cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Haasaa Jireenyaa

Of haaromsuu Of jallachuu Kaka'umsa Karaa sirri irra deemuu https://youtube.com/@galaajireenyaa Waaliin karaa kana haa deemnu

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
11 504
المشتركون
+1624 ساعات
+2177 أيام
+97830 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Namoonni addunyaa kanarra milkaa'an beektoota waan tahanif miti. Waan biraa qabu - maal akka ta'e beektaa? ANNISAA Yeroo hunda waa gochuuf dadhabe hin jedhan. @haasaajireenyaa
إظهار الكل...
👍 3 2
Waa namarraa eeguun si ajjeesa. Nageenyaan jiraachuu yoo barbaadde osoo waa namarraa hin eegin kennuu bari. @haasaajireenyaa
إظهار الكل...
3
Photo unavailableShow in Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
إظهار الكل...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
Photo unavailableShow in Telegram
Kaayyoo uumamteef jiraachaa jirtamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ Gaaffii kana of gaafadhaa🧐❓❕
إظهار الكل...
❇️ KAYYOO KEE BEEKUUF ❇️
📊 JIREENYAA GAMMACHUU 📊
♻️ JIREENYA MILKA'UU ♻️
☑️ JOIN ALL ☑️
Photo unavailableShow in Telegram
⚛️ 𝐊𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐊𝐄𝐄 𝐁𝐄𝐊𝐓𝐀 ❔☮️ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 ✔️𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐢𝐢𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
إظهار الكل...
🔳 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐉𝐢𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚𝐦𝐦𝐚 🔳
🟪 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟪
🟥 𝐊𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐊𝐞𝐞 𝐁𝐞𝐤𝐭𝐚 🟥
⬛ 𝐌𝐚𝐥𝐢𝐢𝐢𝐟 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐚 ⬛
🔷 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐚𝐥𝐥 🔷
Ogummaa Yihudootaa. 🔸 Hiyyeessa ta'uun salphina miti, garuu waa'ee hiyyummaa wanti gaariin jedhamuu danda'u isa qofa . 🔸 Yoo sitti kolfan homaa miti. Yeroo sirratti boo'an baayyee hammaata dha. 🔸 Rakkoon tokko qarshiin furuun yoo danda'ame , rakkoo osoo hin taane - baasiidha. 🔸 Waaqayyo namaaf gurra lamaa fi afaan tokko kenne, akka inni baay'ee dhaggeeffatuu fi xiqqeessee haasa'uuf. 🔸 Maallaqni yoo bade, hatame ykn yoo dhibe, Yihudoonni akkas jedhu: “Yaa Gooftaa, qarshiin waan fudhatteef galatoomi .” @haasaajireenyaa
إظهار الكل...
👍 6 3 1
Sababoota 34 maaliif masturbate ( Ofiin of gammachiisuu) akka gochuu HIN QABNE: 1. Ofitti amanamummaa ni dhabda 2. Salphinaan liqimfamta 3. Miila kee ni laaffifta 4. Humna kee ni fixxa 5. Xiyyeeffannoo ni dhabda 6. Kabaja ni dhabda 7. Waaqayyo irraa walitti dhufeenyi kee addaan ni cita 8. Sodaadhaan liqimfamta 9. Carraa ni dhabda 10. Nama mo'ama taata 11. Hojii hojjechuu hin dandeessu 12. Humna itti fuufu ni dhabda 13. Finniisa sitti baha 14. Sammuun kee ni miidha 15. Onnee kee ni xureessita 16. Bineensa taata 17. Garba taata 18. Humna ni dhabda 19. Aangoo ni dhabda 20. Gootummaa ni dhabda 21. Abjuu ajaa'ibaa hin abjoottu 22. Qabeenya hin qabaattu 23. Siree irratti ni dadhabda 24. Ni boossa 25. Akka gowwoomfamte ni hubatta 26. Iji kee ni miidhaa 27. Sagalee kee ni laaffifta 28. Ati ni cinqamaa taata 29. Namni si hi hawwatu 30. Dhimma kan hin qabne taata 31. Milkaa'ina hin beektu 32. Waan hundumaa ni dhabda 33. Seexanni akka injifatu ni hayyamta 34. Akka malee ni gaabbita IRRA OF EEGI @haasaajireenyaa
إظهار الكل...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
Kaayyoo uumamteef jiraachaa jirtamoo❓❓ Kaayyoo kee beektamoo❓ Gaaffii kana of gaafadhaa🧐❓❕
إظهار الكل...
❇️ KAYYOO KEE BEEKUUF ❇️
📊 JIREENYAA GAMMACHUU 📊
♻️ JIREENYA MILKA'UU ♻️
☑️ JOIN ALL ☑️
Namni kamiyyuu hammam bareedaa ykn milkaa’aa ta’uus, ykn maallaqa hedduu yoo argatelle homaa miti-addunyaa kana irratti namni si ol ta’e hin jiru. Yookaan si gad ta'ees. Daandii keerra deemii @haasaajireenyaa
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Internet keessan speed dhabee kan sin rakkisu VPN saffisa guddaa qabu kana buufadhaa itti fayyadamaa 👇👇👇 https://bit.ly/4d1Ansi https://bit.ly/4d1Ansi
إظهار الكل...
👍 1