cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

🌹❤️WALALOO JAALALA💕❤️🌹

👉Walaloo jaalala 👉Text profile 👉Ergaa jaalala 👉Fi k.k.f

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
275
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐨𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮 Gurbaan tokko jaalallee saa baayyee jaallatu takka waliin wal arguuf kaaffee tokkotti wal beellaman. Wal arganiis erga xiqqoo taphatanii booda, jaalalleen isii kun isiidhaaf kennaa haguugame jiru tokko kenneef. Isiinis kennaa san bantee yogguu ilaaltu '𝑨𝒔𝒉𝒂𝒂𝒏𝒈𝒖𝒍𝒍𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂. Isheenis baayyee aaruun ashaangulliiticha darbattee gatte. Innis xiqqoo aaruun, garuu suuta jedhee maaliif darbattee gatte ittiin jedheen; isiinis baayyee aartee kennaa ati naaf laatte hin jaallanne jettee arrabsiteen. Yeroo kana gurbaan kun aareeti ashaangulliitii isiin darbattee gatte sana lafaa kaasuun kahee isii dhiisee deeme. Haala nama gaddisiisuun deemee xiqqoo utuu hin fagaatin battala inni daandii qaxxaamuruuf jedhutti balaa konkolaataan lubbuun isaa dabarte😭. Yeroo awwaalcha isaas intalittiin ashaangulliitii sana qabattee boochi turte. osuma boochuus hiriyaa sii san qabattee boochi turte. osuma boochuus hiriyaa sii sababa ashaangulliitii sanaaf dhabuu sii yeroo yaadattu ashaangulliiticha walitti qabdee yeroo macalaqsitu ashaangulliitittiin sagalee "Will you marry me" ykn natti heerumuu dandeessaa jedhu dhageessiste. Intalittiin yeroo sana of to'achuu dadhabdee lafa dhooftee gangalachuun bodaa ashaangulliiticha gaafa darbattu " qubeelaa lamaaf barreefama xiqqoo tokko keessaa bu'ee. Barreefamichis akkas jedha  "Jireenyi waan harka kee keessa jiru erga sii harkaa fudhattee deebitee hawwuun dura, yoomillee taanaan waan of harkaa qabdu jaalladhu” jedha ture. Uuuuuf hedduu garaa nama  nyataa! anii irraa baradheera shamarranis tahee dhiroonni keenya waan gudda irraa barachuu qabdu share godha nama hundaa biraan gaha👌 ✍𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲🌳https://t.me/WALALOO_JALALAA ✍𝗝𝗼𝗶𝗻🌳 https://t.me/WALALOO_JALALAA   https://t.me/WALALOO_JALALAA
إظهار الكل...
🌹❤️WALALOO JAALALA💕❤️🌹

👉Walaloo jaalala 👉Text profile 👉Ergaa jaalala 👉Fi k.k.f

👍 6 5
naaf barbaadaa 😂😂😂🤣 yaa sabaa naaf barbaadaa shamarree hin beekne sobaa ishee manaa hin baanee dhaqxee hin beekne gabaa ishee jaalallee hin qabnee kan jiraattu kophaa ~ ishee sossobaa hin beeknee kan keessaan namajaallatuu kan safuu biyyaa eegduu ishee nama qaanfattuu ~ kan takkaa itti hinbu,amnee ishee qabdu morma lamaa kan fuulli isii bareedduu cululuqxuu namaa ~ kan hamaa itti yaadnaan tole jettee hin fudhannee kan dhugaa itti himnaan namatti hin mufannee ~ yaada koo itti himnaan kan naaf dhaggeeffattuu qoosaa tokko malee kan naaf qalbeeffattuu ~ an barbaadeen dhabee shamarree akkanaa arginaan nan fuudhaa natti himaa jamaa 🥰🫣
إظهار الكل...
👍 3 1🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa kaalid. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r03256114660 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa kaalidtin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
إظهار الكل...
Kabajamtoota hordoftoota afaan Ingiliffaa afaan Oromootin barachuu Kanneen barbaadaniif chaanala sirritti nama barsiisu linki armaan gadii tuquudhaan baradhaan afferra Kenya galatooma👇👇👇👇👇 https://t.me/LEARN_ENGLISH_LAGUAGE
إظهار الكل...
Biyya ormaa taa'een Yaadakee rakkadhaa Rakkoo narra geeyse Eenyuttin himadhaa? Juruun biyya ormaa Garaadha jabaattii Yaadakoo si malee Hin himu namatti Abdiikeen jiraadhaa Takkan qabu gadda Biyya ormatti beeki Kan si miidhu yaadaa Nyaattu hin gabbattu Uffattu hin bareeddu Bitaadha sitti gala Osoo biyya yaadduu Garaadha jabaatti Hamtu biyyi ormaa Baalleen dhabe malee Dhufeen si maramaa        ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛                         𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹     
إظهار الكل...
Eefa wal hubannee Wal simanne gochaan Onnee teenya lamaan Miine beeynu jechaan.       ~~~~~ Akka adda baanuuf Meeqa yaade nutti Anaafi ati moo Hidhamne walitti.    ~~~~ Akkasiif akkanaan Nu dhufu namarraa Jaalala teenya san Hin baasu kararraa.      ~~~~~ Jaalalli dhugaadhaa Nu jiddu magaree Rakkina meeqatam Obsumaan dabaree.       ~~~~ Jatte jattee alaaf Nuti qalbiin hirru Gaaddisa jaalalaa Gonkuma hin cirru.      ~~~~ Bareenni jaalalaa Qalbii nuuf itichee Nama hamaaf gaarii Adda nu gingilchee.       ════════════ ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛                    𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴               𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹      
إظهار الكل...
1
About Fasting Waa'e soomanaa ✅ I am Fasting. 👉 Soomanan qaba ✅ Are you fasting?   👉  Soomana qabdaa? ✅ Tomorrow will be the seventh fast. 👉 Boru soomanni torbaffaadha ✅ Come for iftar. 👉 Yeroo iftar koottu ✅ My fasting is broken.    👉 Soomanni kee badee Jira Join & Share👇 https://t.me/LEARN_ENGLISH_LAGUAGE
إظهار الكل...
.         𝑯𝑰𝑹𝑬𝑬 𝑲𝑶𝑶 Ergan uumamee qabee hamma guyyaa harraatti hiibboon jaarraa digdamaa diddee garaa na nyaatti Furmaata isaa argachuuf biyya irra jooree labee gaaffii keessi koo kaasuf maalumaafin deebii dhabe Keessa isaatiif duuba isaa adda baasuun kan cime furmaata nan argadhaa utuun ka'ee sitti himee? Egaa..................... ...... Sitti himuu nan gaafattuu atuu beetta dhibee koo booruu calalaa jiruuf hin abaaru hiree koo!!!                  ════════════ 💫┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛💫                    𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴               𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 https://t.me/WALALOO_JALALAA
إظهار الكل...
2
Akkamiin siif ibsuu Jaalala na keessaa Halkan nan raffisu Guyyaa na joonjessa         ~~~ Ganama haaraadha Galgalas nii dhufa Yoon waa'eekee yaadu 𝑫unuunfadheen kufa         ~~ Jaalalleekoo giifti Siif dhabeera fayyaa Irriba dhiiseera Maaluma naaf wayyaa?          ~~~~ Si malee hin barbaadu Jedhee kakadheera Nyaataaf dhugaatiikoo Hunda dagadheera        ~~ Agabuun tiradha Silaa maras dhiisee Garaa na hoossisa Halkan gaafan ciise.       ~~~ Maal jetta jaalalle Anoo siif gaggabee Ammayyuu nan boo'a Adeemuu dadhabee        ~~~ Kan biraan yoo hafe Anoo gaaga'amee Miidhamnikoo danuu Utuu lakka'aamee        ~~ Miillikoo naafatee Garaachikoo qooree Fuullikoo shuntuuree Ijnis natti kooree       ~~ Ati garuu bilille Kan hin yaadne lubbuu Rabbii sirra hin kaa'in Hojii hamaaf cubbuu        ~~ Jaalalakeef du'ee Yoon dhabeeyyuu faacha Sitti ha ilaalamu Cubbuumti garaachaa.!                 ════════════ 💫┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛💫                    𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴               𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹         🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹
إظهار الكل...
👍 1
Hin bareessu taanaan Maaliifan baradhe? Nan barreessa malee Qalama Qaradhee! Yaadakoon ibsadha Quuqqaakoon tarreessa Yaadaa fi yaaddookoon Walaloon barreessa! Hordoftoonni kiyya Takkaa na dhageessuu Waan feetan yoo yaaddan Na gorsuu dandeessu! https://t.me/WALALOO_JALALAA
إظهار الكل...
1