cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Muhammed Abdulmenan (Al-Baaliyyu)

Da'waa Islaamaa Afaan Oromootin, Qur'aana fi Hadiisa Akkaataa Hubannoo Dhaloota Salafa Gaggaarin! https://t.me/MohammedAbdulmenan

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
424
المشتركون
+124 ساعات
+37 أيام
+930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Minhaajul_firqati_nnaajiyaawaxxaa'ifatil_mansuuraa Kutaa 9ffaa https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
إظهار الكل...
مَجْمُوعَةُ إِجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ

مَجْمُوعَةُ إِجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ (وَاعْتَصِمُوا بِحَبْلِ اللَّهِ جَمِيعًا وَلَا تَفَرَّقُوا ۚ)

Assalaamu aleykum warahmatullaahi wabarakaatuh -Akkuma beekkamu obboleewwan kiyya darsiin sheekha keennaa Sheekh naziif rabbiin isaan haa tiksuu sababa Ayyaana iidaatif addaan citee ture. -Maarree amma darsii addaan cite san ardha yoo rabbiin fedhe itti deebi'uufi jalqabuufi warri darsii hordofaa turtan akka isin jala hin dabarre. https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
إظهار الكل...
مَجْمُوعَةُ إِجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ

مَجْمُوعَةُ إِجْتِمَاعِ السَّلَفِيِّينَ (وَاعْتَصِمُوا بِحَبْلِ اللَّهِ جَمِيعًا وَلَا تَفَرَّقُوا ۚ)

02:45
Video unavailableShow in Telegram
Sahaabaa"salafa" jedhanii Yaamuun warra mutaqaddimttootaa biratti beekkamaadhaa?
إظهار الكل...
25.18 MB
07:49
Video unavailableShow in Telegram
-Usuulli_istidlaalaa tan Da'waan salafiyyaa isii irratti dhaabbattu jaaramttu maali? ©Mohammed Abdulmenan
إظهار الكل...
85.98 MB
👍 1
01:29
Video unavailableShow in Telegram
"Al_dda'watu_ssalafiyyaa" -Da'waa salafiyyaa yaroo jedhan wanni itti fedhamu maali? ©Mohammed Abdulmenan https://t.me/MohammedAbdulmenan
إظهار الكل...
14.53 MB
👍 2
Aayata tana taksiisa gochuu : (إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا) Sahaabaan salawaata nabiyyii irratti buusuuf jedduu jaraatti aayata tana waliif dhaamanii hin beekan salawaata nabiyyii irratti buusuuf aayata tanaan gariin isaanii garii yaadachiisanii hin beekan,wanni kun kan inni beekkame zamanuma soshaal miidiyaa kana keessa. -Aayata tana facaasufi isii kalfiyyaa WhatsApp ykn Facebookfi waan biraallee godhatuun halkan Jum'aatifi guyyaa jum'aa keessa kuni waan daliilli ragaan tokko itti hin jirre Qajeelluma warra duraa irraallee miti osoo isiin tun bid'aa kan jennu taatellee waan fagoo jiruu miti والله أعلم -Wanni karaa godhame salawaata nabiyyii sallallaahu aleyhi wasallam irratti buusuu heddummeessuudhaa Salawaata isaan irratti buusuu heddummeessaa waan ifumaa waan gaarii jettanii ooftan kan ragaan itti hin jirre kana dhiisaa baarakallaahu fiikum https://t.me/MohammedAbdulmenan
إظهار الكل...
Muhammed Abdulmenan (Al-Baaliyyu)

Da'waa Islaamaa Afaan Oromootin, Qur'aana fi Hadiisa Akkaataa Hubannoo Dhaloota Salafa Gaggaarin!

https://t.me/MohammedAbdulmenan

👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
-Martti firaqa munharifaatifi ilaalchowwan baaxilaa...diinaan isaanii nama isaan faallesse irratti kijibuu nama isaaniin walii galee kijibuudha -Ammoo Salafiyyoonni Nama Jaallataniif Hin Kijiban Nama Jibban Irrattis Hin Kijiban
إظهار الكل...
00:36
Video unavailableShow in Telegram
#أتــركــوا_أهـل_ الــبــدع _وبــاطــلـهـم #Warra_ bida'aatifi _baaxila _Isaanillee dhiisaa 🎙️ Sheekh Abdallaah Al qusayyir rabbiin rahmata isaanii haa godhuu ⏱️0:35
إظهار الكل...
5.60 MB
👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
-Nasiihaa: Waa 3 irraa fagaadhu... نـــــــــــــــصــــــــيـــــــحــــــة إبتعد عن ثلاث: سوء الظن فهو يؤذي. الشك فهو يهدم. المقارنة فهي تظلم.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
🌹عيدكم مبارك تقبل الله منا ومنكم. -IID_MUBAARAK. -RABBIIN NUUF ISN IRRAALLEE HAA QEEBALU. -BAGA GEESSAN OBBOLEEWWAN KIYYA KAN DHIIRAA KAN DUBARAA KAN MUSLIMAA HUNDDUU,KEESSATTUU OBBOLEEWWAN KIYYA KAN SALAFIYYOOTAA BAKKA JIRTANITTI. -IIDA BARANAA KAN BARA HEDDUU NUUF HAA TAASISU.
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.