cookie

ู†ุญู† ู†ุณุชุฎุฏู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท ู„ุชุญุณูŠู† ุชุฌุฑุจุฉ ุงู„ุชุตูุญ ุงู„ุฎุงุตุฉ ุจูƒ. ุจุงู„ู†ู‚ุฑ ุนู„ู‰ "ู‚ุจูˆู„ ุงู„ูƒู„"ุŒ ุฃู†ุช ุชูˆุงูู‚ ุนู„ู‰ ุงุณุชุฎุฏุงู… ู…ู„ูุงุช ุชุนุฑูŠู ุงู„ุงุฑุชุจุงุท.

avatar

๐Ž๐Ÿ ๐“๐€'๐ˆ ๐˜๐Ž๐Ž๐Œ๐ˆ๐˜๐˜๐”๐”

Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.

ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ู…ุฒูŠุฏ
ูู†ู„ู†ุฏุง3 195ู„ู… ูŠุชู… ุชุญุฏูŠุฏ ุงู„ู„ุบุฉุงู„ู…ุฏูˆู‘ู†ุงุช65 844
ู…ุดุงุฑูƒุงุช ุงู„ุฅุนู„ุงู†ุงุช
221
ุงู„ู…ุดุชุฑูƒูˆู†
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช24 ุณุงุนุงุช
ู„ุง ุชูˆุฌุฏ ุจูŠุงู†ุงุช7 ุฃูŠุงู…
+130 ุฃูŠุงู…

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

ู…ุนุฏู„ ู†ู…ูˆ ุงู„ู…ุดุชุฑูƒ

ุฌุงุฑูŠ ุชุญู…ูŠู„ ุงู„ุจูŠุงู†ุงุช...

I am ๐„๐ฅ๐ข๐š๐ฌ ๐ค๐š๐š๐ฌ๐š๐ก๐ฎ๐ง on TikTok. To download the app and watch more videos, tap: https://vm.tiktok.com/ZM658y3qc/
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
Photo unavailableShow in Telegram
Bishaan darbuuf deemu sin nyaatin nun nyaatini ya firaa GUYYAA darbuuf deemuuf hin darbiin of egii hadaraaโค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’šโค๏ธโค๏ธโค๏ธ Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 3
Oduu Dinqii! Shamarri dhiira kamii wajjin iyyuu wal quunnamtii saalaa hin goonee jette altokkotti ijoollee 11 deesse. Lammiin Jamaayikaa kun Meerii Laamberti kan jedhamtu yoo ta'u, umuriin ishee ganna 17 dha. "Hiriyaa dhiiraa kiyya waliin yeroon waggaa 14 jaalala kan eeggalle tahus hanga ammaatti wal quunnamtii goone hin qabnu." Kan jette Meeriin, "akkuma namoota hedduu raaje anaanis waan kun na dinqeera." Jetti. Haa ta'u malee ogeessoonni da'umsaa ishee gargaaraa turan dubbishee cimsanii mormaniiru. Daa'imman kunis abbaa malee hin dhalanne. Harmeen Meerii garuu, "mucaa koo nan amana, dhuguma waan akkasii hin gootu." Yoo jedhan dhaga'amaniiru. Ammatti isheenis mucaanshees fayyaa gaarii irra jiru jedhame. What a generation? ๐Ÿค”    Akkamitti ta'a garuu kun? Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 3
...Kunis akka hojjechiiftuun koo sun qorannoo Intala sanatti cimsitu na gargaare. Hojjettuttiin sunis akka dubbichi gara isheetti adeemu hubachaa waan dhufteef turtii Ji'a Afurii booda qabeenyaa jaraa duraa saamtee manaa baddi. Yeroo kana suura ishee bakkoota adda addaatti maxxansuun Poolisiin barbaadamtee buufata Xiyyaaraatti qabamtee gara buufata Poolisiitti geeffamtee yeroo qoratamtu hinaaffaa irraa kan ka'e daa'ima illee akka miite hunduma isaa dubbatte. Hidhamee turtii waggaa tokkoof jiโ€™a tokkoo booda utuun mana adabaa keessa jiruu, torban darbe keessa na waamanii akkan ba'u natti dubbatan. Maatiin sunis dhufanii dhiifama na gaafatanii gara biyyaatti na geggeessan jetti. Argitanii garraamummaa isheetiin mucaa kufee jiru qabdee utuu du'a ta'ees hammuma kana. Haa ta'u malee Waaqayyo warra isa amanatan gonkumaa hin gatu. Tarii rakkoo adda addaa keessa kan jirtan, waan hin balleessiniin adabamaa kan jirtan, dhugaan keessan dhokatee fakkeessitoonni isin dursaa kan jiran, nama itti iyyattan kan wallaaltan, waan gootan wallaaltanii jireenyi bitaa isinitti galee kan jiru Waaqayyo Abbaa murtii qajeelaa jalaa homtuu hin dhokatu. Guyyaa tokko isinis dhuga baatuu taatuu jabaadhaa jechuun dhaamsa koo xumuraa ti ! Zelalem Waktola Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ž๐Ÿ ๐“๐€'๐ˆ ๐˜๐Ž๐Ž๐Œ๐ˆ๐˜๐˜๐”๐”

Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf

https://t.me/OTYoom

YKN

https://facebook.com/groups/837559630100644/

Yaadaafi gaaffiif

https://t.me/vipotyg

ykn @otygek_bot join godha.

๐Ÿ‘ 1
Waggaa tokkoo oliif Maatii fi Hiriyoota ishee duraa baddee yaaddoo guddaa keessa galchitee kan turte Haadha Wabii maaltu mudate ??? Itti dhiyaadhaa... Maqaan ishee Burtukaan Mallasaa jedhama. Waggaa lama dura akkuma nama kamiiyyuu hojjettee of jijjiiruuf biyyoota Arabaa keessaa gara biyya #Baharen imalte. Gaafan imalee jedhu maatiin biratti ramadamee hojjedhuu wajjin baay'een waliif galee ijoolleen maatii kanaa illee hedduu na jaallatanii jetti Burteen. Sababa kanaafis miindaa koo yeroon naaf kaffalu baay'ee na kabaju jetti. Haaluma kanaan utuu jirruu ji'a saddeet booda maatiin sun hojiin manichaa nama dabalataa waan barbaachiseef Intala Biyya Filippiinsi tokko fidanii na biratti dabalan. Hojjettuun kun gaafa galtu Maatii fi ijoolleen mana sanaa jaalala guddaa waan naaf qabaniif hinaaffaa hamaa keessa galte; yaaliiwwan jireenya koo miidhan tokko tokkos narratti geggeessuu jalqabde jettiin. Gaaf tokko garuu waan addaa tokkotu na mudate. Innis turtiin Passport kootii waan xumurameef, Hojjechiiftuu (Madam) koo waliin ta'uun gara bakka Passport'n itti haareffamuutti deemnee fuunee deebinee yeroo manatti dhiyaannu Hojjechiiftuun koo sun gara Hojjettuu ishee mana jirtu sanaatti bilbiltee "Ati ijoollee nyaata nyaachisi, Burtukaan immoo dhuftee haa raffiftuu jettee hojiif gara biraatti deemte. Anis mana bira yeroon ga'e gamoo sadaffaa irratti waanan amanuu hin dandeenye tokkon arge jetti. Innis daa'imti waggaa Afurii gamoo Sadaffaa irra dhiigaan makamee ciisa jettiin. Yeroo kana ani fiigee dhaqeen mucaa kana oliif gadi qabee ilaalaa bilbila koo fuudheen hojjechiiftuu (Maadaamii) kootti bilbile jettiin. Yeroo kana edaa Intalli Filippiinsi sun gamoo arfaffaa irra dhaabattee bilbila isheetiin yeroon mucaa qaqqabu viidiyoo na waraabaa turte jetti. Kana gidduutti hojjechiiftuun koo dhuftee waliin mucaa bakka jiruu kaafnee gara Hospitaalaatti geessine. Utuu nuti achi jirruu Intalli manatti hafte sun viidiyoo na waraabaa turte sana Abbaa manaa mana sanaaf ergitee akka waan ani mucaa sana balaaf saaxileetti itti himte. Abbaan manaa ofii isaatii Poolisii dha; Innis Viidiyoo sana fudhatee aarii guddaadhaan guutamee ariitiin gara Hospitaala nuti keessa jirruu dhufee, dhiirri dubartii rukutuun hin eyyamamu waan ta'eef Hojjechiiftuu koo sanatti Viidiyoo sana argisiisee akka waan ani mucaa sana miidheetti ishee hubachiise jetti. Isheenis galagaltee kaballaa hamaa na kabaltee akka isaan ija ishee duraa na fuudhanii deeman dubbatte jetti Burteen. Achumaan gara mana adabaatti na geessan; achittis reebichaa fi dararama tokko tokko narraan ga'aniiru jetti. Sana booda viidiyoo sana ragaa godhachuudhaan hidhaa waggaa kudhanii natti murteessanii na hidhan. Murtiin hidhaa waggaa kudhanii kun gaafa natti murtaa'u filannoowwan lamatu naaf ka'ame jetti Haati Wabii. Waggaa kurnan kana keessatti daa'imni kun yoo duute atis ni ajjeefamta yoo bayyaannattee fayyite garuu waggoota kurnan kee xumurtee baata naan jedhan jetti. Achumatti hidhamee utuun jiruu daa'imni sun xiqqoo akka of baruu taanaan, Poolisootni yakka sana hordofaa turan "Kan si kuffise ishee kana mitii?" jedhanii suura koo yeroo itti argiisan ana akka hin taane dubbate. Dabalataan ani hidhamee ji'a torba booda, hojjettuun daba kana narratti raawwatte sun utuu isheen bilbila isheetiin bilbilaan hiriyoota isheetti haasoftuu Hojjechiiftuun koo sun dhageessi. "Manan galee jiru kana keessatti daa'ima isaanii duraa kuffiseen akka waan mucayyoon lammii Itiyoophiyaa tokko kuffifteetti viidiyoo waraabeen ishee hiisise" jettee dubbatte. Kana irratti Maadaamiin koo sun Macaafa Qulqulluu koo qabattee gara mana adabaa sana dhuftee waan dhageesse sana natti himtee, "Ammas Macaafni ati itti amantu kun yoo ati dhugaa qabaatteef dhugaa kee siif haa baasu!" Naan jettee Macaafa koo naaf kennitee deemte; sana irratti akka lubbuun koo oolu bareen xiqqoo hafuurri natti deebi'e jetti...
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ‘ 1
#Oduu_Gaddaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruu Ganda #Baroo keessatti #dirooniin lubbuu namoota nagaa 8 yoo ajjeesu, namoonni 2 ammoo miidhaa cimaan miidhamaniiru. Gochi akkanaa kun duguuggaa sanyii(genocide) ummata irratti raawwachuudha . Namoota ganama har'aa #haleellaa_diroonii kanaan lubbuun isaanii darbe: 1. Obsaa Tarreessaa 2.Dhugasaa Waakkannee 3. Guddataa Fiixee 4. Taadduu Mangashaa 5. Bayyanaa Xiiqii 6.Daammanaa Likkaasaa 7.Habtaamuu Nigaatuu 8.Abiree Kanneen madaa'uun lubbuun keessa jiru immoo. 1. Sintaayyoo Taakkalaa 2. Shittoo Imiruu fa'a. ๐Ÿ‘‰Mootummaan haleellaa dirooniin ummata nagaa ajjeesuu dhaabuu qaba.Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.https://t.me/OTYoom
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
    โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ” Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.    โ”โ”โ”โ”โโœฐ โœฐโโ”โ”โ”
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ž๐Ÿ ๐“๐€'๐ˆ ๐˜๐Ž๐Ž๐Œ๐ˆ๐˜๐˜๐”๐”

Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf

https://t.me/OTYoom

YKN

https://facebook.com/groups/837559630100644/

Yaadaafi gaaffiif

https://t.me/vipotyg

ykn @otygek_bot join godha.

๐Ÿ‘ 3
Barataa tokkotu ture. Abbaaf haadha waan hin qabneef nama isa gargaaru dhabee ofumaa barataas ofi gargaara ture. Yeroon isaa ganna waan tureef hanga manni baruumsaa banamuuf waan tokko tokko daldalee qarshii walitti funaannatee baruumsatti deebiuuf yaade. Guyyaa tokko akka tasaa taee gaazexaa gurguruuf qabatee magaala keessa deemuu eegale. Haatauu malee guyyaa sana gaazexicha namni isarraa bitu hin turre. Guyyaa guutuu naannawaa oolee garmalee beelawe. Fala barbaadee waan godhu yeroo dhabu mana namaatti goree duuu irra nyaata kadhachuuf murteesse. Mana nama tokkootti yeroo deemee balbala rukutu intalli takka dhuftee balbala jalaa bantee maali barbaadde obboleessoo ittiin jette. Innis waan akkasii gaafachuun jalqaba waan itti taeef nyaata naaf kennaa jechuu dhiisee mee bishaan bishaan dhugaatii naaf kennitaa ittiin jedhe. Isheen takka dhaabbattee fuula isaa ilaalte. Maatiin ishees hedduu nama qabeenya qabu hin turre. Gara manaatti oli deebitee nyaata mana keessaa dhabde. Haatauu malee, bishaan inni gaafate osoo hin tain Aannan qabdee dhufteef. Inni rifatee ani bishaan jedhe maaliif aannaniif dirqamte? jedhee, meeqa siif haa kafalu jedhee gaafate? Isheen lakki waan tokkoyyuu hin kafaltu maatiin keenya rakkannuyyuu waan qabnuun nama akka keenya rakkataa gargaaruu gaafa daaimummaa irraa jalqabee na barsiiseera ittiin jette.Innis tole galatoomi jedhee hedduu galateeffatee biraa deeme. Erga turaanii bara 10 lakkaawanii booda mucichi baratee doktora ta`eera. Gaafa tokko isaa guyyaa hojii irraa boqonnaa irra jiruu hospitaala inni keessatti hojjatuu bilbilli bilbilameef. Ergaan bilbilaa akkas jedha ture maaloo maaloo ammaa kanaaf ogeessi baqaqsee hodhuu dandaโ€™u nu bira hin jiru waan taโ€™eef adaraa lubbuu namaa baraari ittiin jedhan. Kana booda innis garmalee ariifachaa gara hospitaalichaa deemee, oli galee dafee uffattee gara kutaa surgery seene. Yeroo seenu waan addaa tokko arge. Intalti gaafa sana aannan kenniteef dha kan duโ€™aaf jireenya jidduu turte. Ishee baqaqsee hodhee turtii guyyaa muraasa booda ofi barte. Eessa akka jirtu yaaduu jalqabde. Gaafa ofi ilaaltu baqaqxee hodhamuu agarte. Doktorichi dhufee gaafachuu eegale. Isheen isa tasuma hin yaadatne. Garuu doktor waan si gaafadhu qaba jetteen imimmaan dhangalaasaa. Maal maaltaate jedhee gaafate. Ani maatii hiyyeessa irraa dhaladhe, abbaan koo dhiyeenya kana adunyaarraa boqate.Anaa miti maatiin koo takkaa hospitaala guddaa akkanaa seennee yaalamee hin beeku. yoo dhibamnes mana yaalaaf mana qorichaa xixinnoo irraa dawaa bitanna malee. Amma harmee koottu mana abbaa qabeenyaa qulqulleessaa nu guddisaa jira. Kanaafuu baasii kana akka suuta jedhee kafalu naaf eeyyami ittiin jette. Innis dhageffatee mee maalumaafuu xalayaa mana baajataa irraa siif haa ergamuu deemii gali jedheen. Guyyaa muraasa booda Xalayichi ergameefii banuu sodaatte. Qarshii ani jireenya koo keessatti kafaluu hin dandeenye taโ€™uu Mala jettee yaadde haa sodaattu malee xalayicha banuuf dirqamte. Yeroo bantu xalayichi akkas jedha. Hunda dura fayyitee sadarkaa kana gahuuf rabbiif galata. Nuti hunduu eessaa kaanee eessa akka geenyu hin beeknu. Yaala keetiif gatii bahe tilmaamneerra. Sitti himuuf ni ulfaata. Haataโ€™uu malee, ni yaadatta yoo taโ€™e guyyaa tokko barataan gaazexaa gurguru tokko dhufee bishaan si gaafatnaan, aannan kenniteef. Ati na dagattus ani akkuma argeen si bare. Ani mucaa gaafa sanaati. Anumaa sanatu doktora harโ€™a rabbiin wajjiin siyaale taโ€™e. Takkaa akka guyyaa sanaa beelawee, dheebodhees hin beeku. Osoo ati aannan sana naaf hin keennin haftee ani duโ€™uus ni dandaโ€™a ture. Atis waan qabduun duโ€™arraa na baraarteetta, anis waan qabuun duโ€™arraa si baraaruuf yaaleera. Qarshiin kee guutuun aannan burcuqqoo tokkoo ati gaafa sana naaf kenniteen bakka buโ€™eera. Hunda isaa sirraa kafaleera , womaa hin yaadin, rabbi si haa fayyisu ittiin jedhe. Isheen gaddaaf gammachuun itti Wal makee imimmaan dhangalaaste. Join โ’โ”ƒโ Share โ’โ”ƒReact โ’โ”ƒ Comment
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ÿ”—NAMOOTA MIIDIYAALEE HAWAASAA GURGUDDAA ADDUNYAA KANAAF GUMAACHAN MAAQAA ISAANII WALIIN๐ŸŒ ๐Ÿท. ๐บ๐‘œ๐‘œ๐‘”๐‘™๐‘’โ€” ๐™ป๐šŠ๐š›๐š›๐šข ๐™ฟ๐šŠ๐š๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š ๐š‚๐šŽ๐š›๐š๐šŽ๐šข ๐™ฑ๐š›๐š’๐š— ๐Ÿธ. ๐™ต๐šŠ๐šŒ๐šŽ๐š‹๐š˜๐š˜๐š”โ€” ๐™ผ๐šŠ๐š›๐š” ๐š‰๐šž๐šŒ๐š”๐šŽ๐š›๐š‹๐šŽ๐š›๐š ๐Ÿน. ๐šˆ๐šŠ๐š‘๐š˜๐š˜โ€” ๐™ณ๐šŠ๐šŸ๐š’๐š ๐™ต๐š’๐š•๐š˜ ๐šŠ๐š—๐š ๐™น๐šŽ๐š›๐š›๐šข ๐šˆ๐šŠ๐š—๐š ๐Ÿบ. ๐šƒ๐š ๐š’๐š๐š๐šŽ๐š›โ€” ๐™น๐šŠ๐šŒ๐š” ๐™ณ๐š˜๐š›๐šœ๐šŽ๐šข ๐šŠ๐š—๐š ๐™ณ๐š’๐šŒ๐š” ๐™ฒ๐š˜๐šœ๐š๐š˜๐š•๐š˜ ๐Ÿป. ๐™ธ๐š—๐š๐šŽ๐š›๐š—๐šŽ๐šโ€” ๐šƒ๐š’๐š– ๐™ฑ๐šŽ๐š›๐š—๐šŽ๐š›๐šœ ๐™ป๐šŽ๐šŽ ๐Ÿผ. ๐™ป๐š’๐š—๐š”๐šŽ๐š๐™ธ๐š—โ€” ๐š๐šŽ๐š’๐š ๐™ท๐š˜๐š๐š๐š–๐šŠ๐š—, ๐™ฐ๐š•๐š•๐šŽ๐š— ๐™ฑ๐š•๐šž๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š ๐™บ๐š˜๐š˜๐š—๐šœ๐š๐šŠ๐š—๐š๐š’๐š— ๐™ถ๐šž๐šŽ๐š›๐š’๐šŒ๐š”๐šŽ ๐Ÿฝ. ๐™ด๐š–๐šŠ๐š’๐š•โ€” ๐š‚๐š‘๐š’๐šŸ๐šŠ ๐™ฐ๐šข๐šข๐šŠ๐š๐šž๐š›๐šŠ๐š’ ๐Ÿพ. ๐™ถ๐š๐šŠ๐š•๐š”โ€” ๐š๐š’๐šŒ๐š‘๐šŠ๐š›๐š ๐š†๐šŠ๐š‘ ๐š”๐šŠ๐š— ๐Ÿฟ. ๐š†๐š‘๐šŠ๐š๐šœ ๐šž๐š™โ€” ๐™ป๐šŠ๐šž๐š›๐šŽ๐š• ๐™บ๐š’๐š›๐š๐šฃ ๐Ÿท๐Ÿถ. ๐™ท๐š˜๐š๐š–๐šŠ๐š’๐š•โ€” ๐š‚๐šŠ๐š‹๐šŽ๐šŽ๐š› ๐™ฑ๐š‘๐šŠ๐š๐š’๐šŠ ๐Ÿท๐Ÿท. ๐š†๐š’๐š”๐š’๐š™๐šŽ๐š๐š’๐šŠโ€” ๐™น๐š’๐š–๐š–๐šข ๐š†๐šŠ๐š•๐šŽ๐šœ ๐Ÿท๐Ÿธ. ๐šˆ๐š˜๐šž ๐š๐šž๐š‹๐šŽโ€” ๐š‚๐š๐šŽ๐šŸ๐šŽ ๐™ฒ๐š‘๐šŽ๐š—, ๐™ฒ๐š‘๐šŠ๐š ๐™ท๐šž๐š›๐š•๐šŽ๐šข ๐šŠ๐š—๐š ๐™น๐šŠ๐š ๐šŽ๐š๐™บ๐šŠ๐š›๐š’๐š– ๐Ÿท๐Ÿน. ๐š๐šŽ๐š๐š’๐š๐šโ€” ๐™ฐ๐š“๐š’๐š ๐™ฑ๐šŠ๐š•๐šŠ๐š”๐š›๐š’๐šœ๐š‘๐š—๐šŠ๐š— ๐Ÿท๐Ÿบ. ๐™ฝ๐š’๐š–๐š‹๐šž๐šฃ๐šฃโ€” ๐™ผ๐šŠ๐š›๐š๐š’๐š— ๐š‚๐š–๐š’๐š—๐š” ๐šŠ๐š—๐š ๐™ด๐šŸ๐šŽ๐š›๐š ๐™น๐šŠ๐šŠ๐š™ ๐™ป๐šž๐š๐š ๐Ÿท๐Ÿป. ๐™ผ๐šข๐šœ๐š™๐šŠ๐šŒ๐šŽโ€” ๐™ฒ๐š‘๐š›๐š’๐šœ ๐™ณ๐šŽ๐š ๐š˜๐š•๐š๐šŽ ๐šŠ๐š—๐š ๐šƒ๐š˜๐š– ๐™ฐ๐š—๐š๐šŽ๐š›๐šœ๐š˜๐š— ๐Ÿท๐Ÿผ. ๐™ธ๐š‹๐š’๐š‹๐š˜โ€” ๐™ฐ๐šœ๐š‘๐š’๐šœ๐š‘ ๐™บ๐šŠ๐šœ๐š‘๐šข๐šŠ๐š™ ๐Ÿท๐Ÿฝ. ๐™พ๐™ป๐š‡โ€” ๐™ฐ๐š•๐šŽ๐šŒ ๐™พ๐šก๐šŽ๐š—๐š๐š˜๐š›๐š ๐šŠ๐š—๐š ๐™ต๐šŠ๐š‹๐š›๐š’๐šŒ๐šŽ ๐™ถ๐š›๐š’๐š—๐š๐šŠ ๐Ÿท๐Ÿพ. ๐š‚๐š”๐šข๐š™๐šŽโ€” ๐™ฝ๐š’๐š”๐š•๐šŠ๐šœ ๐š‰๐šŽ๐š—๐š—๐šœ๐š๐š›๐š˜๐š–,๐™น๐šŠ๐š—๐šž๐šœ๐™ต๐š›๐š’๐š’๐šœ ๐šŠ๐š—๐š ๐š๐šŽ๐š’๐š ๐™ท๐š˜๐š๐š๐š–๐šŠ๐š— ๐Ÿท๐Ÿฟ. ๐™พ๐š™๐šŽ๐š›๐šŠโ€” ๐™น๐š˜๐š— ๐š‚๐š๐šŽ๐š™๐š‘๐šŽ๐š—๐šœ๐š˜๐š— ๐šŸ๐š˜๐š— ๐šƒ๐šŽ๐š๐šฃ๐šŒ๐š‘๐š—๐šŽ๐š› ๐šŠ๐š—๐š ๐™ถ๐šŽ๐š’๐š› ๐š•๐šŸ๐šŠ๐š›๐šœ๐š˜๐šข ๐Ÿธ๐Ÿถ. ๐™ผ๐š˜๐šฃ๐š’๐š•๐š•๐šŠ ๐™ต๐š’๐š›๐šŽ๐š๐š˜๐šกโ€” ๐™ณ๐šŠ๐šŸ๐šŽ ๐™ท๐šข๐šŠ๐š๐š ๐šŠ๐š—๐š ๐™ฑ๐š•๐šŠ๐š”๐šŽ ๐š๐š˜๐šœ๐šœ ๐Ÿธ๐Ÿท.๐šƒ๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–-๐š ๐šŠ๐šœ ๐šœ๐š๐šŠ๐š›๐š๐šŽ๐š ๐š’๐š— ๐Ÿธ๐Ÿถ๐Ÿท๐Ÿน ๐š‹๐šข ๐š๐š‘๐šŽ ๐š‹๐š›๐š˜๐š๐š‘๐šŽ๐š›๐šœ ๐™ฝ๐š’๐š”๐š˜๐š•๐šŠ๐š’ ๐šŠ๐š—๐š ๐™ฟ๐šŠ๐šŸ๐šŽ๐š• ๐™ณ๐šž๐š›๐š˜๐šŸ. โ‚โœชโ‚โœชโ‚โœชโ‚โœชโœชโ‚โœชโ‚โœชโ‚โœช Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf https://t.me/OTYoom YKN https://facebook.com/groups/837559630100644/ Yaadaafi gaaffiif https://t.me/vipotyg ykn @otygek_bot join godha.
ุฅุธู‡ุงุฑ ุงู„ูƒู„...
๐Ž๐Ÿ ๐“๐€'๐ˆ ๐˜๐Ž๐Ž๐Œ๐ˆ๐˜๐˜๐”๐”

Yaada ofii ibsachuun mirga uumamati mirga namaatti bu'uun garuu aadmaleedha. nu argachuuf

https://t.me/OTYoom

YKN

https://facebook.com/groups/837559630100644/

Yaadaafi gaaffiif

https://t.me/vipotyg

ykn @otygek_bot join godha.

๐Ÿ‘ 3