cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

KOTTAA KOLFAA 😂🤣😄😃😁

Kolfuuf nutti makama 🔊🔊 Ceo of oromo

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
6 840
المشتركون
+1024 ساعات
+607 أيام
+13530 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

🤌Jechoota kolfisiisoo Ministeerri Muummee itiyoophiyaa duraanii Mallas Zeenawiin  dubbatan muraasa 🗣 1.👨‍💼Gaazixeessaa:_ 🎙" Dirree kubbaa miilaa (stadium) Addis Ababaa maaliif bifa haarayaan hin Haaromsine?" 👩‍🦲#Mallas: _ " injifatamuuf kunuu gahaadha." ፧ 2.👨‍💼Gaazixeessaa: _ 🎙"Atileetiin Beekkamaan itiyoophiyaa tokko Lammiisaa biyya biraatti jijjiirachuuf jedha. Isin maal jettu mee?" 👩‍🦲#Mallas:_ "Lammummaa mitii maaliif Saala hin jijjiiranne!" ፧ 3.👨‍💼Gaazixeessaa: _ 🎙" Haylee Gabra sillaasee Itiyoophiyaa bulchuu barbaada jedha. Isin maal jettu?" 👩‍🦲#Mallas:_ "Luukti Mataa hin ta'u kaa." ፧ 👨‍💼4.Gaazixeessaa:_ 🎙" Itiyoophiyaa keessatti Kadhattuun kan baayyatteef Maaliifi?" 👩‍🦲#Mallas :_ "Namni kennu waan baayyateefi.🙄     😂🤣😹 Join us➜ @ORO_FUNNY1
إظهار الكل...
👍 2🔥 1
#ishee ፡ yoo wal fuune Caatii ni dhaabda #isa ፡ hayyee #ishee ፡ sigaaraallee Aarsuu hin dandeessu #isa ፡ hayyee #ishee ፡ haadha warraa Machaa'aa akka naan hin jenneef Dhugaatiillee dhaabuu qabda #isa ፡ hayyee #ishee ፡ Aaaa!!!...ka biraa ammoo maal ture?? Eeyyen! Halkaneeffattee galuu hin dandeessu #isa ፡ hayyee #ishee ፡ umm...ka biraa? Ka biraa? Maal dagadheeyyu??? Kan biraa kan dhiistu maal tureeyyu??? #isa ፡ Si Fuudhuu dhiisa kaa Join us➜ @ORO_FUNNY1
إظهار الكل...
😁 3
Jaartiin jaarsa ufiitti dawwalteeti yaa dhama'aa Eessa abbaa keetii jirta? #jaarsa ፡ piyaasaa jira! #jaartii ፡ Maal hojjatta achii!? #jaarsa ፡ guyyaa wayii ni yaadattaa mana warqee waliin dhaqnee turre? #jaartii ፡ yaadadheera qaalii koo😍 #jaarsa ፡ habilii warqee ilaaltee jaalladheera naan jettee qarshii yoon argadhe siif bita siinin jennee? #jaartii ፡ Eeyyen jaalallee koo #jaarsa ፡ manicha warqee Yaadatteemii? #jaartii ፡ Eeyyen Gooftaa koo #jaarsa ፡ Giroosarii isa cinaa jiru sana keessan jira. 🙄😂 Join us➜ @ORO_FUNNY1
إظهار الكل...
😁 8👏 1
👨‍🍳#keessummeesituu፡- istikinii siif fiduu ni barbaaddaa? 👩‍🦲#Seefuu፡- Lakki na ga'eera (Quufeera) 👨‍🍳#Keessummeesituu፡- Lakki bar Istikiniin nyaataa mitii! 👩‍🦲#Seefuu፡- Nan beeka dhugaatiidha garuu na ga'eera👌    🤣😅😁         Join us➜@ORO_FUNNY1
إظهار الكل...
😁 5
Qaaxaalee namnii tokko linkii  kana start godhii seni Nama shaan qofa simata👇
إظهار الكل...
👍 1
START ⚡⚡
DAILY COMBO🎁🎁
.             Dhaamsa!! 👉 mana nyaataa kamuu yoo fayyadamtan baranda (Ala Manichaa) taa'uun fayyadamaa Gatiin nyatichaa qaalii yoo ta'e...Run ..! 🏃🏃 😂😆🤣 Join ➧@ORO_FUNNY1
إظهار الكل...
😁 6
Qaaxaalee namnii tokko linkii  kana start godhii seni Nama shaan qofa simata👇
إظهار الكل...
START ⚡⚡
DAILY COMBO🎁🎁
Photo unavailableShow in Telegram
Comboo guyyaa har'aaa start gochuun warri hin jalaqabiin 5M fudhaadhaa👇👇
إظهار الكل...
👍 1
START ⚡⚡
🎁🎁COMBO
Namichi wanti hin danda'amne hi jiru jedhu sun bishaan itepilariin gidgiddaa irratti rukutee akka natti agarsiisu barbaada🤣
إظهار الكل...
😁 2
#haadha_warraa:- Osoo ani du'ee sitti tolaa ? #Abbaa_warraa:- Lakkkkkki gonkumaa; Naaf jiraadhu! #haadha_warraa: - maaliif ? #Abbaa_warraa: - guyyaa san ani gammachuu irraa kan ka'e ofii kootii akka hin duune waan sodaadhuuf ! 🥹    Abshaalotaaf🙌🤙
إظهار الكل...
😁 6🔥 2