ar
Feedback
WAAJJIRA BARNOOTAA BULCHIINSA MAGAALAA SHAGGAR

WAAJJIRA BARNOOTAA BULCHIINSA MAGAALAA SHAGGAR

الذهاب إلى القناة على Telegram

Be your self You are unique!

إظهار المزيد
4 071
المشتركون
+324 ساعات
+247 أيام
+11630 أيام
أرشيف المشاركات
Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu Fulbaana 5,2019 eegala- BBO Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti adeemsi baruufi barsiisuu bara barnootaa 2019 Fulbaana 5 akka eegalu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera. Hogganaan Biirichaa Dooktar Tolaa Bariisoo ibsa miidiyaaleef kennaniin, bara barnootaa 2019’tti barattoota miiliyoona 13 fi kuma 500 barsiisuuf qophiin xumuramuu ibsaniiru. Hanga ammaattis barattoonni miiliyoonni 5 fi kumni 300 galmaa’uu eeraniiru. Sochii bara barnootaa 2019'f hanga ammaatti kitaabni barataa miiliyoonni 2 ol manneen barnootaaf raabsamuus kaasaniiru. Xiyyeeffannoo mootummaan damee barnootaaf kenne bu’aa gaarii galmeessisuus dubbataniiru. Cabiinsa barnootaa furuufis barsiisoota kuma 59’f leenjiin kennamuu yaadachiisaniiru.

#Barsiisotni 40, 384 Jijjiirraa Kan Gaafatan Yoo Ta'u, Bu'aan Isaa Guyyaa_ Roobii Kan Ibsamu Ta'uun Biroon Barnoota oromiyaa beeksisee. ------------ Hagayya 24/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa jijjiirraa barsiisotaa ganna 2018 'online'n akka iyyatan haaluma gaafatameen, barsiisotni MBBB -3,374 MB. Sad. 1ffaa - 28,513 MB Sad. 2ffaa - 8, 497 walitti barsiisotni 40 384 kan iyyatan ta'uun beekameera. Barsiisota iyyatan keessaa 35,595 tajaajilaa, 3, 518 gaa'elaanifii 1, 271 immoo rakkoo addaatin kan gaafatan ta'uun hubatameera. Haaluma kanaan bakkeem duwwaan(Vacancy) Mannee Barnootaa baasan/ barsiisaa irratti barbaadan/ 8 , 221 banaa ta'uu Moosaajii irratti kan gad-dhiifame yoo ta'u, iddoo banaa ta'e keessaa 2,511 irratti barsiisaan tokkollee kan hin iyyanne/hin gaafanne ta'ee mul'ateera. Iddoo duwwaa dhihaatan keessaa iddoo 1, 013 irratti dorgomaa malee namoota tokko tokkoon waan irratti iyyatameef namootni 1,013 jijjiirraa kana argachuuf carraa bal'aa horataniiru. Walumaa galatti, bu'aan jijjiirraa kanaa Guyyaa Roobii Hagayya 27/2018 Waaree Booda kan ifoomu yoo ta'u, Barsiisotni komii qabna jedhan yoo jiraatan Hagayya 28 - 29/2018 (Kamisa Ganamaa hanga Jimaata Galgala Sa'aa 12:00tti Qofa) Komii Isaanii Liinkii kenname kanarratti dhiheeffachuu kan danda'an ta'uu isin beeksifna.

Karaalee bu’aa qormaataa ittiin ilaallatan ifoome Finfinnee, Hagayya 19, 2018 (FMC)- Karaalee barattoonni bu’aa Qormaataa Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 ittiin ilaallataan ifooman. Bara barnootaa 2018 barattoonni qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan har’a Hagayya 19, 2018 galgala keessaa sa’aatii 1:00 irraa eegalee liinkiiwwan eeramaniin qabxii isaanii ilaallachuu akka danda’an Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksiseera. Gama Biraatiin liinkii https://result.eaes.et/complaint fayyadamuun Hagayya 19-26, 2018 hanga sa’aatii 10:00’tti komii isaanii dhiyeeffachuun karuma liinkichaa hordofuu akka danda’an tajaajilichi ibseera. Liinkiiwwan Ifoomanis Marsariitiin https://result.eaes.et Teelegiraama https://result.eaes.et/telegram Ergaa gabaabaa https://result.eaes.et/sms

Finfinnee
+1
Finfinnee

የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ! (ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም) መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://lyuhub.com/jobs ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc Irra deebii Finfinnee galmaa'aa!!

[ New ] Jobs by Ethio Biherawi School | Jobs Opportunity AUG 6 | 2026 DIRECTOR & UNIT LEADER KG TEACHERS PRIMARY AND MIDDLE SCHOOL TEACHERS * ENGLISH * MATHEMATICS * NAURAL SCIENCE * ICT * AMHARIC * SOCIAL STUDIES * HISTORY * PVA * GEOGRAPHY * CIVIICS & ETHICAL EDUCATION * MUSIC, ART * HPE * GUIDANCE & COUNCILEOR * UNIT LEADER & DIRECTOR SECONDARY SCHOOL TEACHERS * ENGLISH * MATHEMATICS * PHYSICS * CHEMISTRY * BIOLOGY * MARKETING * ECONOMICS * HISTORY * GEOGRAPHY * CIVICS & ETHICAL EDUCATION * ACCOUNTING * ICT * AGRICULTURE * UNIT LEADER & DIRECTOR * HPE How to Apply https://elelanjobs.com/job/ethio-biherawi-school-jobs-opportunity/

telebirr 2,000 ብር እየሰጠ ነው 😳 እኔ አሁን ተቀብዬዋለሁ፣ አንተም ደርሶህ እንደሆነ ተመልከት እዚህ ጠቅ አድርግ 👇 https://uiee.jghxa.xyz/cHWI/?p=t&gver=1

[ 100+ Fresh Graduates ] Jobs by Addis Ababa City Education Bureau | Jobs Opportunity July 29 | 2026 Part 1: Pre-Primary to 8th Grade Positions (Amharic Section) Amharic Teacher Afaan Oromo Teacher (1st & 2nd Language) English Teacher Mathematics Teacher Environmental Science Teacher Pre-Primary Level Teacher Special Needs Teacher Music Teacher Physical Education Teacher Nanny / Caregiver (10th or 12th Grade Completed) Performing and Visual Art Teacher (Grades 1-4) General Science Teacher Social Studies Teacher Performing and Visual Art Teacher (Grades 5-8) Career and Technical Education (CTE) Teacher (Grades 7-8) Student Feeding Service Supervisor III Health & Sanitation Specialist (Caregiver) Environmental Health & Sanitation Specialist (Caregiver) Part 2: Secondary School (2nd Level / High School) Positions (Amharic Section) English Teacher Mathematics Teacher Biology Teacher Chemistry Teacher Physics Teacher Geography Teacher History Teacher Economics Teacher Civics Teacher ICT Teacher Fine Arts / Aesthetics Teacher Agriculture Teacher Part 3: Pre-Primary to 8th Grade Positions (Afaan Oromo Section) Amharic as a Second Language Teacher Afaan Oromo Teacher English Teacher Mathematics Teacher Environmental Science Teacher Pre-Primary Level Teacher (BSTD) Special Needs Teacher Music Teacher (BGDQ) Citizenship / Gadaa Education Teacher Nanny / Caregiver (Kunuunsituu/mogzit - 10th or 12th Grade) Performing and Visual Art Teacher (Grades 1-4) General Science Teacher Social Science Teacher Performing and Visual Art Teacher (Grades 5-8) Career and Technical Education (CTE) Teacher (Grades 7-8) Student Feeding Service Supervisor III Health & Sanitation Specialist (Caregiver) Environmental Health Specialist (Caregiver) How to Apply https://elelanjobs.com/job/addis-ababa-city-education-bureau-jobs-opportunity/ ሁሉም ክፍት ስራዎችን Telegram ላይ ለመለቀቅ ብዙ ስለሆነ ሁሌም website ላይ በመግባት የምትፈልጉትን የስራ እድል ይመለከቱ Website Link https://elelanjobs.com

Finfinnee
+7
Finfinnee

#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota muraasa booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!

Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa ifoome Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Qabxiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoomeera jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattonni 50% fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uu biirichi ibseera. Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii fayyadamuun ilaaluu danda’u. Liinkii :- oromia.ministry.et irratti ilaaluu akka danda’an ibseera.

Qabxiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoomeera. Qabxii darbiinsaa 50%fi isaa ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattonni 50% fi isaa ol galmeessisanis 86.4% ta'u Barattoonni qabxii_Qormaataa baruuf Liinkii asii gadii fayyadamuun ilaaluu danda’u. #Liinkii :- oromia.ministry.et

Boba'aan Barmeliin 70 To'atame! Naannoo Benishaangul Gumuz, magaalaa Gilgal Balas keessatti sakatta'iinsa tasaa marsaa lamaan taasifameen, boba'aan seeraan ala geejjibamaa ture barmelii 70 (beenzila barmelii 20 fi naafxaa barmelii 50) konkolaattota fe'umsaa waliin to'annoo jala ooluu poolisiin beeksiseera. Manni murtee beenzilli to'atame hatattamaan gurguramee qarshiin isaa ragaa ta'ee akka qabamu kan murteesse yoo ta'u, fe'umsaa fi konkolaachisaa biroo irratti qorannoon dabalataa gaggeeffamaa jira. Poolisiin to'annoon daldala seeraan alaa (koontirobaandii) cimee kan itti fufu ta'uu ibsuun, hawaasni eeruu kennuun tumsa akka taasisu gaafateera.