455
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام
- المشتركون
- التغطية البريدية
- ER - نسبة المشاركة
جاري تحميل البيانات...
معدل نمو المشترك
جاري تحميل البيانات...
Aaruu fi jarjaruu┃Usuu
fi Dhaggeeffachuu!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❒ Fakkii kana irratti nama usee Dhaggeeffatuu fi Nama sagalee ol kaasee aariidhaan dubbatu argina!
❒ usuun amala nama
hubannoo qabuuti! Namoonni hubannoo cimaa qaban dubbachuutti hin jarjaran! Dhaggeeffachuutti baay'ee amanu! Gizee dubbatanis qabxii ijoo ta'ee fi amansiisaa ta'e namaaf kennuu jaalatan!
Beekumsii fi hubannoon isaan
qaban akka dursanii yaada
irratti xiinxalanii fi hubatan
isaan godha!
ERGAA:
➊. Haasa'uuf osoo hin jarjarin dura haasoyni kee akkamitti akka deemuu danda'u xiinxali! Maaliif akka haasoytu dura beeki!
➋. Hanguma beekumsa ida'attu usuu filatta!
➌. Humnaan osoo hin taane yaadaa fi beekumsaan yaada walii amansiisuun ogummaadha!
🌺ʝσιи
👍 3❤ 1
•Kitaabni gurguddaan rabbiin buuse afurii!!!
1: Zabuur
2: Toowraat
3: Injiil
4: Furqaan
Ergamaan Rabbii S.A.W ilmaan Dubraa Afur Qaban
1: Zeeynab
2: Ruqayyaa
3: Ummu Kulsuum
4: Faaximaa
Baatiin Gurguddoon Kabajamtuu Taate Afuri
1: Zul-Qi’idaa❤
2: Zul-Hijjaa🌹
3: Muharram
4: Rajab
Jannata Keessan Laggeen Afurtu Jira
1: Laga Bishaanii
2: Laga Aannanii
3: Laga Farshoo
4: Laga Deeymaa
Yaa Rabbii Keenya Jannata Keetiin Nu Badhaasa🌹
❤ 3👍 1
𓅓𝐂𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐜𝐚𝐚𝐥𝐮 𝐢𝐟 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢𝐬 ❤️𝑑𝑖𝑖𝑛 𝑘𝑎𝑑𝑑𝑎𝑚𝑢𝑑ℎ𝑎
ᴀʟʜᴀᴍᴅᴜʟɪʟʟᴀᴀʜ
__
✍︎Duniyaa irratti Nagaya, Fayyaa fi Waan nyaattu yoo qabaatte homaa sitti hin hafne!
Ammas wanta rabbiin siif katabe malee waa takka hin argattu hin dhabdus.
__
✍︎Ubeeydallaah ibni Mihsan Al Ansaari (ra) akka odeeysetti Ergamaan Rabbii ﷺ akkana jedhan: "isin keessaa namni Maatiin isaa nagayaan bule, akkasumas fayyaa guutuu wajji gaafasiif waan nyaatu (masruufa) kan qabu tahee bari'eef, akka nama addunyaa guutuu dhuunfateeti" jedhan!
__
✍︎Namni sirritti hadiisa kana xiinxalle jiruu duniyaa hanga isii ni hubata, ni'imaa rabbiin isa badhaasetti ni gammada Rabbii isaatis ni galateeffata, Inshaa Allaah akhirattis ni milkaaya!
ALHAMDULILLAAHI RABBIL AALAMIIN!
__
𒊹︎︎︎وعن عبيد الله بن محصن الأنصاري الخطمي رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: "من أصبح منكم آمنا في سربه، معافى في جسده، عنده قوت يومه، فكأنما حيزت له الدنيا بحذافيرها" ((رواه الترمذي وقال: حديث حسن)).
https://t.me/nurul_islam1
👍 2
Haa yaadannu mee👇
💟👉guyyaa maleeykaan ruuhii tee fudhuu san
Yaadadhuu
❣👉guyyaa kafana sitti maranii qabrii si kaayaan
💔👉guyyaa qabeenya kee dhiifte biiraa deemtu
💗👉guyyaa saahibbaa kee dhiifte biraa deemtu
💓👉guyyaa firoottan kee dhiiftee deemtu
💞👉guyyaa ahlii tee hundaa dhiiftee biiraa deemtu
🖤Guyya hadha mana kee dhiifte bira deemtu
💕👉guyyaa ilmaa kee dhiifte biraa deemtu
🤎👉guyyaa hadhaa tiruu tee dhiifte biraa deemtu
🤍👉guyyaa Abbaa kee onnee kee dhiiftee deemtu
❤👉guyyaa fuulduree Rabbii gafiif dhiyhaatuu
🧡👉guyyaa namuu akka dhalatetti dirree qiyaamaa dhuftu qulla
💜👉guyyaa sheenahuun humaa namaaf hin goone
💙👉guyyaa boohinsi humaa namaaf hin goone
💚👉guyyaa guyyaan tokkich gaafasii amataa kumaa
Yaa Rabbii najaa nu baasii
Yaa allaah warra addunyaan dagame nu hin godhin Ammiin yaa rabbal aalamiin
Join godhi sana booda yoo dendeesse nama tokkof Sheri godhi
💚💚💟💙💙💜🤎
https://t.me/nurul_islam1
👍 4
Sammuun qabeenya guddaa ilmi qabu keeysa isa caalaa fii namni nama kan jechisiise akka tahe beekkamaadha. Tahuus buqqee lafee keeysatti sammuu ba'achuun qofti gayaa miti. Dubbisuun sammuu guddisanii gabbifachuun dirqama. Kanumaaf hayyoonni dubbisuun nama guutuu godha ja'an. Kanaaf dubbisuu aadaa haa godhannu.
1.Hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome osoo hin ta’in nama sammuun hiyyoomeedha!
2. Kan nama qaanyeeysu ba’aa guddaa sammuu irratti ba'achuu osoo hin taane,sammuu hin
yaanne ba'achuudha!
3.Irra caalatti kan dinqisiifamuu qabu namoota addeessa irraa qubatan osoo hin taane namoota akkaataa isaan addeessa irraa ittiin qubatan yaada lafa kaayani. Sababniis warra sammuu ofii micciiree cunfee waan haaraya burqisiiseetu isaan kana.
4. Atiis Waan hunda dura ofiif bakka laadhu sababniis kan sirra sitti aanu waan hin jirreef!
5.Of beeki kan sirra sibeeku waan hin jirreef. Of wallaalaan diina keetu eenyummaa kee firaa fii alagaatti hima. Kuniis waan ati taate osoo hin taane fakkii alagaan addunyaatti agarsiisu barbaadan akka qabaatan taasisa.
https://t.me/nurul_islam1
Repost from Aliyad Abdo Official
#Qabsoo_keetiin
Dachee Rabbiin kabaje
Haadha gootota danuu
Qulqulluu hundaaf biyyaa
Addunyaan si ganuu
Lafa Anbiyaan burqe
Adda hin cinne takkaa
Ummata kanaaf yoomuu
Kabajamtuu bakkaa
Kallattii koo jalqabaa
Makkaanuu dursitee
Har'a garuu addunyaan
Rasaasa gurshitee
Kana hin turre deebiin kee
Silaa osoo ta'ee haqa
Deebi'ee sin ariyuu
Kuusaan gabrummaatiif baqaa
Qaaraa harka keetiin dhaabdetu
Deebitee si gubde
Tola kan kee dagattee
Shira shirtee si hubde
Deebiin kee kanaa miti
Galata maleessaa
Gaafa Addunyaan ariituun
Siitu qubsiise kaleessa
Biqilli garbummaa
Jararraan daraare
Biyya hunda dursitee
Situ jara baraare
Gaarummaa kee dahattee
Gola kan kee lixxee
Lafa kee fudhattee
Ilmaan kan kee fixxee
Sirratti sarbamee
Mirgi dhala ati deesse
Diinni teessoo gootee
Dhiiga gubbaa teesse
Qaqqaammachaa jiru
Lafee haqaa bobeessanii
Weerars gaggeessanii
Gammadanii odeessanii
Maaf ta'e gara-galtoo
Kan sumaan jaaramte
Dubbiin fallaa taanaan
Har'a immoo nyaaramte
Eeyyeen akkas ta'uun kee
Gaarii immoo qabaataa..?
Dukkanni yeroo barii
Baay'isee jabaataa
Kan ati dararamtee
Diinni si ari'uuf..?
Tarii biiftuu haqaatu
Dhufee immoo bari'iif..?
Abdii ilmaan keetiin
Gargaarsa Rabbii booda
Qabsoon ati gootu
Fakkaatu illee hooda
Qabsoo kee hadha'aan
Diinni daaraa taati
Biyyi kee Filisxiin
Bilisa ni baati!
✍️... @Sabaa_Ifaa
#JOIN_AND_SHARE
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
-short note
-EUEE
-TEXT BOOK
-GUIDE BOOK
-INFORMATION
-EDUCATIONAL VIDEO
-QUIZ
All question new curriculum
👍 1
⬇️ Biology grade 12 question new curriculum
⬇️ Chemistry grade 9 12 question new curriculum
⬇️Physic grade 9 12 question new curriculum
⬇️Geography grade 9 12 question new curriculum
Short Note grade 9 12 all unit
⬇️Entrance 2000- 2015
⬇️ Quiz grade 9 12 question
۞۞ ۞۞
Karaa dheeraan deema
galmi koo fagoodha
Kaayyoo jabaan qaba
abjuun koo guddaadha
Gaafa kaayyof baatu
qoreen ni baayyata
Waa alaa waa manaa
hundumtuu qormaata
An garuu kutadhee
jalqabeera deeemsa
Qoreen waraanamaa
dhukkuba koo obsaa
Ilaali ija koo
sodaa takkaan qabu
Humni namaa kamuu
tasayyuu nan dhaabu
Galma koo ga'uudhaf
deemsi itti fufa
Barri baraan darbee
dukkanni ni ifa
kayyoo kiyyaaf jedhee
nan ta'a waan ta'u
Duta sareef jedhee
mormi koo'n naanna'uu
Waca gandee ammoo
gurri koo'n dhaga'uu
☆☆☆☆☆☆☆☆☆
👍 2
-short note
-EUEE
-TEXT BOOK
-GUIDE BOOK
-INFORMATION
-EDUCATIONAL VIDEO
-QUIZ
All question new curriculum
⬇️ Biology grade 12 question new curriculum
⬇️ Chemistry grade 9 12 question new curriculum
⬇️Physic grade 9 12 question new curriculum
⬇️Geography grade 9 12 question new curriculum
Short Note grade 9 12 all unit
⬇️Entrance 2000- 2015
⬇️ Quiz grade 9 12 question
HIJAABA
========
Yaa dubartii muslimaa
Diinii kan kee jaalattuu
Dhugaa kana dhagahi
Osoo gurri laalattuu
Imaanaan qalbii jiisee
Diiniirra gad sidhaaba
Dirqama ta'uu beeki
Uffachuun kee hijaaba
Qaama ofii tikfachuun
Mallattoo beekumsaati
Hijaabni dubartootaaf
Waardiyyaa eegumsaati!
Barcumaa fi ulfina
Abbaatu of-jala kaaya
Dubartoota muslimaaf
Simboodha, hijaabni faaya
Gurgurtaaf gabaa baafnaan
Muuzii qolli quncaatuu
Gabaan bituu dhiisiitii
Tola nyaachuu hin gunjaatu
Tisiisni balfa barte
Irra qubachuu maltii
Raqatti darbuu malee
Maaltu fedharee faltii....
Gamoon girdoo hin qabne
Manaa miti, hawaadha
Qaama ofii satarachuuf
Hijaabatu dawaadha...!
Qe'ee dallaa hin qabne
Abbaa fedhet weerara
Qaama qullaa fiigullee
Sheyxaanni irraa geerara
Qaama ofii satarachuu
Diiniitu keenyatu ajaja
Hijaabni miidhagina
Hijaabni bar kabaja....
Mallattoo qaroomuuti
Qaalii ta'uu akeeka
Gatii haadha hijaabaa
Beekaa qofatu beeka
Obboleettii aakiraa
Sin gorsa, na dhageessaa?
Of sataratta taanaan
Bakka ulfinaa teessa
Akka hayawaanaatti
Warri qullaa fiiganu
Warra har'a ijaaranii
Boru bultii diiganu
Warri of bareechuutti
Ofirraa fuudhan surraa
Harkaan of rakafsiisan
Kabaja hin qaban nurraa
Sadarkaa kee ol fuudhee
Bakka ulfinaa sidhaabaa
Yaa obboleettii muslimaa
Hin baasini hijaaba....
Har'aa bor si milkeessa
Hordofuun sunnaa Nabii (S.A.W)
Kan uffattu hin
Kaanis, har'a jalqabi
❤️🩹 ❤️🩹https://t.me/Bahar_taju
👍Guutu walaloo Hijaaba❤️🩹
⚡️ JOIN 🔺
اختر خطة مختلفة
تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.