cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Oshoo Official

kaayyoon chaanelii kanaa Sammuun dhaloota kanaa akka xiinxalu taasisuudha.Yaada keessaniif @Wakjirabraham link:https://t.me/+F29iJnDKops5Y2Fk Facebook:https://www.facebook.com/profile.php?id=61557676583508

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
7 613
المشتركون
-324 ساعات
+297 أيام
+16930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Carraan Kun Isin Darbuuf Guyyaa Afur Qofatu Hafe Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_6009905634 1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu. 2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu 3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftani namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu. Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu. Carraa Gaari🙏 link 👇 https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_6009905634
إظهار الكل...
👍 12 2👏 1🤔 1
Photo unavailableShow in Telegram
Yemmuun ani du'e, abaaboon ati fiddee awwaala koo irra gootu na hin fayyadu.Siidaan awwaala koo irratti dhaabdu anaaf faayidaa tokkollee hin qabu. Bakka awwaala koo irratti abaaboo fidduu fi siidaa naaf ijaartu,nama awwaala sana tiksuuf saanduchii bitiif,mana kiraa kaffaliif! #oshoo
إظهار الكل...
👍 21 13🔥 1🤔 1
Wanti Na  Maraachee Gara Amanu'eel Na Fide kana Muummichi Ministeeraa guyyaa tokko Mana yaalaa dhukkubsattoota sammuu (Amaanu'eel) daawwachuuf dhaqee, osuma deddeemuu maraataa tokko arge. Itti siqee "maali rakkoon kee kan akka maraattu si goote?" Jedhee gaafate. Maraataanis deebisuufii jalqabe "yaa gooftaa kiyya ! balaa kana hunda kan natti buuse, namittii abaaramtuu tokka fuudhuu kiyya. Rabbi na kaaseetiin dubartii intala bareedduu qabdu tokka fuudhe. Intala bareedduu saniif abbaa biddeenaatin ta'e jechuudha. Guyyaa tokko Abbaan kiyya akkuma na ilaaluuf dhufeen, intala san jaalatee fuudhe. Kanaafuu intalti an abbaa biddeenaa ta'uuf, deebitee haadha biddeenaa naaf taate jechuudha.Xiqqoo booda haati manaa kiyya ilma dhiiraa naaf deesse. Ilmi kiyya kun haadha biddeenaa kiyyaaf obboleessa waan ta'eef, abbaa kiyyaaf immoo soddaa ta'e, sababni isaa abbaan kiyya intalan ani abbaa biddeenaa ta'uuf fuudhe waan ta'eef. Akkuman siif himetti gaafa Abbaan kiyya intala ani Abbaa biddeenaa ta'uuf fuudhu san, ishiin jalqaba haadha biddeenaa naaf taate. Boodarra immoo ilmi kiyya obboleessa haadha biddeenaa waan ta'eef, Eessuma naaf tahe.Haati manaa kiyya immoo harmee haadha biddeenaa kiyyaa waan taateef, Akkoo kiyya taate jechuudha. Haadha biddeenaa tiyyaaf, Abbaa biddeenaa tahuu kiyya hin irraanfatin.Jaartii kiyyaaf immoo ilma intalaa ta'uu kiyyaas quba qabaadhu. Kana hunda caalaa garuu kan na ajaa'ibe, akkoo biddeenaa kiyya fuudhuu, jaartii kiyyaaf ilma intala ishii ta'uu fi jaarsa ishii ta'uu qofa osoo hin taane, ofuma kiyyaafuu Akaakoo ta'uu kiyya.Wanti na  maraachee gara Amanu'eel na fides kanuma" jedheen.
إظهار الكل...
👍 19😁 9 3
dubbane, kana irraan kan ka’e ammo yeroo biraa deemtuu mirri maaliif gammachuu akka dhabdeefi isaan waliin enna jirtuu hamileen si bu’eef bira gahuuf haalli ati itti dhiphattu jiraa? “ Kanaaf akka hiriyyatti eenyu waliin jiraachuu akka qabdu of eegganoon filadhu. Namoota fedhii kan kee wajjiin wal fakkaatu qaban, kan kabaja kee eeganiifi kan guuddina namumma kee ilaalcha isaanii keessa galchan,akkasumas warra yeroo,beekumsaafi hiriyumma kabajaniin marfamuu yaalii.” MADDA: WWW.INC.COM
إظهار الكل...
👍 22 3🥰 2👏 2
Kutaa darberraa kam itti fufe gaarii yeroo ta’an waan kun ammo waan isaan asiif achi deemanii hojjetan yeroo ta’uu waan gudda tokko kan barabaraan yoo hojjetan itti gamadan sana garuu hin beekan” jedha barresaan kun. Itti fufuun “ Waan jibbitu hojjechuu dhaabi. Cimina kee addaa baastee baruun gammachuun kee innii dhugaan maal irra akka argamu kalaqadhu.” Jechuun gorsa isaa lafa kaa’a. ❹Miidhama akkamiin jireenya kiyyatti barbaadaa? Mark Maansan barresaa maarsaritii tokko enna ta’uu gammachuun ifaajiifi maal argachuuf akka ifaajnu beekuu nu gaafata jedhaa.“Kan ati of gaafachuu qabdu ‘maalinan bohaaraa?’ osoo hin taane ‘miidhamuutti akkamiinan baruu danda’aa?’ ta’uu qaba. Qulqullinni jireenya jiraatte kan inni ittiin madaalamuu muxxanoo gaggarii qabduun osoo hin taane muuxanoo gaarii hin taane ati keessa dabarteeni. Kanaaf haalota gaaree hin taane keessa darbuuf of qopheessuun jireenya gaariif of qopheessudha. ” Jechuun dubbata namni kun. ❺kan darbe irra jijjiramni an amma qabu maalii? Yoo amala haaraa eegaluuf ifaajaa jirta ta’ee jireenya kee darbe keessatti amala kee milkaa’inaan yeroo itti jijjiirte yaadadhu jedha barreesaan Giretchen Rubin jedhamu. “Yeroo darbe irraa jijjiramni an amma qabu maali?” jette of gaafachuun kee akkamiin amala kee jijjiruu irratti akka ammaan dura milkoofte sana jireenya kee ammaa keessatti akka fidduuf si gargaara.“ Yoo karaa siif sirrii ta’e irra mijjeffatee milkaa’ina caalutti bahuu dandeessa” jechuun dubbatee turee Giretchen Rubin. Haala akkamiitti jirtaa? Mika’el Hopkins akkas jechuun barresse turee: “ Gaaffii kana irra barumsaa cimaa tokkoon argadha. Hunda keenya giddu galeessa kan godhateefi baay’ee barbaachisaa akkasumas gaaffii sirrii ka’uu qabudha. Gaaffiin kun haasawaa keessoo barbaachisoo miira gaarii nuuf kennan kan hundi keenya yeroo hundaa ittin offitti haasa’uu qabnu dha.” ❻Jabbesiinee qabuun maaliif barbaachisee? “Dhimoota xixiqqoo irratti kan an cinqamuuf hamma karaan barbaadu irra naaf dalagamuutti garaa waan ana hin cisneefi” jechuun dubbata barresaan soham Banerjee jedhamu tokko. Gafiin kun kan nu yaadachiisan akka nun yeroo hunda jireenya cimsinee ilaalle hin qabnee fi waan hundumaa akka qabuun nurra jirutti akka qabnu nu agarsiisuufi. Akkas jechuun akkekachiisa isaa kaa’ee ture barressan kun : “ gaaffii kana sagalee taphachiisaan dubbachuun ammo waan nama bohaarsuudha.” ❽Haala gaariin waanti naaf deeme maal ture har’a? Pirofeessera mummee Bizinesii kan yunibarsiitii Harvaard kan taate Firanseska Gino fi namootni isheen waliin dalagdu qorannoo tokko kan hojjetootnii hunduu dhuma guyyaa hojii isaanii irratti waan haala gaariin deemeef akka kataban gochuun dhuma irratti warrii yaadanoo qabatan hojjetoota kaan 22.8% quulqullinaaf baay’ina hojiin caalanii argamuu isaanii bira gahanii jiruu. Waan har’a haala gaariin dalagde katabuun hojiikee borii keessatti gaarumma kee har’aa akka fidduf si gargaaraa. Kun gochaa irra deddebitee gochuu qabdudha. Jalqaba irratti waan hojiif si kakkaasu bartaa, achii oddefanoo muuxanoo siif ta’aan walitti qabata, achii booda kana irra ka’uun of foyyesuuf deemta. Namootnii qoranoon kun irratti geggefamee waan haala qajeelaa ta’een deemeef qofaa barressan osoo hin taane deebii waan haala gaariin deeme kanaaf kennanille itti eda’anii jiru. Akka Geenoon jettuti: “ yoo callistee kan yaaduu ta’ee salphaatti harka laata. Garuu yoo barrefamaan kan keessuu ta’ee waan si fayyadu keessa seecaatee baasuun siif salphataa” ❾Hiriyootaa fi shaarika ana deeggaran, anaan dorgomaan, ana jajjabeessan akkasumas akkan guddadhuu na godhan baafachuun qabaa? Neelaa kaanoovii akkas jetti : “Jechama nuun giddu galeessaa namoota shan kan itti dhiheenyaan yeroo keenya hedduu waliin dabarsinuuti. Waa’ee namoota jireenya kee keessa jiranii yaadii. Namootni kunneen sitti dhihaachuun akka ati jireenya keen guddattu si gochaa jiruu? Moo namoota yeroo isaaniis ta’e kan kees hin kabajne, kan annisaa kee fixan, kanneen waan gaarii hin yaadneefi yeroo hundaa komee dhiheessan akkasumas waa’ee sammuu dhaabbataa malee waa’ee sammuu guddachaa deemu kan sitti hin
إظهار الكل...
👍 14 2
Photo unavailableShow in Telegram
Notcoin soba jenne nu darbe har'a baayee itti gaabbine yeroo namootni maallaqa isaanii baafataa jiran kanatti, kunimmoo guyyaa 8tu hafe list ta'uudhaaf warri Notcoin isin darbe dafaa tap tap fi task hojjechuudhaan walitti qabadhaa eegaa. Link isaa Tapswap kunooti 👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6009905634 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
إظهار الكل...
👍 17😁 2🤔 1
ammo yeroo biraa deemtuu mirri maaliif gammachuu akka dhabdeefi isaan waliin enna jirtuu hamileen si bu’eef bira gahuuf haalli ati itti dhiphattu jiraa? “ Kanaaf akka hiriyyatti eenyu waliin jiraachuu akka qabdu of eegganoon filadhu. Namoota fedhii kan kee wajjiin wal fakkaatu qaban, kan kabaja kee eeganiifi kan guuddina namumma kee ilaalcha isaanii keessa galchan,akkasumas warra yeroo,beekumsaafi hiriyumma kabajaniin marfamuu yaalii.” MADDA: WWW.INC.COM
إظهار الكل...
👍 3
gaarii yeroo ta’an waan kun ammo waan isaan asiif achi deemanii hojjetan yeroo ta’uu waan gudda tokko kan barabaraan yoo hojjetan itti gamadan sana garuu hin beekan” jedha barresaan kun. Itti fufuun “ Waan jibbitu hojjechuu dhaabi. Cimina kee addaa baastee baruun gammachuun kee innii dhugaan maal irra akka argamu kalaqadhu.” Jechuun gorsa isaa lafa kaa’a. ❹Miidhama akkamiin jireenya kiyyatti barbaadaa? Mark Maansan barresaa maarsaritii tokko enna ta’uu gammachuun ifaajiifi maal argachuuf akka ifaajnu beekuu nu gaafata jedhaa.“Kan ati of gaafachuu qabdu ‘maalinan bohaaraa?’ osoo hin taane ‘miidhamuutti akkamiinan baruu danda’aa?’ ta’uu qaba. Qulqullinni jireenya jiraatte kan inni ittiin madaalamuu muxxanoo gaggarii qabduun osoo hin taane muuxanoo gaarii hin taane ati keessa dabarteeni. Kanaaf haalota gaaree hin taane keessa darbuuf of qopheessuun jireenya gaariif of qopheessudha. ” Jechuun dubbata namni kun. ❺kan darbe irra jijjiramni an amma qabu maalii? Yoo amala haaraa eegaluuf ifaajaa jirta ta’ee jireenya kee darbe keessatti amala kee milkaa’inaan yeroo itti jijjiirte yaadadhu jedha barreesaan Giretchen Rubin jedhamu. “Yeroo darbe irraa jijjiramni an amma qabu maali?” jette of gaafachuun kee akkamiin amala kee jijjiruu irratti akka ammaan dura milkoofte sana jireenya kee ammaa keessatti akka fidduuf si gargaara.“ Yoo karaa siif sirrii ta’e irra mijjeffatee milkaa’ina caalutti bahuu dandeessa” jechuun dubbatee turee Giretchen Rubin. Haala akkamiitti jirtaa? Mika’el Hopkins akkas jechuun barresse turee: “ Gaaffii kana irra barumsaa cimaa tokkoon argadha. Hunda keenya giddu galeessa kan godhateefi baay’ee barbaachisaa akkasumas gaaffii sirrii ka’uu qabudha. Gaaffiin kun haasawaa keessoo barbaachisoo miira gaarii nuuf kennan kan hundi keenya yeroo hundaa ittin offitti haasa’uu qabnu dha.” ❻Jabbesiinee qabuun maaliif barbaachisee? “Dhimoota xixiqqoo irratti kan an cinqamuuf hamma karaan barbaadu irra naaf dalagamuutti garaa waan ana hin cisneefi” jechuun dubbata barresaan soham Banerjee jedhamu tokko. Gafiin kun kan nu yaadachiisan akka nun yeroo hunda jireenya cimsinee ilaalle hin qabnee fi waan hundumaa akka qabuun nurra jirutti akka qabnu nu agarsiisuufi. Akkas jechuun akkekachiisa isaa kaa’ee ture barressan kun : “ gaaffii kana sagalee taphachiisaan dubbachuun ammo waan nama bohaarsuudha.” ❽Haala gaariin waanti naaf deeme maal ture har’a? Pirofeessera mummee Bizinesii kan yunibarsiitii Harvaard kan taate Firanseska Gino fi namootni isheen waliin dalagdu qorannoo tokko kan hojjetootnii hunduu dhuma guyyaa hojii isaanii irratti waan haala gaariin deemeef akka kataban gochuun dhuma irratti warrii yaadanoo qabatan hojjetoota kaan 22.8% quulqullinaaf baay’ina hojiin caalanii argamuu isaanii bira gahanii jiruu. Waan har’a haala gaariin dalagde katabuun hojiikee borii keessatti gaarumma kee har’aa akka fidduf si gargaaraa. Kun gochaa irra deddebitee gochuu qabdudha. Jalqaba irratti waan hojiif si kakkaasu bartaa, achii oddefanoo muuxanoo siif ta’aan walitti qabata, achii booda kana irra ka’uun of foyyesuuf deemta. Namootnii qoranoon kun irratti geggefamee waan haala qajeelaa ta’een deemeef qofaa barressan osoo hin taane deebii waan haala gaariin deeme kanaaf kennanille itti eda’anii jiru. Akka Geenoon jettuti: “ yoo callistee kan yaaduu ta’ee salphaatti harka laata. Garuu yoo barrefamaan kan keessuu ta’ee waan si fayyadu keessa seecaatee baasuun siif salphataa” ❾Hiriyootaa fi shaarika ana deeggaran, anaan dorgomaan, ana jajjabeessan akkasumas akkan guddadhuu na godhan baafachuun qabaa? Neelaa kaanoovii akkas jetti : “Jechama nuun giddu galeessaa namoota shan kan itti dhiheenyaan yeroo keenya hedduu waliin dabarsinuuti. Waa’ee namoota jireenya kee keessa jiranii yaadii. Namootni kunneen sitti dhihaachuun akka ati jireenya keen guddattu si gochaa jiruu? Moo namoota yeroo isaaniis ta’e kan kees hin kabajne, kan annisaa kee fixan, kanneen waan gaarii hin yaadneefi yeroo hundaa komee dhiheessan akkasumas waa’ee sammuu dhaabbataa malee waa’ee sammuu guddachaa deemu kan sitti hin dubbane, kana irraan kan ka’e
إظهار الكل...
AMALOOTA ALBERT AYINESTAYIN, ISTIV JOBI FI BEENJAMIN FIRAANKILIN JIREENYA ISAANII GUYYAA GUYYAATTI WALIIN QOODDATAN. Hojii uumtotni, barresitootnii fi geggesitootni yaadaa gaaffi ati jireenya keetti of gaafachuu qabdu siif dhiheessuu. Beenjaamin Firaankiliin ganama guyyaa isaa gaaffii: “ Har’a waan gaarii maal hojjechuun qaba?” jedhuun ennaa eegalu galgala ammoo gaaffii: “Har’aa gaarii meeqan dalagee oole?” jedhu of gaafataa.Dhugaan jiru tokko beektotni baay’een yaada waa hundaa gaafachuutu nurra jira jedhu irratti walii galuu. Albert Ayinestayin akkas jedha: “ Kaleessa irra baradhu, har’aaf jiraadhu, boriif ammo hawwii qabaadhuu. Garuu gaafachuu ofirra hin dhiisiin.” Yeroo baay’ee ofi ibsuun kan jedhan ta’anii argamuun irra salphaa ta’ee agarra. Sababnii isaas gaaffiille kunneen of gaafachuun cinqii fakkaatee waan nutty argamuuf ofin gaafadha jennuyuu of gaafanne argamuu dhiisuu dandeenya. Oggeessa falaasamaafi xiinsammuu kan ta’ee Joon Deweyi kitaaba isaa bara 1910 mataduree “How we think” jechuun maxxanse keessatti calaqee ofi ofiin (self reflection) keessatti kan nurraa eegamu tilmaama ofii keenyaaf qabnu dhiisuun wantoota akka dhufaatii isaanitti fudhachuufi sammuu ofi boqonnaa dhorkachuuf fedhii qabaachuu akka ta’e eeraa. Garuu mijachuu dhiisuu haalaa kana itti baruun gatii kan nu gaafatu ta’us gatii gaafatamne kanfaluun kan nu barbaachiseef waan ofitti amanamumma hojii fi jireenya keenya guyyuu fooyyessuf nu gargaaraniifi. Amalaa Calaqee ofi ofiin ibsachuu akka ati bartuuf jalqabii siif haa ta’uuf gaafii sagal ati guyyaa guyyaatti har’aa kaastee of gaafachuu qabdu haala armaan gadiin siif dhihaatee waan jiruuf hayyataan hordofi. ❶Har’i yoo guyyaa dhumaa an dachee irra qabu utuu ta’ee waanan har’aa hojjechuuf deemu kana niin hojjedhaan turee? Bara 2015 yeroo dhukuba kaanseriin qabamu hoji geggesaan dhaabbata Appilii kan ta’e Istiiv Jobs ebbifamtoota Istaanfordiin waggaa 33 gutuu ganama ganama of ilaalii dura dhaabbachuun gaaffii: ‘ Har’i yoo guyyaa dhumaa an dachee irra qabu utuu ta’ee waanan har’aa hojjechuuf deemu kana niin hojjedhaan turee?’ jedhu akka ofiif dhiheessu dubbatee turee. Yoo deebiin isaa “lakki” kan jedhu ta’ee guyyoottan walitti aananii jiran baay’eef jireenya isaa keessa waan sirreesuu qabu sirreesa.“Akkan dafee du’u yaadachuun koo filannowaan gurgudoo jireenya kootii fudhachuuf tooftaa giti hin barbaadamneefdha. Sababni isaas waa hunduu jechuun hamma danda’amutti keessattu tilmaamnii bakkee, kabajnii ofiif qabnu, kufaatii sodaachuun ykn qaaniin du’aa duratti waan tokkoyuu jechuu waan hin taaneef waan dhugumaan barbaachisaa ta’e akka nhojjedhuuf ana argaara.” Jechuun yaada isaa ibsate Istiiv Jobs.“Du’uuf akka deemtu yaaduun karaa baay’ee fooyya’aa sodaa waan tokko dhabuun danda’aa laata jedhanii yaaduun qabamuu keessa ittiin baanu akka ta’e niin beeka. Qullaa taatee jirtaa. Kanaaf sababa ittii onnee kee hin hordofneef hin qabduu.” ❷Ilaalcha akkamiin ofii qabaa? “gaafiin kun kan innii deemu gara amantaa ofii keef qabdu kan jechaan hin ibsimne sanaatti” jetti geggeesituufi hooggantuun marsaaritii wanleo.com kan taate Deena Varshavskaya namni jedhamtu. Haalota garaagaraa keessatti karaa irra of ilaaltu jijjiiruun gochaa kee waan jijjiruuf kun ammo gutumma gutuutti enyumma keen ii jijjiira jetti barresituun kun. “Fkn’f ofiikee akka nama hoji uumaa ta’uusa nama hin mirkaneessinitti yoo of yaadduu ta’ee, gochaan kee kan xiyyeefatu nama yadde kana yeroo taatuuf of qopheessuu irratti. Ilaalcha kee kana jijjiiruun akka nama ciminaan hojjetuutti of yaaduu enna eegaltu akka nama hojii uumuu danda’u taatetti of yaaduuf gochaa keen ii jijjiirta, eenyutti haasa’uu akka qabdus nii jijjiirtaa,akkasumas dhimoota biroolle nii jijjiirta.” Jechuun barresitee. ❸Cimminii koo inni guddaan maali? Namni maqaan isaa Garry Vaynerchuk jedhamu tokko gaafii kan of gaafachiin furtuu hojjikee akka jaallatu si godhu ta’uusa dubbataa.Akka inni ibsutti, namootni baay’een hojii isaanii kan isaan jibbaniif waan keessoo isaaniif gammachuu dhugaa kennu waan hin beekneefi jedha.“ Namootni kunneen waan yartuu irratti
إظهار الكل...
👍 16 5👏 4
Hamman argutti namootni namaa wajjin ykn addunyaa wajjin nagaa hin qabne amala wal isaan fakkeessu tokko qabu ofii isaanii wajjin nagaa hin qabani!
إظهار الكل...
👍 17 1🔥 1