cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

muhaajirafiAnsaara❤️

Aswrwb chanaliin kana irra barnoota heddu argachu dandessan Barnot islamumma Seena sahabota Sena rasuula S.W.S fi k k.. f irra argachu dandessan isinis join share waliif godha

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
4 559
المشتركون
-324 ساعات
+3727 أيام
+1 43530 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
Garaagarumma nabi muhaamadi s a w fi yesuus kirstoosi yoo macaafni ibsu mee laala👇👇👇 Nabi muhaamadi s a w umaama hundaaf rahamata 👇👇👇👇 Al-Anbiya 21:107 وَمَآ أَرْسَلْنَٰكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَٰلَمِينَ Oromo - Ghali Apapur Apaghuna Aalama hundaaf rahmata taasifnee malee (waan biraatiif) si hin ergine. 👆👆👆 Rabbin kaa nabi muhaamadiin s a w ergeef umaama kanaaf rahamaata yaaduudhafi alahamdullilah Ani muslima❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Mee yesuus maalif ergame haa laallu 👇👇👇 Yesus ammoo, “Biyya lafaa irratti nagaa fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne. Ani nama tokko abbaa isaa wajjin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilmaa amaatii ishee wajjin walitti naquudhaaf dhufeera. ” Maatewos 10:34-35 👆👆👆👆 Macaafni haala kanaan yesuus kirstoosi ibsa yesuus Akka balaa lafa kanatti fiduuf dhufe beekkamadha😢 Warroni ilmaan falasxeen fixaa jiraan irra heddun Jara fakkatu😢😢😢 Kirstaanumnan hundeen isii shororkeessumma irratti ijaaramte😢 Islaam salaam❤️❤️❤️ By Ibnu adinaani❤️ Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3902Loading...
02
Yesuus kirstoosi waan Rabbin isaa barsiise qofa beeka👇👇👇👇👇 Muka harbuu tokko karaa bukkeetti argee, gara isaatti yommuu gore baala duwwaa malee, homaa irraa hin arganne. Kanaaf mukichaan, “Bara baraan iji si irraa hin argamin!” jedhe; kana irratti harbichi achumaan goge. Maatewos 21:19 Borumtaas isaan Bitaaniyaadhaa yommuu ba'an Yesus in beela'e. Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, ija irraa argadha laataa? jedhee dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee baala malee waanuma tokko irraa dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre. Maarqos 11:12-13 Yesus yommus mukichaan, “Homtinuu deebi'ee ija si irraa hin nyaatin bara baraan” jedhe; bartoonni isaas kana jechuu isaa dhaga'an. *13 Luq 13:6 *14 11:20 Maarqos 11:14 Yesuus kirstoosi osoo muka kana bira hin gahin waanuma tokko hin beeku ture Akka gabaasa maraqoositti immo yesuus beelaa'e muka kanarra argadha laata jedhe bira shakkitin dubbate ajaaiba.👇👇👇👇 1 waaqni ni shakka?? 2 waaqani ni beelaa'a??? 3 erga mukarra waa dhabee maaf abaara hin eebbisu?? 4 silaafu yesuus waanuma hundayyu gochu dandaha jettani maalif firee itti gochu diide mukaatti tanatti??? Rabbin nama dhuga barbaadu haa qajeelchu❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 By Ibnu adinaani❤️❤️ Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3900Loading...
03
"Macaafa qulqullu keessatti osoomaa baatirinu kaa barbaadamu tahe bakka yesuus itti Ani waaqa naa waaqessa jedhu hin gartani" Mua'az Awwal @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
2880Loading...
04
"milkin duniyaa fi Akiiratti ati argatu sabaaba towhiidati" "Kasaaran ati duniyaa fi Akiiratti kasaartu sabaaba shirkiti" Nama towhidaan milkaahu nuu haa taasiisu @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3050Loading...
05
Yesuus kirstoosi Rabbin tokkochatti amanaa ture👇👇👇👇👇 Yesus deebisee, “Inni hundumaa irra caalu, ‘Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. ” Maarqos 12:29 👆👆👆 Waaqayyo yesuus waaqessu koopha isaa Akka goofta tahe yesuus afaanbofootin dubbate jira. “Yaa barsiisa, seera keessaa abboommiin inni hundumaa irra caalu isa kam?” jedhe. Yommus Yesus deebisee, “‘Waaqayyo kee goofticha garaa kee guutuudhaan, jireenya kee guutuudhaan, yaada kee guutuudhaanis jaallachuutu siif ta'a’. Abboommiin hundumaa irra caalu inni duraa isa kana. Abboommiin inni lammaffaan akkuma isa duraa ti; ‘Nama akka mataa keetiitti jaallachuutu siif ta'a’. Seerrii fi barsiisi raajotaa hundinuu abboommii kana lamaan irra dhaabatanii jiru” jedheen. *37 Kes 6:5 *39 Lew 19:18; Rom 13:9; Gal 5:14 *40 Rom 13:10 Maatewos 22:36-40 👆👆👆 Nabiyyooni/raajonni hunduu Rabbin tokkocha Akka tahe barsiisaa turaanidha. Warri yesuusin waaqessu Kuni yesuus ofi isaatifu waaqa waaqessu qaba akkamitti yesuusin waaqessu??? An-Nahl 16:36 وَلَقَدْ بَعَثْنَا فِى كُلِّ أُمَّةٍ رَّسُولًا أَنِ ٱعْبُدُوا۟ ٱللَّهَ وَٱجْتَنِبُوا۟ ٱلطَّٰغُوتَۖ فَمِنْهُم مَّنْ هَدَى ٱللَّهُ وَمِنْهُم مَّنْ حَقَّتْ عَلَيْهِ ٱلضَّلَٰلَةُۚ فَسِيرُوا۟ فِى ٱلْأَرْضِ فَٱنظُرُوا۟ كَيْفَ كَانَ عَٰقِبَةُ ٱلْمُكَذِّبِينَ Oromo - Ghali Apapur Apaghuna Dhugumatti, Nuti “Rabbiin gabbaraa; taabota (gabbaruu) irraas fagaadhaa” (jechuun) ummata hunda keessatti ergamaa erginee jirraIsaan irraa nama Rabbiin isa qajeelchetu jiraAmmas isaan irraa nama jallinni isa irratti mirkanaa’etu jiraDachii keessa deemaatii booddeen sobsiiftotaa akkam akka ta’e ilaalaa Al-Anbiya 21:25 وَمَآ أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ مِن رَّسُولٍ إِلَّا نُوحِىٓ إِلَيْهِ أَنَّهُۥ لَآ إِلَٰهَ إِلَّآ أَنَا۠ فَٱعْبُدُونِ Oromo - Ghali Apapur Apaghuna (Yaa Muhammad!) Si dura ergamaa irraa tokkoyyuu “Ana malee dhugaan gabbaramaan hin jiru; kanaafuu Ana (qofa) gabbaraa” jechuun wahyii gara isaatti buufnu malee hin ergine 👆👆👆👆 Nabiyyooni hundi isaanitu Rabbin tokkocha Akka tahe barsiisaa kan turaniidha. Rabbin nama tokkochuma rabbitti amanu nuu haa taasiisu By Ibnu adinaani❤️❤️ Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
2950Loading...
06
Rabbin tokkocha yesuus kirstoosi Ergama Rabbi tokkochaatti.👇👇👇 Si Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti. Yohannis 17:3 Dhuguma, dhuguman isinitti hima, dubbii koo dhaga'ee isa ana ergetti kan amanu jireenya bara baraa qaba; inni du'a keessaa gara jireenyaatti darbee malee, gara firdii hin dhaqu. Yohannis 5:24 Yesus itti dabalee, “Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee. ” Yohannis 5:30 Yesus sagalee isaa guddisee, “Namni anatti amanu, isa ana erge sanatti amana malee, anatti amana miti; ” Yohannis 12:44 Isa irratti Yesus utuu mana qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol fudhatee, “Dhuguma ana beektu, nama eessaa akkan ta'es in beektu. Ofiin hin dhufne, inni ana erge jira; inni amanamaa dha, isin immoo isa hin beektan. Ani garuu isa biraa nan dhufe, isatus na erge; kanaafis isa nan beeka” isaaniin jedhe. Yohannis 7:28-29 👆👆👆👆 Yesuus kirstoosi eenyutu erge??? Yoo yesuus waaqa jettan waaqni ni Ergama???? Yesuus Ani ergamaadha jeedha kirstaanooni maaf waaqa jeettun??? Moo yesuustu kijibe???? Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3201Loading...
07
Si Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti. Yohannis 17:3 👆👆👆👆👆 Guyya bori waa'e kanaa waliin laalla inshallah Rabbin tokkocha tahuufi yesuus kirstoosi Ergama Rabbi tahuu isaa kan waliin laallu taha Namni Rabbi tokkochatti amane yesuus kirstoosi Ergama Rabbi tahuu isaa amane jannata Akka argatu yohannis 17:3 irra kan jiru nuuf mirkaaneessa alahamdullilah Ani warra rabbi tokkochatti amane yesuus kirstoosi Ergama Rabbi tahuu isaa kan amanuudha 👇👇👇👇👇👇👇 An-Nisa' 4:171 يَٰٓأَهْلَ ٱلْكِتَٰبِ لَا تَغْلُوا۟ فِى دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا۟ عَلَى ٱللَّهِ إِلَّا ٱلْحَقَّۚ إِنَّمَا ٱلْمَسِيحُ عِيسَى ٱبْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ ٱللَّهِ وَكَلِمَتُهُۥٓ أَلْقَىٰهَآ إِلَىٰ مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِّنْهُۖ فَـَٔامِنُوا۟ بِٱللَّهِ وَرُسُلِهِۦۖ وَلَا تَقُولُوا۟ ثَلَٰثَةٌۚ ٱنتَهُوا۟ خَيْرًا لَّكُمْۚ إِنَّمَا ٱللَّهُ إِلَٰهٌ وَٰحِدٌۖ سُبْحَٰنَهُۥٓ أَن يَكُونَ لَهُۥ وَلَدٌۘ لَّهُۥ مَا فِى ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَمَا فِى ٱلْأَرْضِۗ وَكَفَىٰ بِٱللَّهِ وَكِيلًا Oromo - Ghali Apapur Apaghuna Yaa abbootii kitaabaa! amantii keessan keessatti daangaa hin dabrinaa; Rabbi irrattis dhugaa malee hin haasa’inaaIlmi Maryam, Masiih, Iisaan ergamaa Rabbiiti; jecha Isaa (ta'i jedhu) kan Inni gara Maryam darbeedhaRuuhii (uumaa) isaa irraa ta'eedhaRabbiifi ergamtoota Isaattis amanaa“Rabbiin sadihi” hin jedhinasIsarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (ta'aa)Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofaInni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’eWantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan IsaatiHirkoodhaafis Rabbiin qofti ga’aadha. By Ibnu adinaani❤️❤️ Share 👇👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3191Loading...
08
👆👆 Waa'e kanaa ilaalle mee kirstaanoota gaafi haa gaafanu👇👇👇 gooftaan tokko, amantiin tokko, cuuphaan tokko. Efesoon 4:5 👆👆👆 1 smantiin takkattin tuni tami???? 2 kirstaana moo ?? Ortodoksidha moo?? Pheexeedha?? Amantoota kaanin waaqayyo fi yesuus ni beeku??? Yoo eeyyan ni beeku jettan ragaan keessan maali??????? Namooni tokko tokko kirstaana jechuun duuka buutu yesuus kirstoosi jedhu gaafin keenya asitti yesuusitti namni naa duuka buutan kirstaana jeedha moo ofii keessani jettani ??????? Moo waqayyottu namni yesuusin duuka buutan kirstaana jedhee??? Wani hubatamu qabu macaafa keessatti bakka takkattin kirstaana amantiidha kaa jedhu hin jiru . 🙏🙏🙏🙏🙏🙏 By Ibnu adinaani❤️ Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3121Loading...
09
{ إِنَّنِيٓ أَنَا ٱللَّهُ لَآ إِلَٰهَ إِلَّآ أَنَا۠ فَٱعۡبُدۡنِي وَأَقِمِ ٱلصَّلَوٰةَ لِذِكۡرِيٓ } [Surah Ṭā-Hā: 14] Dhugumatti, Ani Allaahdha; Ana malee dhugaan gabbaramaan hin jiru! Ana gabbariYaadannoo kiyyaaf salaatas seeraan salaati.
3162Loading...
10
Al-Isra' 17:81 وَقُلْ جَآءَ ٱلْحَقُّ وَزَهَقَ ٱلْبَٰطِلُۚ إِنَّ ٱلْبَٰطِلَ كَانَ زَهُوقًا Oromo - Ghali Apapur Apaghuna “Dhugaan dhufe; sobni dhabameDhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.
3451Loading...
11
Islaammuma haala kanaan 👇👇👇 1 Amantaa Rabbin mooggase tahuu isii 2 Amantaa Rabbin biraatti fudhatama qabdu tahuu isii 4 Rabbin Amantaa islaama malee qeebalu dhabuu isaa 5 Rabbin islaama tahaa jechuu isaa 6 islaammuman Amantaa nabiyyota hundaa tahuu isii 7 Amantaan ittin jannata argatan islaammuma male kaa biraa Akka hin jirre beekuudha Kaniin hundayyu beekuun dirqama nama islaammuma hordofuuti ❤️❤️❤️ Share 👇👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
3342Loading...
12
قُلْ أَفَغَيْرَ ٱللَّهِ تَأْمُرُوٓنِّىٓ أَعْبُدُ أَيُّهَا ٱلْجَٰهِلُونَ (Yaa Muhammad!) “Yaa wallaaltotaa! Sila Rabbiin ala (waan biraa) gabbaruutti na ajajjuu?” jedhi. [39:64] وَلَقَدْ أُوحِىَ إِلَيْكَ وَإِلَى ٱلَّذِينَ مِن قَبْلِكَ لَئِنْ أَشْرَكْتَ لَيَحْبَطَنَّ عَمَلُكَ وَلَتَكُونَنَّ مِنَ ٱلْخَٰسِرِينَ Dhugamatti, gara keetiifi gara warra si dura turaniittis “yoo Rabbii wajjiin waan biraa gabbarte dalagaan kee ni bada; warra hoonga’an irraas taata” jechuun wahyiin buufameera. [39:65] بَلِ ٱللَّهَ فَٱعْبُدْ وَكُن مِّنَ ٱلشَّٰكِرِينَ Rabbiin qofa gabbari; galateeffattoota irraas ta’i. [39:66] الحمد الله على نعمة الإسلام
3801Loading...
13
Yesuus:- "Ani ofiin hin dhufne, inni ana erge jira'' jedhee lallabaa ture. Inni Yesuusiin erge eenyu laata? Yohannis:- 7:28-29 "እየሱስ በቤተመቅደስ አደባባይ ሲያስተምር ድምፁን ከፍ አድርጎ እንዲህ አለ፤ (አዎን፤ እኔን ታዉቁኛላችሁ፤ ከየት እንደሆንሁም ታዉቁላች፤፤ እኔ እዚህ ያለሁት በገዛ ራሴ አይደለም፤ ነገር ግን የላከኝ እርሱ እዉነትኛ ነዉ፤፤ እናንተ አታዉቁትም፤ እኔ ግን ከእርሱ ዘንድ ስለሆንሁ፤ እርሱም ስለላከኝ ዐዉቀዋለሁ" "Isa irratti Yesuus mana qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol fuudhatee, “dhuguma ana beektu, nama eessaa akkan ta’es ni beektu, ofiin hin dhufne, inni ana erge jira, inni amanamaadha, isin immoo isa hin beektan. Ani garuu isa biraa nan dhufe, isatu na erge; kanaafis isa nan beeka” isaanii jedhe" Yesuus; Yeroo waa’ee Waaqayyo barsiisu; “nama eessaa akkan ta’es ni beektu” jedhe. inni ofiin “nama” jedhe. 👉. Kiristaanotni fi pirootestanotni keyyata kana maaliif faalleessu?❓ ✍. kiristaanonni garuu Yesuusiin “Waaqayyo” jedhani. Kanaafuu dubbiin jaraa wal faalleessa. Ammas Yesuus “An eessaa akkan dhufe ana beektu, ofiin hin dhufne” jedhe. 👉. kana jechuun isaa Waaqayyo irraa ergamee dhufuu isaa hin ibsuu?❓ ✍. Kanas ifa gochuuf, “Inni ana erge jira” jedhe. Ani bakkan jiru kana ofii koo hin fudhanne. Inni ana erge “amanamaadha” jedhe. Yesuus, “Isin garuu isa hin beektanu” jedhe. 👉. Edaa! Kiristaanotni fi pirootestanotni Kanaaf, Waaqayyo wollaalanii?❓ keeyyata biraa keessattis, “namni abbaa ijaan arge, sagalee isaa kan dhagahes hin jiru” jedha. Kan itti amanamuu qabu, Waaqayyo isa ijaan hin muldhanne fi isa sagaleen isaa hin dhagamne sana ta’uu qaba. "An waanan isa biraa dhufee fi innis waan na ergeef isa nan beeka” jedhe. Bifa kanaan, sadarkaa argate, kennaa Waaqayyotiin argachachuu fi ergamaa ta’uu ibse. 👉. Yesuus osoo Waaqayyo ta’ee, “isatu na erge” ni jedhaa?❓ ✍. Yohannis; keyyata kana yeroo barreessu, Yesuus ergamaa ta’uu malee Waaqayyo ta’uu hin beeku. Sababni isaas; bakka hedduutti ilma namaa, nabiyyii fi ergamaa jechuun kaa’eera. 👉. Ergamuun hojii Waaqayyotii? 👉. Gaafa ergamuun hojii Waaqayyo ta’e, erguun hojii eenyuu ta’a?❓ Kanaaf; Yesuus ilma namaati. Ergamaa Waaqayyooti. https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d 👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate 👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa 👉 Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
4933Loading...
Garaagarumma nabi muhaamadi s a w fi yesuus kirstoosi yoo macaafni ibsu mee laala👇👇👇 Nabi muhaamadi s a w umaama hundaaf rahamata 👇👇👇👇 Al-Anbiya 21:107 وَمَآ أَرْسَلْنَٰكَ إِلَّا رَحْمَةً لِّلْعَٰلَمِينَ Oromo - Ghali Apapur Apaghuna Aalama hundaaf rahmata taasifnee malee (waan biraatiif) si hin ergine. 👆👆👆 Rabbin kaa nabi muhaamadiin s a w ergeef umaama kanaaf rahamaata yaaduudhafi alahamdullilah Ani muslima❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Mee yesuus maalif ergame haa laallu 👇👇👇 Yesus ammoo, “Biyya lafaa irratti nagaa fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani billaa fiduufan dhufe malee, nagaa fiduudhaaf hin dhufne. Ani nama tokko abbaa isaa wajjin, intala haadha ishee wajjin, haadha manaa ilmaa amaatii ishee wajjin walitti naquudhaaf dhufeera. ” Maatewos 10:34-35 👆👆👆👆 Macaafni haala kanaan yesuus kirstoosi ibsa yesuus Akka balaa lafa kanatti fiduuf dhufe beekkamadha😢 Warroni ilmaan falasxeen fixaa jiraan irra heddun Jara fakkatu😢😢😢 Kirstaanumnan hundeen isii shororkeessumma irratti ijaaramte😢 Islaam salaam❤️❤️❤️ By Ibnu adinaani❤️ Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
إظهار الكل...
👍 4
Yesuus kirstoosi waan Rabbin isaa barsiise qofa beeka👇👇👇👇👇 Muka harbuu tokko karaa bukkeetti argee, gara isaatti yommuu gore baala duwwaa malee, homaa irraa hin arganne. Kanaaf mukichaan, “Bara baraan iji si irraa hin argamin!” jedhe; kana irratti harbichi achumaan goge. Maatewos 21:19 Borumtaas isaan Bitaaniyaadhaa yommuu ba'an Yesus in beela'e. Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, ija irraa argadha laataa? jedhee dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee baala malee waanuma tokko irraa dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre. Maarqos 11:12-13 Yesus yommus mukichaan, “Homtinuu deebi'ee ija si irraa hin nyaatin bara baraan” jedhe; bartoonni isaas kana jechuu isaa dhaga'an. *13 Luq 13:6 *14 11:20 Maarqos 11:14 Yesuus kirstoosi osoo muka kana bira hin gahin waanuma tokko hin beeku ture Akka gabaasa maraqoositti immo yesuus beelaa'e muka kanarra argadha laata jedhe bira shakkitin dubbate ajaaiba.👇👇👇👇 1 waaqni ni shakka?? 2 waaqani ni beelaa'a??? 3 erga mukarra waa dhabee maaf abaara hin eebbisu?? 4 silaafu yesuus waanuma hundayyu gochu dandaha jettani maalif firee itti gochu diide mukaatti tanatti??? Rabbin nama dhuga barbaadu haa qajeelchu❤️❤️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 By Ibnu adinaani❤️❤️ Share 👇👇👇 @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
إظهار الكل...
"Macaafa qulqullu keessatti osoomaa baatirinu kaa barbaadamu tahe bakka yesuus itti Ani waaqa naa waaqessa jedhu hin gartani" Mua'az Awwal @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
إظهار الكل...
🥰 1
"milkin duniyaa fi Akiiratti ati argatu sabaaba towhiidati" "Kasaaran ati duniyaa fi Akiiratti kasaartu sabaaba shirkiti" Nama towhidaan milkaahu nuu haa taasiisu @MuhaajirafiAnsaara @MuhaajirafiAnsaara
إظهار الكل...
7

3