ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Maths Group11

Maths Group11

الذهاب إلى القناة على Telegram

The main purposes of this channel are to: 1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises. 2. 📚 Share and publish different educational books. 3. 📖 Provide useful short notes and study materials. For more, contact us through: @Fikiru_Asnake

إظهار المزيد
5 148
المشتركون
-324 ساعات
+47 أيام
+10030 أيام
أرشيف المشاركات
Barattoonni bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattanii qabxii darbiinsaa argattan baga gammaddan baga dhamaatii keessan yeroo dheeraatti milkooftan jechaa. Akkasumas barattootni 'Remedial' galuuf carraa qabdan yeroo itti aanutti qabxii keessan fooyyessuu akka dandeessan beektanii cimtanii of qopheessuu akka qabdanii fi warri qabxii darbiinsaa hin argannes adeemsi barumsaa kun dhuma keessan kan murteessu akka hin taane hubachuun irra deebitanii yaaluufis ta'e; oogummaa garaagaara gonfachuun milkaa'oo ta'uu dandeessu kanaaf Abdii hin kutiinaa. @ifmaths_group11
15 سبتمبر 2025, 16:49

Anyone who wants to see your result, send us your frist name and administration number!
15 سبتمبر 2025, 08:06

Warroonni laallachuu barbaaddan koodi fi maqaa keessan jalqabaa nuuf ergaa!
15 سبتمبر 2025, 08:03

photo content
15 سبتمبر 2025, 08:02

The result is realesd
15 سبتمبر 2025, 07:55

Qabxii Olaanaa Bara 2017 ----------- BBO- Fulbaana 05/2018 Barattoota Akka Biyyaatti Qabxii Olaanaa Galmeessisan Maqaafi Qabxii isaanii dhiheessineerra. Barattoota Akka Biyyaatti Qabxii Olaanaa Galmeessisan: #1_Saayinsii_Uumamaa(#Natural_Science) -MB #Ifa_Boruu_Bultii_Addaa Sad. 2ffaa Dodolaa irraa; #Maqaa_Barataa: Kalid Beshir Hasen Gosa Barnootaafi Qabxiisaa: 1- Eng. 96 2- Mat, 100 3- SAT. 98 4- Phy. 100 5- Chem. 98 6- Bio . 99 ----------------- Total = 591/600 ------------------ #2_Saayinsii_Hawaasaa(#Social_Science) - MB #Ifa_Boruu_Bultii_Addaa Sad. 2ffaa Amboo #Maqaa_Barataa: Chala Gerema Ejeta Gosa Barnootaafi Qabxiisaa; 1- Eng. 92 2- Math. 93 3- SAT. 91 4- Geo, 97 5 -Hist 92 6- Eco, 97 ---------------- Total 562/600 ------------------ Barattootni lachuu Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa waggoota afuriin dura hundeesse 7 keessaa yoo ta'an, bara 2017 qormaata biyyoolessaaf yeroo jalqabaatiif qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa kan qorsiisaniidha. Manneen barnootaa Ifa Boruu 7nuu barattoota isaa 100% qabxii olaanaa waliin kan dabarsan ta'uun beekameera.
15 سبتمبر 2025, 07:14

Repost from N/a
𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗔𝗱𝗱𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗿𝗮𝘁𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝘂𝘁𝗮𝗮 12𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗮𝗮𝗳 𝗾𝗮𝗯𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲 𝗷𝗶𝗿𝗿𝗮. 𝗟𝗶𝗶𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗶𝘀𝗮 𝗱𝗵𝘂𝗴𝗮𝗮 𝗯𝘂'𝗮𝗮 𝗾𝗼𝗿𝗺𝗮𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗶𝘁𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗶𝗹𝗮𝗮𝗹𝗹𝗮𝘁𝘁𝗮𝗻 𝗢𝗣𝗘𝗡 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗹𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮.
15 سبتمبر 2025, 06:30
13 أكتوبر 2025, ~10:27

For All grade 12 students, if you want to see your result, use the following links!👇👇👇👇👇👇 1. result.eaes.et 2. result.neaea.gov.et 3. moeresult.com 4. t.me/EAESbot 4. SMS 6284 @maths_group11
15 سبتمبر 2025, 06:24

Repost from N/a
#ODUU_AMMEE Qormaatni Entrance Kutaa 12ffaa gadhiifameera. Ilaaluuf bakka CLICK Jettu tuquun seenaa ilaalaa.
15 سبتمبر 2025, 05:47
13 أكتوبر 2025, ~10:27

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?
14 سبتمبر 2025, 17:23
13 أكتوبر 2025, ~10:27

Milkaa'ina #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa! -------------------- BBO- Fulbaana 04/2018 MBIBBA Barattootni Isaanii Qabxii Bara Kanaa Olaanaa Galmeessisuun Barattoota Isaanii 100% Dabarsuun Milkaa'aniiru. Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7nuufi MB Waldaa Misoomaa Oromiyaa Barattoota Isaanii 100% Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Dabarsaniiru. Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa; - Amboo - Beddellee - Dodolaa -Haramayaa -Nageellee -Najjoo -Yaaballoofi - WMO- Adaamaa dabalatee #barattoota_isaanii_100% kan dabarsan yoo ta'u, #qabxiin_olaanaan_bara_kana_akka_biyyaatti galmaa'es Manneen Barnootaa #Ifa_Boruu_Bultii_Addaa_Sad_2ffaa keessatti ta'uun beekameera. Isaanis: #Barnoota_Saayinsii_Uumamaan MBIBBA #Dodolaa  keessatti 591/600  kan galmaa'e yoo ta'u, #Barnoota__Saayinsii_Hawaasaan immoo, MBIBBA #Amboo irraa qabxii 562/600 galmeessisuun qabxii bara kanaa keessaa 1ffaa ta'aniiru. Walumaagalatti , Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akka Oromiyaatti Qabnu Hunduu Qabxii Olaanaa Kan Galmeessisanfi Barattoota Isaanii 100% Dabarsaniiru. Hubachiisa:- Qabxii Manneen Barnootaa Addaa ilaalchisee sagantaa itti aanutti kan dhiheessinu ta'a.       
14 سبتمبر 2025, 13:37

Carraa kaasuun qofa badhaafamaa! Qubeewwan tarreeffaman keessaa Tokko filachuun cuqaasuu! Itti aansuun chaanaalota isiniif dhufan JOIN godhaa. Guyyaa 3 booda abbaan carraa ni ifooma. Carraa keessan amma irraa eegaluun yaalaa. 🏆𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶🏆
14 سبتمبر 2025, 13:17
13 أكتوبر 2025, ~10:27

Odeeffannoo bu'aa qormaata kutaa 12ffaa haqaa argachuuf OPEN gochuun seenaa dubbisaa.
14 سبتمبر 2025, 11:51
13 أكتوبر 2025, ~10:27

Manneen barnoota 1249 barattoota tokkooyyuu odoo hin Dabarsin hafanii jiru.
14 سبتمبر 2025, 09:24

Manneen barnoota 1249 barattoota tokkooyyuu odoo hin Dabarsin hafanii jiru.
14 سبتمبر 2025, 09:24
14 سبتمبر 2025, ~09:24

ከፍተኛ የተገኘው ውጤት ከ 591 / 600 ከ dodola Ifa Boru School 😳😳
14 سبتمبر 2025, 09:19

ያለፉት ተማሪዎች (ከ50% በላይ ያገኙ ተማሪዎች) - በአጠቃላይ: 8.4 % - ከናቹራል : 11.4 % - ከሶሻል : 5.2 %
14 سبتمبر 2025, 09:19

አማካኝ ውጤት 🔹 አዳሪ ት/ቤቶች 71/100 🔹 የማታ ተማሪዎች 25.9 / 100 🔹 የመንግስት መደበኛ 30.6 / 10 🔹 የግል ት/ቤት 51 / 100
14 سبتمبر 2025, 09:19

Barattoonni 173 qabxii 500 ol fodaniiru.
14 سبتمبر 2025, 09:18
14 سبتمبر 2025, ~09:39

Qabxiin olaanan bara kana 591
14 سبتمبر 2025, 09:17
14 سبتمبر 2025, ~09:39