cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

❤️ IYESUUS JIREENYAA BARA BARAATI ❤️

Kiristaanummaan Jireenya malee Amanta'aa miti!. 🙅 👉Amanti'itti jireenyaa kenna malee; Amantaan jireenya hin kennu🙅. 👉Amantaan kan namaatti! Amantiin kan waaqatti🤏 (Channel) kanaratti faarfannaa gagaariif dubbii Sagalee waaqaa argachuu dandeettu!🥰🫶

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
324
المشتركون
-324 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
+1030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

04:43
Video unavailableShow in Telegram
11.04 MB
💔 1
Altar Voice - Masihii 2024 JOIN: @farfannaahaaraa
إظهار الكل...
Altar Voice - Masihii 2024 @weedduu.mp34.53 MB
Beekii (Faaruu).mp315.73 MB
F_AMANUEL_TADESE_4_0910874193_AT_SABRO_STUDIO_AMBO_0911906538_2.mp38.95 MB
💔 1
Faarfannaa irra deddebi'amee caqasamee hin quufamne kana caqasaa🥰🙏
إظهار الكل...
Yadesa Shiri - Yeshua || New Oromo Protestant song 2024 ✝️JOIN: @galaanafaarfannaa
إظهار الكل...
YADESA_SHIRI_YESHUA_Ethiopian_Afaan_Oromoo_Protestant_s_1irhxJ2wyZ0.mp36.08 MB
👍 3
(Macaafa Faarfannaa 139 ) ------------ 1 Yaa Waaqayyo, ati qortee na ilaalteetta, na beektas! 2 Taa'uu koo fi ijaajjuu koo in beekta, fagoodhaas yaada koo in hubatta. 3 Ka'ee adeemuu koo fi ciisuu koos gargar in baafatta, karaa jireenya koo hundumaas keessa in beekta. 4 Utuma dubbiin afaan kootii hin ba'in, isa ani jechuuf ture hundumaa ati dur illee beekte, yaa Waaqayyo! 5 Ati karaa hundumaan naannoo kootti argamtee, harka kee ana irra qabdee jirta. 6 Wanta dinqisiisaa akkasii kana beekuun humna koo gararraa dha, anaa ol, isa bira ga'uus hin danda'u. 7 Hafuura kee duraa eessa nan dhaqa? Fuula kee duraas eessatti nan baqadha? 8 Bantii waaqaatti yoon ol ba'e, ati achi jirta! Iddoo lafa jalaa keessa yoon ciises, ati achittis immoo in argamta! 9 Ani baallee baasee akka ifa bariitti balali'ee, galaana dhidhimaa qarqara utuun qubadhee, 10 silaa achitti immoo harki kee na geggeessa, harki kee mirgaas jabeessee na qaba ture. 11 Ani, "Dukkanni ana irra haa bu'u, ifni guyyaas naannoo kootti halkan haa ta'u!" yoon jedhe, 12 dukkanni iyyuu si duratti hin dukkanaa'u, halkan akkuma guyyaa in ifa; dukkanni immoo akkuma ifaa in ta'a. 13 Keessa namummaa koo situ uume, gadameessa haadha koo keessatti situ na tolche; 14 isa ati guddaa dinqisiisaa gootee na uumteef, ani galata siif nan galcha; gochaan kee waanuma raajii ti, anis kana ba'eessa godhee nan beeka. 15 Ani dhoksaatti yommuun hojjetame, gadameessa @9[isa akka lafa gad fagootti ilaalamu]@7 keessatti yommuun tottolfame lafeen koo iyyuu si duraa hin dhokanne. 16 Nama ta'uun koo utuu hin beekamin iji kee na arge, dhaladhee barri jireenya koo lakkaa'amuu utuu hin jalqabin, guyyoonni anaaf yaadaman guutummaatti macaafa kee keessatti caafaman.
إظهار الكل...
🥰 1
Hwo do yo do
إظهار الكل...
Dase Dula_Taatee guddicha.mp37.23 MB
Yaa_Dachee_Dassee_Duulaa.mp36.12 MB
Baay'edha Danoomni Araara kee - Singer Dassee Duulaa │ ╰──⌊ @Getu_Official
إظهار الكل...
Dase Dula_Taatee guddicha.mp37.23 MB
Yaa_Dachee_Dassee_Duulaa.mp36.12 MB
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.