darbee hin dhiphatiin☺️ *Namni waa'eekoo maal jedha jettee hin yaadda'iin🤷‍♀ *Gammachuukeef shoora olaanaa kan taphatu suma mataakee qofaadha😅 *Yeroon kan hin jijjiirre waan hin jirreef, yeroo itti kenni⌚️ Baay'istee hin yaadiin💭 ... waan hunda beekuun dirqama miti🙏 *Fuula ifaa qabaadhu☺... rakkinni Addunyaa kanarraa hundi kankee miti🤷‍♀️ ~~~ 👀 Stay Tuned! @Oromo_Positive 🔑Join🔑 @Oromo_Positive ♻️share
إظهار الكل...