cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Telebirr - Afaan Oromoo

إظهار المزيد
Advertising posts
45 677المشتركون
+1124 hour
+17 يوم
-13830 يوم

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Baga gammaddan! 🎉 Teeleebirrii Suuppar Aappiin Bilisaan Haasa’uun Danda’amee Jira! teeleebirrii Suuppar Appii Ammayyaa’een bittaa fi gurgurtaa gaggeessuu,Maallaqaa akkasumas yeroo qilleensaa waliif daddabarsuu bira darbee vidiyoo,suuraa,barreeffamaa fi faayiloota bilisaan waliif qooduudhaan walitti dhufeenya hawaasummaa keessanii cimsadhaa, daldala keessan ariifachiisaa! Jireenya dijitaalaa keessan teeleebirrii ingeejiin (telebirr engage) salphifadhaa!
إظهار الكل...
👍 278 88🙏 38 29🍓 20🆒 17🥰 13🎉 11🍾 7❤‍🔥 6👏 6
Baga Ayyaana Iid Al-Faxir nagaan isin gahe! Miseensa ta'aa badhaafamaa.
إظهار الكل...
358👍 177 47🙏 46🕊 44🏆 39🍓 32🆒 18🔥 10🤗 9❤‍🔥 8
Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan! Ayyaana Gaarii! #Ethiotelecom #telebirr #RealizingDigitalEthiopia
إظهار الكل...
489👍 259 76💯 61🙏 50🔥 48🆒 43❤‍🔥 40🎉 38🍾 38🕊 37
Bakkuma jirtanii hawaalaa teeleebirriin maallaqa haala mijataan fudhadhaa kennaa %10 argadhaa! Ayyaanaaf firaa fi aantee keessan biyyoota alaa irraa karaa miiltoowwan keenyaa Hawaalaa teeleebirrii Idil-addunyaatiin maallaqni yommuu isiniif ergamu; hamma isiniif ergame %10 kennaadhaan ni argattu! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
إظهار الكل...
202👍 117❤‍🔥 36🍓 28🫡 17🆒 10 9👏 9🍾 6
Baga Geessaan! Ayyaana Qiillee sababeeffachuudhan namoota chaanaali Itiyoo telekoomif miseensa ta'aniif badhaasa kuufamaa adda addaa qophesssineerra. 🎁 5GB Internet weekly package. 🎁 1000 mins weekly voice package Join and share🔽 Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts Ethiotelecom - Afaan Oromoo ———or——— Click Here : Join all Ethiotelecom channels
إظهار الكل...
👍 593 285🏆 81🎉 58🙏 52 49🍾 45🍓 44❤‍🔥 42👏 40💋 40
Bittaa ayyaanaa keessan kan gammachuu fi bohaartiin guutame teeleebirriin raawwadhaa! Baazaarii Magaalaa Finfinfinnee giddugala Egzibiishiniitti qophaa'e seenuudhaaf adeemsa kaffaltii salphaa kana hordoftanii tikkeettii keessan karaa teeleebirri Suuppar-Aappii http://onelink.to/fpgu4m ykn *127# tiin yeroo bitattan keessaa deebii %5; akkasumas waan fedhii keessanii hanga qarshii 2500tti karaa teeleebirrii yoo bittan immoo yeroo qilleensaa fi kuufama kan ittiin bitachuu dandeessan keessaa deebii %10 ni argattu! teeleebirrii - Salphaa, Saffisaa, Mijataa fi Amansiisaa! Click here:https://t.me/+HQ8BmGcRr1kzY2I0 #Ethiotelecom #telebirr #RealizingDigitalEthiopia
إظهار الكل...
👍 343 119❤‍🔥 33🎉 31💯 29 27🍾 23🕊 20💋 20🫡 20👌 17
Tarreen maqaaa badhaafamtootaa chaanaali Telebirr - gift irraatti gadhiifamee jira. Winners 🏆 - Total 101 🔹Abdi Hailu Hundesa🔸 🔹Abdu Yimam Mumme🔸 🔹Abebe Diriba Mijena🔸 🔹Abibeker Yakub Abdule🔸 🔹Adane Gezahegn Tadesse🔸 🔹 See more... Badhaafamtoonni baga gammaddan! Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
إظهار الكل...
👍 465 202 68🆒 58🍾 43🎉 40🍓 39🙏 37🤝 35👏 32👌 32
Baankii Gadaa irraa gara teeleebirrii akkasumas teeleebirrii irraa gara Baankii Gadaatti tajaajila maallaqa daddabrsuu eegaluu keenya gammachuudhaan ibsina! teeleebirri Suppar-Aappii fayyadamaa Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
إظهار الكل...
302👍 266 162🏆 85🆒 69🙏 37🫡 32🎉 29🔥 28🕊 28😍 28
Teeleebirrii galmaa’uu fi fayyadamuu keessaniif kennaan galateeffannaa isiniif mala! Tajaajila teeleebirriif yeroo galmooftan, akkaawuntii yeroo banattan, yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn Kuufama yeroo bitattan akkasumas biyyoota alaa irraa maallaqa karaa hawaalaa idil- addunyaatiin yeroo fudhattan, kennaan isiniif arjoomama ! Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
إظهار الكل...
941👍 472🙏 145 118🍾 103🕊 90🆒 89🍓 88🔥 87👌 87❤‍🔥 86
Tarreen maqaaa badhaafamtootaa chaanaali Telebirr - gift irraatti gadhiifamee jira. 🔹 See more... Badhaafamtoonni baga gammaddan! Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
إظهار الكل...
206👍 181 143🏆 52❤‍🔥 35🍓 33👏 30🍾 29🕊 25🤝 23🫡 22